EECMY Youth Ministry
2.07K subscribers
4.11K photos
8 videos
280 links
Fellowship - Discipleship - Evangelism

1Thimothy 4:12

This is the official telegram channel of EECMY Head Office - Youth Ministry
Download Telegram
* Sinoodoosii Waabee Baatuutti: Tajaajiltoota Ijoollee fi Dargaggootaaf Leenjiin Kenname *
*ለዋቤ ባቱ ሲኖዶስ የልጆች እና ወጣቶች አገልጋዮች እና መሪዎች ስልጠና ተሰጠ*
#Training for EECMY #WabeBatuSynod Leaders, Children & Youth Ministry Coordinators
===@EECMY-WBS #Worka, Nensebo


👇👇👇
#EECMY #WabeBatuSynod #Worka #Nensebo
#Children #Youth #Leadership #Training
@eecmyyouthministry
@MYSundaySchool
EECMY Youth Ministry
Photo
* Sinoodoosii Waabee Baatuutti: Tajaajiltoota Ijoollee fi Dargaggootaaf Leenjiin Kenname *
*ለዋቤ ባቱ ሲኖዶስ የልጆች እና ወጣቶች አገልጋዮች እና መሪዎች ስልጠና ተሰጠ*
#Training for EECMY #WabeBatuSynod Leaders, Children & Youth Ministry Coordinators
===@EECMY-WBS #Worka, Nensebo
WKWWMakaana Yesuus Itoophiyaatti Qajeelcha Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaatiin Sinoodoosii Waabee Baatuutti Gaggeessitootaa fi Qindeessitoota Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaatiif mata duree "Guddinna fi Jijjiirama Hunda-galeessa" jedhuun Leenjiin Paakeejii Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa Hunda-galeessa bu'uura godhate kennameera. Leenjichi karaa Qajeelcha Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaatiin, Daarektara Qajeelchichaa kan ta'an Wondimmaagany Uddessaatiifi qindeessaa kutaa tajaajila Dargaggootaa waldattii kan ta'an Obbo Gaaddisaa Raggaasaatiin kan kenname yoo ta'u, leenjii kana irratti qindeessitootni tajaajila ijoollee fi dargaggootaa sabakoota sinoodoosichaa garagaraa irraa argamaniiru.

Guddinnaa fi Jirjiirama Hunda-galeessa Ijoollee fi Dargaggoota Keenyaaf!

"...Nuuti garbooti Isaa kaanee ijaaruu ni jalqabna, Waaqayyo Gooftaan samii immoo nuuf qajeelcha;..." Nah. 2:20
===
የኢ/ወ/ቤ/ክ/መ/ኢየሱስ በልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ለዋቤ ባቱ ሲኖዶስ መሪዎች እና የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት አስተባባሪዎች "ሁለንተናዊ ዕድገት እና ለውጥ" በሚል ርዕስ ሁለንተናዊ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ፓኬጅ ላይ መሰረት በማድረግ ስልጠና ተሰጥቷል::

ስልጠናውን የሰጡት የመምሪያው ዳይሬክተር ወንድማገኝ ኡዴሳ እና በመምሪያው የወጣቶች አገልግሎት ክፍል አስተባባሪ አቶ ጋዲሳ ራጋሳ ናቸው። በስልጠናው ላይ ከተለያዩ የሲኖዶሱ ሰበካዎች እና ማ/ምዕመናናት የተውጣጡ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት አስተባባሪዎች ተሳትፈዋል።

ሁለንተናዊ ዕድገት ለልጆች እና ወጣቶቻችን!

''የሰማይ አምላክ ያከናውንልናል፥ እኛም ባሪያዎቹ ተነሥተን እንሠራለን፤ ...'' ነህምያ 2:20

Wholistic Growth and Transformation for Our Children and Youth!

"“The God of heaven will give us success. We His servants will start rebuilding,...” Neh. 2:20

👇👇👇
#EECMY #WabeBatuSynod #Worka #Nensebo
#Children #Youth #Leadership #Training
@eecmyyouthministry
@MYSundaySchool