Godina Shawaa Kibba Lixaa aanaa Ammayyaatti guyyaa har'aa mootummaan humna qilleensa irraa Jeettii fayyadamuudhaan uummataafii qabeenya uummataa gaaga'uun barbadeeysuutti ture. Yeroo bakkeen garaa garaa deemuun "biyyi bilisoomteeyti" jadhee uummata kijibuun harka rukuchiifachuuf yaalaa jiru kanatti, yaada uummataa gara ifii isaatti hatuun, waraana bilisummaa oromoo jeettii fayyadamee daguuguuf qophii irra jira. Waraanni Bilisummaa Oromoo naannawwaa Ammayyaa, Wallagga Bahaa jalaa, Waayyuu tuqaa, Sibuu Sireefii Jimmaa Arjoo jala jiraattan if-eeggannoo jabaadha isin barbaachisa.
Bakkeen waamaman kanatti uummanni guutummaatti buqqa'ee akka jeettiidhaan W-B-O irratti tarkaanfii fudhatuuf karoorfateedha jira. Uummanni aanaa kana jalaa bakkoota takka takkaatillee akka buqqa'aniif mootummaan abbaa irree kun uummatatti ajaja dabarseedha jira. Tooftaan kun ammoo tooftaa marii araara kijibaa darbe booda qindeessuun waraana bilisummaa Oromoo cabsuuf koratanidha. Kanaanis waktii arfaasaa kanatti dalagaa isaa irraa uummata buqqisanii beeleysuun harka ifii keeysa galfachuufii uummata keeysaa baasanii jeettiin W-B-O dhayuuf karoorfateedha jira.
Videon agaruutti jirtan kan guyyaa har'aa mootummaan abbaa irree Abiyyi Ahamd, aanaa Ammayyaa jalatti uummata irratti Jeettiin harcaasaati turedha. Kanaanis lubbuun qote bulaa lamaa darbuufii kaan ammoo madeeysiteeti jirti. Akkasiin afaaniin uummata sobuun tooftaa ittiin W-B-O dhabamsiisan korachuu irratti argamu. Tooftaan W-B-O dadhabsiisuuf koratamaa jiru kunis, marii kijibaafii shiraa Keeniyaa keeysatti taayamaa jiru waliinis walitti hidhata kan qabanidha.
Yeroo kamiyyuu caalaatti W-B-On kan inni if-tiksuun socho'uuti qabu ammadha. Warreen maqaa isaatiin marii taayaa jiranis, isaaf mariyachaa jiru adoo hintaane isatti mariyachaa akka jiran beekuun if-tiksuufii if-jabeeysuudha qaba.
Akka seera idil-addunyaatitti Jeettiin biyya takka keeysatti tasumaa kaasanii fayyadamuun yakkadha ture. Garuu mootummaan Abiyyi kun W-B-O dhabamsiisee uummata Oromoo if-jalatti dhiitee bulchuuf jacha jeettiin uummataafii waraana bilisummaa Oromoo dhabamsiisuuf dhamaatiitti jira. Garuu hin dandayamtuufi.
W-B-On hinbada adoo hintaane kan durii daran diina isaa balleeysee, Oromiyaa bilisoomsuuf jira. W-B-On yoomiyyuu durattidha.

Bachoo Tulluu Boolloo gootichii akkuma dursee eegaletti itti seenee tumuu eegeleeraπͺ
Milkeessiπ€²
Milkeessiπ€²
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Injifannoo
Kibba lixa shaggar Ona Tolee magaaloota 2 habeebee fi Tolee irratti diina daannoo qotattee turte leencichi gobee keessaa baasun *Du'aan - 56
*Madoo - 79 fi
*15 harkaan qaqqabuun diina daareessee mirgaan galeera.
IUOf
ππ½πn πππ ππππ§πͺ

Forwarded from Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Murni gidirsaan PP Mirga namummaa dhala namaa sarbuun rakkoo ulfaataa ilma namaarraan gahaa jira!
(SQ-Caamsaa13, 2024)
Godina Harargee Bahaa Aanaa Jaarsoo Araddaa Gaara Abdullaatitti Abbaa Maatii Obbo Iisaa Abdii Ussoo jedhaman dirqamaan Mooraa Leenjii Waraanaa deemuu qabdu jechuun reebicha jajjabaa irratti raawwachuun bifa suuraan mulβatu kanaan miidhaa ulfaataa irraan gahanii jiru.
Duulli ilmaan Oromoo Mooraa Leenjii Waraanaatti guuruu kun kan duraa olitti jabaachuudhaan Oromiyaa cufa keessaa Saala, Umurii fi fayyummaa osoo adda hin baasne kan guuraa jiran ta'uu Maddeen SQ bakkoota hedduurraa nuuf mirkaneessaniiru.

https://youtu.be/eiu_GUmQzCE?si=jOQro_y_gNvqx62X
πEeruu Magaalaa Gimbiif
=======================
Uummanni Keenya M/Gimbii Naannoo Meediinii Of-Eeggannoon Socho'aa.
Loltuun faashistii murna Biltsiginnaa galgala kana sa'a 12:50 keessa konkolaataa hedduun dhufuun Gamoo Dhaabbata Inshuraansii Meediinii buufattee jirti.
Kanaanis adeemsa jiraattota naannoo sanii daangessitee jirti akkasumas, Suuqiis cufsiisuun uummata goolaa waan jirtu of-eeggannoon barbaachisaadha.
Kanaaf, uummanni keenya magaalaa Gimbii of-eeggannoo taasisaa isiniin jenna.

YouTube
Gimbi City Magaalaa Gimbii
Magaalaa Gimbii
Gimbi Town Western Oromia
Gimbi Town Western Oromia
Koloneelli dhengadda Sooddoo daacciiti rukutame hospitala finfinnee lubbuun qabde ciise Iyyaa jiraπͺ
Dhiite kufaa Tashashiiloo PPn humna addaa jette gara lixaati gadi guurte tokkommo qilleensumarra deemu yaalu dugda araqeen fixxe sanaan.π€
Waa maraafu ayyaanni abbaa keessan rooba gannaa kanarra isiin haambisu.

Akka maqaa ta'aa ree marqaan galaa ta'aa ree jedhu durii....
PPn ajandaa dhabdee waraanni lixaatti gadii guuramaa jiran humna addaa utuu hin taane "Farra Riphee Lolaati" jette maqaa jijjirteef jirti.
Nutimmoo kan jennu Farra-Farra Riphee Lolaatu fuula keessan dura jira wan ta'eef galaa qonnaa qotaa yeroon yeroo qonnaati jenna.
PPn ajandaa dhabdee waraanni lixaatti gadii guuramaa jiran humna addaa utuu hin taane "Farra Riphee Lolaati" jette maqaa jijjirteef jirti.
Nutimmoo kan jennu Farra-Farra Riphee Lolaatu fuula keessan dura jira wan ta'eef galaa qonnaa qotaa yeroon yeroo qonnaati jenna.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Harargee keessatti kaabineef kaadireen ijoolle ol adeema dirqiin qabuun gara waraanaati ergutti jirti.
Maatiin ijoollees rakkoo hamaa keessa jiru.
Gochaan akkas kun akka guutuu Oromiyaatti ta'a wan jiruuf maatiin kaadire ollaa isaa jiruti xiyyeeffachun dirqama.

Waraanni Bilisummaa Oromoo zooni Giddu Galeessa Kaadhimaamtoota Leenjii siyaasaa fi Loltummaan leenjisaa ture Eebbisee dirqama itti aanuuf bobbase.
ππ½πn πππ ππππ§πͺ
ππ½πn πππ ππππ§πͺ