EECMY Youth Ministry
1.74K subscribers
3.34K photos
8 videos
263 links
Fellowship - Discipleship - Evangelism

1Thimothy 4:12

This is the official telegram channel of EECMY Head Office - Youth Ministry
Download Telegram
*የደም ልገሳ መርሃግብር ተካሄደ*

በኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የመካኒሳ ማህበረ ምዕመናን የወጣቶች አገልግሎት አስተባባሪነት ከደም ባንክ ጋር በመተባበር የደም ልገሳ መርሃግብር ተካሂዷል:: የደም ልገሳው ባለፉት 2 ዓመታት ውስጥ ለ 3ኛ ጊዜ የተደረገ ሲሆን: በዚህኛው ዙር በድምሩ 56 ሰዎች ደም ለግስዋል። በደም ልገሳ መረሃግብሩ ላይ የቤተክርስቲያኒቱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምርያ ዳይሬክተር ወንድማገኝ ኡዴሳ ደም ተገኝተው ደም ከለግሱ በኋላ: የመካኒሳ ማ/ም ወጣት መሪዎችንም ስለ መልካም ስራቸው አበረታተው: ሌሎች ወጣቶችም ከዚህ ልምድ በመውሰድ በየአካባቢያቸው ከሚመለከታቸው አካላት ጋር በመተባበር የደም ልገሳ እና መሰል የበጎ ፈቃድ ተግባራት ላይ በምሳሌነት እንዲሳተፉ መልዕክት አስተላልፈዋል::
===


Source: EECMY Mekanissa Congregation

#EECMY #YouthMinistry #BloodDonation
EECMY Youth Ministry
Photo
*Sagantaan Arjooma Dhiigaa Gaggeeffame*

Waldaa Warra Wangeelaa  Makaana Yesuus Itoophiyaa, Waldaa Amantootaa Makkanniisaatti sagantaan arjooma dhiigaa baankii dhiigaa waliin ta'uudhaan gaggeeffameera. Sagantaa kana kan qindeessan tajaajila dargaggootaa waldaa amantootaa Makkanniisaa yoo ta'an, arjoomni dhiigaa kun waggoota 2n darban keessatti yeroo 3ffaaf kan raawwatameedha. Marsaa 3ffaa kanatti walumaa galatti namoonni 56 dhiiga arjoomaniiru. Sagantaa dhiiga arjoomuu kana irratti Daayreektarri Qajeelcha Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa WKWWMYI Wondimmaagany Uddeessaa irratti argamuun dhiiga arjoomaniin booda, gaggeessitoota tajaajila dargaggootaa waldattii hojii fakkeenyummaa gaarii qabu hojjachuusaaniitiif jajjabeessanii, dargaggootni kan biroos fakkeenya gaarii kana fudhachuudhaan naannoo isaaniitti hojii tola ooltummaa akkasii irratti adda durummaadhaan akka hirmaataniif ergaa dabarsaniiru.

Source: EECMY Mekanissa Congregation

#EECMY #YouthMinistry #BloodDonation