Ramadaana Akkamiin Simanna? 25/08/1447 H.C (06/06/2018 E.C) Kenname
Sheikh Ismaa'iil Umar
مـحاضـرة بعنوان:- كيف نستقبل شهر رمضان
MUHAADARAA MATAA DUREE :
"Ramadaana Akkamiin simanna?"
🎙 الشيخ إسماعيل عمر حفظه الله
🎙 Sheikh Ismaa'iil Umar - Rabbi isaan haa tiksu -
۞«Sagantaa Muhaadaraa Torbanii - 24ffaa »۞
🗓Guyyaa jimaataa 25/08/1447 A.L.H (06/06/2018 A.L.I) halkan sa'aa 3:00 irratti kan kenname!
© Jama'aa Garee ❝Majmuu'atu Ijtimaa'is-Salafiyyiin❞ tin Kan Qophaahe.
Telegram
https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa
https://t.me/barnootadiinalislaam

👍8
عاجل:
رؤية هلال رمضان في تمير..
وغدا الأربعاء أول أيام رمضان بالسعودية .
Sa'adiitti baatiin waan mul'ateef Boru Guyyaan Roobii Ramadaana 1 ta'a!

BARNOOTA DIINAL ISLAAM
Chaanaalii Kana Irratti Barnoota Diinii Islimnaa Garaa-Garaatu barruudhaa fi Sagaleen Mashaayikhotaa Fii Ustaazota Sunnaa(Salafiyyootaa) Garaa-Garaatiin Barsiifama.
Teessoon:- Godina jimmaa, Magaalaa Asandaaboo irraa

نهنئكم بقدم شهر رمضان المبارك، كلمة للشيخ صالح الفوزان
الشيخ صالح بن فوزان بن عبد الله الفوزان
كلمة لفضيلة الشيخ الدكتور صالح بن الفوزان بن عبد الله الفوزان بمناسبة قدوم شهر رمضان المبارك!
Sheeka kabajamoo Muftii Waliigalaa Saudi Arabiyaa kan ta'an Sheikh Dr Saalih bin fawzaan bin Abdallaah Alfawzaan seensa ramadaanaa ilaalchisuun ergaa isaan dabarsan!
https://t.me/barnootadiinalislaam
Sheeka kabajamoo Muftii Waliigalaa Saudi Arabiyaa kan ta'an Sheikh Dr Saalih bin fawzaan bin Abdallaah Alfawzaan seensa ramadaanaa ilaalchisuun ergaa isaan dabarsan!
https://t.me/barnootadiinalislaam
👍8
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
الموقف من ضرب إسرائيل وأمريكا لإيران!!
Rukuttaa israa'iilii fi Ameerikaan iiraaniin rukutte ilaalchisee ejjannoon keenya maal akka ta'uu qabu!
🎙فضيلة الشيخ الدكتور عبد العزيز بن ريس الريس حفظه الله ورعاه
https://t.me/barnootadiinalislaam
Rukuttaa israa'iilii fi Ameerikaan iiraaniin rukutte ilaalchisee ejjannoon keenya maal akka ta'uu qabu!
🎙فضيلة الشيخ الدكتور عبد العزيز بن ريس الريس حفظه الله ورعاه
https://t.me/barnootadiinalislaam
👍6
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
warri waahii iiraan(shii'aa) hin beekne shahaadaan jaraayyuu maal akka ta'e dhaggeeffadhaa!!
akkasumas deebii #Sheikh_Saalih_Alfawzaan warra shii'aadhaan obbolaa keenya jedhuuf....
https://t.me/barnootadiinalislaam
akkasumas deebii #Sheikh_Saalih_Alfawzaan warra shii'aadhaan obbolaa keenya jedhuuf....
https://t.me/barnootadiinalislaam
👍5
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Warren iiraanii leellisu, Eenyummaa iiraanii(Shii'aa) hin beeknee fi yeroo hammaa kana waahii iiraanii dubbachuun hin barbaachisu jedhan wallaaltota akka raayyaa faa biraan gahaa!!
Kana dubbachuu irraa yoomiyyuu of duuban deebinu, kaleessas, harras boris iiraaniin, Americaanii fi Israa'iliin Diina ummata muslimaati!
#Sheikh_Abdulkariim_Ahmad
t.me/barnootadiinalislaam

