Cooperative Bank of Oromia
82.7K subscribers
1.78K photos
66 videos
25 files
392 links
Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.
Download Telegram
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa irraa beekamtii argate. Beekamtiin kun carraaqqii baankichi tajaajila faaynaansii shaqaxa wabummaan qabamu gabbisuu fi eegalsiisuu keessatti shoora olaanaa waan taphateefi. Baankichi yeroo yaalii eegalsiisa tajaajilichaatti duwwaa shaqaxa qarshii miiliyoona 70tti tilmaamamuuf liqii kenneerra.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ከንግድና ቀጠናዊ ትስስር ሚኒስቴር ዕውቅና ተሰጠው። በዛሬው ዕለት በኅያት ሬጀንሲ ሆቴል በተካሄደ ፕሮግራም ላይ ባንኩ ሸቀጥን መሰረት ያደረገ የብድር አገልግሎት/CCF/ በማጎልበትና ለመጀመር ባደረገው ጥረት ነው ምስጋና ተችሮታል። የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ አገልግሎቱን በጀመረበት ወቅት ብር 70 ሚሊዮን የሚገመት ብር ብድር መስጠት ችሏል።

Ministry of Trade and Regional Integration has recognized Cooperative Bank of Oromia for its immense participation in collaterateralized commodity financing(CCF) pilot program on the event held today at Hyatt Regency Hotel.
The bank is the first to start the loan and financed more than ETB 70 million worth of commodity during the pilot period alone.

www.coopbankoromia.com.et
#Coopbank #Bank #Ethiopia
“Agarsiisa Faaynaansii Dijitaalawaa Itiyoophiyaa ’22” hirmaachuu irratti argamna.
Onkoloolessa 9 fi 10 Hoteela Inter-Lagzheriitti goraa nu dubbisaa!
Isin hin darbiin!

“ዲጂታል ፋይናንስ ኢትዮጵያ ሾውኬዝ ’22” ላይ ተሳትፈናል! ጥቅምት 9 እና 10 ኢንተር-ሌግዠሪ ሆቴል ጎራ ይበሉና ይጎብኙን!
እንዳያመልጥዎ!

Participating on Digital Finance Ethiopia Showcase '22. Stop by the Inter-luxury Hotel on October 19 and 20, and come visit us!
Don't miss it!

www.coopbankoromia.com.et
#Coopbank #Digital_Finance #Bank #Ethiopia
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa du’a sheeka sheekotaa ,hayyuu seenaafi amantii,Sheek Aadam Tuulaatin gadda itti dhagahame ibsaa maatii,firoottaniifi fi hawaasa musliima hudaaf jajjabina hawwa .
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ በታላቁ ዓሊም የሼኾች ሼኽ ፤ የታሪክ እና የእምነት ምሁር በሆኑት በሼኽ አደም ቱላ ህልፈተ ህይወት የተሰማውን ሀዘን እየገለፀ ለወዳጅ ዘመዶቻቸው እና ለመላው የሙስሊም ማህበረሰብ መፅናናትን ይመኛል::
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa rakkoo sassaabbii gibiraa waliin wal qabatee mudachaa ture maqsuu dandeessisu mala kaffaltii gibiraa elektirooniksii (e-tax) Daraash jedhamu hojii irra oolchuuf Abbaa Taayitaa Galiiwwanii fi Gumuruka Itiyoophiyaa fi Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa waliin waliigaltee hojii walii mallatteesse.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ በዛሬው ዕለት የግብር ከፋዩን ማህበረሰብ ከግብር ክፍያ አሰባሰብ ጋር በተያያዘ ሲያጋጥም የነበረውን እንግልት ለማስቀረት እና እንደ ሀገር ከግብር የሚገኘውን ገቢ መጠን ለማሳደግ ሥራ ላይ በዋለው ደራሽ የተሰኘ የኤሌክትሮኒክ ግብር መክፈያ ዘዴ (e-tax) ሥራ ላይ ለማዋል የሚያስችል ከኢትዮጵያ ገቢዎችና ጉምሩክ ባለስልጣንና ከመረጃ መረብ ደህንነት አስተዳደር ጋር የ ሥራ ውል ስምምነት ተፈራረመ።

www.coopbankoromia.com.et
#Coopbank #Bank #Ethiopia
Namoonni mul’ata guddinaa qaban milkaa’ina boruuf har’a ni karoorsu. Milkaa’ina keessan boruuf karooraan hogganamaa! Mul’ata gaariis qabaadhaa! Guddina egeree keessaniif tajaajila liqii wabii irraa bilisa ta'e Michuu fayyadamuun filannoo sirriidha! Michuu milkaa’ina keessaniif michoomfadhaa!
Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa
Jijjiirama Guddaaf Kan Onnate!

