Ethio-Terit SACCOS Official Channel
447 subscribers
681 photos
39 videos
183 links
አልመው ይቆጥቡ አቅደው ይበደሩ!
Kaayyoon qusadhaa, karooraan liqeeffadhaa!

Save purposely, borrow strategically!
Download Telegram
Forwarded from Aboma Ejara
Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo-Xirriit, tajaajiloota si'atoo fi quubsaa kennuuf hojjettoota haaraa qacareef leenjii kennuu eegale.

Finfinnee, 28/11/2017 ALI
2
Forwarded from Aboma Ejara
Aboma Ejara
Photo
Waldaan Hojii  Gamtaa Qusannoo fi Liqii  Itiyoo-Xirriit,  tajaajiloota si'atoo fi quubsaa kennuuf hojjettoota haaraa qacareef leenjii kennuu eegale.

Finfinnee,  28/11/2017 ALI

Waldaan Hojii  Gamtaa Qusannoo fi Liqii  Itiyoo-Xirriit, tajaajiloota si'atoo fi quubsaa kennuuf hojjettoota haaraa qacareef guyyaa hara'aa waajjira isaa muummeetti  leenjii kennuu eegale.

Leenjii kanarratti, Hundeessaa fi Hojii raawwachiisaa olaanaa waldichaa kan ta'an obbo Indaashawu Taganyi  dabalatee, hooggantoonni waldichaa hunduu argamuun haasaa baga  nagaan dhuftanii taasisan.

Hojjettoota haaraa leenjii fudhachuu eegalan kunniin, hojjettoota ogummaawwan  garaa garaatiin sadarkaa barnootaa digirii fi sanaa ol qaban yoo ta'u, ogeessa seeraa fi 'IT' dabalatee, ogeessonni gabaa, faayinaansii fi hooggansummaa bal'inaan argamu.

Leenjiin kun  torban tokkoof kan turu yoo ta'u,  leenjii kanaan hojjettoonni haaraan kunniin tajaajila si'ataa kennuuf waan isaan irraa barbaachisu hunda akka hubatan abdatama.
2👍1
Forwarded from Aboma Ejara
ሶስተኛ ቀን

ኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/መ/ህ/ስ/ማህበር ለአዳዲስ ሰራተኞች እየሰጠ የሚገኘውን ስልጠና ዛሬም በሶስተኛ ቀን ውሎ ቀጥሏል ።

ስልጠናውን የሰጡትም የማህበሩ ማዕከላዊ ፋይናንስ ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር የሆኑት አቶ አበበ ጋዲሳ ሲሆኑ ስልጠናው ማህበሩ በዋናነት ከሚሰጣቸው አገልግሎቶች መሀከል ዋና የሆነውን ስለ ቁጠባ ያማከለ ነበር።

ሰራተኞቹም የሚሰጠውን ስልጠና በአግባቡ ተረድተው ተግባራዊ እንደሚያደርጉ ይጠበቃል ።

የቤት ፣ የመኪና ፣ የንግድ መጀመሪያ እና ማስፋፊያ፣ የዱንያ (ከወለድነፃ) እና በደመወዝ ዋስትና የብድር አገልግሎት ማግኘት የምትፈልጉ ማንኛውም ሰው ከታች በተቀመጡት ስልክ ቁጥሮች እና ማህበራዊ ሚዲያዎች እኛን ማግኘት ይችላሉ :-

Face book :-  https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:-  https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:- 0957073701/0957076716
Forwarded from Aboma Ejara
Guyyaa 3ffaa

Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo-Xirriit, leenjii hojjettoota haaraadhaaf kennaa jiru, guyyaa 3ffaaf kennaa jira.
👍21