BRIDGE BROKER
406 subscribers
890 photos
7 videos
9 files
212 links
Beeksisa fi waantota Bitachuuf Gurgurachuu feetan kamiif iyyuu keessan nu dubbisaa!

0910533246
Download Telegram
Lets VCard

Tajaajila Business Card kan tuttuqqaa hin qabne dha. Kunis business card dur baratame kan print godhamu mudaa baayyee qabu hambisee akka gaariitti odeeffannoo baayyee namootaaf qooduu kan nu dandeessisu dha. Business Card duraan baramaan maxxansiisnee baanne rakkoollee inni qabu: daddafee nu harkaa dhumuu, maxxansaaf baasii hedduu nu baasisa, odeeffannoo baayyee xinnoo qofa baata, yoo odeeffannoo xinnoo jijjiiruuf barbaanne hundasaa gatnee haaraa baasii guddaadhaan maxxansiisuudhaan baasii humnaa oliif nu saaxila. Kanaaf furmaatni digital business card kana dha.

Lets VCard akka fedhaa fi humna keessaniitti plan yookaan package gosa 4 keenye keessaa tokko filachuudhaan galmooftanii battaluma business card tuttuqqaa hin qabneefi odeeffannoo hedduu baatu uummachuu dandeessu. Kanaanis business card keessan akka website tti internet gubbaa kaawwattanii QR Code qofa yookaan ammoo link kan profile keessanii qofa namaaf qooduudhaan odeeffannoon guutuu waa’ee keessaniifi dhaabbata keessanii akka nama hunda bira gahu taasisuu dandeessu. Kanaanis QR Code haaraa otuu uumuu isin hin barbaachisin odeeffannoo keessan yeroo barbaaddan jijjiiruufi haaressuu dandeessu.

Kaffaltiin keenya madaalawaa fi waggaatti si’a tokko qofa yeroo ta’u waggaa waggaadhaan haaroomfamuu qaba. Kana yeroo jennu website tokko yeroo hojjechiifattan qarshii guddaa 50,000 fi isaa oliin hojjechiiftanii dabalata domain name fi hostingdhaaf waggaa waggaadhaan qarshii 4,800 ol kaffaluu isin gaafata. Lets VCard garuu odeeffannoo hedduu isiniif baatee waggaatti kaffaltii xinnoo qofaan ofii keessanii otuu nama biraaf hin kaffalin odeeffanoo barbaachisu guuttachuudhaan kan fayyadamtan dha.


Yeroo galmooftan hidhi kun: https://letsvcard.com/register?ref=696F9D2EE2A68 referal code kiyya waan baatuuf anaaf galmee namootaarraa 10% naaf shallagama. Kanaan akka galmooftan isin gaafachuun fedha. Galmaa’uudhaaf odeeffannoo guutuu erga galchitanii booda Signup kan jedhu tuquudhaan email isiniif ergamu banuudhaan Verify kan jedhu tuquu hin dagatinaa. Itti aansuudhaan erga verify isiniif ta’ee booda email fi password keessaniin seenuudhaan plan yookaan package barbaaddan akka fedhaaf humna keessaniitti bitachuuf filadhaa. Odeeffannoo barbaachisu hunda guutuudhaan otuu hin xumurin dura account Baankii Daldala Itiyoophiyaa fi telebirr mul’atu sana keessaa tokko filachuudhaan hamma qarshi plan yookaan package filattan sanaa transfer gochuudhaan Transaction ID yookaan Transaction Number bakka Transaction Note jettutti guutuudhaan xumuraa. Itti aansuudhaan daqiiqaa 10 hanga sa’a 24 gidduutti account keessan waan activate isiniif ta’uuf obsaan eegaa. Erga account keessan activate isiniif godhameen booda menu ittiin business card fi store(mana daldalaa) keessan create godhattan isiniif dhufa.

Galmaa'uudhaaf: https://letsvcard.com/register?ref=696F9D2EE2A68

Deggarsa ogummaafis ta'e dhimmoota garaagaraaf nu quunnamuudhaaf: https://t.me/letsvcard
1
2
Warreen ijaarsa adda addaaf haguggii Qorqorroo Egaa barbaaddan ...

