EECMY Youth Ministry
1.83K subscribers
3.51K photos
8 videos
269 links
Fellowship - Discipleship - Evangelism

1Thimothy 4:12

This is the official telegram channel of EECMY Head Office - Youth Ministry
Download Telegram
EECMY Youth Ministry
Photo
የልምድ ልውውጥ ከታንዛኒያን ወንጌላዊት ሉተራን ቤተክርስቲያን የወጣቶች አገልግሎት መሪዎች ጋራ
Yeroo Muuxannoo Wal Jirjiiruu -Gaggeessitoota Tajaajajila Dargaggootaa Waldaa Kiristaanaa Warra Wangeelaa Luteraanii Taanzaaniyaa Waliin
-Experience Exchange Session with Tanzanian Evangelical Lutheran Church Youth Ministry Leaders
===@Arusha, Tanzania 🇹🇿
በአሩሻ ታንዛኒያ ማኩሚራ ዩኒቨርሲቲ የLWF የአመራር ትምህርት ጎን ለጎን የኢ/ወ/ቤ/ክ መካነ ኢየሱስ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር ከታንዛኒያን ወንጌላዊት ሉተራን ቤተክርስቲያን የወጣቶች አገልግሎት ብሔራዊ ዋና አስተባባሪ አናኒያ ንዶንዶሌ እና ሌሎች የአገልግሎቱ አስተባባሪዎች ጋራ የምክክር እና ልምምድ ልውውጥ አድርገዋል::

የታንዛኒያን ወንጌላዊት ሉተራን ቤተክርስቲያን በ19ኛው ክ/ዘመን መጨረሻ ከጀርመን ሀገር በመጡ ሚሽነሪዎች የተጀመረች ሲሆን በኦፊሴላዊ ደረጃ የተመሰረተችው ደግሞ በ1963እኤአ ነው:: ቤተክርስቲያኒቱ ዛሬ ላይ ወደ ከ8 ሚልዮን በላይ አባላት ያሏት ሲሆን የቤተክርስቲያኒቱ ዋና ጽ/ቤት በአሩሻ ታንዛኒያ ይገኛል::
===
===
Barumsa gaggeessummaa LWF, Yunivarsiitii Makumiiraa, Aruushaa, Taanzaniyaatti gaggeeffamaa jiru cinaatti, Daayireektarri Tajaajila Ijoollee fi Dargaggoo WKWWMYI Wondimmaagany Uddeessaa, Qindeessaa Tajaajila Dargaggootaa Biyyaalessaa Waldaa Ivanjelikaalii Luteraanii Taanzaaniyaa Anaaniyaa Indoondoolee fi Qindeessitoota kan biroo waliin yeroo marii fi muuxannoo wal jirjiiruu taasisaniiru.

Waldaan Ivanjelikaalii Luteraanii Taanzaaniyaa dhuma jaarraa 19ffaa keessa ergamtoota biyya Jarmanii irraa dhufaniin kan jalqabamte yoo ta’u, bara 1963ALAtti seera qabeessaan hundeeffamte. Waldaan kun har'a miseensota miliyoona 8 ol kan qabdu yoo ta'u, baay'ina amantootaatiin, Federeeshinii Lutaraanii Idil Addunyaatti Waldaa Kiristaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuusitti aanuun sadarkaa 2ffaarra jirti. Waajjirri olaanaa waldaattii Taanzaaniyaa, magaalaa Aruushaatti argama.
===
===
Alongside the LWF leadership course at Makumira University, Arusha, Tanzania, the EECMY, Director of the Department of Children and Youth Ministry, Mr. WondmagegnUdess, had productive consultation and experience sharing sessions with the National Coordinator of Youth Services of the Evangelical Lutheran Church of Tanzania, Mr. Anania Ndondole, and other coordinators of the ministry. The Evangelical Lutheran of Church of Tanzanian was started by missionaries from Germany at the end of the 19th century and was officially established in 1963. The church today has more than 8 million members, and its headquarters are located in Arusha, Tanzania.

#EECMY #ELCT #Ethiopia #Tanzania 🇪🇹 🇹🇿 #LWF #Fellowship #Cooperation #ExperienceSharing #Africa #Youth