Faana Sinbiraa
26.1K subscribers
3.5K photos
619 videos
15 files
326 links
Download Telegram
Nama kana baradhaa.
Kan kaleessa Jaala Wareegame huccuu irraa ciree reeffaan taphataa oole isa kana dha.
Maqaan isaa Abdinuur Galgaloo Diqqaa jedhama. Duraan itti aanaa bulchiinsaa fi nageenya aanaa Dirree ture. Amma hogganaa Waajjira milishaa aanaa Dirreeti. Abbaa ijoollee sadii(3) ture. Maatiin isaa kan jiraattu ganda Tulluu Fardaa Masjida guddaa Meeggaa irraa gara oliitti argama.
Injifannoo WBO Zoonii Kibbaa!

Cibraan Jaarsoo Waadaa tarkaanfii laalessaa konkolaataa diinaa irratti fudhateen konkolaaticha barbadeessuun
*PKM - 1
*AKM - 15
Hidhannoo guutuu waliin hiikkatee jira.
IUOf
Impaayerri Digaamutti Jirti.

Jimmaa University'n hanqina baajetaa jechuun barattoota gara manaatti galchuufi!
Impayeerri Waraana Bilisummaa Oromoo lolaan Injifachuu Dadhabe Wixinee Haaraan Karaa Shamarranitin Moraa Qabsoo Diiguf Gara Hojiitti Seenee Jira.

Yeroo ammaa kana Impayeerri kun xiyyeeffannoon diinaa mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti Waraana Bilisummaa Oromoofi Qeerroo Bilisummaa Oromoo shamarran fayyadamuun qabsoo keessaa baasuuf ykn gansiisuuf karoorfatanii ittiin milkaa'uuf yaala jira.

Impayeera kana keessatti durii kaasee gootonni Oromoo karaa dubartii lubbuu isaanii dhabaa akkuma turan yeroo ammaa kanas diinni shira addaa uumuun carraa isa dhumaaf shamarran gargaarame akkaataa itti Jaallanii fi qabsaa'ota qaqqaalii fuunaansise fixuuf mooraa qabsoo duwwaatti hambisuf wixinanii jiru.
Impayeerri lolaan dadhabe kun carra isa dhumaa karaa kanaan milkeessuuf caasaa isaa diriirfate hojiitti seenee jira.
Fakkeenyaaf shamarreen Wallaggaa Lixaa irraa ergamtee dhuftee aanaa Nuunnuu Qumbaatti yeroo darbe waraana keenyaan to'aata mte ragaa tokkodha.
Icciitiin irraa argames danuudha.

Gulantaan Shamarran isaan bobbaasan kuniis
- Bifaan miidhagduu
- Beekamtii kan qabdu (social media)
- Biyya alaa kan jiraattu
- Qabeenya kan qabduu fi k.k.f dha.


Akka karoora isaaniitti intalli Jaala tokko qabsoo gansiifte bu'aa isheen argattu hedduudha.
Fakkeenyaaf yoo Jaala isheen gansiifte qawwee fi hidhannoo waliin diinatti harka kennate qarshii kumoota dhibbaan lakkaa'aaman argatti.
Yoo feetes bakka feetee mana jireenyaa argatti.
Yoo harka duwwaa gansiifte immoo qarshii kumootaan lakkaa'amu argatti. Kana fayyadamuuf jecha bifa jaalalaan itti deemtee boolla isheen seenaa hin jirre hin jiru.
Magaalota Oromiyaa hunda irras haala kanaan qindeessanii jiru.
Keessumaa magaalota Waraanni keenya itti dhiyaatee socho'u keessati xiyyeeffanno addaa itti laachun gara hojiitti seensisaa jiru.

Jaallan keenya qaqqaaliin rakkina, beela, dheebuufi hiraar qabsoon qabdu hunda dandamatee as gahe
Waraanni Bilisummaa Oromoo fi Qeerroon Bilisummaa Oromoo shira diinaa kana baree imaanaa Jaallan wareegamanii galmaan akka gahu dhaamsa keenya isiniif dabarsina.

