Biiroo Barnootaa Oromiyaa ኦሮሚያ ትምህርት ቢሮ
33.2K subscribers
110 photos
39 files
95 links
Biiroo Barnoota Oromiyaa is strongly working on improvement of quality education in Oromia Regional State and all over the country

This channel is created to help students with what we can and what we have!
Download Telegram
Forwarded from JECHOOTA GAMNAA
Yuunivarsitii Dhaloota Jalqabaa

Dhaloota jalqabaa seenuu Keessaa
muraasni:-
👉 Muummee baay’een Yuunivarsitichatti waan argamuuf
carraan Muummee isin barachuu barbaaddan argachuu guddaadha.
👉 Yuunivarsitiiwwan Dhaloota jalqabaa hedduun diinagdee
garaa garaan waan of cimsaa jiranuuf, haalli qulqullina nyaataa
warreen kaan irra filatamaadha.
👉 Barnoota ga’aafi qulqullina qabu argachuu dandeessu.
👉 Meeshaalee baruufi barsiisuuf barbaachisan guutuu waan
qabaniif sirna baruuf barsiisuu irratti rakkoon hin mul’atu.
👉 Miidhaan Yuunivarsitii Dhaloota Jalqabaa seenuu hoo maali?
Miidhaadha jedhamuu baatus barattoonni Yuunivarsitii Dhaloota
jalqabaa seenanu, barattoota gahuumsa guddaa qaban qofa waan
ta’eef, waldorgommii cimaa taasisuu isin gaafata.
Kana jechuun barataa giddu galeessaa taatanii Yuunivarsitii
Dhaloota jalqabaa seentan yoo ta’e, Muummee isin barachuuf
barbaaddan kan jirullee ta’us, carraan Muummee barachuu
barbaaddan argachuu baay’ee xiqqaadha.
Barattoota Gahuumsa ga’aa qaban baay’inaan simachuuf waan
barsiisuuf, akkaataan kenniinsa qabxii ykn bahiinsaa qormaataa
kan Yuunivarsitii biroo waliin walbira qabamee yeroo ilaalamu
xiqqoo garaagarummaa qaba.
👉 Yuunivarsitii Dhaloota Jalqabaa(1st Generation) Warreen
jedhaman isaan kami?
Yuunivarsitii Dhaloota Jalqabaa warreen jedhaman isaan asii
gadiiti:-
1.Yuunivarsitii Finfinnee
2 Yuunivarsitii Jimmaa
3.Yuunivarsitii Haramaayaa
4.Yuunivarsitii Hawaasaa
5.Yuunivarsitii Adaamaa/ASTU6.
Yuunivarsitii Arbaa Miinci
7.Yuunivarsitii Maqalee
8.Yuunivarsitii Gondar fi9.Yuunivarsitii Baahir Daar
👉 Yeroo ammaa Garaagarummaan Yuunivarsitii Mootummaatti
barachuufi Dhuunfaan barachuu gidduu jiru maali?
Qacarrii irratti Dhiibbaa ni qabaataa?
Garaagarummaa ilaalchaa, haalli qabxiin itti kennamuufi
xiyyaaffannoo jiraachuu danda’a, garuu yeroo amma namni kamuu
qacaramuufi Ragaa barnootaa isaa fudhachuuf qormaata
bahumsaa dabarfachuu waan qabuuf garaagarummaan jira
jedhamuun hin danda’amu.
Qabxiin darbiinsaa barattoota sagantaa Fooyya’iinsaa yoom
gadhiifama?
Badhaasa qarshii kuma tokkoo akkamitti injifachuu dandeessu?
👉 Barattoonni Sagantaa Fooyya’iinsaa dhuufaadhaan kaffalanii
Yuunivarsitii Dhuunfaatti baratan qabxii darbiinsaa yoo galmeessan
Yuunivarsitii Mootummaa Seenuu ni danda’uu?
Carraan Yuunivarsitii Mootummaa Seenuu Baay’ee xiqqoodha,
sababaan isaas Yuunivarsitiin Mootummaa barattoota haaraafi
barattoota Sagantaa Fooyya’iinsaan Yuunivarsitichatti baratanii
qabxii darbiinsaa galmeessaniif yeroo tokkichatti waamicha waan
godhuuf, humna barattoota dhuufaan barataa turanii itti
dabalachuu hin qabu jechuudha.
Carraan barattoonni dhuunfaan Sagantaa Fooyya’iinsaa
Yuunivarsitii dhuunfaatti kaffalanii barataa turanii, qabxii darbiinsaa
ni galmeessu yoo ta’e, Yuunivarsitii dhuunfaa barbaaddanitti
filataanii barachuu danda’u.
Bara darbe qabxiin Barattoonni Sagantaa Fooyya’iinsaa
(#Remedial_Program) mooraa ittiin seenan meeqa?
Natural Science Dhiira:-263
Dhalaa:-227Social ScienceDhiira:-220
Dhalaa:- 190
Horsiisee Bultuuta ( 210 saala lamaa )
Naannoowwan guddachaa jiran ( 180 saala lamaan )
Barataan tokkoo sagantaa Fooyya’iinsaa(#Remedial_Program)
mooraa yoo seene, waggaa itti aanutti darbuuf, qabxii meeqa
galmeessuu qaba.
Barataan tokko sagantaa fooyya’iinsaa(Remedial_Program)
mooraa seenee, qabxii darbiinsaa fidee wagga itti aanu barachuuf,
30% keessaa qormaata mooraadhaa qophaa’u fi 70% keessaa
qormaata Ministeera Barnootaatiin qophaa’u, 50% fi isaa kan
galmeessu yoo ta’e waggaa itti aanutti dabarfachuun wagga 1ffaa
eegala.

