πŸ‘‰DHALOOTAπŸ’œ HAARAπŸ‘ˆ
292 subscribers
172 photos
7 videos
5 files
213 links
Guyya kun
@nagenya
@jaalala
@eda'ama
Gidduti kan yaadameedha
Download Telegram
Ijoolle ABBA gadaa
Ayyaana bara haara irratti
Tigraay keessatti akkanatti ayyaneffatama jira
Barre haara
@dhalootahaara Join Join godha
Kootta waliin bohaarra
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Yeroo amma kanatti ummanni Ethiopia naanno gara tigraayi fi akkasumas #Ertiraanonni daanga walitti yaa'ani ayyaana waliin ayyaneeffata jiru.

TV tigray dawwadha

@dhalootahaara
@____β€οΈπŸ’šβ€οΈπŸ’š
Siif dhiitamnee
Siif hidhamnee
Siif duullee
Siif duunee
Siif jennee biyyaa baanee
Osoo biyya qabnuu
baqataa taanee
Alaabaa yaa alaabaa
Ibsituu keenya ati
Cimseen ol siqabaa .
.
.
Dhiigni Qeerroo itti jigee
Alaabaan keenya maaf
Finfinnee keessaa dhibee?
Moo
Oromoo ol nuuf qabutu
Shaggar keessaa dhibee ?
Of xiinxalaa marti keessan
Nus firfirsuudha qabnaa
Biyya abbaa keenya keessatti.

Finfinneen bahirdar fakkaatteettii dafaatii keenyatti deebisaa
Alaabaa ABO orjinaala isaa warri bitachuu barbaaddan birbirsa gooroo (piyaassaa) mana uffata Aadaa moyii xilahuunitti ni argattuu
Lakk.bil 0931641231 ykn +251 946796611
Kanaan nu argattuu waliif share godhaa adaraa odeeffannoo kana .Firaol Firaol Dereje irratti
Muuzii fi Fayyaa
============@a
Muuzii Nyaachuun Fayyaaf Faayidaa Armaan Gadii qaba.
1. Elementii potassium, olaanaa nuuf kenna.
2. Sochii mar'umaaniif gargaarsa ta'a.
3. Dhukkuba garaachaa warra qabaniif fayyisuuf warra hin qabamiin irraa immoo ittisuuf gahee guddaa taphata.
4. Sukkaara qaama keessa akka olhin kaanee fi gadi hin buune eeguu keessatti gahee guddaa taphata.
5. Keemikaala sammuu dhiphisu qaama keessaa hir'isuu danda'a.
6. Dhiibbaa dhiiga keenyaa bakka sirriitti eeguufi dhukkuboota sirna dhiigaa fi onnee tokko tokko ni ittisa.
7. lafee jabaataa fi fayya qabeessa ijaaruu keessatti gahee olaanaa taphata.
8. Hir'ina dhiigaa ittisuu fi ulfaatina hir'isuuf ni gargaara.
"Fayyaan faaya" maddi:- Dr. Gurmeessaa
Gara @dhalootahaara
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼
Baga Waggaa haaraa geessan! Bara jaalalaa fi tokkummaa nuuf haa tahu! Isin jaalanna! @dhalootahaara
@dhalootahaara
@dhalootahaara
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼
Mee nu jajjabeessa
Barri haara Kan milkii isiniif haa ta'u
@dhalootahaara
Pirezidaantiin MNO kabajamoo Obbo Lammaa Magarsaa heera mootummaa naannichaa bu'ureffachuun sirreeffamtoota seeraa 5325 ta’aniif dhiifama taasisanii jiru.
❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️
@dhalootahaara @dhalootahaara
Pirezidaantiin MNO kabajamoo Obbo Lammaa Magarsaa heera mootummaa naannichaa bu'ureffachuun sirreeffamtoota seeraa 5325 ta’aniif dhiifama taasisanii jiru.
❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️
@dhalootahaara @dhalootahaara
Qoosa @dhalootahaara

Daa'ima πŸ‘Ά xiqqaa tokkotu abbaa isaa gaafii gaafata!

#Mucaa : Abbaa namni yoo dhalatu ilkaan meeqa qaba?

#Abbaa : Lakki ilkaan homaatuu hin qabu. Ilkaan erga ol guddatee booda baasa

#Mucaa : Ahaa, adaa ati guddattee hin jirtuuf ilkaan hin baasnee?

🀣🀣🀣😁😁😁
Like mucatti ni xiqqaataa?? Lakkii..itti muddaa kaa

@dhalootahaara join godha