DERA MUSLIM YOUTH JAMEA
61 subscribers
8 photos
1 video
2 files
30 links
☞☞በአፍቃሪ ልብ እንዋብ☜☜
አላማችን ሙስሊም መጣቶችን ማብቃት ነው፡፡
Kaayyoon keenya dargaggoo islaamaa gahoomsuudha.
Download Telegram
ቲቸር ከዜሮ || ሰው ምንድነው? ||Teacher KeZero|| New Comedy Series
ባባ ለቆተል ይመልከቱ

ቲቸር ከዜሮ || ሰው ምንድነው? ||ክፍል-1
ሰው ምን እንደሆነ ታውቃላችሁ
@Yeabuki_wedaje
http://www.nidatube.com/watch.php?vid=3e940a78a
በሳይንስ የተረጋገጡ 16 የማር ጥቅሞች
1. አለርጂን ይከላከላል
2. ሀይል ይሰጣል
3. የማስታወስ ችሎታን ይጨምራል
4. ሳልን ይከላከላል
5. የዕንቅልፍ እጦትን ያስወግዳል
6. ፎሮፎርን ይከላከላል
7. ቁስልና በቃጠሎ የተጎዳ የሰውነት ክፍል በፍጥነት እንዲያገግም ያደርጋል
8. በሰውነት ላይ የሚወጣን ሽፍታ ያስወግዳል
9. የቆዳ ድርቀትን ይከላከላል
10. የጨጓራ አሲድ ሾልኮ ወደ ሌላ አካል እንዳይሄድ ይከላከላል
11. የሰውነት የበሽታ መከላከል አቅምን ይጨምራል
12. ብጉርን ያጠፋል
13. ስንፈተ-ወሲብን ይከላከላል
14. ሳይነስና ከሳይነስ ጋር ተያያዥነት ያላቸውን ህመሞች ይከላከላል
15. የፈንገስ ኢንፌክሽንን ለማከም ያስችላል
16. የድድ ህመምን ለማከም ያገለግላል
17.ሼር ያድርጉት
ተጨማሪ መረጃ ለማግኘት @yeabuki_wedaje page'n join ይበሉ
☞☞ @yeabuki_wedaje
Channel name was changed to «DERA MUSLIM YOUTH JAMEA»
Channel photo updated
AS WR WB Kabajamtoota hordoftoota jama'aa dargaggoota muslima dheeraa. Jama'aan kun hawaasa magaalaa dheeraa armaan dura karaalee garagaraatiin tajaajilaa tureera. Yeroo ammaa kanas hawaasa kana haala adda ta'eefii nama hawwatuun tajaajiluuf qophii xumuree hojitti galee jira. Kanniin keessaa tokko caasaalee jiran bifa haarawaan qindeesseera. Isaanis
1. Caasaa Da'awaa fi Ziyaaraa
2. " " "Akkaadaamii fi odeefannoo
3. " " "Hawaasummaa fi
4. " " "Economiitti qoqqooduun hojii kan eegale yamuu ta'u karoora gurguddaa qabatee galmaan ga'uuf onneerraa hojjata. Gaafii fi yaada jama'aa kana irratti qabdan kara @Razisco nu biraan gahuu dandeessu.
Channel photo updated
Channel photo updated
 AS WR WB
mee jama'aa keenya (jama'aa hawaasa bal'aa kan ta'e) jama'aa dargaggoota muslima dheeraa gabbasee isiniif haa ibsu. Jama'aan kun hawaasa magaalaa dheeraa armaan dura karaalee garagaraatiin tajaajilaa tureera. Yeroo ammaa kanas hawaasa kana haala adda ta'eefii nama hawwatuun tajaajiluuf qophii xumuree hojitti galee jira. Kanniin keessaa tokko caasaalee jiran bifa haarawaan qindeesseera. Isaanis
1. Caasaa Da'awaa fi Ziyaaraa
2. " " "Akkaadaamii fi odeefannoo
3. " " "Hawaasummaa fi
4. " " "Economiitti qoqqooduun hojii kan eegale yamuu ta'u karoora gurguddaa qabatee galmaan ga'uuf onneerraa hojjata. Hojiilee gurguddoo jama'aan waggaa kana hojjachuuf karoorfte keessaa muraasni.
