Forwarded from WAA HUNDA!
"Ana hin fuudhin; ani qaama hir'uu ta'eera" jetteen🥹 Seenaa baay'ee garaa nama nyaatuu. 💔
Shammarree tun akkuma namoota baay'ee hojjadhee jireenya koo jijjiira jettee Biyyaa Arabaa deemte. Gaafa deemtu fayyaa guutu qabdi. Achuma osoo hojjachaa jirtuu dhukkubsattee hospital deemte. Hospitaalichis akka miili irraa muramuu itti hime. Isiinis boottee waan gootu waan hin qabneef tole jettee hayyamteef. Yoo muramuu baatee lubbuu dhabdi waan ta'eef dirqama ittii ta'e.
Osoo irraa hin muramin dura gurbaa kanaan wal jaalataa turan. Hariiroon isaanii erga fayyaan dhabamtees itti fufe malee uf duuba hin deebine. Isiin hir'ina qaama isii ilaaltee "Nan fuudhin; ani qaama hir'uu ta'eera "jetteen. Innis "Kaleessa qaama guutuu yeroo turtes ani qaama kee ilaalee sin jaalanne. Har'a sababa ati qaama hir'uu taateefis sin jibbu ati yoomuu haadha manaa kooti" ittiin jedhe.
Har'aa kunoo bulti waliin ijaaratanii jiran. Jaalalli dhugaa wanti barbaade ta'us hin jijjiiramu.💔
❤️Rabbi jaalala dhugaa isin haa-badhaasu🙌

❤🔥4❤1
Oromoon gowwaa 3 Abaare 👇🏽
👉Gowwaan hin dhalatin
👉Dhalatu hin guddatin
👉Guddatu hin dubbatin
👇🏽Ammas akkas jedhama "Haati gowwaa deette guddisa hin xumurtu!😁
👌 By the way Gowwaa አትሁኑ! ብልህ tahaa!
@dependonAllah

❤🔥2😴1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
✨️اصبر يا...!
🌹 إن الله مع الصابرين!
🌹 إن الله مع الصابرين!
❤🔥6
"Yaa ilma Aadam! Ati walitti qabama guyyootaati; akkuma guyyaan tokko guyyoota irraa darbuun, kutaan qaama keetii tokko hir'ata."
"Duniyaa kana keessatti akkuma keessummaa ykn nama deemsa irra jiruu tahi; bakka itti gahuu qabdu qofa yaadadhu."

Al- Hasan Al-Basrii [Rahimahullaah]
❤🔥5
Namni doofaan haaloo bahauuf deemaa argi, namni beekaan dhiifama godhaa taajjabi,namni abshaalli immoo,jalqabumaa wallaalaa uf godhee doofaa irraa goree bira darbaa taajjabi.
ila
Gowwaan,gaafa si barbaade,mana kee jala bula, gaafa haajaa isaa sirraa fixate immoo,dhalattee keetuu hin yaadatuu xiinxalli.
Eeee.
Bilbila kee sakatta'i,kan gargaarsa si gaafatuufi kan si komatu malee,kan hujii sii arge jedhuufi kan qarshii sii erge jedhu hin argituu xiinxalli,ilmi namaa uf jaalata malee si jaalachuuf ganamaafi galgala dhimmamee hin jiraatuu hubadhu,hundi isaatuu,si dura uf argaa beeki,rakkoo tee dura rakkoo ufii beekaa taajjabi,boohicha kee dura imimmaan ufii laalaa xiinxalli.
Jaaloo
Deemuun kee kan nama miidhu,yoo jiraachuun kee fayyade qofaa beeki,yeroo jiraattu mallattoo ittiin beekkamtu qabaadhu.
Obbolaa
Uf ibsuuf hin rakkatin,fayyaalummaafi nageenna kee ibsuuf hin raatahin,kan ija kalaamsuutiin si laaluu barbaade,osoo ija afur itti dirteefii ija qulqulluun si hin laaluu,uf ibsuuf hinrakkatinii dhiisi.
Yooo
Gorsa jettee umriin dheerateefillee gurra nama jala qabuuf hin rakkatinii dhiisi, gowwaafi doofaa qalbiifi aqlii malee dulloome heddutu jiraa beeki.
Haloo
Waan waljala miliqu dalaguu dhiisi,joollumaa kee irraa hanga dhuma jiruu keetiitti,kaayyoo kee irraa ija hinbuqqifatinii,galma kee laalaa imali,waan sirraa hafe immoo,itti guuttachuuf carraaqadhu.
Santu Seera.
📚 Source: Dhiira Haati Deette!
@dependonAllah @dependonAllah

