ORO_ ENTRANCE
349 subscribers
8 photos
1 file
6 links
IJOOLLEE KUTAA 12 INTARAANSII FUDHATANIIF JOIN godhaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Download Telegram
English #Remedial program mid exam
Forwarded from Josy Quality Button
Chaanaaloota Afaan Oromoo bebbeekamoo kan

Seenaa dhugaa
Afoolota Oromoo
Jechoota hayyootaa
Walaloo ajaa'ibsiisoo
Fi
Jechootaa fi ergaawwan jaalala irraa argattan kunooti
Forwarded from GADAA BARNOOTAA
๐Ÿ‡ฒโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ฑโ€Š ๐Ÿ‡งโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ทโ€Š๐Ÿ‡งโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ฉโ€Š๐Ÿ‡ฉโ€Š๐Ÿ‡บโ€Š?
Forwarded from ORO CHELSEA
Akka hin deebinetti
Deemeera yaa tiruu
Na hin eegin Baratakoo
Anoo dhufaa hin jiru!

Sin barsiisa jedhee
Yaadee manaa ba'ee
Karaatti hafe egaa
Akka carraa ta'ee

Amma dabtara kee cufi
Qalama kees qadaadi
Akkaataa itti boossee
Na awwaaltu yaadi Assaaymantii bulchi
Gaaffii qabduus kaa'ii
Qe'ee maatii kiyyaa
Dhaqii gadda ta'i...

Konkolaataan ani ittiin si
Qaqqabbuuf eege
Waadaa keenya nyaatee Lubbuu koo wareege

Beekkumsa ani siif qooduuf
Umrii koo itti fixe
Dhiigaaf lafee koo waliin
Hallayyaatti lixe
Kan nyaatte hin deebistu
Dacheen ni jabaattii
Be'een karaatti hafee
Jedhi kaa nagaatti!"

#Barsiisoota_Yuniversitii_Madda_Walaabuu_kan_harra_balaa_konkolaataatiin_gadda_guddaat_natti_dhaga'ame.๐Ÿ˜ญ Lubbuun keessan jannata haa boqottu obbolaan koo.๐Ÿ˜ข

โœby Leta Kene'i Aga

@BUHAARUUFIITUQILINKI โค๏ธ
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
Forwarded from GADAA BARNOOTAA
๐Ÿ‡ฒโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ฑโ€Š ๐Ÿ‡งโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ทโ€Š๐Ÿ‡งโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ฉโ€Š๐Ÿ‡ฉโ€Š๐Ÿ‡บโ€Š?
Forwarded from Josy Quality Button
๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜ KOOTTAA KOLFAA๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜

Bashannanuu ni barbaadduu? Sammuu Keessan bohaarsuu barbaaddanii jirtu? Maal eegdure Chaanaaliin keenya qophiilee bashannansiisoo fi bohaarsuu isinif qabatee dhihaatee jira. ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜๐Ÿ˜ KOTTAA KOLFAA๐Ÿ˜
Forwarded from Josy Quality Button
Chaanaaloota Afaan Oromoo bebbeekamoo kan

Seenaa dhugaa
Afoolota Oromoo
Jechoota hayyootaa
Walaloo ajaa'ibsiisoo
Fi
Jechootaa fi ergaawwan jaalala irraa argattan kunooti
Forwarded from Quality Button
โคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโค
โค ๐™ฌ๐™–๐™–'๐™š๐™š ๐™Ÿ๐™–๐™–๐™ก๐™–๐™ก๐™–๐™– ๐™—๐™š๐™š๐™ ๐™ช๐™ช ๐™—๐™–๐™ง๐™—๐™–๐™–๐™™๐™™๐™ช?   โค
โคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโคโค
Forwarded from GADAA BARNOOTAA
Chaanaaloota Afaan Oromoo bebbeekamoo kan

Seenaa dhugaa
Afoolota Oromoo
Jechoota hayyootaa
Walaloo ajaa'ibsiisoo
Fi
Jechootaa fi ergaawwan jaalala irraa argattan kunooti
Hist U2. Exercise questions for Rem(4).docx
29.3 KB
For remedial students ๐Ÿ‘
Forwarded from Yeroon Promotion
Aswrwbโค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ๐Ÿ–ค๐Ÿคโค๏ธโ€๐Ÿฉน
Baga gammadan channel Islaamaa isiniif banamee jiraa join godhuun irraa fayyadamaa as jalatti kan argattan