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Oromia_Education_Bureau2
@Oromia_Education_Bureau2

🔎#Telegram
Share woliif godhaa

Join👇
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_8_fi_12
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1

ɢᴀʟᴀᴛᴏᴏᴍᴀᴀ!
WAAMICHA QACARRII BARSIISOTAA

Barsiistonni Ulaagaa Armaan Gadii Guuttan Mana Barumsaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaa Nageellee Gosa Barnootaa Barbaadameen Barsiisuu Barbaaddan Galmooftanii Dorgomuu Waan Dandeessaniif Affeeramtaniittu

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Oromia_Education_Bureau2
@Oromia_Education_Bureau2

🔎#Telegram
Share woliif godhaa

Join👇
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_8_fi_12
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1

ɢᴀʟᴀᴛᴏᴏᴍᴀᴀ!
Qulqullina Barnootaa Dhugoomsuuf Hoggantoota Barnootaa Leenjiin Cimsuu Qabna Jedhame.

BBO- Onkololeessa 20/2016 Biiroon Barnootaa Oromiyaa qulqullina barnootaa dhugoomsuuf leenjii dandeettii hoggantoota barnootaa cimsuu danda'u har'a Magaalaa Adaamaatti kennuu eegaleera.
Barnootni gahumsaan akka hogganamu gochuuf supparvaayizaroota barnootaafi dura bu'oota manneen barnootaa dandeettii hoggansa isaanii cimsuun murteessaadha.
Kanuma bu'uura gochuun akka naannoofi biyyaatti rakkoo barnoota keessatti qunnamaa jiran furuuf rakkoowwan qorannoon adda bahan irratti hojjatamaa jiru keessaa tokko hoggantoota barnootaa dandeettii hoggansaa leenjiin akka fooyyeffatan gochuun barbaachisaadha.

Leenjiin Supparvaayizaroota Barnootaa Aanaawwan Oromiyaa keessaa walitti babahan 561 ta'aniif guyyaa sadiif(20-22/02/2016) Magaalaa Adaamaatti kennamuu eegaleera.
Leenjii kana haaswaan kan banan Hoggantuu I/A Biiroo Barnootaa Oromiyaa adde Magartuu Mahaammad yoo ta'an, haasawa taasisan keessatti, supparvaayizarootni barnootaa har'a leenjiif qopha'an kunniin gurmaa'insa haaraa waan ta'aniif, gurnaa'insi kun dandeetti irratti hundaa'ame kan adda bahe, qormaataan calalamee supparvaayizaroota 3000 kanaan dura turan keessa 1000 gahumsaan filatamaniidha.
Suoparvaayizarootni 2000 hafan immoo gara barsiisummaatti akka deebi'an gochuun bakka hir'ina barsiisaa qabnu irratti ramadamanii hojjatan taasifameera.
Kanaafuu, caasaan/gurmaa'inni haaraan har'a leenjii jalqabu kun hanga daree barnootaa seenuun dura bu'aa mana barnootaafi barsiisaaf deeggarsa kan kennuu waan ta'eef leenjicha yaadaafi qalbii guutun akka hordofan dhaamsa dabarsaniiru.
Dabalataanis, Biiroon Barnootaa Oromiyaa inisheetivoota qulqullina barnootaa mirkaneessan bocuun hojiitti kan gale yoo ta'u, nyaata barattootaaf dhiheessuu, Manneen Barnootaa Bu'uura Boruu ijaaruun, Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaafi Manneen Barnootaa Addaa babal'isuufi kkf irratti ciminaan hojjachaa jira. Leenjitootnis barnoota keenya kufaatii keessaa baasuuf gahee isaanii akka bahaniifi xiyyeeffannoon akka hojjachuu qaban ibsuun leenjichi ifaan ifatti banamuusaa himaniiru. Hogganaa I/A Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Bultoosaa Hirkootis sochii biiroon barnootaa dhimma qulqullina barnootaa mirkaneessuu danda'an jedhamanii qorannoon adda bahan akkamitti furuun akka danda'amu leenjifamtootaaf ibsuun jajjabeessaniiru.

