Waraanni Bilisummaa Oromoo zooni Giddu Galeessa Kaadhimaamtoota Leenjii siyaasaa fi Loltummaan leenjisaa ture Eebbisee dirqama itti aanuuf bobbase.
ππ½πn πππ ππππ§πͺ
ππ½πn πππ ππππ§πͺ
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Gaaffif Deebi ONM-ABO maatii Ajajaa Humna Qilleensa Tophiyaa Yilmaa Mardaasaa waliin godhee guutuunsa kunooti caqasaa π
Odeessa Walqixxee
Naannoo Gidduu galeessaa Itoophiyaa Godina Guraagee Magaalaa Walqixxeetti Waajirri Poolisii Magaalaa Walqixxee dheengada kan kaleessatti bari'u halkan keessaa sa'aatii 7:40 irratti Mooraa Waajirichaa guutumaan guutuutti cabsuun Meeshaalee waraanaa mana Kuusaa poolisichaa keessa jiru Qaamonni Hidhatan seenuun Konkolaataadhuma poolisii isaaniitiin fe'amee akka deemee fi Konkolaatittii Dhuma irra karaa irratti gatamtee argamuu Poolisiin Magaalittii ifoomse.
PPn Osoodhuma sobduu kallattii hundaan burkutaa'aa jiraachuu kun ragaadha.
Masaraa kiiloo 4 keessaas fe'amee bahuun Fagoo hin ta'u.

Warri Finfinnee WBO galee jedhe irriba dhabu kun mee π€
Achii dhiibee dhufnaan leencicha kan dura dhaabbatu hin jiru galaa rafaa.

Hawwasi Ofeggannoo
"Ganamaa calqabee madfiin Sanqalleerraa dhukaafamaa jira.
Lafti nu jalatti socho'aa jira jedhu jiraattonni Shawaa Lixaa"

Birgeedi Ibiddaa (Jaal Ori'a)
β β β β β β β β β β β β β β β β β
Kilaashiin loluun akka bireenatti ol guddannu nu godhe.
Bireenaan loluun akka dhiishqaatti ol guddannu nu godhe.
Dishqaan loluun akka RPG fi Moortaratti ol guddannu nu godhe.Lolli Diishqaa, Zu23 fi Madfii fide.
Zu23 fi Madfiin lola Drone, Helicopter fi Jeettii fide.ABO-WBO'n pallet'ttota baay'isee leenjisuuf dirqame.
Yeroo dhihootti lola helicopter π hiikkannee lola qilleensaa akka eegallu abdii guddaan lolla! Godina kibba lixa shawaa fi Shawaa lixaa keessatti Helicopterπ fi Jette nu loluun ardha guyyaa 8ffaa darbee jira.

Anaa Dhufuu
Loltonni biltsigginna 4 hidhanno gutuudhaan snipper dabalatee magalaa maqii irraa ka'uun WBO bira nagaan qaqqabaniru.

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
PPn Cinqii Guddaa Keessa Seenun Bidiyyaa Ambooti Akkasin Hawwasati Dhukaasa Jirti.
Kan lolu meeshaa guddaa utuu hin taane murannoo wan ta'eef leencichi jala bu'e wan godhu gatii beekuf hawwaasi of tiksaa.

Du'aaf madoon adabamanii jiru
Jarri tun kaabinoota jajjabduu caasaa hanga godinaa tolfattee Shiftaa maqaa faannoo jedhu himatee Ummata balleessaa ture warra yayyabee dha.
Caasan ijaarame kun hattootaf Warra nama ajjeesanii laga galan irraa kan walitti qabamee ijaarame yoo ta'u ummatichaan mataa cabsuu fi akka gufuu qabsootti itti fayyadamaa turan.
Darraa, Hidhabu, Dagam Bulchaa godinaafi warra jaarsoo keessatti ijaaramanii rasaaf meeshaa waraanaa itti gurgurachaa turan.
Hunduu guyyaasaa eeggate wan ta'u ta'eera.
`
```````````````````````````````````````Jarri tun kaabinoota jajjabduu caasaa hanga godinaa tolfattee Shiftaa maqaa faannoo jedhu himatee Ummata balleessaa ture warra yayyabee dha.
Caasan ijaarame kun hattootaf Warra nama ajjeesanii laga galan irraa kan walitti qabamee ijaarame yoo ta'u ummatichaan mataa cabsuu fi akka gufuu qabsootti itti fayyadamaa turan.
Darraa, Hidhabu, Dagam Bulchaa godinaafi warra jaarsoo keessatti ijaaramanii rasaaf meeshaa waraanaa itti gurgurachaa turan.
Hunduu guyyaasaa eeggate wan ta'u ta'eera.
Dhaloota Gatii ofii wallaale.
βοΈ Dargiin bara dhumasaa Affasaa jedheet nama miila lamaan deemu hunda humnaan guuree waraanatti naquun irbaata rasaasa tolche.
PP'nis Amma sanatti jirti.
Daa'imman ganna 10 olii dirqiin walitti qabdee labooba ibiddaa sanatti guuraa jirti.
β¦ kuni, Ummatichi ofumaa wal fixee teesson mootummichaa akka tikfamu qofaaf yaadame. Lola waliinii tolchuun Oromoon wal balleessee lafa dhiirri irra hin jirreef irratti hin guddanne gochuufi.
β¦ mootummichi Abbaa irree kun Oromoo morma hudhee fannisuun okokkaan/hanqaaquu inni buusun of tiksaa jiraachuu barbaada.
β¦Oromiyaan boru hogganaaf, jabaa diinarraa ishii tiksu dhabdee laaftuu Qaama bishaan ishii qulaamsuf salphaatti harka laattu gochuufi.
β¦Dhaloonni waa Oomishu dhibee beelan xannooftee kadhattuu taatee harka abbootii irree eeggachaa akka haftu gochuufi.
β¦Hattoonni bifa kanaan wal ijaaranii mootummaa of tolchan Ummaticharraa dantaa tokko hin qaban. Gaafa harmi sabaa gu'ee garaansaanii qooqe keessaa baqatu.
β¦Ummatichi garuu deegaaf diina walitti ta'ee hafa.
π«΄ Falli har'aa har'a faladhu.
Ijoollee ol Adeemtuu kanaaf sagalee ta'uun bira haa dhaabbannuun dhaamsa kooti.
`
```````````````````````````````````βοΈ Dargiin bara dhumasaa Affasaa jedheet nama miila lamaan deemu hunda humnaan guuree waraanatti naquun irbaata rasaasa tolche.