Future Generation Hope Secondary School Ambo Branch
1.47K subscribers
178 photos
4 videos
214 files
9 links
2012
Download Telegram
QORUMSA Biyoolessaa Keemistirii bara 2000-2011.pdf
1.4 MB
Barattootni keenya kutaa 12ffaa hundi keessan qorumsa biyoolessaa Gosa barnoota keemistiriitiin bara 2000-2011 tti jiru kana shaakalaa!!!
Maatii Barattoota FGH sadarkaa 2ffaa Damee Amboo tiif
Manni barumsaa gaafa guyyaa 28/07/2016 sa'aa 1:00 irratti mana barumsaatti dhimma barnootaa irratti marii gabaabaa waan qabnuuf yeroo kabajuun akka argamtan kabajaan isin beeksifna.
Hubachiisa : maatiin barataa kamiiyyuu walgahicha irratti yeroo kabajuun argamuu kan qabuu fi yoo Kan hin argamne tahe manni barumsaa barataa isaa ykn ishee Kan hin keessummeessine tahuu cimsinee isin beeksifna.
Forwarded from Obsa Dinsa
Barattootni kutaa 12ffaa mana barumsa keenyaa hundi guyyaa borii ykn gaafa 30/09/2016 marii walii galaa waan qabnuuf harcaatii tokko malee akka argamtan cimsinee isin beeksifna.
BEST WISHES FOR GRADE 12 STUDENTS FOR THEIR FUTURITRY@@