Dr Zaakir Naa'ik
1.18K subscribers
29 photos
6 files
153 links
channel khanarraa wantoonni armaan gadii hatattamaan Isin bira gahuu join godhaa
1, Barnoota Amantaa Islaamaa
2,seenaa ajaa'ibsiiftuu adda addaa
3, dhugaa amantii Islaamaa khan qorannoon Saayinsiitin mirkaneeffaman
4, Oduu adda addaa khan haala yerootin
Download Telegram
Seenaa dhiiraa tana gad-buufadhaatii dubbisaa dhiira sii gooti. "dhiiratti fakkaachunuu dhiirummaadha akkuma ji'amu"
Watch "Kuxba Jumaa Gorsa Waahee Ud Hiyyaa Maaltu Qalamu qaba""" on YouTube
https://youtu.be/UBvhRY7vkFQ
Baga Rabbiin Iidal adhal Isin gahe Ayyaana milki, kha nagahaa Isiniif haa tahu.
Share '(Holiday Letter) Merry Christmas in Hand-Painted 02.docx'
Share 'Qaroomina Islaa.pdf'
Share 'Ergaa itti Fayy(1).pdf'
As wr wb
OduuAmmee
Barattoota khutaa 12 hundaaf qormaanni Biyyaalessaa (entrance)n onkololessa 29- Sadaasa 2/20014. khan laatamu tahu Biroon Barnoota Oromiyaa Ifoomse.
#OduuNamaKofalchiiftu
Shororkeessaa fi tasgabbeessaa
Kiyyaa tokkootu Ilmaan lakkuu lama argatee maqaa eenyuu moggaafte jennaan
"Bonaa fi Ganna, Tokko Negatiif tokko poosatiif., Shoorarkeessaa fi
Tasgabbeessan baasef nuun ji'e.,
gannaqaa fi ol-qabaa fi
AbO fi KFO"
achuumaan Saahiba koo jaalatamaa fi khabajamaan <sheekha Oromoo> khan ji'amu akkana ji'een " ammaf Maqaa Isaan lameenituu saaxina kheessatti itti qollofii olkaahif booda Ofiifuu hojii Isaanitiin fudhachuuf jirani."
guyyaa Arba'aa/fulbaana 26/2014/.
t.me//fahamahamed
fahamahamad@0gmail.com
fahamahamad@gmail.com
Qur'aana Isaatin Rabbiin furmaata bareedaa nuuf haa khennu nama ammaa amma Qur'aana dubbisu Rabbiin nuhaa taasisu. Qur'aanatti harka haa marannu Jaallawwan khoo.
As wr wb
Yaa Rabbii Nageenya waaraa nuuf khenni warra nageenyatti tabachuu barbaadan hunda hoongessii dachaasi.
ODUU GAMMACHIISAA

Kabajamtoota jaalatamtoota keenya dhufnee nu simadhaa kitaaba biyya ijaaru, sammuu kan misoomsuu akkasumaas Hawaasa kan tokkoomsu fi dhaloota abdii hegeree ta'aniif daawwitii ta'uudhaan galma mul'ata saanitiif daandii kan saaqu kitaaba mata dureen saa "BARACHUUN OF MISOOMSUUDHA " jedhu barreessee xumuree lammii isaatiif dhiheessee jira. Olguddataan keenya barataan Ismaa'il Abdallaa. Kanaaf Kan bahaa kan dhihaa kan kaabaa kan kibbaa Eebba kitaaba barreessaa keenyaa kana irratti nuuf argamuudhaan dirqama lammuummaa akka baatan kabajaafi jaalala guddaan gad jabeessinnee isin gaafanna . Guyyyaan eebba onkololeessa 27,2014 Galma yuuniyeenii Bul.magalaa Haramaayaa keessatti kan gaggeeffamu tahuu isin beeksisna.

@mafatihu @mafatihu
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 30 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 17 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 9 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.