Humni waraanaa daangaa Itiyoophiyaa fi Eertiraa irra ture ni ka'a- Dr. Abiyyi Ahimad
===========================================
[OBN 01 01 2011] Finfinnee Fulbaana 1. 2011 Humni waraanaa daangaa Itiyoophiyaa fi Eertiraa irra ture ka'uun kan boqatu ta'uu Ministiraa Muummen FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad beeksisaniiru.
Ministiraa Muummeen Dooktar Abiyyi Preezdaant Isaayyaas Afawarqii fi aanga'ootni biyyoota lamaanii akkasumas raayyan ittisaa daangarra jiruu fi ummata biyyoota lamaanii waliin ayyaana bara haaraa kabajanii olaaniiru.
Dooktar Abiyyi yeroo achii deebi'anitti ibsa kennaniin humni waraanaa waggoota dheeraf naannoo daangaa qubate haala rakkisaa keessa waan tureef ka'uun akka boqatu ni ta'a jedhaniiru.
@dhalootahaara @ilmabbagadaa

Ganamni barii
Dhufee olanii
Nagaa walii
Gafaata
Ganama ka'ee
Ibidaa qabisisaa
Mana urgeefaatee
Bunaa qophesee
Kan bulee ho'isee
Waliin nyatee
Bara barii baraa qufaa
biraan bariite yaa ijoollee
Essati badaani
taphaa kalleessa dadhabani
Ana essati na gataaniππ
Akkam bultaanπβ€οΈπ
Kootta kootta Join godha @dhalootahaara
Dhufee olanii
Nagaa walii
Gafaata
Ganama ka'ee
Ibidaa qabisisaa
Mana urgeefaatee
Bunaa qophesee
Kan bulee ho'isee
Waliin nyatee
Bara barii baraa qufaa
biraan bariite yaa ijoollee
Essati badaani
taphaa kalleessa dadhabani
Ana essati na gataaniππ
Akkam bultaanπβ€οΈπ
Kootta kootta Join godha @dhalootahaara
Mee Itti Himaa Maaloo
"Eessattuu hin argamu
kan anarra caalu
kunoo miidhaga koo
Hundumtuu haa laalu
Dhiirri ana arge
martuu ni rifata
waan godhu wallaalee
Naasuudhaan dhaabata
Kan na bira darbe
Garagalee na laala
Rukuttaan Onneesaa
Garmalee dabala!
Nan Bareeda kan jettu
Na maddii dhaabattee
Maal ta'a yoo galtee
Daawitii ilaalte"!
Jechuudhan hundumaa
Akkanaan tuffatti,
Akkuma Jecha Ishee
Dhuguma ni taatii?
Ani gama Kiyyaan
Hundumaa ilaalee
Hubadhee Madaalee
Waanan jedhu dhabnaan
Barreessef Walaloo
Akka isheen Fokkistu
Mee Itti Himaa Maaloo!
Share godha
@dhalootahaara irra
"Eessattuu hin argamu
kan anarra caalu
kunoo miidhaga koo
Hundumtuu haa laalu
Dhiirri ana arge
martuu ni rifata
waan godhu wallaalee
Naasuudhaan dhaabata
Kan na bira darbe
Garagalee na laala
Rukuttaan Onneesaa
Garmalee dabala!
Nan Bareeda kan jettu
Na maddii dhaabattee
Maal ta'a yoo galtee
Daawitii ilaalte"!
Jechuudhan hundumaa
Akkanaan tuffatti,
Akkuma Jecha Ishee
Dhuguma ni taatii?
Ani gama Kiyyaan
Hundumaa ilaalee
Hubadhee Madaalee
Waanan jedhu dhabnaan
Barreessef Walaloo
Akka isheen Fokkistu
Mee Itti Himaa Maaloo!
Share godha
@dhalootahaara irra
#Update β¬οΈ
From #Jawar Mohammed
Imala Gara Bahaa
Gaafa Sanbata Duraa ( Saftii) Dirree Dhawaan dhaqa. Akeekni
imala kanaa haala nageenyaafi misooma magalaattii irratti
manguddoota biyyaa waliin mari'achuufi. Mariin kun galma
keessatti bakka bu'oota hawaasaa waliin godhama. Marii kana
booda torban itti aanu hogganoonni naannoofi biyyoota ollaas
affeeramanii istaadiyoomitti qophiin akka jiraatu beekameera.
Dilbata ammoo Yunivarsitii Haramaayaatti dhimma diinaggee
keessattuu rakkoo daldala jimaa irratti marii ni goona.
Rabbi Nagaan wal nu haa agarsiisuu!
@dhalootahaara

