ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/መ/ህ/ስ/ማህበር የፌደራል ህብረት ስራ ኮሚሽን በየዓመቱ አነስተኛ ገቢ ላላቸው ሰዎች ልጆቻቸውን በተገቢው መንገድ እንዲማሩ ለማገዝ በሚያደርገው የመማሪያ ቁሳቁስ ድጋፍ በማድረግ የበኩሉን አስተዋጽኦ አበረከተ::
7/12/2017 ዓ.ም
ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/መ/ህ/ስ/ማህበር የፌደራል ህብረት ስራ ኮሚሽን በየዓመቱ አነስተኛ ገቢ ላላቸው ሰዎች ልጆቻቸውን በተገቢው መንገድ እንዲማሩ ለማገዝ በሚያደርገው የመማሪያ ቁሳቁስ ድጋፍ በማድረግ የበኩሉን አስተዋጽኦ አበረከተ።
የኢትዮ ጥሪት ቁ/ብ/ኃ/የተ/መ/ህ/ስ/ ማህበር በጥራትና በብቃት ማህበረሰቡን እያገለገለ የሚገኝ ሲሆን ከሚሰጠው መደበኛ አገልግሎት ባሻገር በበጎ አድራጎት ስራም ትልቅ ስራ ሲሰራ የቆየ መሆኑ ይታወቃል።
በተለይም በአርቲስት ሀጫሉ ሁንዴሳ መታሰባያ 1ኛ ደረጃ ት/ቤት ለሚማሩ የልዩ ፍላጎት ተማሪዎች በየወሩ አስፈላጊ እገዛ እያደረገ ይገኛል።
በትላንትው ዕለት በቂ የመማሪያ ቁሳቁስ እጥረት ለሚያጋጥማቸው ተማሪዎች አስፈላጊ የሆነውን ግብአት በማሟላት መጭው የትምህርት ዓመት በተሳካ ሁኔታ እንዲቀበሉ አድርጓል።

Forwarded from Aboma Ejara
Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit , deeggarsa Komiishiniin Waldaa Hojii Gamtaa Federaalaa, waggaa waggaadhaan namoonni galii gadi aanaa qaban daa'imman isaanii akka barsiifataniif taasisu irratti gaheesaa bahate
Forwarded from Aboma Ejara
Aboma Ejara

Finfinnee 8/12/2017 ALI
Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit , deeggarsa Komiishiniin Waldaa Hojii Gamtaa Federaalaa, waggaa waggaadhaan namoonni galii gadi aanaa qaban daa'imman isaanii akka barsiifataniif taasisu irratti meeshaalee barnootaa garaa garaa kennuun gaheesaa bahate
Waldaan kun, tajaajilaa liqii, qusannoo fi gorsa diinagdee garaa garaa kennuu bira darbee, yeroo garaa garaatti deeggarsa garaagaraa tolchuun itti gaafatamummaa haawaa isaa bahataa kan jiru yoo ta'u, guyyaa kaleessaas, namoonni galii gadi aanaa qaban ijoollee isaanii akka barsiifataniif meeshaalee barnootaa bituun deeggarsa taasise.
Waldaan Afoosha irraa ka'uun sadarkaa kanarra gahe kun, itti gaafatamummaa hawaasummaa isaa bahatuuf, keessattuu barattoota Mana Barumsaa Fedhii Addaa Yaadannoo Aartist Haacaaluu Hundeessaatiif deeggarsa adda hin cinne kennaa kan jiru yoo ta'u, deegarsi akkanaa akka adda hin cine dubbatame.