👍12
Waan baayyee nama dhibu keessaa tokko warri hamma waahii iiraanii hin dubbatinaa jettan kun, ergsiis hoo yeroo waahiin firqaa dubbatamu nuti tokko, muslima gargar hin baasinaa, qiblaan keenya tokko,...fi kkf jechaa turtani, hamma eenyuun gowwomsuuf hamma hin kaasinaa jettu siluma waahii firqaa dubbatamuu hin feetanuhoo??!!
daldaltoota maqaa diinitiin daldalan kana saaxiluun hin dhaabbatu inshaa allaah!!
#kaleessas_Harras_boris_Iiraaniin_Diina_Ummata_Muslimaati
https://t.me/barnootadiinalislaam
daldaltoota maqaa diinitiin daldalan kana saaxiluun hin dhaabbatu inshaa allaah!!
#kaleessas_Harras_boris_Iiraaniin_Diina_Ummata_Muslimaati
https://t.me/barnootadiinalislaam
Telegram
BARNOOTA DIINAL ISLAAM
Chaanaalii Kana Irratti Barnoota Diinii Islimnaa Garaa-Garaatu barruudhaa fi Sagaleen Mashaayikhotaa Fii Ustaazota Sunnaa(Salafiyyootaa) Garaa-Garaatiin Barsiifama.
Teessoon:- Godina jimmaa, Magaalaa Asandaaboo irraa
Teessoon:- Godina jimmaa, Magaalaa Asandaaboo irraa
👍9
لقد نجحت إيران في صناعة شيوخ يتألم أحدهم إذا طعن في نصر الله وخامنئي ولا يتألم إذا طعن في أبو بكر وعمر وعائشة رضي الله عنهم..!
منقول
Dhugumatti iiraaniin milkooftee jirti, akkamitti yoo jettan Sheekowwan yeroo #nasrallaah niii fi #kaaminee'iin tuqame aaranuu fi laalatanu akkasumas yeroo abubakiriin, umar, Aaishaan,.. tuqaman immoo kan hin laalanne fi hin aarre oomishatteetti waan taateef!!
Subhanaallaah sahaabaa rasuulaa dhiisanii aduwwii sahaabaa rasuulaa faarsuu irraa rabbiin nagaa nuhaabaasu!

👍3
Sheikhul Islaam ibnu tayimiyaan –Rahimahullaah– akkana jedhu:-
قال شيخ الإسلام ابن تيمية رحمه الله:–
"إن النفاق كثير ظاهر في الرافضة إخوانِ اليهود"
📚منهاج السنة النبوية 《٧/٤٧٦》
"Raafidaa warra obbolaa yahuudaa keessatti munaafiqummaan heddduu fi Mul'ataadha"
📚Minhaajus-sunnaa - (7/476)