ራዕይ ያላቸው ሰዎች ዛሬ ላይ ሆነው ለነገ ዕድገታቸው ያቅዳሉ።
በዕቅድ ይመሩ ፣ ለቀጣይ ስኬትዎ ራዕይ ይሰንቁ!
ለፈጣን ዕድገትዎ ደግሞ ምቹ ከዋስትና ነፃ የብድር አገልግሎት መጠቀም ትክክለኛ ምርጫ ነው!
ምቹን የስኬትዎ አጋር ያድርጉ! 
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ
ለላቀ ለውጥ የቆመ!

Visionary people plan today for tomorrow’s success. Lead with a plan, and have a vision for your tomorrow’s success! Using Michu, a convenient, collateral-free loan service for your future growth, is the right choice! Make it your partner for your success!
Cooperative Bank of Oromia,
Committed to breakthrough!

www.coopbankoromia.com.et
#Coopbank #Michu #DigitalLending #Bank #Ethiopia
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa bara bajata 2014tti kaffalaa gibiraa olaanaa fi amanamaa ta’uun sadarkaa pilaatiniyeemiitti badhaafamee jira. Qabeenyi waliigala baankichaa birrii biiliyoona 121.7 ol yoo ta'u, maamiltoota miiliyoona 9.5 ol horatee jira. Baay’inni dameewwan isaas 611 caalaniiru jiru.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ በ2014 በጀት ዓመት ከፍተኛና ታማኝ ግብር ከፋይ በመባል በፕላቲኒየም ደረጃ ተሸልሚ ሆኗል። ባንኩ በአጠቃላይ ከ121.7 ቢሊዮን ብር በላይ ሃብት እና ከ9.5 ሚሊዮን በላይ ደንበኞችም ማፍራት ችሏል። ከ611 በላይ ቅርንጫፎችን በመክፈትም አገልግሎት እየሰጠ ይገኛል።

Cooperative Bank of Oromia received platinum status for being the largest and most dependable taxpayer for the 2014 E.C fiscal year. The bank has over 9.5 million customers and a total asset of over 121.7 billion birr. Its branch networks have also exceeded 611.

www.coopbankoromia.com.et
#Coopbank #Bank #Ethiopia
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Biiroo Galiiwwanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa waliin waliigaltee hojii walii mallatteesse.

Bu’uurri waliigaltichaas rakkoo sassaabbii gibiraa waliin wal qabatee mudachaa ture maqsuun gibira bifa ammayyaan sassaabuu akka ta'e hubatameera. Kana dura baankichi waliigaltee walfakkaataa Abbaa Taayitaa Galiiwwaniifi Gumurukaa Itiyoophiyaa waliin walii mallatteessuun isaa ni yaadatama.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ከኢንፎርሜሽን ደህነት አስተዳደር እና ከአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ገቢዎች ቢሮ ጋር በታክስ አሰባሰብ ዙሪያ በጋራ ለመስራት የሚያስችል የሶስትዮሽ ስምምነት ተፈራረመ:: በስምምነቱ ወቅትም በኤሌክትሮኒክስ ዘዴ የታገዘ የታክስ አሰበባሰብ ግብር ከፋዮች በተሳለጠ መልኩ ግብርን ለመክፈል እንደሚያስችላቸው ተጠቅሷል::
ባንኩ ከዚህ ቀደም ከኢትዮጵያ ገቢዎችና ጉምሩክ ባለሥልጣን ጋር በተመሳሳይ መልኩ ስምምነት መፈፀሙ ይታወሳል::

www.coopbankoromia.com.et
#Coopbank #Bank #Ethiopia
What plans do you have for the weekend? Shopping? Coffee with your beloved ones? Paying a visit to your family?
Enjoy the weekend, pay with Coopay-Ebirr
Love what you do and pay with what makes you love life more!

www.coopbankoromia.com.et
#Coopbank #Coopay #Ebirr #Bank #Ethiopia
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa yuuniyeenota hojii gamtaa, waldaalee bu’uraafi qonnaan bultootaa waliin ergama isaa bu'uura godhachuudhaan sagantaalee garaa garaa bocuun yeroo kamuu caalaa walitti dhiheenyaan hojjechuu irratti argama. Haaluma kanaan godinoota Jimmaa magaalota garaa garaa keessatti haala waldaaleen bu’uraa karaa yuuniyeenota isaanii buna dhiheessuu fi fayyadamoo ta’uu danda’an, kaffaltii dijitaalawaafi ammayyaa ta’een haala ittiin walirraa bituu danda’an, akkasumas walitti hidhamiinsa qooda fudhattootaa haala itti gabbisuun danda’amu irratti waltajjiin magaalota Jimmaaf Aggaaroo keessatti geggeessaa ture xumureera. Dabalataanis waldaaleen hojii gamtaa fi qonnaan bultootni oomisha bunaa irratti hirmaatan haala itti sharafa biyya alaa guddisanii fi baankichaa waliin walitti hidhaminsa qaban cimsan, qonnaan bultoonni dhuunfaan moodela ta'anis hojii isaanii haala itti guddisanii fi investimentiitti cehuun baankii faana haala ittiin hojjetan irratti mariin bal’aa geggeeffameera.