SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa)
46.3K subscribers
7.15K photos
7 videos
1.48K files
2.26K links
Beeksisa hojii gaazexaa, Barnootaa,TV fi raadiyoo, gabatee beeksisa, marsariitii, miidiyaa hawaasaa fi kkf irraa bakka tokkotti argattuπŸ“‘ πŸ“‘ πŸ“‘ πŸ“‘ πŸ“‘
#chaanaalii bashannanaa
π‘»π’†π’π’†π’ˆπ’“π’‚π’‚π’Žπ’‚: https://t.me/barsiisotaaf
Download Telegram
Ramaddii waytii Barnootaa Bara 2019(0).pdf
401.7 KB
Ramaddii Baay'ina Waytii Barannoo Torbaanii Kan Manneen Barnoota Sadarkaa 1ffaa

Odeeffannoo biroo argachuuf
     πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et
gochuun maatii ta'aa
❀35πŸ‘14
Beeksisa_Qacarrii_Barsiisaa_350_ol_Barbaada

Waajjirri Barnootaa Aanaa Arxummaa Fursii Bakka Duwwaa qabu irratti barsiisoota ogummaa barsiisummaan dhaabbata Mootummaa irraa Leenji'anii ba'an Dorgomsiisee qacaruu barbaada.

Kanaaf Ulaagaa kana kan Guuttan Dhuftanii akka Galmooftan isin Beeksisna ፒ

Bakkaa Galmee Waajjira Barnootaa Aanaa Arxummaa Fursee !

Odeeffannoo haaraya barnootaan walqabatan kamiyyuu argachuuf πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et
gochuun maatii ta'aa
telegram keenya #join gochuun nu hordofuu ni dandeessu.πŸ‘‡πŸ‘‡
π‘»π’†π’π’†π’ˆπ’“π’‚π’‚π’Žπ’‚: https://t.me/
❀27πŸ‘6πŸ‘2πŸ”₯1
❀14πŸ‘2
#Beeksisa_Qacarrii
Waajjirri Barnootaa Godina Gujii Barsiisota Barbaada
Waajjirri Barnoota Godina Gujii Bara 2019tti Barsiisoota 'BED'Aplied fi Barnoota Hojii fi Gochaa Manneen Barnootaa Sadarkaa 2ffaa godinicha keessaattii argamaniif gosa Barnootaa armaan gadiitiin dorgomsiisee Bakka hanqinni jirutti ramaduu barbaada.
   ✍️Muuxannoo:0 year
     Ogummaa: Digirii Jalqabaan;

✍️Yeroo Galmee Guyyaa 15/1/2019 - 28/01/2019 tti yeroo sa'aatti hojii Mootummaa ta'a.
➑️. Iddoo Galmee Waajjira Barnootaa Godina Gujii Gutaa Garee Barnoota Sadarkaa 2ffaa
kanaafuu namoonni Ulaaga armaan gaditti eeraman guuttan galmaa'uu kan dandeessan ta'uu isin beeksiisaa.

   ➑️ Ulaagaa Barbaachisu.
   1.Gosa Barnootaa eeramaniin digrii duraatiin Yunvaristii Mootummaa irraa kan eebbifame/tte.

  2.Bara 2016hangaa 2018tti Yunvaristii Mootummaa irraa kanneen eebbifaman.

3.Eebbifamtoonni 2016-2018 Qormaata bahinsaa (exit exam) kanneen darban ta'uu qaba.

4.kanneen galmaa'uu danda'an kana dura hin ramdamnee (hinqacaramne)ta'uu isaanii Raga hojii dhabdummaa waajjira dhimmi ilaallatu irraa dhiyyeeffachuu kanneen danda'aniidha.
5.Dorgomtonni yeroo galmeef dhufanitti Raga Barnoota hundaa isaa orijinaalaa fi koppii tokko tokko waliin qabatanii qaaman dhiyaachuun galmaa'uu qabu.

