Odeessa Kaaba
Ajajaan humna addaa Naannoo Amaaraa Duraanii Jeneraal Teferraa Maammoo Tika Abiyyiin ukkaamfamuuf akeekame jalaa miliquun badee jira!
Ammaaf eessa akka jiru hin baramne jedha odeessi!
Jeneraal Tafarraan dhimma daangaa Amaaraa fi Tigiraay quuqama qabaachuuf lafti walqaayitii fi Allaamaaxaa Tigiraayif akka gadhiifamu mormee jedhame!
Harka lafa jalaan humna addaa Amaaraas gara faannootti dabalaa jiraachuun wan shakkamef jedha kaka'uumsi dubbiicha!
Yeroo Ollaan Kee Akkasitti Harka Lafa Jalaan Wal Ijaaru Atoo Maalitti Jirta?

Olmaa Shaambuu
Shaambuuti kaabineef kaadireen Shimmallis simaachuf lafa dhiitaa jirti jedhu!
Qeerroon shochii kee of tiksii

Amuruu fi Agamsaa gidduutti Qaccalluutti WBOn Faandoo tumee biyyoon makee bira darbe.
Injifannoo Daaboo
=================
WBOn godina Beddellee aanaa Daaboo Haannaa ganda Waatooti barii obboroon itti shiduun warra farra riphee lolaa ofin jettu 4 harkaan qabun meesha heddu irraa dhuunfate Jira.
IUOf

Haala Impayeerri Kun Yeroo Ammaa Itti Jirtu
đŗī¸ University'n waan barataa nyaachisu fi mindaa kaffalu dhabee barnoonni adda cituuf jira.
đŗī¸Mana hidhaatti namni waan nyaatu dhabee beelan hiraaraa jira, namni garuu ammas jimlaan hidhaatti guuramaa jira.
đŗī¸Naannolee Gurguddoo Impaayera tana keessa jiran (Oromiyaa, Amhara, Somali & Affar, Tigray fi kanneen biroo) keessatti maallaqni dhuka'aa jiru lubbuu kumaatamaa duguugaa jira duguuges jira.
đŗī¸ Ummanni qaala'iinsa gabaaf hiyyuummaan nyaatamaa jira, gareen murtaa'e wayii qabeenya saame tuulachuun samii jalatti ol siqee jira. Gabaanis isaan harka jira.
đŗī¸Qote bulaan yaaddon bullaa'ee jira, xaa'oon waan hin jirreef lafatti midhaan darbee biqilfachuu dadhabee jira.
đŗī¸ Finfinnee Gurguranii Finfinnee ijaaraa jiru.(Hiyyeessi ni buqqa'a==> Dureessi mootummaarraa bitee mana ibsaa qabu ijaarrata==> Mootummaan immoo karaarratti dimlight ibsa) jiruun hiyyaassaa garuu dhundhula dukkanatti deemaa jira.
Dhukkuba hamaa kana keessaa akkamiin bahuu dandeessa Oromoo?
Deebi isaa sumaafin dhiisa.
Šī¸ Godaannisa Seenaa

Fire Birgede đĨ!
Billoo Booshee'tti lolaa jira!Hanga ammatti injifannoon keenya.Tabbaa keeyyarraa buqqisiisee jira.waan hafeen walitti deebinaa tumsi!

Al-Shebaab
Carraa goolama gaanfa Africa kanatti fayyadamun Al-Shebaab "East African fighter "kan jedhamu Birgeedii haleellaa biyyoota gaanfa Afrikaa hunda keessaatti rawwaachuu danda'uu fi Kan lammiilee godina ganfa Afrikaarraa ijaarame bobbaasu ifoomsee jira.

Birgeedin Ibiddaa ijoolle Biraanu Juulaa guugse gaafa qabu anoo mana Puuliiti na qabanii waranaatti na dabalan malee.... jechun waakkachu jalqabdeetti.
Waa maraafu injifannoo boonsaati jira Jajjaabeen
Milkeessi đ

Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Jajjabeen Qe'ee PPti Waaroo Gadda Uffisuun Akkuma Itti Fufeeti Jira.
Koloneeli Tashoome Geetuu Waraanaa Reejimentii 2 fuudhe deeme keessaa kan hafe warra agartan kana qofaa dha.
WBOn wabii sabaa afuura dhokfate diina akkuma tumeeti jira.
đđŊđ đđđĄđđđŖ đđĒđĄđđĒđ§đđŠđŠđ

Impayeera Bosose
==================
Gorsaan Adanech Abeebe fi hoogganaan odeessaaa sobaa /Yemidiyaa serawit/obbo Kabbadee Kaasaa biyaa baqate jira. Erga biyyaa baqachuun isaa dhagaahamee manni jireenyaa poolisiidhan sakkata'amee jira.

WBO'n Zoonii kibbaa koonyaa Madda Albuuda Barattoota Ogummaa fayyaatiif Siyaasaa irratti barsiisa ture milkiidhaan Eebbisiise dirqama itti anuutti bobbaaseera.
Ummanni Oromoo Baga Gammaddan
Baga gammanne
IUOf âŧī¸
Ummanni Oromoo Baga Gammaddan
Baga gammanne
IUOf âŧī¸
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Shawwaa Bahaa Adaamaatti warraqsi mormii eegaleera
PP'n Namoota 7 Rasaasaan yeroo rukkuttu hedduu irra immoo reebicha hamaa gessisteetti.