YEROO LEENJII SINOODOOSII GALAANAA ABBAAYAATTI: GAGGEESSITOOTAA FI TAJAAJILTOOTA IJOOLLEE FI DARGAGGOOTAAF
የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ስልጠና ለገላና አባያ ሲኖዶስ መሪዎች እና የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት አስተባባሪዎች
#Training for EECMY #GelanaAbayaSynod Leaders, Children & Youth Ministry Coordinators
===@EECMY-GAS #Guangua
Guddinnaa fi Jirjiirama Hunda-galeessa Ijoollee fi Dargaggoota Keenyaaf!
ሁለንተናዊ ዕድገት ለልጆች እና ወጣቶቻችን!
"...Nuuti garbooti Isaa kaanee ijaaruu ni jalqabna, Waaqayyo Gooftaan samii immoo nuuf qajeelcha;..." Nah. 2:20
===
''የሰማይ አምላክ ያከናውንልናል፥ እኛም ባሪያዎቹ ተነሥተን እንሠራለን፤ ...'' ነህምያ 2:20
Wholistic Growth and Transformation for Our Children and Youth!
👇👇👇
@eecmyyouthministry

EECMY Youth Ministry
Photo
YEROO LEENJII SINOODOOSII GALAANAA ABBAAYAATTI: GAGGEESSITOOTAA FI TAJAAJILTOOTA IJOOLLEE FI DARGAGGOOTAAF
#Training for EECMY #GelanaAbayaSynod Leaders, Children & Youth Ministry Coordinators
===@EECMY-GAS #Guangua
WKWWMakaana Yesuus Itoophiyaatti Qajeelchi Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa Gaggeessitoota Sinoodoosii Galaana Abbaayaa fi Qindeessitoota Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaatiif mata duree "Guddinna fi Jijjiirama Hunda-galeessa" jedhuun Leenjiin Paakeejii Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa Hunda-galeessa bu'uura godhate kennameera. Leenjii kanaan cinaatti kitaabonni garagaraa qindeessitoota tajaajila ijoollee fi dargaggootaa akkasumas tajaajiltootaa fi geggeessitootaaf gargaaran karaa dhaabbata Sagalee Misiraachoo waldichaatiin akka isaaniif dhiyaatu taasifameera.
Guddinnaa fi Jirjiirama Hunda-galeessa Ijoollee fi Dargaggoota Keenyaaf!
"...Nuuti garbooti Isaa kaanee ijaaruu ni jalqabna, Waaqayyo Gooftaan samii immoo nuuf qajeelcha;..." Nah. 2:20
===
የኢ/ወ/ቤ/ክ/መ/ኢየሱስ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ለገላና አባያ ሲኖዶስ መሪዎች እና የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት አስተባባሪዎች "ሁለንተናዊ ዕድገት እና ለውጥ" በሚል ርዕስ
ሁለንተናዊ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ፓኬጅ ላይ መሰረት በማድረግ ስልጠና ተሰጥቷል:: ከስልጠናውም ጎን ለጎን ከቤተክርስቲያኒቱ የምስራች ድምጽ መገናኛ ዘዴዎች በኩል ለልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት አስተባባሪዎች እንዲሁም ለአገልጋዮች እና ለመሪዎች የሚጠቅሙ መጽሐፍት እንዲደርሳቸው ተደርጓል ።
ሁለንተናዊ ዕድገት ለልጆች እና ወጣቶቻችን!
''የሰማይ አምላክ ያከናውንልናል፥ እኛም ባሪያዎቹ ተነሥተን እንሠራለን፤ ...'' ነህምያ 2:20
Wholistic Growth and Transformation for Our Children and Youth!
"“The God of heaven will give us success. We His servants will start rebuilding,...” Neh. 2:20
👇👇👇
#EECMY #GelanaAbayaSynod #Guangua
#Children #Youth #Leadership #Training
t.me/eecmyyouthministry

Telegram
EECMY Youth Ministry
Fellowship - Discipleship - Evangelism
1Thimothy 4:12
This is the official telegram channel of EECMY Head Office - Youth Ministry