Leenjiin gahumsa Supparvaayizaroota Barnootaa fooyyessuuf kennamaa jiru kun ogeeyyota Yunivarsitootaafi Kollejjoota adda addaa irraa dhufanfi ogeeyyota Biiroo Barnootaa irraa ramadamaniin kan gaggeeffamaa jiru yoo ta'u, leenjistootni kunninis yeroo dabre keessa sagantaa Leenjii Leenjistootaatiin kan leenji'an ta'uun ni yaadatama.
Mata dureewwan leenjiin irrtti kennamaa jirus;
1- Hoggansa Baruufi Barsiisuu
2- Karoora karoorsuu, raaw'achuufi madaaluu
3- Madaallii Barnootaafi
4- Bulchiinsa Qabeenya Manneen Barnootaa yoo ta'an, leenjitootni leenjii kana booda gara manneen barnootaa deemuun dura bu'oota manneen barnootaa kan leenjisan, hanga dareetti deeggarsa kan kennan ta'uun beekameera. Leenjiin kun marsaa lamaan kan kennamu waan ta'eef, supparvaayizarootni barnootaa hafan yeroo dhihoo keessatti kan leenji'an ta'a jedhameera.
Walumaa galatti, rakkoon akka naannoofi biyyaatti barnoota keessatti qunname dhimma qaama tokkoon ykn qaama muraasan furamu waan hin taaneef Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaatis hawaasa keenya waliin ta'uun xiyyeeffannoo itti kennee hojjataa waan jiruuf qaamni ce'umsa dhalootaa fe'u hundi gahee isaanii bahuu akka danda'u biirichi dhaamsa dabarseera.

🔎#Telegram
Share woliif godhaa

Join👇
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_8_fi_12
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1

ɢᴀʟᴀᴛᴏᴏᴍᴀᴀ!
Qabxiin seensa barattoota sirreeffamaa(Remediyaalii) ifoomeera.

👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Oromia_Education_Bureau2/735

🔎#Telegram
Share woliif godhaa

Join👇
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1
Forwarded from JECHOOTA GAMNAA
Qabxiin seensa barattoota sirreeffamaa(Remediyaalii) ifoomeera.

Yuunivarsiitii mootummaa fi filannoowwan biroo adda addaa keessatti Sagantaa Sirreeffama (Remedial Program) hordofuuf qabxiin seensaa ifoomeera.

Bara 2015 barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa irratti qabxii dhibbeentaa 50 fi isaa ol hin arganne garuu ulaagaalee Ministeerri Barnootaa kaa’e guutanii sagantaa Sirreeffama Yuunivarsiitii mootummaa fi adda addaa keessatti akka hirmaatan kan isaan dandeessisu ta’uu ibsameera filannoowwan.

Bu’uura kanaan, filannoowwan hundaa kessatti (dhaabbilee dhuunfaa fi mootummaa) kessattii barattoonni sagantaa Remediyaalii irratti hirmaachuuf qabxii isaanii dhibbeentaa 30 fi isaa ol jechuunis (700 keessaa 210, 600 keessaa 180 fi 500 keessaa 150) ta'uun ifoomee jira.

Dhaabbilee mootummaa (baasii isaanii mootummaadhaan) keessatti sagantaa sirreeffama kana irratti kan hirmaatan qabxiin seensaa armaan gadii kan guutan qofa ta’uu ibsameera.

Saayinsii uumamaa barattoota dhiiraa idilee fi galgalaa qabxii 700 keessaa 255 galmeessaniif.