👉 Abbaa Gej35 - 1mt * 0.9mt = 570birr with Vat
👉 Abbaa Gej32 - 1mt * 0.9mt = 670birr with Vat
👉 Abbaa Gej30 -  1mt * 0.9mt = 800birr with Vat
👉 Abbaa Gej28  - 1mt * 0.9mt = 900birr with Vat

Lakkoofsa bilbilaa armaan gadiin bilbiluu dandeessu
📞 0935082706


ለተለያዩ ኮንስትራክሽን ኤጋ ቆርቆሮ የምትፈልጉ ፣

👉  35ጌጅ - 1 ሜትር * 0.9 ሜትር = 570 ብር  ከነ ቫት
👉 32ጌጅ - 1 ሜትር * 0.9 ሜትር = 670 ብር  ከነ ቫት
👉 30ጌጅ  - 1 ሜትር * 0.9 ሜትር = 800 ብር ከነ ቫት
👉 28ጌጅ  - 1 ሜትር * 0.9 ሜትር = 900 ብር ከነ ቫት

ከታች በተገለጸው ስልክ ቁጥር ማውራት ይችላሉ።
📞 0935082706"
1
VACANCY

1. Accountant
2. Senior Accountant
3. Junior Accountant
4. Driver Heavy Track 3
5. Senior Logistics &Supply Chain
6. Junior Dispatch
7. Fleet Manager
8. Bid Contract Management Officer

Namoonni iddoowwan kana irratti muuxannoo qabdan CV keessan karaa

Telegram :User name @bridgebrokerm
+251923114107 for telegram only

ergadhaa.
💯1
" Inni immoo, "Naatanii hin dinqifatinaa! Isin Yesus nama Naazireet isa fannifamee ture barbaaddu; innoo ka'eera, as hin jiru ilaa, iddoo isaan isa ciibsanii turan iyyuu! "
(Mar 16: 6)

Baga Ayyaana Yaadannoo du'ee, du'aa ka'uu Gooftaa Keenya Yesuus Kiristos kan 2018/2026 Isin gahe! Nu gahe!
Ayyaanichi, Kan Nagaa! Kan Gammachuu! Kan Jaalalaa isiniif Maatii keessaniif haa ta'u!

Ayyaana Gaarii!
Abdataa Tolasaa ( Mugaabee )
Barattoota FOCUS Finfinnee fi Naannoo ishee jiraattan maraaf....
Hundi keessanuu Affeeramtaniittu!
JIMAATA Caamsa 1, 2026, Waaree booda, sa'aa 7:00 WWWM Yesuus Amantoota Oromoo Finfinnee
For Interested Applicants ..

HOPELINK SACCOs – External Vacancy Announcement
HOPELINK SACCOs is a member-based cooperative financial institution established to promote financial inclusion, strengthen savings culture, and empower members through accessible and affordable financial services.

The SACCOs provides savings, credit, and member-focused financial solutions that support sustainable livelihoods and community development. With a strong commitment to trust, accessibility, and institutional growth, HOPELINK SACCOs continues to serve as a reliable cooperative financial partner.

To strengthen its work units, HOPELINK SACCOs invites qualified, motivated, and competent applicants who fulfill the requirements to apply for the following vacant positions:

1. Job Title: Senior Accountant
Job Location: Head Office

2. Job Title: Digital Marketing & Communication Officer
Job Location: Head Office

3. Job Title: Credit Officer
Job Location: Head Office

4. Job Title: Graduate Trainee (GT)
Job Location: Head Office

Interested applicants should submit their application through the online application form below.

Applicants are advised to review the full Job Description before applying.

