Ethio-Terit SACCOS Official Channel
447 subscribers
681 photos
39 videos
183 links
አልመው ይቆጥቡ አቅደው ይበደሩ!
Kaayyoon qusadhaa, karooraan liqeeffadhaa!

Save purposely, borrow strategically!
Download Telegram
Forwarded from Aboma Ejara
የኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/ህ/ስ/ማ በየሳምንቱ ለአባላቶቹ የሚሰጠውን ስልጠና ለ14ተኛ ዙር ዛሬም ሰጥቷል ።

አዲስአበባ 3/12/2017



በዋናነት የቁጠባ የብድር ና የማማከር አገልግሎት እየሰጠ የሚገኘው የኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/የህ/ስ/ማ በየሳምንቱ ለአባላቶቹ የሚሰጠውን ስልጠና ለ14ተኛ ዙር ገላን ኮንደሚኒየም በሚገኘው በማህበሩ ዋና ቢሮ ዛሬም ሰጥቷል ።

  ስልጠናውንም የሰጡት የማህበሩ የሚዲያና ኮሚኒኬሽን ክፍል ኀላፊ የሆኑት አቶ ተሾመ በቀለ ሲሆኑ ስልጠናው ለአባላቶች ጠቃሚ ይዘት እንዳለው ስልጠናውን ያልወሰዱ አባላትም በቀጣይ እንደሚዳረሱ ተናግረዋል።

   የስልጠናው ይዘቶችም ስለ ሕብረት ስራ ማህበራት ጥቅሞች እና መርሆዎች ፣ የኢትዮ ጥሪት አባላት መብት ና ግዴታዎች ፣ የብድር መስፈርቶች ፣ እና ከሌሎች መሰል ማህበራት የሚለይባቸውን እና መሰል ጉዳዮችን ይዟል።

በስልጠናው ላይም የማህበሩ የፋይናንስ ክፍል ኀላፊ የሆኑት አቶ አበበ ጋዲሳ  በበኩላቸው  የማህበሩ አባላቶች በዚህ ስልጠና በተገቢው መንገድ እየተሳተፉ ማህበሩንም ሆነ ራሳቸውን እንዲጠቅሙ ጥሪ አቅርበዋል ።

  በስልጠናው ከተሳተፉት አባላቶችም ይህ አይነቱ ስልጠና ተጠናክሮ መቀጠል እንዳለበት ተናግረዋል።  ሌላው በስልጠናው የተሳተፉት አባላቶች በበኩላቸው ከዚህ ስልጠና ብዙ ትምህርት እንዳገኙ እና በተግባር እንደሚያውሉ ተናግረዋል ።

   ስልጠናውም ከዚህ በፊት ከነበሩት ሳምንታት የበለጠ የተሳታፊ ብዛትም ሆነ ድምቀትም ታይቶበታል ።
👏1
Forwarded from Aboma Ejara
Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit torbee torbeedhaan leenjii miseensota  isaatiif kennu marsaa 14ffaaf kenne
👏1
Forwarded from Aboma Ejara
Aboma Ejara
Photo
Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit torbee torbeedhaan leenjii miseensota  isaatiif kennu marsaa 14ffaaf kenne


‎ Finfinnee, 3/12/2017 ALI

‎ Afoosha walgargaarsa dargaggootaa irraa ka'ee erga hundeeffamee hanga har'aatti, tajaajiloota qusannoo, liqii fi gorsa diinagdee garaa garaa kenna  kan jiru Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit,  leenjii tirbee torbeedhaan miseensota isaatiif kennu guyyaa har'aa marsaa 14ffaaf  waajjira isaa muummeetti kenne.

‎Leenjicha kan kennan  Ittigaafatamaa Miidiyaa fi Qunnamtii hawaasaa waldichaa kan ta'an  Obbo Tashoomaa Baqqalaa yoo ta'u, leenjiin kun miseensota hunda akka walgahu dubbate.

‎Leenjiin kun adda-durummaan qabxiilee garaa garaa of keessaa kan qabu yoo ta’u, kanniin keessaa faayidaalee waldaalee hojii gamtaa fi qajeelfamoota waldaalee hojii gamtaa, mirgaafi dirqama miseensota W/H/G/B/Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, akkasumas wantoonni  W/H/G/B/Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, waldaalee biroorraa adda taasisan isaan ijoodha.

Dabalataan, leenjicha irratti Daareektera Daareektoreetii  faayinaansii waldichaa kan ta'an Obbo Abbabaa Gaaddisaa,  miseensonni hunduu leenjii kanarratti haalaan hirmaachuun ofii isaanii fi waldaa isaanii akka jijjiiraan dhaamsa dhaammatan.

‎Miseensonni leenjicha fudhatanis  hirmaannaa guddaa taasisuun wantoota ifa hin taaneef gaafachaa, yeroo kamiiyyuu waldicha waliin ta'uu isaanii dubbataa turan.

Leenjiin har'aa kun hirmaannaanis ta'ee, si'aayinni kan yeroo kaanii caalaa kan itti mul'ateedha.