🤗2
أُخيَّتي الغاليَة !.*إن ڪنتِ عَزباء فاجعَلي وقتكِ أثمَن ما تملِڪين فاعمُريهِ بطلَب العِلم ،وتهيّئي بهِ لتڪُوني زوجةً صالحةً وأمًّا مُربّية بإذنِ اللّٰـه.*
وَاجعَلي رِضَا اللّٰـه تَعالى غايتَكِ الأولَى والأخيرة !.💎🌸Obboleettii koo jaallatamtuYoo single taate, yeroo kee qabeenya kee isa hunda caalaa gatii guddaa qabu godhadhu. Beekumsa barbaaduun guuti, haadha manaa qajeeltuu fi haadha guddiftuu ta'uuf of qopheessi, yoo rabbii fedhe.
Rabbii isa hundumaa danda'u gammachiisuun immoo galma kee isa jalqabaa fi isa dhumaa godhi!
❤4❤🔥1
✍ Jireenyi daandii qorumsan xaxamtee dha; garuu immoo namni kamuu dadhabbiifi kufaatii keessa darbee humna fooyya'aa tahetti baha!
✍ Hin dhiphatin! Hin cinqamin! Cinqiif carraa hin kennin! Ufii kee wajjiin taa'ii mari'adhu cinqii keessaa uf darbi! Obsaan deemi wanta yaadde san bira gahuuf jirta inshaa Allaah!
✍Life is too short😢!

❤🔥3❤2
"Namni rabbiif guyyaa boodaatti amane waan gaarii haa dubbatuu ykn haa callisuu"
"በአላህና በመጨረሻው ቀን ያመነ መልካምን ይናገር ወይም ዝም ይበል"
❤️Nabi Mohammed [ PBUH]

❤🔥2🥰2🤗1
Uktii eessatti badde. Akii eessatti badde maa fagaatte bar sii dawwalun kaastu siif barreessu message koon deebistuu maal taatee. Nama akkana siin jedhu qabdaami.
Yaa salaam 💔🥹
Guyya. Namni sin gafanne. Guyya sababa kee nama heddu onneen cabduu. Guyya sababa kee namni imimmaan saa dhangalaasu guyya haadhaf abbaan kee. Ilmaan kee ahliin kee firri kee ollaan kee kan akkaan jaallattu isaanis kan akkaan si jaallatan. Waan takka siin goone Oso si duuka boohan Tan rabbi si fudhatti. Yaa allah yaa akii. 🥹 yaa uktii 💔 yaa nafsii. 😢 ufin dagatin. Ufin irraanfatin. Waa carraaqqadhu guyya saniif. Ati adunyaa irratti sitti toluun mala ☆☆ . Garu. Akka Aakirri ke toluuf konkolaatan 🚘 ☆ villa 🏘 sin barbaachisu👉 dalaga keeyri qabdu gocha keeyri qabdu dubbi keeyri qabdu waan rabbiin jaalatu kan gaafa rabbi keetin wal geette si fayyaddu malee 🌿🌷
Ibaada rabbititti jabaadhu keeyri dalagadhu hanaga laftii bariite dhiitun lubbu ke qormaati. Ani har.a hagam keeyri dalagadhe hagam immo hamtutti dhihaadhe jedhi. Yeroo heddu Towbaa heddumeessi guyyaan himatteen dhuftuu Zikrii irraa akka arrabnii kee hin goggoyne *** ibaadatti jabaadhu ~~~
Ufin dagatin•••••☆•••☆

