Faana Sinbiraa
26.4K subscribers
3.66K photos
664 videos
15 files
337 links
Download Telegram
Oromoon Baga Gammaddan!

Kaaba Shaggaritti WBOn humna haaraa leenjisaa ture eebbisiisun bobbaaseera
Wabii oromoofi oromiyaa WBOn haa waaru💪
Koloneelli dhengadda Sooddoo daacciiti rukutame hospitala finfinnee lubbuun qabde ciise Iyyaa jira💪
Booji'amaan lola keessatti erga qawwee isaa lafa kaa'ee harka ol qabee kaasee Waaqaafi qaama isa booji'e irratti of gata. Qaama si ajjeesuuf battala sitti qabate qabdee nyaataafi kunuunsa gaafa kennituuf, namummaan kanaa olii hin jiru.
Dhiite kufaa Tashashiiloo PPn humna addaa jette gara lixaati gadi guurte tokkommo qilleensumarra deemu yaalu dugda araqeen fixxe sanaan.🤭

Waa maraafu ayyaanni abbaa keessan rooba gannaa kanarra isiin haambisu.
Akka maqaa ta'aa ree marqaan galaa ta'aa ree jedhu durii....

PPn ajandaa dhabdee waraanni lixaatti gadii guuramaa jiran humna addaa utuu hin taane "Farra Riphee Lolaati" jette maqaa jijjirteef jirti.
Nutimmoo kan jennu Farra-Farra Riphee Lolaatu fuula keessan dura jira wan ta'eef galaa qonnaa qotaa yeroon yeroo qonnaati jenna.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Harargee keessatti kaabineef kaadireen ijoolle ol adeema dirqiin qabuun gara waraanaati ergutti jirti.
Maatiin ijoollees rakkoo hamaa keessa jiru.

Gochaan akkas kun akka guutuu Oromiyaatti ta'a wan jiruuf maatiin kaadire ollaa isaa jiruti xiyyeeffachun dirqama.
Gaaffii fi deebii maatii ajajaa humna qilleensa itoophiyaa Yilmaa Mardaasaa Nyaaphaa, lola irratti booji'amanii turan muraasa waliin godhame Qophii Addaa Raadiyoo Arraata Biyyoolessa Oromiyaa irraa dhaaggeeffadhu.Haasaan isaanii ergaa fi gorsa guddaa qaba.
Addatti Yilmaa Mardaasaa nyaaphaa'f!
Waraanni Bilisummaa Oromoo zooni Giddu Galeessa Kaadhimaamtoota Leenjii siyaasaa fi Loltummaan leenjisaa ture Eebbisee dirqama itti aanuuf bobbase.
𝙒𝘽𝙊n 𝙃𝙖𝙖 𝙒𝙖𝙖𝙧𝙪
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Gaaffif Deebi ONM-ABO maatii Ajajaa Humna Qilleensa Tophiyaa Yilmaa Mardaasaa waliin godhee guutuunsa kunooti caqasaa 👂
Farra Riphee Lolaa jedhamani kan gidduu kana Oromiyaa bakka heddutti guuraama turan kunoo utuu torbee hin guutin akka horiiti waliitti qabee jira leencichi aanaa Toleeti.
Dhiisaa hin dandeessan Farra-Farra Riphee Lolaa sana.
Odeessa Walqixxee

Naannoo Gidduu galeessaa Itoophiyaa Godina Guraagee Magaalaa Walqixxeetti Waajirri Poolisii Magaalaa Walqixxee dheengada kan kaleessatti bari'u halkan keessaa sa'aatii 7:40 irratti Mooraa Waajirichaa guutumaan guutuutti cabsuun Meeshaalee waraanaa mana Kuusaa poolisichaa keessa jiru Qaamonni Hidhatan seenuun Konkolaataadhuma poolisii isaaniitiin fe'amee akka deemee fi Konkolaatittii Dhuma irra karaa irratti gatamtee argamuu Poolisiin Magaalittii ifoomse.
PPn Osoodhuma sobduu kallattii hundaan burkutaa'aa jiraachuu kun ragaadha.
Masaraa kiiloo 4 keessaas fe'amee bahuun Fagoo hin ta'u.
Ambassador Erviin Maasingaa namiichi jedhamu kun Embassy America bakka bu'ee moo Dammalash G/Mikaa'el bakka bu'ee ibsa laate?
Namiicho Waraana Oromooti akeekkachiisa laata. 🤣
Moo biyyi kun Finfinnee isa keessaa husky waraaba oolu qofa se'e?
Injifannoo WBO

Harargee mi'eessoo bordoddee!
Warri Finfinnee WBO galee jedhe irriba dhabu kun mee 🤔
Achii dhiibee dhufnaan leencicha kan dura dhaabbatu hin jiru galaa rafaa.
Hawwasi Ofeggannoo

"Ganamaa calqabee madfiin Sanqalleerraa dhukaafamaa jira.
Lafti nu jalatti socho'aa jira jedhu jiraattonni Shawaa Lixaa"
Birgeedi Ibiddaa (Jaal Ori'a)
■■■■■■■■■■■■■■■■■

Kilaashiin loluun akka bireenatti ol guddannu nu godhe.
Bireenaan loluun akka dhiishqaatti ol guddannu nu godhe.
Dishqaan loluun akka RPG fi Moortaratti ol guddannu nu godhe.Lolli Diishqaa, Zu23 fi Madfii fide.
Zu23 fi Madfiin lola Drone, Helicopter fi Jeettii fide.ABO-WBO'n pallet'ttota baay'isee leenjisuuf dirqame.
Yeroo dhihootti lola helicopter 🚁 hiikkannee lola qilleensaa akka eegallu abdii guddaan lolla! Godina kibba lixa shawaa fi Shawaa lixaa keessatti Helicopter🚁 fi Jette nu loluun ardha guyyaa 8ffaa darbee jira.