Injifannoon uummata Oromoof!
Bu'aa Operation PP guyyaa 40n kunoo akkasitti adaba itti tolchaa jira leencichi.
Dubbiin akka midiyaa of harkaa qabaniin halakan miti
Naqamtee
Magaalaa Naqamteeti k/Abiyyi warshaa Daabboo Gaafa roobii dhufee eebbisa jettee kaabinee aanarraa gara Naqamteetti guuraa jirti.
Komaandoo TATA 3 fidde galchiteeti.
Kadireen Lukkuu Hanga Lubbuuti jette ol-adeema 1M ol ficcisiiste teessuma isheef haala erga mijeessatte amma moo oduu gammachiisa jechun raatu haalli raatesse abiddatti ofuuf beeksisa baasti.
Eeruu
Patroolin 2 yeroo amma Taltallee gara Hoboqii deemaa jira!
Caqasaa duuba

OROMIYAAN BIYYA
Hirmii Baafadhu

Hoggaanaan Humnaa Addaa kuni Horroo Guduruu Ona Agamsaa irraa Bilxiginnaaf gara kibbaati ergamtee Dillooti ijoollen abbaa haqaa biyyeen maktee.
Arsii lixaa

Ona shaashamanneetti humni ittisaaf jajjabeen waliin ta'uun Qeerroo 190  waraanni mootummaa dirqiin  waraana erguuf walitti qabe harkaa baase jira.

OROMIYAAN BIYYA
Injifannoo Adaamaa

Adaamaa galgala kana iddoo daabee-solloqqee jedhamuti gootichi itti seenee ergamtuu PP daaresse jira.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Operation guyyaa 40 PPn ijoollen abbaa haqaa milkiin itti shidaa jiru.
𝙒𝘽𝙊n 𝙃𝙖𝙖 𝙒𝙖𝙖𝙧𝙪
Mootummaan Ziyaad Baaree maqaa qabsoo Oromootiin akka isaaf qabsa'an gaafatee ture akkaseenaan isa jedhutti. Qabsa'oonni Oromoos yaada isaa fudhachuu dinnan qabee waggaa 5f Moqadishooti hidhe.
Model sana fayyadamee Mallas Zenawwi itti milka'eera bara hangoorraa ture sana.
Abiyis model abbaa isaa Mallasiin fayyadamuuf yaalus itti hin milkoofne.
Kanaaf ijoollen Faqadaas hojii manee laatamef fiixaan bahuu dadhabdee fuulaa isaan gara saamiichati nanneessatan turan guuraman karaa Giddaa fi Horroo Guduruurran ya'aan galaa jiru. Faqqeenis haa galu yoos qabsoon keenya daran fuula qabata.
Injifannoo Sayyoo

Qeellam Wallaggaa aanaa Sayyoo bakka Dabaqqaa jedhamutti har'a ganama WBOn tarkaanfii fudhateen
~AKM 5
~Boonbii 2
~Rasaasa baayyee fi reeshina diinni baadhatee fi hidhannoowwan garagaraa hiikee mooraa qabsoo Bilisummaaf oolcheera
IUOf
Odeessa Kadiree Naqamtee

Aanaa tokkorraa yoo xiqqaate nama 600 - 700tu filamee deeme jira hiriira deeggarsaa K/Abiyyif stadiyeemii Naqamtee.
Dhuma keessan isiniif haa tolchu jennerra.
Naqamtee
Hanga ammatti Tajaajila Wangeela tokko dabalate namni lama waraana k/Abiyyin du'aan jiru.
Odeessa RIB

Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa habaaboo guduruu naannoo qawoo RIB buufattee jirtu keessaa sabaan amaara kan taate namni 213 baduun laga abbayyaa ce'uun gojjom geesseetti hin barbaadiin yaa biltsiginnaa.
Kan haftes yeroo osoo qabduu gara maatiitti.