😭8❤3
✍ Rabbiin karoora gaarii siif karoorseera! Aman kan inni jedhe hin hafuu!
Wanta nuti itti dhiphannee hin furamu jennee yaannu....Rabbiin karaa nuti hin yaanne fi yeroo nuti hin yaannetti nuuf sirreessa....
Maaluma dadhabe inni❤️🩹
inni Hirkoo jabaadha Wallaahi🙌
ALHAMDULILLAAH jedhaan at any situation❤️🩹🌸

እኛ ተጨንቀንበት አያስተካክልም ቢለን ያሰብናዉን ነገር:አላህ ባላሰብነው መንገድ እና ሰዓት ያስተካክለዋል።ለሱ ምን ይሳነዋል🥹❤️🩹
አልሃምዱሊላህ ማለትን ልመዱ ወላሂ ሁሉም ነገር ኸይር አለው።❤️🩹🌸
❤🔥2
Forwarded from WAA HUNDA!
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
❤️اللهم صل وسلم وبارك علي نبينا محمد❤️
❤3
🫵Change the way you are thinking things!
✍May be you are perceiving the good things as bad things vice-versa!
✍Stay strong when you are thinking positive and earning positive result!
✅So many times you are your attitude!
🫵Ilaalcha kee jijjiiri!
📤The message of this night!

💯4
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
⏲️ Yaa Rabbi bu'a keennaafi du'a keenna nu tolchi😢
لا تحزن🌸🤌...........hin yaaddahin
osoo Rabbiin kee Subhaanahuu Wat'aala hin yaaddahin siin jedhu hin yaaddahin hin hiraarin ..hin cinqamin ......... Rabbin hirkoo godhadhu ....hirkoon bakka kamittiyyu sijalaa hin hafne rabbii kee qofa
وتوكل على الله فهو حسبه .........🌸
Rabbirratti hirkadhu gahaan kee allaahidha♥︎💐} kan isa hirkoo godhate takka kufeen hafnee............

❤🔥1
Ibnu al-Qayyim رحمه الله akkana jedhe:
"Cubbuu xiqqoo hin xiqqeessinaa, ibiddi guddaan ibidda xiqqoo irraa kan ka'e ta'uu danda'aa."
Ibn al-Qayyim رحمه الله said:
"Do not belittle a small sin, for the biggest of fires can be caused by the smallest of sparks.”
[al-Fawā'id | 3/227]

🔐.....
...........Nuuf hin galle malee....
📝Nuuf hin galle malee tokkoo tokkoo Waan uumamuu hunda keessa Rabbiin ol ta'e....Tola wahii nuuf kaahe.....
Barumsa,bu'aa fi waan hedduu waan nuti hin yaanne wahii fadlii isaa wahii keessa nuuf kaaheera.......❤️🩹👌
🔑Dhugaa isiniin jedha yeroo waa isin muudatan.....taa'aatii waan achi keessa darbe xiinxallaa😍......
Tola isaattu caala♥️🤌
https://t.me/dependonallah

الحمد لله على كل حال😍🤗
Yeroo Gaarii qabaadha obboloota koo l'v you all❤️🥰
https://t.me/dependonallah
Telegram
✍ስለ ህይወት:Waa'ee Jireenyaa❤️🩹
Barnoota,Gorsa hayyuu fi kan kana fakkaatan asirraa argattu👌.....itti dhihaadhaa!😍ስለ ህይወት እንመካከር።📝
❤🔥2
"Mukni tokko duwwaan bosona ta'uu hin danda'u."
Tokkoomi!
Tokkoomi!
❤🔥6
Uffata hunda yeroodhuma tokkotti uffachuun hin danda'amu.
🫵Akkasuma waan hamilte mara altakkatti hin argattuu suuta ejjadhu!
❤🔥5🤝1