Forwarded from Jama'aa Muslimaa Torban Dachii (Redwan Amin)
Sirna Salaata Iid Al-Adahaa Magaalaa Asallaa
Forwarded from Jama'aa Muslimaa Torban Dachii (Redwan Amin)
Jama'aan Muslimaa Torban Diida'aa Gaafa 02/02/2018 Marii fuulduree Jama'icha Murteessuu gaggeessaa.
Jama'aan Muslimaa Torban Diida'aa Gaafa 02/02/2018 Magaalaa Adaamaa Hoteela Kaayyootti Marii fuulduree Jama'icha Murteessuu gaggeessuuf haalduree hunda xumuree jira.
Marii kanarraatti Haalli Hojii jama'ichi waggoota 7 keessaa ture baldhinaan ni gamaaggamamaa. Fuuldureen isaa itti aanuu akkam akka ta'uu kallattiin cimaan ni kaayama.

❤2
Forwarded from Jama'aa Muslimaa Torban Dachii (እብኑል-ïšłăm 💓)
Jama’aan Muslima Torban Diida’aa Walgahii yaa’ii Ariifachiisa Marsaa 4ffaa Magaalaa Adaamaa Hoteela Kaayyoo Boruutti Eegalee jira.
❤7👏1
Forwarded from JTD Media
Tooraa Miidiyaalee gara garaatiin JTD Media hordofaa
Karaa Facebook'tiin
link: https://www.facebook.com/profile.php?id=61583018846840
Karaa Telegramiitiin
link:https://t.me/jtdmedia