Wantoota Kurnan Boodaa Ramadaanaa kana keessa Dagachuu hin qabne irraa
================================
أفكار ذهبية خلال العشر الأواخر من رمضان 🌙
1⃣SUURATUL-IKHLAASIIN YEROO 3 QARA'I!
اقرأ سورة الإخلاص ٣ مرات، فإن وافقت قراءتك ليلة القدر كنت كمن قرأ القرآن كاملا يوميا لمدة ٨٤ سنة
Suuraatul ikhlaasiin yeroo 3 yoo qaraatee, halkan layaltulqadriirra kan buutu yoo taate akka nama Waggaa 84 Qur'aana Guyyaan guyyaan gadi buuseetti siif lakkaahama.
2⃣HALKAN RAKA'AA 2 FI ISAA OL HANGA AAYATA 100n SALAAATUU AKKA HIN DHIIFNE!
صل كل ليلة ركعتين أو أكثر من قيام الليل ب ١٠٠ آية، فإن وافقت صلاتك ليلة القدر كتبت عند الله تعالى من القانتين يوميا لمدة ٨٤ سنة!
عَنْ عَبْدِ اللَّهِ بْنِ عَمْرِو بْنِ الْعَاصِ قَالَ : قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ : " مَنْ قَامَ بِعَشْرِ آيَاتٍ لَمْ يُكْتَبْ مِنَ الْغَافِلِينَ، وَمَنْ قَامَ بِمِائَةِ آيَةٍ كُتِبَ مِنَ الْقَانِتِينَ،..."رواه أبو داود وصححه الألباني
Salaanni ati salaattu yoo kan halkan layaltulqadrii irra kan sii bu'u ta'e, guyyaa guyyaan akka nama ibaadaa waggaa 84 hojjetteetti siif lakkaa'ama, akkasumas Qaanitoota(Warra ibaadaa dalagan) jedhamtee waggaa 84 siif barraaha!
3⃣BIRRII 1 OSOO TA'ELLEE SADDAQADHU!
تصدق ولو ببِرٍّ واحد فقط،
ِعَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُ، قَالَ : قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ : " مَنْ تَصَدَّقَ بِعَدْلِ تَمْرَةٍ مِنْ كَسْبٍ طَيِّبٍ، وَلَا يَقْبَلُ اللَّهُ إِلَّا الطَّيِّبَ، وَإِنَّ اللَّهَ يَتَقَبَّلُهَا بِيَمِينِهِ، ثُمَّ يُرَبِّيهَا لِصَاحِبِهِ كَمَا يُرَبِّي أَحَدُكُمْ فُلوّه حتى تكون مثل الجبل"رواه البخاري
Sadaqaanis akkuma ibaadaa biraa birrii 1 taatus akka nama waggaa 84 sadaqateetti siif lakkaahamti.
4⃣ZIKRII KANA BAAYYISI, HAGA 100 JEDHI!
لاإله إلا الله وحده لا شريك له له الملك وله الحمد وهو على كل شيء قدير،
5⃣MU'MINA HUNDAAF DU'AA'II GODHI!
اللهم اغفر للمؤمنين والمؤمنات..
عن عبادة بن الصامت، قال: سمعت رسول الله صلى الله عليه وسلم يقول: "من استغفر للمؤمنين والمؤمنات كتب الله له بكل مؤمن ومؤمنة حسنة"رواه الطبراني وحسنه الألباني
Nama mu'mina dhiiraa fi mu'mina dubartiitii dhiifama rabbirra gaafate, rabbiin tokkoon tokkoon mu'mina dhiiraaf dubartiitiin khayrii isaaf kataba jedhan ergamaan alayhissalaatu wassalaam!
6⃣DU'II KANA HEDDUUMMEESSI!
اللهم إنك عفو تحب العفو فاعف عني
Du'aa'iin kun du'aa'ii ergamaan Aa'ishaadhaaf dhaamaniidha, Akkasumas du'aa'ii halkan layaltulqadrii baayyifamuu qabnuudha!
7⃣ZIKRIIWWAN KANA HEDDUUMMEESSI!
سبحان الله العظيم وبحمده
عَنْ جَابِرٍ ، عَنِ النَّبِيِّ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ قَالَ : " مَنْ قَالَ : سُبْحَانَ اللَّهِ الْعَظِيمِ وَبِحَمْدِهِ ؛ غُرِسَتْ لَهُ نَخْلَةٌ فِي الْجَنة"
أخرجه الترمذي، وصححه الألباني
Namni zikrii kana jedhe(Subhaanallaahil-Aziim Wabihamdihii) rabbiin jannata keesaatti naklii/tamrii isaaf dhaaba jedhan ergamaan rabbii Salawaaatu rabbii waslaamuhuu alayhi
8⃣SALWQATA ERGAMAA IRRATTI BUUSUU HEDDUMMEESSI!
قل اللهم صل على محمد وآل محمد
، عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ أَنَّ رَسُولَ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ قَالَ : " مَنْ صَلَّى عَلَيَّ وَاحِدَةً صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ عَشْرًا " رواه مسلم
Namni ergamaa irratti salawaata tokko buuse rabbiin salawaat 10 isarratti buusa jedhan ergamaan!
☪Kanaafuu Kurnan kana keessa hajajjabaannu! Umriin keenya gabaabduudha, isiidhuma keessaa immoo kan nuti ibaadaatti dabarsinu baayyee xiqqaadha, kanaaf yeroo akkanaa kana fayyadamutu nurraa eegama, halkan 1 layaltulqadrii yoo rabbiin nugaxxame akka nama umrii waggaa 84 taa'ee ibaadadadhaan dabarseetti nuuf lakkaahama!
Kana argachuuf halkan 21 irraa kaafnee hamma 30 tti ibaadaatti jajjabaachuun, taatiyoo dhiisuun, halkan tokko jabaatanii halkan tokko immoo lallaafuu yoo dhhiifne ni arganna halkanittii inshaa Allaah!
👌Hubachiisa:- Layaltulqadriin Akkuma Halkan Mangoo Mangoo(21, 23, 25, 27,...) keessatti argamu Halkan Guutuu guutuu(22, 24, 26,...) keessattis ni argama, kanarrattis ragaan ergamaa irraa dhufe ni jira, Kana jechuun halkan mangoo qofa ibaadaa goonee yeroo biraa laafuu hin qabnu jechuudha sababnis layaltulqadriin nu darbuu danda'a waan ta'eef.
©️Ibnu Idrees
#Ramadaana_20
20/09/1447 H.C
30/06/2017 E.C

