Maat 28:6 "#እንደ ተናገረ #ተነሥቶአል(#Akkuma dubbaate du'aa ka'eera)" #Kiristoos ❤️🙏
Maat 16:21_ "#Iyyasuus gara #Iyyaarusalem akka dhaqan #harka_maanguddootaatiin, #harka_luboota warra angafootaa fi barsiisota seeraatiin guddaa dhiphachuun, #ajjefamuun, #guyyaa_sadaffattis_du'aa ka'uun akka isa irra jiru #bartoota isaatti mul'isuutti ka'e.
#Phexiroos immoo gara bukkeetti isa qabee, "#Waaqayyo si haa oolchu"Kun si irratti dhufuun hin ta'uuf" jedhee isa gorsuutti ka'e.
#Inni garuu garagalee Phexrosiin, "#Na_duraa turi #Seexana_nana. Ati gufuu anatti taate, #ati kan #namootaa_malee
#kan_Waaqayyoo_hin_yaaddu" jedhe.
🌹🌹🌹Maat 17:22_25 "#Bartoonni Galiilaatti #Iyyasuus biratti walitti qabamnaan #Iyyasuus,
"#Ilmi_namaa harka namootaatti #dabarfamee in kennama.
Isaan isaa ni #ajjeesu, #inni garuu #guyyaa_sadaffaatti du'aa ni kaafama" isaaniin jedhe; kana irratti #bartoonni baay'ee in gaddan.
#Ergaamonis_akkaas jechuun du'aa ka'umsaa isaa #lalaban
Luq 24:5 "#Isaa_jiraataa maaliif #warra_du'an keessa barbaaddu?
#Innoo_as_hin_jiru, ka'eera."
(#ሕያውን_ከሙታን መካከል ስለ ምን ትፈልጋላችሁ? #ተነሥቶአል_እንጂ በዚህ የለም።)
https://t.me/firiqulqulloota
"#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof_galanii haa ta'uu."
Ayyaana Gaarii

Telegram
Firii Qulqulloota
🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31