Forwarded from Aboma Ejara
Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit ji'a Adoolessaa keessa qofa liqii qarshii Miiliyoona 200'tti hiiqu kenne
Finfinnee 26/11/2017 ALI
Halkaniifi guyyaa miseensota isaa tajaajilaa kan jiru, Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit miseensota isaatiif ji'a Adoolessaa keessa qofa liqii qarshii Miiliyoona 200'tti hiiqu kenne.
Waldaa kun ammas rakkoo faayinaansii miseensotaa furuuf karoorfatee hojjetaa kan jiruu yoo ta'u, gara fulduraattis liqii hedduu gadhuuf hojjetaa jira.
Tajaajila liqaa kana argachuuf namni kamuu miseensa waldichaa ta'uu akka danda'u hunda affeerra.
Face book :- https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:- https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:- 0957073701/0957076716

❤2👍1
Forwarded from Aboma Ejara
የኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/የህ/ስ/ማ በየሳምንቱ ለአባላቶቹ የሚሰጠውን ስልጠና ለ12ተኛ ዙር ዛሬም ሰጥቷል
አዲስአበባ 26/11/2017
በዋናነት የቁጠባ የብድር ና የማማከር አገልግሎት እየሰጠ የሚገኘው የኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/የህ/ስ/ማ በየሳምንቱ ለአባላቶቹ የሚሰጠውን ስልጠና ለ12ተኛ ዙር ገላን ኮንደሚኒየም በሚገኘው በማህበሩ ዋና ቢሮ ዛሬም ሰጥቷል ።
ስልጠናውንም የሰጡት የማህበሩ የፋይናንስ ኦዲተር የሆኑት አቶ መንበሩ ታደለ ሲሆኑ ስልጠናው በየሳምንቱ የሚቀጥል እና ለሁሉም የማህበሩ አባላቶች እንደሚደርስም ተናግረዋል ።
የስልጠናው ይዘቶችም ስለ ሕብረት ስራ ማህበራት ጥቅሞች እና መርሆዎች ፣ የኢትዮ ጥሪት አባላት መብት ና ግዴታዎች ፣ የብድር መስፈርቶች ፣ እና ከሌሎች መሰል ማህበራት የሚለይባቸውን እና መሰል ጉዳዮችን ይዟል።
በስልጠናው ከተሳተፉት አባላት መሀከል በጠየቅናቸው ቃለ መጠይቅ ይህ አይነቱ ስልጠና ተጠናክሮ መቀጠል እንዳለበት ተናግረዋል። ሌላው በስልጠናው የተሳተፉት አባላት በበኩላቸው ከዚህ ስልጠና ብዙ ትምህርት እንዳገኙ እና በተግባር እንደሚያውሉ ተናግረዋል ።
በኢትዮ ጥሪት ሁሌ ቁጠባ
ሁሌ ብድር
ሁሌም ስልጠና አለ።
ቅዳሜ ቅዳሜ ሁሌ ስልጠና እና ትምህርት ስላላለን አባላት መገኘት ትችላላችሁ።

❤2
Forwarded from Aboma Ejara
Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit torbee torbeedhaan leenjii miseensota isaatiif kennu marsaa 12ffaaf kenne
Forwarded from Aboma Ejara
Aboma Ejara
Photo
Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit torbee torbeedhaan leenjii miseensota isaatiif kennu marsaa 12ffaaf kenne
Finfinnee, 26/11/2017 ALI
Adda durummaan tajaajiloota qusannoo, liqii fi gorsa diinagdee garaa garaa kenna kan jiru Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit, leenjii torbee torbeedhaan miseensota isaatiif kennu guyyaa har'aa marsaa 12ffaaf waajjira isaa muummeetti kenne.
Leenjicha kan kennan ogeessa oodiitii keessaa waldichaa kan ta'an, Obbo Mamberuu Taaddalee yoo ta'u, leenjiin kun miseensota hunda akka walgahu dubbate.
Leenjiin kun adda-durummaan qabxiilee garaa garaa of keessaa kan qabu yoo ta’u, kanniin keessaa faayidaalee waldaalee hojii gamtaa fi qajeelfamoota waldaalee hojii gamtaa, mirgaafi dirqama miseensota W/H/G/B/Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, akkasumas wantoonni W/H/G/B/Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, waldaalee biroorraa adda taasisan isaan ijoodha.
Miseensonni leenjicha fudhatanis leenjichatti gammadoo ta’uu isaanii ibsachuun, gaaffileefi yaada isaanii qooddataa turan.
Dhumarratti, leenjiin akkanaa cimee akka itti fufu dubbatan.

ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/መ/ህ/ስ/ማህበር 22 አዳዲስና ብቃት ያላቸው ሰራተኞችን አወዳድሮ እና ተገቢውን ፈተና ፈትኖ ቀጠረ
አዲስአበባ 28/11/2017
አዲስአበባ 28/11/2017
👍2