የኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/ህ/ስ/ማ በየሳምንቱ ለአባላቶቹ የሚሰጠውን ስልጠና ለ10ኛ ዙር ዛሬም ሰጥቷል
አዲስአበባ 12/11/2017
በዋናነት የቁጠባ የብድር ና የማማከር አገልግሎት እየሰጠ የሚገኘው የኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/የህ/ስ/ማ በየሳምንቱ ለአባላቶቹ የሚሰጠውን ስልጠና ለ10ኛ ዙር ገላን ኮንደሚኒየም በሚገኘው በማህበሩ ዋና ቢሮ ዛሬም ሰጥቷል ።
ስልጠናውንም የሰጡት የማህበሩ ፋይናንስ ኦዲተር የሆኑት አቶ መንበሩ ታደለ ሲሆኑ ስልጠናው በየሳምንቱ የሚቀጥል እና ለሁሉም የማህበሩ አባላቶች እንደሚደርስም ተናግረዋል ።
የስልጠናው ይዘቶችም ስለ ሕብረት ስራ ማህበራት ጥቅሞች እና መርሆዎች ፣ የኢትዮ ጥሪት አባላት መብት ና ግዴታዎች ፣ የብድር መስፈርቶች ፣ እና ከሌሎች መሰል ማህበራት የሚለይባቸውን እና መሰል ጉዳዮችን ይዟል።
በስልጠናው ላይም የተገኙ የማህበሩ አባላቶች በዚህ ስልጠና እንደተጠቀሙ እና ሌሎች አባላቶች በተገቢው መንገድ እየተሳተፉ ማህበሩንም ሆነ ራሳቸውን እንዲጠቅሙ መልዕክት አስተላልፈዋል።
በስልጠናው ከተሳተፉት አባላቶችም ይህ አይነቱ ስልጠና ተጠናክሮ መቀጠል እንዳለበት ተናግረዋል።

❤1
Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit torbee torbeedhaan leenjii miseensota isaatiif kennu marsaa 10ffaaf kenne
❤1
Ethio-Terit SACCOS Official Channel
Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit torbee torbeedhaan leenjii miseensota isaatiif kennu marsaa 10ffaaf kenne
Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit torbee torbeedhaan leenjii miseensota isaatiif kennu marsaa 10ffaaf kenne
Finfinnee, 12/11/2017 ALI
Adda durummaan tajaajiloota qusannoo, liqii fi gorsa diinagdee garaa garaa kenna kan jiru Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit, leenjii tirbee torbeedhaan miseensota isaatiif kennu guyyaa har'aa marsaa 20ffaaf waajjira isaa muummeetti kenne.
Leenjicha kan kennan ogeessa oodiitii keessaa waldichaa kan ta'an, Obbo Mamberuu Taaddasaa yoo ta'u, leenjiin kun miseensota hunda akka walgahu dubbate.
Leenjiin kun adda-durummaan qabxiilee garaa garaa of keessaa kan qabu yoo ta’u, kanniin keessaa faayidaalee waldaalee hojii gamtaa fi qajeelfamoota waldaalee hojii gamtaa, mirgaafi dirqama miseensota W/H/G/B/Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, akkasumas wantoonni W/H/G/B/Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, waldaalee biroorraa adda taasisan isaan ijoodha.
Miseensonni leenjicha fudhatanis leenjichatti gammadoo ta’uu isaanii ibsachuun, gaaffileefi yaada isaanii qooddataa turan.
Dhumarratti, leenjiin akkanaa cimee akka itti fufu dubbatan.

Forwarded from Aboma Ejara
ሰላም ቤተሰቦች እንዴት ኣደራችሁ ?
ቀናችሁን ከኢትዮ ጥሪት ጋር ያሳልፉ ::
ኢትዮ ጥሪት የግላችሁን ጥሪት እንድትቋጥሩ ቀን ከለሊት እየሰራ የሚገኝ የህብረት ስራ ማህበር ነው።
Face book :- https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:- https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:- 0957073701/0957076716

Maatiin kun bultiin akkam? Guyyaa keessan Itiyoo-Xirriit waliin dabarsaa!
Itiyoo-Xirriit, Waldaa Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoo fi Liqii, qabeenya dhuunfaa keessanii akka horattaniif halkanii fi guyyaa hojjetaa jiruudha!

👍1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM

Forwarded from Ethio-Terit SACCOS Official Channel

👏1