Odeeffannoo barnotaan walqabatan kamiyyuu argachuuf facebook πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et
gochuun maatii ta'aa

#Share_Waliif_gochuun hiriyoota keessan biraan gahaa
❀60πŸ‘4
Yuuniversiitii Naannoo Oromiyaa
Galmeen:11-25/2019
#Digirii jalqabaa
#Barsiisaa
❀16
#Beeksisa_Qacarrii
Yuuniversiitii Madda Walaabuu
Namoota 100 ol barbaada
Muuxannoo:0 year

Odeeffannoo haaraya Carraa hojiin walqabatan kamiyyuu argachuuf πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et
gochuun maatii ta'aa
telegram keenya #join gochuun nu hordofuu ni dandeessu.πŸ‘‡πŸ‘‡

π‘»π’†π’π’†π’ˆπ’“π’‚π’‚π’Žπ’‚: https://t.me/barsiisotaf
❀13πŸ‘6
#Beeksisa
Barsiisota Jijjiirraa Keessoo Barbaadan Hundaaf!

Biiroon Barnootaa Oromiyaa jijjiirraa barsiisotaa marsaa 1ffaa 'online' n  gaggeessuun ni yaadatama.
Haaluma walfakkaatuun jijjiirraa marsaa 2ffaa "Jijjiirraa Keessoo" qopheessun manneen barnootaa iddoo duwwaa qaban irratti barsiisota fedhii qaban jijjiirraa keessoon(#Aanaalee_keessatti manneen barnootaa irraa gara manneen barnootaa biroofi #Magaalota_keessatti manneen barnootaa irraa gara manneen barnootaa birootti ) moosaajii qophaa'e irratti  'online'n  iyyannoo(Apply) gochuu ni dandeessu.
#Waajjirri_barnootaa_Aanaalees manneen barnootaa iddoo duwwaa qaban Wiixata 25/01/2019  jalqabdanii moosaajicharratti banaa akka taasiftan isin beeksifna.

#Hubachiisa:- Barsiisotni Fulbaana 26 - 27/01/2019 tti iyyachuu kan dandeessan ta'uu isin beeksifna.
#Liinkichas Kibxata Ganama Gad-dhiifna.

Odeeffannoo barnotaan walqabatan kamiyyuu argachuuf facebook πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et
gochuun maatii ta'aa

#Share_Waliif_gochuun hiriyoota keessan biraan gahaa
❀53πŸ‘9
#Beeksisa_Ariifachiisaa
Sagantaa Raawwii Jijjiirraa Barsiisotaa Keessoo Beeksisuu Ta'a.

Biiroon Barnootaa Oromiyaa barsiisota jijjiirraa keessoo (aanaalee keessatti manneen barnootaa irraa gara manneen barnootaa biroottiifi magaalota keessatti manneen barnootaa irraa gara manneen birootti) jijjiiramuu barbaadaniif beeksisa baasuun ni yaadatama.

Haaluma kanaan:
1- Waajjirri Barnootaa Aanaaleefi Magaalotaa haaluma kanaan dura himameen Hatattamaan guyyaa har'aa Wiixata 25/01/2019 hanga halkan keessaa sa'aatii 6:00tti iddoo duwwaa (Vacancy) qabdan moosaajicharratti banaa akka taasiftan cimsinee isin beeksifna.
2- Barsiisotni iyyachuu(Apply) gochuu kan dandeessan Fulbaana 26 - 27/2019 ta'ee, gaafa 27/01/2019 galgala sa'aatii 12:00 qofa ta'a.
3- Waajjirri barnootaa aanaaleefi magaalotaa Fulbaana 28/2019 hanga galgala sa'aatii 12:00tti qofa iyyannoo barsiisotaa calaltanii akka mirkaneessitan haata'u.
4- Fulbaana 29 - 30/2019 firiin jijjiirraa ni ifooma.
5- Onkololeessa 02/2019 barsiisotni jijjiirraa milkaa'an gara mana barnootaa haaraatti deemun hojii ni jalqabu kan jedhu sagantaan qophaa'eera.

Liinkii ittiin iyyattan galgala isin beeksifna. Nu hordofaa!

Odeeffannoo barnotaan walqabatan kamiyyuu argachuuf facebook πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et
gochuun maatii ta'aa

#Share_Waliif_gochuun hiriyoota keessan biraan gahaa
❀29πŸ‘Ž1
Beeksisa Dorgommii Barsiisummaa Diiploomaa fi Sertifikeetii!

Barattoonni kutaa 12ffaa qoramtanii jirtan fi kanneen barsiisaa ta'uuf fedhii qabdan hundi galmooftanii dorgomuu ni dandeessu.

Odeeffannoo barnotaan walqabatan kamiyyuu argachuuf facebook πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et
gochuun maatii ta'aa

#Share_Waliif_gochuun hiriyoota keessan biraan gahaa
❀37πŸ‘9