1.namoota harka qalleeyyii lakk'n 120 ta'an meeshaalee garagaraatiin deeggaru
2.masjiidota yeroo yeeoodhaan qulqulleessuu
3.namoota dandeettii hojjachuu qaban garuu deeggarsa muraasa barbaadan 10'n deeggaruun akka of danda'an gochuu fi kkf hedduun jiru.
kanaafuu jama'aa kana cinaa dhaabbannee rakko hawaasa muslima waliin haa furru.
Dera Muslim Youth Jemea:
*Yaadachiisaa* 1
(Be your Age)…Umriin Kee Meeqa ? Gaafii baay’ee salphaa tahee fi deebiin isaa garuu akkaan ulfaataa taheedha. Umriin kee meeqa?...Umrii kee fakkaattee?...
akkuma siin jedhe… umrii kee yoo hin beekin …umriin kee lakkoofsa qofa yoo tahe …akka hiriyyoota keetii tahuu yoo dadhabde …seenaa hojjachuurra seenaa dubbisuun yoo sitti salphate…karaa qaxxaamuraatin milkaa’inaa fi gammachuu aegachuuf yoo dharraate…dogoggorri nama biraa yoo si gammachiise…milkaa’inni namoota biroo yoo sigaddisiise …gorsa gaarii kennuu fi dinqisiifachuurra safuu namootaa hordofuu fi jala deemuun fi k.k.f yoo siif laafe…Na Amani…Umriin kee lakkoofsa qofa . Of tahuu hin dandeettu…kooppii namootaati…fakkaattii namaati…guyyaan kaleessaa si dursa …guyyaa har’a fakkaachuu hin dandeettu…miirri gadi Aantummaa sirratti olba’ee onnee kee moo’ateera .garaa laafuu caalaa garaa jabaatutu sitti kaluudha..tokkummaa caalaa gargar bahuutu si gammachiisa .
Jaallee koo …Umriin kee meeqa?
Yaani ati burqisiiftu …jabinni karoora keetii fi dandeettiin itti gaafatamummaa baadhachuuf qabdu hangami?
Maaloo…umrii kee fakkaadhu…naannoo kee sirritti daaw’adhu…XIINXALI…Akka umrii ketiititti yaadi… Akka umrii ketiititti uffadhu… Akka umrii ketiititti baradhu…hojjadhu…daladaladhu…akka umrii keetitiin ibaadaa irratti jabaadhu…hundumtuu umriidhaan bareeda.
Yaaduuf, Xiinxaluuf,Amanuuf rabbi (s.w) yeroo sii kennee jira .
Jaallee koo …umrii kee yoo hin fakkaatin booda ni gaabbita …umrii keetin gorfamuu yoo dadhabde Na amani ati uumaa gadi aanaadha. keessattuu tola yaaduufi hojjachuu yoo dadhabde ofuma miidhaa jirta …umrii keetin jijjiiramuu yoo dadhabde jecha rabbii keetii si haa yaadachiisuu.

ﻭَﻫُﻢْ ﻳَﺼْﻄَﺮِﺧُﻮﻥَ ﻓِﻴﻬَﺎ ﺭَﺑَّﻨَﺎ ﺃَﺧْﺮِﺟْﻨَﺎ ﻧَﻌْﻤَﻞْ ﺻَﺎﻟِﺤًﺎ ﻏَﻴْﺮَ ﺍﻟَّﺬِﻱ ﻛُﻨَّﺎ ﻧَﻌْﻤَﻞُ ﺃَﻭَﻟَﻢْ ﻧُﻌَﻤِّﺮْﻛُﻢ ﻣَّﺎ ﻳَﺘَﺬَﻛَّﺮُ ﻓِﻴﻪِ ﻣَﻦ ﺗَﺬَﻛَّﺮَ ﻭَﺟَﺎﺀﻛُﻢُ ﺍﻟﻨَّﺬِﻳﺮُ ﻓَﺬُﻭﻗُﻮﺍ ﻓَﻤَﺎ ﻟِﻠﻈَّﺎﻟِﻤِﻴﻦَ ﻣِﻦ ﻧَّﺼِﻴﺮٍ ‏ faaxir 37
SAGANTAA DA'AWAA . GUDDAA
As wr wb jaalatamtoota hawaasa muslimaa dheeraa.
baga ramadaana A.L.H 1440 isin gahe.
AFFEERAMTOONNII
USTAZ/INJINAR BADRUU HUSEEN.

(Miseensa koree fala barbaadduu hawaasa muslimaa fi Barreessaa kitaabaa.)
iddoon: Awaash Malkaasaa Masjida Mubaarak.
guyyaan:sanbata guddaa iftaanii (20/08/2011)
ganama sa'aatii 2:30-6:30
Baga Gessani. Taqabal Allah minnna Waminkum Saalihal A'emaal!