Walaloo Islaamaa

Hadiisa sahiiha

Seenaa Sahaabootaa

Addunyaa Islaamaa

Join gochuun Islaamummaaf tumsaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Forwarded from Quality Button
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ๐ŸŒน๐—–๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ถ๐—ถ ๐—•๐—ผ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ฟ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ๐—ถ๐—ถ ๐—•๐—ฎ๐—ฟ๐˜€๐—ถ๐—ถ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ ๐—ง๐—ฎ'๐—ฒ ๐—ž๐—ฎ๐—ป ๐—ข๐—ฟ๐—ผ๐—บ๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐—›๐˜‚๐—ป๐—ฑ๐—ฎ ๐—™๐—ฎ๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ฑ๐˜‚ ๐—ž๐—ฒ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐˜๐˜๐˜‚๐˜‚ ๐—ž๐—ฎ๐—ป ๐—•๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐—›๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ฎ ๐—š๐—ฎ๐—ฎ๐—ฟ๐—ถ๐—ถ๐—ป ๐—š๐—ฎ๐—ฟ๐—ด๐—ฎ๐—ฎ๐—ฟ๐˜‚ ๐—ž๐—ฎ๐—ป๐—ฎ ๐—๐—ผ๐—ถ๐—ป ๐—š๐—ผ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ ๐—œ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ ๐—™๐—ฎ๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ
Forwarded from Quality Button
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿ’ฏ๐Ÿ’ฏ๐ŸŒน๐—–๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ถ๐—ถ ๐—•๐—ผ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ฟ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ๐—ถ๐—ถ ๐—•๐—ฎ๐—ฟ๐˜€๐—ถ๐—ถ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ ๐—ง๐—ฎ'๐—ฒ ๐—ž๐—ฎ๐—ป ๐—ข๐—ฟ๐—ผ๐—บ๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐—›๐˜‚๐—ป๐—ฑ๐—ฎ ๐—™๐—ฎ๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ฑ๐˜‚ ๐—ž๐—ฒ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐˜๐˜๐˜‚๐˜‚ ๐—ž๐—ฎ๐—ป ๐—•๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐—›๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ฎ ๐—š๐—ฎ๐—ฎ๐—ฟ๐—ถ๐—ถ๐—ป ๐—š๐—ฎ๐—ฟ๐—ด๐—ฎ๐—ฎ๐—ฟ๐˜‚ ๐—ž๐—ฎ๐—ป๐—ฎ ๐—๐—ผ๐—ถ๐—ป ๐—š๐—ผ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ ๐—œ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ ๐—™๐—ฎ๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ
Forwarded from Josy Quality Button
Chaanaaloota Afaan Oromoo bebbeekamoo kan

Seenaa dhugaa
Afoolota Oromoo
Jechoota hayyootaa
Walaloo ajaa'ibsiisoo
Fi
Jechootaa fi ergaawwan jaalala irraa argattan kunooti
Forwarded from GADAA BARNOOTAA
๐Ÿ‡ฒโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ฑโ€Š ๐Ÿ‡งโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ทโ€Š๐Ÿ‡งโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ฆโ€Š๐Ÿ‡ฉโ€Š๐Ÿ‡ฉโ€Š๐Ÿ‡บโ€Š?
Forwarded from Josy Quality Button
Chaanaaloota Afaan Oromoo bebbeekamoo kan

Seenaa dhugaa
Afoolota Oromoo
Jechoota hayyootaa
Walaloo ajaa'ibsiisoo
Fi
Jechootaa fi ergaawwan jaalala irraa argattan kunooti
Forwarded from Quality Button
๐™ค๐™ง๐™ค ๐™–๐™ ๐™ ๐™–๐™ข ๐™Ÿ๐™ž๐™ง๐™ฉ๐™–๐™ฃ?
๐•ค๐•–๐•–๐•Ÿ๐•’๐•’ ๐•˜๐• ๐• ๐•ฅ๐•’๐•’ ๐• ๐•ฃ๐• ๐•ž๐• ๐•  ๐•œ๐•–๐•–๐•ค๐•ค๐•’ ๐•œ๐•’๐•Ÿ ๐•–๐•Ÿ๐•ช๐•ฆ๐•ฆ ๐••๐•ฆ๐•“๐•“๐•š๐•ค๐•ฆ๐•ฆ ๐•“๐•’๐•ฃ๐•“๐•’๐•’๐••๐••๐•’๐•Ÿ?