Forwarded from Aboma Ejara
Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit torbee torbeedhaan leenjii miseensota isaatiif kennu marsaa 11ffaaf kenne
Forwarded from Aboma Ejara
Aboma Ejara
Photo
Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit torbee torbeedhaan leenjii miseensota isaatiif kennu marsaa 11ffaaf kenne
Finfinnee, 19/11/2017 ALI
Adda durummaan tajaajiloota qusannoo, liqii fi gorsa diinagdee garaa garaa kenna kan jiru Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit, leenjii tirbee torbeedhaan miseensota isaatiif kennu guyyaa har'aa marsaa 11ffaaf waajjira isaa muummeetti kenne.
Leenjicha kan kennan ogeessa oodiitii keessaa waldichaa kan ta'an, Obbo Mamberuu Taaddalee yoo ta'u, leenjiin kun miseensota hunda akka walgahu dubbate.
Leenjiin kun adda-durummaan qabxiilee garaa garaa of keessaa kan qabu yoo ta’u, kanniin keessaa faayidaalee waldaalee hojii gamtaa fi qajeelfamoota waldaalee hojii gamtaa, mirgaafi dirqama miseensota W/H/G/B/Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, akkasumas wantoonni W/H/G/B/Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, waldaalee biroorraa adda taasisan isaan ijoodha.
Miseensonni leenjicha fudhatanis leenjichatti gammadoo ta’uu isaanii ibsachuun, gaaffileefi yaada isaanii qooddataa turan.
Dhumarratti, leenjiin akkanaa cimee akka itti fufu dubbatan.

Forwarded from Teshome Bekele
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ኢትዮ-ጥሪት የሁሉም ቤት!
ሁሉን አካታች የፋይናንስ ስርዓት(Inclusive Financial Services) ከኢትዮ-ጥሪት ቁጠባና ብድር
፨ከወለድ ነፃ የፋይናንስ አገልግሎት
፨ለሁሉም ቅጥር ሰራተኞች
፨ለወጣት ስራ ፈጣሪዎች
፨ለአካል ጉዳተኞች
፨ለሴቶች
፨ለግብርና------------በቅናሽ የብድር ወለድ አቅራቢ።
Face book :- https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:- https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:- 0957073701/0957076716

❤1👍1
Forwarded from Teshome Bekele
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Tajaajila Faayinaansii hunda hammataa Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit Irraa:-
-Tajaajila faayinaansii dhalarraa bilisaa
-Hojjettoota/mindeeffamtoota maraaf
-Dargaggoota hoji-uumtotaaf
-Qaama miidhamtootaaf
-Dubartootaaf
- Hojiilee qonnaatiif,…dhala xiqqaa ta’een ni argattu
Face book :- https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:- https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:- 0957073701/0957076716
-Tajaajila faayinaansii dhalarraa bilisaa
-Hojjettoota/mindeeffamtoota maraaf
-Dargaggoota hoji-uumtotaaf
-Qaama miidhamtootaaf
-Dubartootaaf
- Hojiilee qonnaatiif,…dhala xiqqaa ta’een ni argattu
Face book :- https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:- https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:- 0957073701/0957076716
❤1
Forwarded from Aboma Ejara
ኢትዮ ጥሪት ቁ/ ብ/ኃ/የተ/መ/ህ/ስ/ ማህበር ለአባላቱ በቴክኖሎጅ የታገዘ ፈጣን አግልግሎት እየሰጠ ይገኛል።
Face book :- https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:- https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:- 0957073701/0957076716
Face book :- https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:- https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:- 0957073701/0957076716
Forwarded from Aboma Ejara
Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit, waldaa tajaajiloota si’ataa fi ariifataa tekinooloojiin deegarame hawaasaa kennaa jira.
Face book :- https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:- https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:- 0957073701/0957076716
Face book :- https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:- https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:- 0957073701/0957076716
👍1
Forwarded from Aboma Ejara
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
የኢትዮ ጥሪት ዋና አላማ የአባላትን ሂወት መቀየር እንጅ ትርፍ አይደለም!

Kaayyoon Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriit inni guddaan tajaajila si’ataa miseensotaaf kennee, miseensota isaa tajaajiluudha malee bu’aafi miti!
Face book :- https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:- https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:- 0957073701/0957076716
Face book :- https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:- https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:- 0957073701/0957076716
Forwarded from Aboma Ejara
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ከኢትዮ ጥሪት በአነስተኛ ወለድ ተበድረው የመኪና ባለቤት ይሁኑ!

Dhala baay’ee xiqqaa ta’een Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Itiyoo Xirriitiin abbaa konkolaataa ta’aa!