Saayinsii uumamaa barattoonni dubaraa idilee fi galgalaa qabxii 700 keessaa 234 fi isaa ol

Barattoonni dhiiraa idilee fi galgala Saayinsii Hawaasummaa qabxii 600 keessaa 218 fi isaa ol

Barattoonni saayinsii hawaasaa idilee fi galgalaa, barattoonni dubaraa 600 keessaa qabxii 200 fi isaal ol

Naannoo Guddachaa jiraniif 👇

-Saayinsii uumamaa dhiiraaf 224 fi isaa ol yoo ta'u dubaraaf 210 jedhameera.

- Saayinsii Hawaasaa dhiiraaf 192 fi isaa ol yoo ta'u dubaraaf 180 jedhameera.


Barattoonni dhiiraa naannoo horsiisee bulaaf saayinsii uumamaa  dhiiraafi dubaarafis 210 fi isaa oli jedhameera.

Barattoonni saayinsii hawaasaa naannoo horsiisee bulaa saala lachuu 180 ta'eera.

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Oromia_Education_Bureau2
@Oromia_Education_Bureau2

🔎#Telegram
Share woliif godhaa

Join👇
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_8_fi_12
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1

ɢᴀʟᴀᴛᴏᴏᴍᴀᴀ!
Forwarded from JECHOOTA GAMNAA
#kutaa_12ffaa

#Ramaddiin Yuunivarsiitii ifoomeera

Barattoota idilee digirii jalqabaa bara barnootaa 2015 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa darban maraaf Ramaddiin Yuunivarsitii Ifoomeera.

Ilaallachuuf

Marsariitii:
https://result.ethernet.edu.et
Website:  https://result.ethernet.edu.et/
Telegram bot: @moestudentbot


ODEEFFANNOO BARNOOTAAF

@Oromia_Education_Bureau2


🔎#Telegram
Share woliif godhaa

Join👇
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_8_fi_12
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1

ɢᴀʟᴀᴛᴏᴏᴍᴀᴀ!
Forwarded from JECHOOTA GAMNAA
Qabxiin darbiinsaa sagantaa fooyya’iinsaa(Remedial Program) Ifoomeera.

Haaluma kanaan

👉Barattoota Idileefi Halkanii Saayinsii Uumamaa

Dhiira=255

Dhalaa=234

👉Barattoota Idileefi Halkanii Saayinsii Hawaasaa

Dhiira=218

Dhalaa=200

👉Barattoota Idilee Saayinsii Uumamaa naannoowwwan guddataa jiranii

Dhiira=224

Dhalaa=210

👉Barattoota Idilee Saayinsii Hawaasaa naannoowwwan guddataa jiranii

Dhiira=192

Dhalaa=180

👉Barattoota Idilee Saayinsii Uumamaa naannoowwwan Horsiisee Bultootaa

Dhiira=210

Dhalaa=210

👉Barattoota Idilee Saayinsii Hawaasaa naannoowwwan Horsiisee Bultootaa

Dhiira=180

Dhalaa=180


👉Barattoota Idilee Saayinsii Hawaasaa naannoowwwan Qaro Dhabeeyyii

Dhiira=150

Dhalaa=150

🎯 @GAADDISA_SABAA1 🎯
🎯 @GAADDISA_SABAA1 🎯
♻️Hiriyoota keessaniif share gochuun waliin gahaa!

      📡MIIDIYAA📡
⊰>>>>>>>>>>>>>>>>>⊱
@GAADDISA_SABAA1
⊰>>>>>>>>>>>>>>>>>⊱

ODEEFFANNOO BARNOOTAAF

@Oromia_Education_Bureau2


🔎#Telegram
Share woliif godhaa

Join👇
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_8_fi_12
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1

ɢᴀʟᴀᴛᴏᴏᴍᴀᴀ!
Forwarded from JECHOOTA GAMNAA
“Ramaddiin barattoota Sagantaa Fooyya’iinsaa yeroo itti aanutti gaggeeffama” – Ministeera Barnootaa

Akkaataa qabxiin seensa sagantaa fooyya’iinsaa kaleessa ifa ta'een, barattoota gara Yunivarsitii mootummaatti seenanii barataniif ramaddiin yeroo itti aanutti akka gaggeeffamu Ministeerri Barnootaa beeksiseera.

