Biiroo Barnootaa Oromiyaa ኦሮሚያ ትምህርት ቢሮ
29.8K subscribers
506 photos
3 videos
425 files
402 links
Biiroo Barnoota Oromiyaa is strongly working on improvement of quality education in Oromia Regional State and all over the country

This channel is created to help students with what we can and what we have!
Download Telegram
#Update

Seera qormaata ba’uu cabsuun ragaa barnootaa dhorkuu dabalatee, barataan sarbama kana raawwate deebi’ee qormaata akka hin fudhanne adabamuu danda’a.

Wiixata darbe, Waxabajjii 19, 2015, Ministeerri Barnootaa;  Hoggantootaa fi abbootii qabeenyaa dhaabbilee barnoota olaanoo dhuunfaa fi yunivarsiitiiwwan mootummaa waliin marii toora interneetii irratti taasiseera.

Xumura marii kanaa irratti Ministeerri Barnootaa qormaata ba’uu bara 2015 dhaabbilee barnoota olaanoo hunda keessatti kennamu waliin walqabatee dhimmoota waliin hojjetamuu qaban ilaalchisee kallattii kaa’ee jira.

#Isaanis:

Barattoota qormaata ba’uuf taa’an ilaalchisee, barattoota bara 2015 semisteera lammaffaatti barnoota isaanii xumuran ykn galmaa’anii barachaa jiranii fi kanaan dura qormaata ba’uu fayyaa fi Seeraa hin darbine ta’a. 

Kun ta’ee osoo jiruu barataan haaraan kan duraan tarreen isaanii hin ergamnee fi koodiin eenyummaa hin kennamneef  qormaaticha irratti kan hin hammatamne ta'a.

Barattoonni qormaata bahuu darban tiraanskriiptii isaanii irratti ji’a, waggaa fi qabxii 100 keessaa issan galmeessan ifatti waraqaa ragaa qormaata bahuu kennamuuf irratti kan galmeeffamu ta'uun ibsameera.

Akka Ministeerri Barnootaa ibsutti, yeroo qormaata ba’uu seera qormaataa cabsuudhaaf tarkaanfiiwwan naamusaa fudhatamuu qaban, bal’inaafi gadi fageenya rakkoo kanaa irratti hundaa’uun, tarkaanfii naamusaa yunivarsiitiiwwan fudhatan keessatti mul’achuu danda’a.

- Qormaata ba’uu keessatti sagantaalee walitti makaman ilaalchisee qormaanni maqaa tokko ykn adda addaa lamaa fi isaa ol waamaman akka jiran Ministeerri Barnootaa beeksise.

Ministeera Barnootaa;  Xalayaa dhaabbilee barnoota olaanoo dhuunfaa fi mootummaaf erge keessatti;  Sagantaawwan qormaata walfakkaataa akka qabaatan akkasumas sagantaaleen qormaanni itti qophaa’e akka dabalataatti bal’inaan ifoomaniiru.

👇👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇👇
Don't forget join and share this group

@Qubee_Aplus_Education
@Qubee_Aplus_Education

@Qubee_Aplus_Education 💡

SABA  GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡MIIDIYAA📡
@GAADDISA_SABAA1
#Update #Yuunivarsiitii_Waldiyaa

Yuunivarsiitiin Waldiyaa waa'ee bu'aa qormaata bahumsaa bara kanaa ibsa bal'aa baaseera.

Yuunivarsiitichatti sagantaawwan jaha irratti barattoota qormaata kana fudhatan hundi darbaniiru;

√ Computer Science
√ Agricultural Economics
√ Veternary Medicine
√ Management
√ Sociology and
√ Land Adminstration & Surveying

Ibsa guutuu Suuraa irraa ilaalaa.

Kan Yuunivarsiitiiwwan biroos argachuuf channel keenya join fi share taasisaa!

https://t.me/+uGuVWUebBw80MWY0
https://t.me/+uGuVWUebBw80MWY0


💧 https://t.me/+h4yscp_Pwyg3Mjdk
💧 https://t.me/+h4yscp_Pwyg3Mjdk
#Update

Atileet Siifaan Hasan dorgommii Meetiraa 5000 har’a geggeefameen injifattee jirti.

Baga gammaddee

@Qubee_Aplus_Education 💡
         Share 💫 Share 💫
#Update

Qormaanni Biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2016 baatii Waxabajjii keessa akka kennamu Tajaajilli Madaalli Barnoota fi Qormaataa beeksise.

Daarektarri olaanaa tajaajila kanaa Dr.Eshetuu Kabada bara kana qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhachuuf barattoonni kuma 670 ol galmaa’uu isaanii himaniiru.

Naannolee rakkoo nageenyaa qaban irraa kan hafe, naannolee biyyattii irra caalaan galmeen isaanii xumuramuu ibsameera.

Daarektarri olaanaan kun guyyoota muraasa booda  maxxansi qormaatichaa akka eegalu himaniiru.

Qormaanni kutaa 12ffaa bara 2016 baatii Waxabajjii keessa akka kennamus mirkaneessaniiru.

Qormaanni biyyoolessaa yeroo 3ffaaf yunivarsiitiiwwan keessatti kennama.

Bara kana Ministeerri Barnootaa dameewwan saayinsii uumamaa fi saayinsii hawaasaa tokkoon tokkoon isaaniif gosoota barnootaa #jaha akka kennamj murteessaniiru.


MD
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1