Qamalee koo qamalittii
Yaa ishee boongoorra utaaltuu
Arbi cingiggiitti dhale
Akkamiin rafnee bullaa
Diinni ammas nu hin ciisne
Kunoo mi'eessoon galee
Rasaasaan nu waxale
Kunoo #Cinaaksaniin galee
Rasaasaan nu waxale
Kunoo #Moyaaleen galee
Rasaasaan nu waxale!
-
Nurraa dhowwi yaa #Lammaa
Nurraa dhowwi yaa #Abiy
Nurraa dhowwaa yaa biyyaa
Yookaan qeerroottan iyyaa!
(Haacaaluu Hundeessaa)
Yaa ishee boongoorra utaaltuu
Arbi cingiggiitti dhale
Akkamiin rafnee bullaa
Diinni ammas nu hin ciisne
Kunoo mi'eessoon galee
Rasaasaan nu waxale
Kunoo #Cinaaksaniin galee
Rasaasaan nu waxale
Kunoo #Moyaaleen galee
Rasaasaan nu waxale!
-
Nurraa dhowwi yaa #Lammaa
Nurraa dhowwi yaa #Abiy
Nurraa dhowwaa yaa biyyaa
Yookaan qeerroottan iyyaa!
(Haacaaluu Hundeessaa)
Yaadataa jirraa?
Dargaggoota fakkeenya OromoProtest taβan
Gammadaa Waariyoo lubbuu isaa kennee waltajjii irratti βDown Down Woyaneβ jechuun hanga ammaatti kan mallattoo dhaadannoo qabsoo Oromoo taβee fi warri biraatis fakkeenya godhataniidha.
Fiqaaduu Shumataa bifa gootummaa fi miira namaa tuquun harka olqabee mallattoo dhaadannoo Oromoo taβeedha.
Umriin jara lachuu ijoolleedha. Sababa qabsootiif barnoota isaanii kutanii biyyarraa baqatanii bakka haalli hin mijoofne keessatti yeroo isaanii dabarsaa jiru. Ijoolleen tun haalli mijaaβeefii barnoota isaaniitti deebisuun kabajaa qabsoo Oromootiif kennuu taβee natti mulβata.
ππ»ππΎππΏ
@dhalootahaara Join godha

ABO abba biyyaa
Ka hundee oromoof dhaabbate
Kunoo qara boolla qonne awwalla
Amma samittu olbaafne gara geesinu dhabne.
@dhalootahaara join godha share walii dabarsa
Ka hundee oromoof dhaabbate
Kunoo qara boolla qonne awwalla
Amma samittu olbaafne gara geesinu dhabne.
@dhalootahaara join godha share walii dabarsa
#19
Kan beela'e nyaachisaa-
hunda ofitti qabanii
Kan dheebote obaasaa-
humna ofii itti dhabanii
Alagaa keessi xannachaa-
yoo guddisan of keessatti
Har'a of bartee burraaqxi-
nuun nu balleessuuf sassatti
Keenya irratti dhiitamuun-
keenya irratti kabalamuun
Keenya irraa ari'amuun-
keenya irratti doorsifamuun
Keenya abbaa biyyummaa dhabee-
kaan irratti of ol kaasuun
Maqaan uumamaa isaa cabee-
alagaan kansaan moggaasuun
Bara Qeerroo kun hin jiru-
yaa nafxanyaa of hin sobin
Isa nuti kaleessa kukkunne-
har'as deebisuuf hin koobin!
FINFINNEEN KEENYA!
KEENYA IRRATTI EYYAMA ORMAA HIN GAAFATNU!

Jiraa jirtuu Qeerroo fi qarree oromoo dhaamsaa Gabaabaa kan hin dagatina
Dhaloonni haara oromoo kenna kun fageessine yaadu qabna!!
Guyyaa har'aa namooni Finfineen irratti hiriraa bataani wani agartani akka hin nyannee adaraa warrii diinaa sumii nyataa kessati dabalanii gurguruu danda'uu ofii ergannoo isiin barbachiisa dinii dinuma nama hin cisuu nyaata irratti sirriiti ofii ergannoo godhaa β€οΈπβ€οΈ
Share godha biraan na gahaa
#boontu galatomi

Baacoo Motummoota Xoophiya
.
. ππππππ
Namichatu Gabaa Keessa Taa'e Suuraa
#Dr_Abiyyii Fi #Obbo_Lammaa_Magarsa Gurgura Ture Yeroo Kana Namni Biraan Suuraa Bitachuuf Dhufee Erga Suuraa Jara Kana Lammani Ilaale Suuraa Nama Biraa Dhabee Akkas Jedhe.
. ππππππ
#Isa_Bitu
Suuraa Mallas Zeenawwi Qabda?
.
. ππππππ
#Isa_Gurguru
Lakki Hin Qabu .
.
. ππππππ
#Isa_Bitu
Lakki Qoosa Hin Jiru Dhuguman Jedheem.
.
. ππππππ
#Isa_Gurguru.
Maal Ati Hin Dhageessu Meeqan Sitti Hima Hin Qabun Jedheem.
.
. ππππππ
#Isa_Bitu
Natti Himi Waan Adda Baasuf Jedheeti.
.
. ππππππ
#Isa_Gurguru
Garuu Maalif Akkasitti Na Rakkista Hin Jiru Yeroo Meeqa Irra Na Deebisteetta Hooti?
.
. ππππππ
#Isa_Bitu
Qis! Qis! Qis! Jedhee Maalidha Beekta Inni An Hamma Kana Hin Jiruu Irra Deddeebise Sii Jechisiisa Oole ?
Yerooti Hin Jiru Jettu Keessi Ko Gammachu Aadda Argata Kanaafidha Jedhe....
ππππππ
Yoo Sii Gammachisera Ta'ee #Share Godhi Qubi Sirra Hin Cituuti Galatooma.
π€π€π€π€π€πππππ€π€π€π€