❤️Dhandhama Jaalala❤️
10.5K subscribers
249 photos
4 videos
8 links
❣️xinsammuu❣️
❣️ Wantoota barsiisoo❣️
❣️beekumsa❣️
❤️𝒘𝒂𝒍𝒂𝒍𝒐𝒐❤️

Buy ads: https://telega.io/c/Dhandhama3
Yaadaaf @Filishaggar
Download Telegram
Jaalalli gamtokkee balaa qaba. Walqixa ta'u qaba.

@Filishaggar
@Dhandhama3
19👏4😁1
Akka aduu ifuuf akka aduutti gubachuu qabda!

@Filishaggar
@Dhandhama3
🥰1815👏3
#BAJAJI😁
B-Beekumsa
A-Akkaata
J-Jaalallee namaa
A-Afuura kutanii
J- Janaajjannan
I- irraa fudhatan

@Filishaggar
@Dhandhama3
👏30😁5👌5💯54👍2🙏1
Gaafa baayyee abshaalomtu
gowwaa fakkaachuu filatta!🙏

@Filishaggar
@Dhandhama3
31👏3🥰2
#Shaggee😘

Yoon kufeyyuu maalii
Nama akka keef gaggabee
Gaafuman si argee kaasee
Jaalalli kee na qabee

Ergan si argee kaasee
Waa'ee kee qofaan yaadaa
Tolen naan jettuu bareedduu
Si jaallachuun barbaada

Hubadhumee miira kiyya
Shokoksa qaama kootii
Ani hedduu si fedheera
Bareedduu intala mootii !

@Filishaggar
@Dhandhama3
28💯2🥰1💔1
#Yoo nuti daangessine malee wanti sammuun keenya yaadee milkeessuu dadhabu hin jiru.

#Hiyyummaafi badhaadhummaan yaada sammuu irraa maddu.

@Filishaggar
@Dhandhama3
👍158👏1
#Jaalalleen hiriyyaa keetii jaalallee keetti miti.

♡Ati bifa, qallina, guntuta taa'aa laalte nama jaalatu ta'uu Malta, hiriyyaan Kee immoo guurraachomina, gabbina, shape fi waan akkana akkanaatiif xiyyeeffannaa ka hin laanne kan bilchinni qofti isa butee jaalatu ta'uu mala.🤞

#Kanaafuu miira Kee irra dhaabbattee filannaa nama biraa irratti yaada -ve hin kaasin. Wanti si biratti haalaan jaalatamu nama biraa biratti waan gatii hin qabne ta'uu danda'a. Nuti hundi wal adda, miirri fedhii fi jaalala keenyaatiis wal adda ❤️‍🔥

@Filishaggar
@Dhandhama3
16👏8🥰2
Yaadaa keessan nan dubbisa.

Mee yaadaas ta'ee waan isinitti dhaga'amuu kan waa'ee channel kanaa irratti Yaadaa, Gaaffii, qeeqaa qabdan @Filishaggar Irratti naaf barreessaa.

Yaanni keessan naaf waan guddaadha. Mee waanuma naan Jachuu feetan kamuu naan jadhaa🙏

Yaadaaf
@Filishaggar
@Filishaggar
@Dhandhama3
16🙏5👍2💯2🏆2
#Shamarran baay'een gorsa hiriyyaa hinaftuu dhaggeeffachuun dhiiraa gaarii dhabu.!
#Mejemeriya_Teredashi!🤞
@Filishaggar
@Dhandhama3
👍1410🥰1👏1
#Eenyuun madaalamta?

Sadarkaan kan kee bakka ati of keesse malee bakka ilmi namaa si kaa'ee miti. ilmi namaa madaala tolchuu fi haqa dalaguu keessatti hanqinna guddaa waan qabuuf!

Kanaafuu madaala namaa hin eegin ofumaa of madaali.!

@Filishaggar
@Dhandhama3
16👏12👍3
Naan rafiisuu na fuuldura yaada naqee......!😘

@Filishaggar!
29💔10🥰3
❤️Dhandhama Jaalala❤️ pinned «Ciqilee itti irkannee boonyu hin qabnu ta'a Garuu, bakka itti dhaabbannee,jilba qabannee,kufne fi teenye itti boonyu Fuula Uumma keenya qabna!. #Good_Sunday💥 @Filishaggar @Dhandhama1»
#Onnee dhiira fi mana barnootaa nama kaayyoo qabuttu seena.🤞
#Onnee shamarran fi mana nyaataa nama qarshii qabuttu seena.🤔

@Filishaggar
@Dhandhama3
🥰24👍1910💯8👏5
#Gaafa Miindankee dabalu
hiriyyaa biraa hin dabalin!

@Filishaggar
@Dhandhama3
👍27🥰63👏2
Live stream started
Live stream finished (3 minutes)
#Har'a fixeensa argeen jaalala namoota baayyee yaadadhe!.

@Filishaggar
@Dhandhama3
👏27🥰8👍71😁1
Yeroo joollee turretti haalaan daddfanee guddachuu feena turre!. GARUU... yeroo guddannetti yeroon joollummaa teenyaa sun yeroo caalatti nama gammachiisu turte!.💔🖇


@Filishaggar
@Dhandhama3
👍5226👏7🥰5🏆2🤔1🤬1
Elaa…!
Na hamadhu, sin hammadha
Na darbadhu, sin abdadha
Na tuffadhu, Sin bulfadha
Na qiyyaafadhu, sin iyyaafadha
#Garuu
Yoo daangaa dabarte
Yoo alagaan na Dararte
Yoo badii kankoo feete
Yoo daangaakoo ceete,
~
Wal darbaa wal hin dheessinu
Wal sarbaa gumaatti wal hin geessinu!
43👍3
Forwarded from Ale ♰ (Ale)
🎙 Breaking news


___
Group telegram durii kan isin hin fayyadamne nan bita

Bara 2019 fi isa dura kan baname
Bara 2020 baname
Bara 2021 baname
Bara 2022 baname
2023 kan baname
2024 ji'a jalqabaa 9


Lakkoofsi miseensotaa 1 yoo ta'ellee rakkoon hin jiru



🔻 Gatii guddaa siif bita waan ta'eef baay'inni miseensotaa dhimma hin qabu, wanti guddaan bara itti banamedha.💯

Kaffaltii filannoo adda addaatiin
Baankii 🏦 🏦 🏦 🏦
Telebirr, bank 🏦
M-pesa bank 🏦
akka mijannaa keessaniitti fudhachuu ni dandeessu
🎚Hubachisa owner dura dabarsudhan.

Yoo qabaattan @Ale_pair
irratti inbox na dubbisi

Dm me
@Ale_pair





Payment Proof
https://t.me/Ale_proof
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
66👍14😁5