Forwarded from Aboma Ejara
Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo-Xirriit, milkaa'inoota waggaa sadii kabajataa jira.
Finfinnee,. Adoolessa 17/2017 ALI
Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo-Xirriit, milkaa'inoota waggaa sadii guyyoota hojii 10 niif turu Adoolessa 17/2017ALI irraa eegalee Waajjira muummee Finfinnee, K/M/A/K,Naannoo Koondominiyeemii Galaan, Gamoo Seentiraal irratti kabajataa jira.
Waldaan kun gahumsaa geggeessitoota,dhamaatii hojjettoota fi deggersa miseensota isaatiin waggaa sadan darban keessatti milkaa'inoota hedduu kan galmeesse yoo ta'u, tajaajila liqii Miiliyoonaan lakkaa’amu miseensotaaf kennuu fi miseensota hedduu horachuun milkaa'inoota hedduu keessaa muraasa.
Karaa birootiin, afoosha Wal-gargaarsa dargaggootaarraa ka'ee sadarkaa Federaalaatti Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii ta’ee galmaa'ee beekamtii argachuun, danbii ittiin bulmaata keessaa fi qajeelfamoota liqii Komiishinii Waldaa Hojii Gamtaa Federaalaattiin gamaggamsiisee raggaasisuun, tajaajiloota quubsaa kennuuf hojjettoota hedduu mindeessuu fi bakka miseensonni isaa argamanitti dhiyaatee tajaajiluuf dameewwan ja'a banuun isaa milkaa'inoota biroo nama raajaniidha.
Waldichi bara baajataa 2018tti, milkaa'inoota addaa galmeessuuf karoorfatee socho’aa kan jiru yoo ta'u, dameewwan hedduu banuun miseensota isaa akka tajaajilu ifoomse.
Kabajni milkaa'ina waggaa sadii ilaalchisee qophaa'e kun guyyoota hojii walitti aanaan 10 niif kan turu yoo ta'u, sababa kabajichaatiif waldichi tajaajila si’ataa miseensota, kadhimamtoota miseensotaaf kennuuf yeroo kamiyyuu caala karoorfatee isin eegaa jira.
Koottaa, waliin yaa hojjennu,daandii badhaadhinaa waliin yaa milkeeffannu jedha WHG Bu’uraa Qusannoo fi Liqii Itiyoo-Xirriit I/G/I/K/M
Kaayyoon Qusadhaa, Karooraan Liqeeffadha!
Tessoon keenya Muummeen:-Finfinnee, K/M/A/K,Naannoo Koondominiyeemii Galaan,Gamoo Seentiraal Darbii 1,2 fi 3ffaa
Lakk:- Bilbilaa +251957076701/+251957076716

🥰1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Face book :- https://www.facebook.com/profile.php?id=100070815460611
Telegram :- https://t.me/ethioterit21
Instagrma :- https://www.instagram.com/ethioteritsaccos?igsh=
Linkedin:- https://www.linkedin.com/in/terit-saccos
Youtube:- https://youtube.com/@teritsaccos-wd9hm?si
Phone number:- 0957073701/0957076716

❤1
Forwarded from Aboma Ejara
የኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኀ/የተ/ህ/ስ/ማ በየሳምንቱ ለአባላቶቹ የሚሰጠውን ስልጠና ለ11ኛ ዙር ዛሬም ሰጥቷል
አዲስ አበባ 19/11/2017 ዓ.ም
በዋናነት የቁጠባ የብድር ና የማማከር አገልግሎት እየሰጠ የሚገኘው የኢትዮ ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/ህ/ስ/ማ በየሳምንቱ ለአባላቶቹ የሚሰጠውን ስልጠና ለ11ኛ ዙር ገላን ኮንደሚኒየም በሚገኘው በማህበሩ ዋና ቢሮ ዛሬም ሰጥቷል ።
ስልጠናውንም የሰጡት የማህበሩ ፋይናንስ ኦዲተር የሆኑት አቶ መንበሩ ታደለ ሲሆኑ ስልጠናው በየሳምንቱ የሚቀጥል እና ለሁሉም የማህበሩ አባላቶች እንደሚደርስም ተናግረዋል ።
የስልጠናው ይዘቶችም ስለ ሕብረት ስራ ማህበራት ጥቅሞች እና መርሆዎች ፣ የኢትዮ ጥሪት አባላት መብት ና ግዴታዎች ፣ የብድር መስፈርቶች ፣ እና ከሌሎች መሰል ማህበራት የሚለይባቸውን እና መሰል ጉዳዮችን ይዟል።
በተጨማሪም ማህበሩ በዚህ ሳምንት የተጀምሮ ለ10 ተከታታይ ቀናት የሚቆየውን የ3 ዓመት የስኬት ጉዞ በዓል አከባበር በማስመልከት ባዘጋጀው ልዩ የአባላት መስተንግዶ ፕሮግራም እንዲካፈሉ በማድረግ አባላትንም ደስተኛ እንዲሆኑ አድርጓል፡፡
በመሆኑም የማህበሩ አባላቶች ማህበሩ ባሳካቸው ብዙ ስኬቶች እና በተደረገላቸው ልዩ መስተንገዶ ደስታቸውን በመግለጽ በዚህ ስልጠና እንደተጠቀሙ እና ሌሎች አባላቶች በተገቢው መንገድ እየተሳተፉ ማህበሩንም ሆነ ራሳቸውን እንዲጠቅሙ መልዕክት አስተላልፈዋል።
በስልጠናው ከተሳተፉት አባላቶችም ይህ አይነቱ ስልጠና ተጠናክሮ መቀጠል እንዳለበትም አስያየታቸውን ሰጥተዋል፡፡

Waldaan Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit torbee torbeedhaan leenjii miseensota isaatiif kennu marsaa 11ffaaf kenne