Bu'aa Operation PP guyyaa 40n kunoo akkasitti adaba itti tolchaa jira leencichi.
Dubbiin akka midiyaa of harkaa qabaniin halakan miti

Naqamtee
Magaalaa Naqamteeti k/Abiyyi warshaa Daabboo Gaafa roobii dhufee eebbisa jettee kaabinee aanarraa gara Naqamteetti guuraa jirti.
Komaandoo TATA 3 fidde galchiteeti.

Eeruu
Patroolin 2 yeroo amma Taltallee gara Hoboqii deemaa jira!
Caqasaa duuba
OROMIYAAN BIYYA

Arsii lixaa
Ona shaashamanneetti humni ittisaaf jajjabeen waliin ta'uun Qeerroo 190 waraanni mootummaa dirqiin waraana erguuf walitti qabe harkaa baase jira.

Injifannoo Adaamaa
Adaamaa galgala kana iddoo daabee-solloqqee jedhamuti gootichi itti seenee ergamtuu PP daaresse jira.

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Operation guyyaa 40 PPn ijoollen abbaa haqaa milkiin itti shidaa jiru.
𝙒𝘽𝙊n 𝙃𝙖𝙖 𝙒𝙖𝙖𝙧𝙪
𝙒𝘽𝙊n 𝙃𝙖𝙖 𝙒𝙖𝙖𝙧𝙪
Mootummaan Ziyaad Baaree maqaa qabsoo Oromootiin akka isaaf qabsa'an gaafatee ture akkaseenaan isa jedhutti. Qabsa'oonni Oromoos yaada isaa fudhachuu dinnan qabee waggaa 5f Moqadishooti hidhe.
Model sana fayyadamee Mallas Zenawwi itti milka'eera bara hangoorraa ture sana.
Abiyis model abbaa isaa Mallasiin fayyadamuuf yaalus itti hin milkoofne.
Kanaaf ijoollen Faqadaas hojii manee laatamef fiixaan bahuu dadhabdee fuulaa isaan gara saamiichati nanneessatan turan guuraman karaa Giddaa fi Horroo Guduruurran ya'aan galaa jiru. Faqqeenis haa galu yoos qabsoon keenya daran fuula qabata.

Injifannoo Sayyoo
Qeellam Wallaggaa aanaa Sayyoo bakka Dabaqqaa jedhamutti har'a ganama WBOn tarkaanfii fudhateen
~AKM 5
~Boonbii 2
~Rasaasa baayyee fi reeshina diinni baadhatee fi hidhannoowwan garagaraa hiikee mooraa qabsoo Bilisummaaf oolcheera
IUOf

Odeessa Kadiree Naqamtee
Aanaa tokkorraa yoo xiqqaate nama 600 - 700tu filamee deeme jira hiriira deeggarsaa K/Abiyyif stadiyeemii Naqamtee.
Dhuma keessan isiniif haa tolchu jennerra.

Hanga ammatti Tajaajila Wangeela tokko dabalate namni lama waraana k/Abiyyin du'aan jiru.

Odeessa RIB
Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa habaaboo guduruu naannoo qawoo RIB buufattee jirtu keessaa sabaan amaara kan taate namni 213 baduun laga abbayyaa ce'uun gojjom geesseetti hin barbaadiin yaa biltsiginnaa.
Kan haftes yeroo osoo qabduu gara maatiitti.

Bulcha Anaa Mandii kan ture, yeroo amma Bulchaa Aanaa Noolee Kabba (Godina wallaga lixaa) Kan ta'e Abbayyaa Dabalaa kan jedhamu Abiyyiin simachuuf kan Naqamteen dhufe ijoollee dargaggoo 2 Naqamtee Naannoo Wagageniif Farmiland giddutti RIB qabsiisee jira. Ijoolleen sun kambii waranaa naanno Rift valley university galteetti ijoolleen lamaanuu ijoolle Wallagga lixati.

Jaallan toora Ada'aa Bargaa fi Meettaa Walqixxee jirtan of eeggannoo taasisaa

Adaamaa fi Bishooftun raafama cimaa keessa wan jirtuf hunduu haalan socho'aa
Eeruu
Shamarran Finfinnee keessatti buna danfisan hojii basaasummaa kan hin hojjenne buna danfisanii gurguruu hin danda'an jechuun warra waraqaa basaasummaa hin qabne ugguraa jirti PPn.

Qeerroon Sirritti Adda Baafadhu
Aanaa fi Godina irraa Bakka Buute Abiy Ahmed'n Simachuuf Istadiyeemi Wallagaa jirtu Hundi Tikaa Mafia PP Akka ta'ee Hubadhuu of Eeggannoo godhii.