📄 Vacancy Details & Job Description:
https://drive.google.com/file/d/1Y3KEUZPnoJCtw-2Gf_U-1bY2FlGMabz0/view

📝 Apply Here

https://forms.gle/mhkFjyUVEejoGUiL9

Employment Type: Full-Time

Duty Station: HOPELINK SACCOs Head Office, Bole Olympia, Kirkos Sub City, Addis Ababa
Female candidates are strongly encouraged to apply
Only shortlisted candidates will be contacted
Application Deadline: May 23, 2026 at 5:00 PM (EAT).

Warreen kaanifis share godhaa!
👏1
👍1
DAFAA WALI SHAR GODHAA
Baankiiwwan kanneen keessaa kam verify godhachuu barbaadda?

Manuma keessan taa'uudhaan Herrega Baankii keessanii Fayda ID waliin wal qabsiifachuuf ykn verify godhachuuf linkiiwwan armaan gadii fayyadami.

1. CBE ~ https://cbefayda.cbe.com.et/
2. CBO ~ https://my.coopbankoromiasc.com/harmonization
3. Bank of Abyssinia ~ https://cs.bankofabyssinia.com/fayda_connect

4. Awash Bank ~ https://fayda.awashbank.com/en

5. Hijra Bank ~ https://apps.hijradigital.com/fayda/v2/acctVerf

6. Siinqee Bank ~ https://fayda.siinqeebank.com:7443/

7. Oromia Bank ~
https://share.google/GUWsaxoIAESFRp2hM

8. Dashen Bank ~ https://dashensuperapp.com/dashen-fayda

9. Wegagen Bank ~ https://fayda.wegagenbanksc.com.et/harmonization

10. Rammis Bank
~ fayda.rammisbank.et https://share.google/plT5HzQvm1tv8UNXv

11. Bunna Bank
~Bunna Bank S.C https://share.google/A0hUwRAMgdnLtlbzo

12. Hibret Bank
~ Hibir KYC https://share.google/i51ZxAdL9Un0akwdQ

13. Zamzam Bank
~ Zamzam Bank Self Care https://share.google/xGGSSeRFdT1CIbhNy

14. Zemen Bank
~ Zemen Bank - Fayda Harmonization Public Portal https://share.google/suZir106gcgnGBmq0

15.Tsehay Bank
~Tsehay Bank - Secure Authentication https://share.google/kth9Jhv6ZUYBkjplw

16. Nib International Bank
~ Nib-Fayda Harmonization https://share.google/L5ZLh3L8fejwRZuwz

17. Goh Betoch Bank
~ Goh Betoch Bank- National Id https://share.google/ctaQjZ5hn9oM14V8v

18. Enat Bank
~ Link Fayda ID - Bank Account Entry https://share.google/ylkI3uBltBHjEfQDT

19. Development Bank of Ethiopia
~ DBE-National ID https://share.google/rJZuO1Pgr89iRk78y

20. Anbesa Bank
~Fayda Account Harmonization https://share.google/TZRz6F7D1vyh0drad

21. Ahadu Bank
~ Welcome | Ahadu Bank - Ahadu Fayda https://share.google/AWGS37Dz6lBUjnpc9

22. Addis International Bank
~Home - FaydaOnline https://share.google/VvAB1Q3Ptz5BMeHzg

23. Abay Bank
~ Abay Bank KYC Verification https://share.google/w8Vbv2NE8iKEFmaoG

24. Sidama Bank
~ Sidama Bank – Fayda Harmonization https://share.google/761CzPTAIDMgDZfq7

25. Tsedey Bank
~ Tsedey Bank – Fayda Harmonization https://share.google/sTOqWWmX7Q9mfREKN

26. Amhara Bank
~ ABa Fayda Integration System https://share.google/Vv4h7sacieT0EIrXA

27. Berhan Bank
~Source: nationalidharmonization.berhanonline.et https://share.google/mmNkJ7YisczE9C6yK

28,Source: Gadaa Bank https://share.google/rXOqqMPYwwBlRJMbY

To get all links tegether press the following link
National ID https://share.google/D1KV8dm1ZcLYwrX6a

national bank of Ethiopia 🇪🇹
Home - National Bank of Ethiopia https://share.google/diEOL8VzfbyedwCTu
National ID Ethiopia