Cimdoo Dhaabaa Taakkalaa
2.38K subscribers
2.06K photos
43 files
385 links
Download Telegram
#Ramaddii_Caasaa_Haaraa Waajjira Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar.
Waajjirri Fayyaa Magaalaa Shaggar Caasaa Haaraa Seektara Fayyaa Ifoomee jiru irratti jiru hojjattoota ulaagaa guutan dorgomsiisuun ramaduu waan barbaadaniif warr fedhii qabdan dorgoomuu dandeessu.
❤4
Biiroo Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee
#Namoota_500_barbaada
✍The Addis Ababa City Administration Health Bureau invites qualified and interested applicants to apply for the announced vacant positions according to the following requirements.

👉Number of Positions: 500
👉 Female only
👉Job Grade: VII
👉Monthly Salary: 8,478.00 ETB
Employment Type: Permanent
Recruitment Method: Competitive selection.

Online Application Link:
https://yebichaso.et/vacancy/
Guyyaa_Galmee - 15/03/2019 - 25/03/2019'tti
#iddoo galmee - Kaampaasii" Naqamtee"
#Namni_kophee_dhabee_waaqa_komatu_gaafa_isa_miila_hin_qabne_argu_waaqa_galateeffata_jedhu_mitiiree
"YNO Kaampaasii Naqamtee

✅Yuunivarsitii Naannoo Oromiyaa Kaampaasiin Naqamtee Barattoota Ogummaa Barsiisummaan Barnoota Sagantaa torbeefi galgalaatiin Muummeewwan Barnootaa armaan gadiitiin digrii jalqabaa fi diiplomaatiin barachuuf fedha qabaniif waamicha taasiseera

#Sagantaa_Digrii
1. Afaan Ingilizii
2. Afaan Oromoo
3. Afaan Amaaraa
4. IT

#Sagantaa_Diiploomaa
1. Afaan Ingilizii
2. Afaan Oromoo
3. Afaan Amaaraa
4. Gadaa
5. Herrega

ulaagaa_digrii
1. Kutaa 12ffaa bara 2015 - 2018 qoramuun qabxii darbiinsaa galmeessaniif, fi

2. Remedial bara 2015 - 2018 Yuunivarsitii Mootummaa seenuun kanneen darban

3. Diiploomaa irraa gara digriitti kanneen fooyyeeffachuu barbaadaniif

ULAAGAA_ DIIPLOOMAA
1. Bara 2018 Dhiiraaf Qabxii 215, Dubaraaf 205
2. Bara 2017 Dhiiraaf Qabxii 192, Dubaraaf 180
3. Bara 2016 Dhiiraaf Qabxii 174, Dubaraaf 168
❤1