T.me/ahmedin99
Abudi Jeylan "በአፍቃሪ ልብ እንዋብ":
የዙል-ህጃ አስሩ ቀናት ትሩፋት
<===================>
ነብዩ ሰለላው አለይ ወሰለም እንድህ ብለዋል፦
"ከነዚህ ዐስሩ የዙል ሒጃ ቀናት የበለጠ መልካም ስራዎች አላህ ዘንድ የሚወደዱበት ቀናት የለም"።ሶሃቦችም አሉ፦
"የአላህ መልክተኛ ሆይ
በአላህ ምንገድ ላይ ጂሓድ ማድረግ ብሆንም? ብለው ጠየቁ።
ነብዩም ሰለላሁ ዐለሒ ወሰለም "በአላህ ምንገድ ላይ
ጂሓድ ማድረግ ብሆንም(ነፍሱንና ንብረቱን ይዞ ለጂሓድ ወቶ ከነዚህም ምንም ይዞ ያልተመለሰ ብቻ ስቀር" አሉ።
(ቡኻሪ ዘግበውታል)።
ስለዚህ አላህ የምወዳቸውን መልካም ስራዎች፦(ፆምን ይመስል፥ዱዓ ማብዛት ይመስል፥ሷደቃ መስጠትን
ይመስል፥የዋጂብና የሱና ሶላቶችን ግዜያቸውን ጠብቆ መስገድ ይመስል፥ሐጅ ማድረግ ይመስል፥ዝምድናን መቀጠል
ይመስል፥ደሆችን ማብላትና ማልበስ ይመስል ባጠቃላይ ዒባዳ የተበላውን ሁሉ በተቻለ መጠን በነዚህ የዙል-ህጃ አስር
ቀናት ዉስጥ ተጠናክረን ከፈፀምን ከአላህ ዘንድ ዉዴታን እናገኛለን እና እንጠናከር ጀግኖቸ።
(አላህ በዒባዳው ላይ ዒኽላስ፥ዒቲባዕ እና ዒስቲቃማ ይስጠን አሚን አሚን።)
@yeabukiwedaj
@yeabukiwedaj ▬▬▬▬▬▬◈◈▬▬▬▬▬▬
@yeabukiwedaj

➲ኢስላማዊ ቂሳዎች @yeabukiwedaj
➲ሀዲሶች
➲ነሺዳ @yeabukiwedaj
➲መንዙማ
➲ሀድራ
@yeabukiwedaj
▬▬▬▬▬▬◈◈▬▬▬▬▬▬
ሶሉ አለነቢይ (ሶለላሁ አለይሂ ወሰለም)
▬▬▬▬▬▬◈◈▬▬▬▬▬▬ @yeabukiwedaj
Forwarded from Deleted Account
አወወ ሁቦቼ ዛሬ ማምሻው ላይ የግጥም ውድድር ይኖረናል፡፡
ተወዳድሮ
1ኛ የወጣ:- 500MB
2ኛ የወጣ:- 200MB
3ኛ የወጣ:- 100MB
ውድድሩ በራስ ግጥም መሆን አለበት፡፡
ግጥሙ በአማርኛም ሆነ በኦሮሚኛ መሆን ይችላል፡፡ ውድድሩ 2 ዙር ሲኖረው ዛሬ ማምሻውን ጀምሮ ነገ የሚያበቃ ነው፡፡
እዚህ ውድድር ላይ ለመሳተፍ @razisco ላይ የሚወዳደሩበትን ግጥም ፣ ኬት እና ማን እንደሆኑ ፅፈው መላክ ይችላሉ፡፡
ይህ ውድድር በ @Abudi_Tube የሚካሄድ ነው፡፡ በቅድሚያ @Abudi_tube 'ን ይቀላቀሉ፡፡
ሴቶችም መሳተፍ ይችላሉ፡፡
Abudi "በአፍቃሪ ልብ እንዋብ":
Watch "ይሉኝታ አስቂኝ ቪዲዮ" on YouTube
https://youtu.be/U256eqJJqXA
የአስተግፊሩላህ ሀያት፡፡114 ጊዜ አስተግፊሩላህ ያለበት ልዩ ቩዲዮ
Watch "ይሉኝታ አስቂኝ ቪዲዮ" on YouTube
https://youtu.be/U256eqJJqXA
Forwarded from Deleted Account
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 28 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 20 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.