👍11
Dhimma Du'aa'ii Sadaqaa Irratti Godhamuu ilaalchisee, 21/09/1447…
Sheikh Naziif Jihaad (Abuu Usayd)
📍كلمة بعنوان:- مسألة جمع الصدقات لبناء المساجد والمدارس والدعاء عليه
📍Dhimma Masjidaa fi madrasaa ijaaruuf jedhanii sadaqaa walitti qabamuu fi du'aa'ii irratti godhamu ilaalchise
🎙الشيخ نظيف جهاد ( أبو أسيد ) حفظه الله ورعاه
🎙Sheikh Naziif Jihaad (Abuu Usayd)
🗓Ramadaana 21/1447 H.C
(01/07/2018 E.C)

✴️ عاجل السعودية
تعذر رؤية هلال شوال في مراصد تمير وسدير
وبالتالي يكون غدا الخميس المتمّم لشهر رمضان
يوم الجمعة 20 مارس أول أيام عيد الفطر المبارك
Boru Ramadaana 30ffaadha, Iftaan (Jimaata) guyyaa iidaati.
https://t.me/barnootadiinalislaam
تعذر رؤية هلال شوال في مراصد تمير وسدير
وبالتالي يكون غدا الخميس المتمّم لشهر رمضان
يوم الجمعة 20 مارس أول أيام عيد الفطر المبارك
Boru Ramadaana 30ffaadha, Iftaan (Jimaata) guyyaa iidaati.
https://t.me/barnootadiinalislaam
Telegram
BARNOOTA DIINAL ISLAAM
Chaanaalii Kana Irratti Barnoota Diinii Islimnaa Garaa-Garaatu barruudhaa fi Sagaleen Mashaayikhotaa Fii Ustaazota Sunnaa(Salafiyyootaa) Garaa-Garaatiin Barsiifama.
Teessoon:- Godina jimmaa, Magaalaa Asandaaboo irraa
Teessoon:- Godina jimmaa, Magaalaa Asandaaboo irraa
👍7
عيدكم مبارك!!
تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال!
iid Mubaarak!
Baga Nagaan Ayyaana Iid Alfixrii kan Bara 1447tiin nagaan isin gahe!!
💫እንኳን ለ 1447ኛው ዐ.ሂ የኢድ አል-ፈጥር በአል በሰላም አደረሳችሁ !!💫
T.me/barnootadiinalislaam

