Etho black
33 subscribers
7 photos
5 videos
Telegram link
Download Telegram
TOOMAACHOO: Gaafasiifi ganama kanaa !!

Ooltee bulti malee yakkamaan xaqqaafi guddaan hundii gatii hojii isaa ni argata!

NAGAAN NAA BULAA !!
1
Forwarded from Jawar Mohammed
Eessaan rafna jala jalaan dhufaa …. ?!
Jawar mahamed
Forwarded from Jawar Mohammed
TOOMAACHOO: Gaafasiifi ganama kanaa !!

Ooltee bulti malee yakkamaan xaqqaafi guddaan hundii gatii hojii isaa ni argata!

NAGAAN NAA BULAA !!
Dubii jawar mahamed
Forwarded from Jawar Mohammed
"Mee Waa’ee Sanyii Indashuu sana gadi fageessii qoradhu. Naannoo addabaabayii masqalaatii maal qaba? Konkolaataa code akkamiin deema? Konkolaataa meeqatu isa tiksa? Kilaashiin biiroo keessaa maal hojjeta? Biiroo inni itti fayyadamu kan Jamoo jiru sun irri keessi isaa maaltu itti hojjetama? Studio moo mana hidhaati? Maqaan koo hin dhayamu. Info qofan sitti darbadhe!"
Channel name was changed to «BBC news»
Channel photo updated
Forwarded from Jawar Mohammed
AKEEKKACHIISA: Gurbaaan Tomaachoo jedhamu Bishooftutti hidhamee akka jiru gabaasnee turre. Yakkoota gudeeddiifi kanneen biroo bara 2013 irraa kaasee Ambo, Shaggariifi Bishooftutti raaw’achaa tureef qorannoon irratti geggeeffamaa jira. Garuu Boonaa Dabalaa, “abbaan qabeenyaa” hoteela Shanan, namoota ragaa bahuuf Bishooftuu dhufan durriyyee itti ergee doorsisuun osoo hin ragin akka dheessan yaalii gochaa akka jiru irra geenyee jirra. Shoora Boonaafi hoteelli isaa maafiyaa 120 keeessatti qaban qorachaa jira. Faayila guddaa waan ta’eef yeroo fudhate. Ammaaf Toomaachoofi garee isaa itti gaafatamummaa jalaa oolchuu hin dandeessutii dhiisa jechuunii feena.
Forwarded from Jawar Mohammed
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Waajjirri Bulchiinsaafi Nageenya Bishooftuu loltoota kana doorsisuu irra lafa faarsee bulaaf raabsaa ooltan warra biyyaaf aarsaa of godhe kanaaf kennitanii mana akka jaarratan gochuu hin wayyuu? Warra raasaasnuu dadhabe doorsisaan caldhisijsuu yaaltuu ?
2
Channel name was changed to «Etho black»
Channel photo updated
Forwarded from Jawar Mohammed
IYYAAFANNOO: Nama reebamaa jiru kana warri beektan eenyummaa isaa nuuf himaa. Eenyu inni? Dhaloonnifi hojiin isaa? Amma hoo jiraa? Yoo jiraate eessa jira ?
Forwarded from Jawar Mohammed
ምነው ጄነራል የመከላካያን ዩኒፎርም ስንት ዱሪዬ ለብሶት ሲጫወትበት እንዳልነበር፣ ዛሬ ደምና አጥንታቸውን የገበሩ እውነተኛ ወታደሮች ለብሰዉት መብታቸውን ሲጠይቁ አንገበገቦት?
1