Barattoonni qabxii darbiinsaa fidan erga ramaddiin yunivarsitii godhameefi booda barnoota Remediyaalii ji’a 4 ni fudhatu.

Kana hordofuun qormaata dhaabbataa fi giddu-galli isaanii kennu yoo darbuu danda’an barattoota idilee ta’anii Waggaa 1ffaatti /Fireshmaanitti/ makamu.

Akka qabxii darbiinsaa Ministeerri Barnootaa labsetti barattoonni sagantaa sirreeffamaa filannoo hundaan, jechuunis dhaabbilee #dhuunfaa fi #mootummaa irratti hirmaachuuf baay’ina gosoota barnootaa qorataman keessaa dhibbeentaa 30 fi isaa ol galmeessuun isaan barbaachisa; Kana jechuun 700 keessaa 210, 600 keessaa 180 fi 500 keessaa 150 galmeessuu qabu jechuudha.

Sagantaa sirreeffamaan dhaabbilee mootummaatti barachuuf immoo qabxiin darbiinsa damee saayinsii Uumama dhiiraaf 255 fi dubaraaf 234 yoo ta'u, saayinsii hawaasaaf dhiira 218 fi dubaraaf 200 ta'uu ibsameera.

Akka Ministeerri Barnootaa beeksisetti bara kana barattoonni sagantaa fooyya’iinsaa 164,242 dhaabbilee dhuunfaa fi mootummaa keessatti ni baratu.

🎯 @GAADDISA_SABAA1 🎯
🎯 @GAADDISA_SABAA1 🎯
♻️Hiriyoota keessaniif share gochuun waliin gahaa!
      📡MIIDIYAA📡
⊰>>>>>>>>>>>>>>>>>⊱
@GAADDISA_SABAA1
⊰>>>>>>>>>>>>>>>>>⊱
ODEEFFANNOO BARNOOTAAF
@Oromia_Education_Bureau2


🔎#Telegram
Share woliif godhaa
Join👇
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_8_fi_12
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1

ɢᴀʟᴀᴛᴏᴏᴍᴀᴀ!
#BEEKSISA
Barattoota Qabxii Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa 30% oliifi 50% gadi fidan Hundaaf
-------------------
BBO - Onkololeessa 23/2016
Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2015 fudhatanii qabxii 50% gadi fidaniifi barnoota qoraman keessaa 30%fi ol fidan akka sagantaa fooyya'insa dandeettii(Remedial Program) Yunivarsiitii galanii akka baratan Ministeera Barnootaa Itiyoophiyaatiin murtaa'eera.
1- Barattoota Saayinsii Uumamaa sagantaa idileefi galgalaatiin baratan:
Dhiiraaf - 255
Dubartiif -234
2- Barattoota Saayinsii Hawaasaa sagantaa idileefi galgalaan baratan:
Dhiiraaf -218
Dubartiif -200
#Barattoota Naannoolee Guddinarra jiraniif:
1- Saayinsii Uumamaa
Dhiiraaf - 224
Dubbartiif -210
2- Barattoota Saayinsii Hawaasaa
Dhiiraaf -192
Dubartiif -180
#Barattoota Naannoo Horsiisee Bulaa:
1-Saayinsii Uumamaa
Dhiiraafi Dubartiif - 210
2- Saayinsii Hawaasaa
Dhiiraafi Dubartiif -180
5- Barattoota Qaro Dhabeeyyii ilaalchisee: Saayinsii Hawaasaa
Dhiiraafi Dubartiif -150 ta'un murtaa'eera.
#Hubachiisa :- Yunivarsiitii itti ramadaman immoo fuul duratti kan ibsamu ta'uun beekameera.


🔎#Telegram
Share woliif godhaa

Join👇
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_8_fi_12
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1

ɢᴀʟᴀᴛᴏᴏᴍᴀᴀ!
#Remedial

1.Qabxiin Darbiinsaa Barattoota Sagantaa Fooyya'iinsaa Yuunivarsitii Mootummaa fi Yuunivarsitii Dhuunfaa walqixaa?

2.Barattoonni Qabxiin isaanii
sagantaa Fooyya'iinsaa hin
dhaqqabne akkam ta'u?

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Oromia_Education_Bureau2/751
https://t.me/Oromia_Education_Bureau2/751


🔎#Telegram
Share woliif godhaa

Join👇
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_8_fi_12
@Biiroo_Barnoota_Oromiyaa_1

ɢᴀʟᴀᴛᴏᴏᴍᴀᴀ!