Ethio-Terit SACCOS Official Channel
446 subscribers
681 photos
39 videos
183 links
አልመው ይቆጥቡ አቅደው ይበደሩ!
Kaayyoon qusadhaa, karooraan liqeeffadhaa!

Save purposely, borrow strategically!
Download Telegram
Forwarded from Aboma Ejara
Aboma Ejara
Photo
Waldaan Hojii  Gamtaa Qusannoo fi Liqii  Itiyoo-Xirriit,  tajaajiloota si'atoo fi quubsaa kennuuf hojjettoota haaraa qacareef leenjii kennuu eegale.

Finfinnee,  28/11/2017 ALI

Waldaan Hojii  Gamtaa Qusannoo fi Liqii  Itiyoo-Xirriit, tajaajiloota si'atoo fi quubsaa kennuuf hojjettoota haaraa qacareef guyyaa hara'aa waajjira isaa muummeetti  leenjii kennuu eegale.

Leenjii kanarratti, Hundeessaa fi Hojii raawwachiisaa olaanaa waldichaa kan ta'an obbo Indaashawu Taganyi  dabalatee, hooggantoonni waldichaa hunduu argamuun haasaa baga  nagaan dhuftanii taasisan.

Hojjettoota haaraa leenjii fudhachuu eegalan kunniin, hojjettoota ogummaawwan  garaa garaatiin sadarkaa barnootaa digirii fi sanaa ol qaban yoo ta'u, ogeessa seeraa fi 'IT' dabalatee, ogeessonni gabaa, faayinaansii fi hooggansummaa bal'inaan argamu.

Leenjiin kun  torban tokkoof kan turu yoo ta'u,  leenjii kanaan hojjettoonni haaraan kunniin tajaajila si'ataa kennuuf waan isaan irraa barbaachisu hunda akka hubatan abdatama.
2👍1
Forwarded from Aboma Ejara
ሶስተኛ ቀን

ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/መ/ህ/ስ/ማህበር ለአዳዲስ ሰራተኞች እየሰጠ የሚገኘውን ስልጠና ዛሬም በሶስተኛ ቀን ውሎ ቀጥሏል ።

ስልጠናውን የሰጡትም የማህበሩ ማዕከላዊ ፋይናንስ ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር የሆኑት አቶ አበበ ጋዲሳ ሲሆኑ ስልጠናው ማህበሩ በዋናነት ከሚሰጣቸው አገልግሎቶች መሀከል ዋና የሆነውን ስለ ቁጠባ ያማከለ ነበር።

ሰራተኞቹም የሚሰጠውን ስልጠና በአግባቡ ተረድተው ተግባራዊ እንደሚያደርጉ ይጠበቃል ።

የቤት ፣ የመኪና ፣ የንግድ መጀመሪያ እና ማስፋፊያ፣ የዱንያ (ከወለድነፃ) እና በደመወዝ ዋስትና የብድር አገልግሎት ማግኘት የምትፈልጉ ማንኛውም ሰው ከታች በተቀመጡት ስልክ ቁጥሮች እና ማህበራዊ ሚዲያዎች እኛን ማግኘት ይችላሉ :-

Face book :-  https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:-  https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:- 0957073701/0957076716
Forwarded from Aboma Ejara
Guyyaa 3ffaa

Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo-Xirriit, leenjii hojjettoota haaraadhaaf kennaa jiru, guyyaa 3ffaaf kennaa jira.
👍21
Forwarded from Aboma Ejara
Aboma Ejara
Photo
Guyyaa 3ffaa

Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo-Xirriit, leenjii hojjettoota haaraadhaaf kennaa jiru, guyyaa 3ffaaf  kennaa jira.

Leenjicha kan kennan Daareekteera Daareektoreetii waldichaa kan ta'an,Obbo Abbabaa Gaaddisaa yoo ta'u, leenjichi  tajaajiloota waldichi kennu keessaa ijoo kan ta'e tajaajila qusannoo waliin wal qabatee, hubannoo kennuun barbaachisu irratti kan xiyyeeffateedha.

Hojjettoonni haaraan leenjicha fudhataa jiranis,  leenjiiwwan kennamaa jiran kanneen haalaan hubachuun tajaajila waldichi kennu qixa sirriin akka ni kennu jedhameet eeggama.

Tajaajiloota liqii bittaa manaatiif oolu,  bittaa Konkolaataa oolu, daldala eegaluu fi babal'ifachuuf kan oolu akkasumas wabii mindaa qofaan hanga qarshii Kuma 500' tti namoonni tajaajilamuu barbaaddan kamuu madda argama keenyaa armaan  gadiitiin  nu qunnamuu dandeessu.

Face book :-  https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:-  https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:- 0957073701/0957076716
Forwarded from Aboma Ejara
እንዴት አደራችሁ ?
ከገንዘብ በላይ የሚገኝበት
ታማኝነት እና ቤተሰባዊነት
ስኬት ቢሉ በጋራ መስራት
ያሻዎትን  ለመገንባት
ሁሉም ቀላል ነው በኢትዮ ጥሪት

Face book :-  https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:-  https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:- 0957073701/0957076716
Forwarded from Aboma Ejara
የተሻለ እና ደማቅ ነገን ለመፍጠር ፣ ህይወትዎን በውበት እና በብሩህ ተስፋ ለመሙላት ኢትዮ ጥሪት አለለዎት!
ለበለጠ መረጃ:-

Face book :- https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:- https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:- 0957073701/0957076716
Forwarded from Aboma Ejara
Egeree keessaan bareechuu fi abdi qabeessa taasisuuf, akkasumas gammachuun guutuuf Itiyoo Xirriit isiniif jira!

𝗢𝗱𝗲𝗲𝗳𝗳𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗱𝗮𝗯𝗮𝗹𝗮𝘁𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶𝗳:-