💥ODUU GAMMACHIISAA💥
📍إعلان عن محاضرة بعنوان:- ماذا بعد رمضان
📍MUHAADARAA MATAA DUREE :
📌Ramadaana booda akkam ta'uu qabna
🎙 الشيخ إسماعيل عمر حفظه الله
🎙 Sheikh Ismaa'iil Umar - Rabbi isaan haa tiksu -
۞«Sagantaa Muhaadaraa Torbanii - 25ffaa »۞
🗓Guyyaa jimaataa 15/10/1447 A.L.H (25/07/2018 A.L.I)
⏰halkan sa'aa 3:00 irraa eegale
..
© Jama'aa Garee ❝Majmuu'atu Ijtimaa'is-Salafiyyiin❞ tin Kan Qophaahe.
Telegram
https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa
https://t.me/barnootadiinalislaam
📍إعلان عن محاضرة بعنوان:- ماذا بعد رمضان
📍MUHAADARAA MATAA DUREE :
📌Ramadaana booda akkam ta'uu qabna
🎙 الشيخ إسماعيل عمر حفظه الله
🎙 Sheikh Ismaa'iil Umar - Rabbi isaan haa tiksu -
۞«Sagantaa Muhaadaraa Torbanii - 25ffaa »۞
🗓Guyyaa jimaataa 15/10/1447 A.L.H (25/07/2018 A.L.I)
⏰halkan sa'aa 3:00 irraa eegale
..
© Jama'aa Garee ❝Majmuu'atu Ijtimaa'is-Salafiyyiin❞ tin Kan Qophaahe.
Telegram
https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa
https://t.me/barnootadiinalislaam
👍5
Forwarded from Ibnu Idrees
Sagantaan keenya eegaluufi
Ramadaana booda akkam ta'uu qabna?
الشيخ إسماعيل عمر حفظه الله ورعاه
Seenaa seenaa!!
https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa?videochat

مَجْمُوعَةُ اجْتِمَاعِ السَّلَفِيِّينَ
مَجْمُوعَةُ اجْتِمَاعِ السَّلَفِيِّينَ
(وَاعْتَصِمُوا بِحَبْلِ اللَّهِ جَمِيعًا وَلَا تَفَرَّقُوا ۚ)

Ramadaana Booda Akkam ta'uu qabna, 15/10/1447 H.C(25/07/2018 E.C)
Sheikh Ismaa'iil Umar
📍محاضرة بعنوان:- ماذا بعد رمضان
📍MUHAADARAA MATAA DUREE :
📌Ramadaana booda akkam ta'uu qabna
🎙 الشيخ إسماعيل عمر حفظه الله
🎙 Sheikh Ismaa'iil Umar - Rabbi isaan haa tiksu -
۞«Sagantaa Muhaadaraa Torbanii - 25ffaa »۞
🗓Guyyaa jimaataa 15/10/1447 A.L.H (25/07/2018 A.L.I)
⏰halkan sa'aa 3:00 irraa eegalee kan kenname.
..
© Jama'aa Garee ❝Majmuu'atu Ijtimaa'is-Salafiyyiin❞ tin Kan Qophaahe.
Telegram
https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa
t.me/barnootadiinalislaam
📍MUHAADARAA MATAA DUREE :
📌Ramadaana booda akkam ta'uu qabna
🎙 الشيخ إسماعيل عمر حفظه الله
🎙 Sheikh Ismaa'iil Umar - Rabbi isaan haa tiksu -
۞«Sagantaa Muhaadaraa Torbanii - 25ffaa »۞
🗓Guyyaa jimaataa 15/10/1447 A.L.H (25/07/2018 A.L.I)
⏰halkan sa'aa 3:00 irraa eegalee kan kenname.
..
© Jama'aa Garee ❝Majmuu'atu Ijtimaa'is-Salafiyyiin❞ tin Kan Qophaahe.
Telegram
https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa
t.me/barnootadiinalislaam
👍5
Hojiin gaariin Namaa rabbiin biratti nama irraa qeebalamuuf ulaagaa meeqatu guutamuu qaba?
Anonymous Quiz
26%
5
34%
3
37%
2
3%
4
👍6