Forwarded from Aboma Ejara
የኢትዮ ጥሪት ቁ/ ብ/ኃ/የተ/መ/ህ/ስ/ ማህበር ም/ስ/አስፈፃሚ የሆኑት አቶ ሙላቱ በዕደ የ2017 በጀት ዓመት ስራ አፈፃፅምን የ3ኛ ዓመት 7ኛ ዙር ጠቅላላ ጉባኤ ላይ ለአባልት ተወካዬችና ለጉባኤው ታዳሚዎች ሲያቀርብ!
Itti Aanaa Hojirawwachiisaa Waldaa Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit kan ta'an, gabaasa raawwii hojii bara baajetaa 2017 Yaa'ii Idilee Walii Galaa Waggaa 3ffaa, marsaa 7ffaa irratti bifa ifaa fi salphaa ta'een yemmuu dhiyeessan!

ኢትዮ ጥሪት ቁ/ ብ/ኃ/የተ/መ/ህ/ስ/ ማህበር የቁጥጥር ኮሚቴ ሰብሳቢ የሆኑት አቶ ከፈለኝ አበበ በማህበሩ 3ኛ ዓመት 7ኛ ዙር መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ ላይ የቁጥጥር ኮሚቴ ሪፖርት ሲያቀርቡ
Walitti qabaa Koree To'annoo Waldaa Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit kan ta'an Obbo Kaffaalenyi Abbabaan gabaasa Koree To'annoo bara baajetaa 2017 Yaa'ii Idilee Walii Galaa Waggaa 3ffaa, marsaa 7ffaa irratti bifa ifaa fi salphaa ta'een yemmuu dhiyeessan!

👍1
Forwarded from Aboma Ejara
የኢትዮ-ጥሪት ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/መ/ህ/ስራ ማህበር የማርኬቲንግና ቢዝነስ ዲቭሎፕመንት ዳይሬክተር የሆኑት ዶ/ር አታክልት ሀይሉ የ3ተኛ ዓመት 7ተኛ ዙር መደበኛ ጠቅላላ ጉባዔ ላይ የማህበሩን የ5 ዓመት ስልታዊ ዕቅድ ግልጽ እና አጭር በሆነ መልኩ ሲያቀርቡ
Daareektara 'Biizinasii' fi Maarkeettiingii' Waldaa Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit, karoora tarsiimawaa (Strategic plan) waggaa shanii Yaa'ii Idilee Walii Galaa Waggaa 3ffaa, marsaa 7ffaa irratti bifa ifaa fi salphaa ta'een yemmuu dhiyeessan!

ኢትዮ ጥሪት ቁ/ ብ/ኃ/የተ/መ/ህ/ስ/ ማህበር ዋና ጽ/ቤት ኃላፊ የሆኑት ወ/ሮ አለምፀሀይ ታዙ በማህበሩ የ3ኛ ዓመት 7ኛ ዙር መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ ላይ የ2018 በጀት ዓመት ዕቅድ ሲያቀርቡ
Ittigaafatamtuu Waajjira Hojiraawwachiisaa Waldaa Hojii Gamtaa Bu'uuraa Qusannoofi Liqii Itiyoo-Xirriit kan ta'an Aadde Alamtsahaayi Tazuu karoora bara baajetaa 2018, Yaa'ii Idilee Walii Galaa Waggaa 3ffaa, marsaa 7ffaa irratti bifa ifaa fi salphaa ta'een yemmuu dhiyeessan!

👍2