Barattoota oromoo
19.1K subscribers
1.12K photos
271 videos
3.68K files
896 links
Channel kun dhimma barattoota oromoo irratt odeeffannoo garagaraa dhiyeessa

Yaada fi qeeqaa karaa @Barattootaorobot jedhun nuuf kenna

⚡️⚡️Karaa YouTube dhan nu hordofuuf https://www.youtube.com/@OroAcademy⚡️⚡️

https://telega.io/c/Barattootaoromo
Download Telegram
Barattoota oromoo pinned «https://t.me/avagoldcoin_bot?start=f5627bd3080b5ffa7f8c 800k yoo gettan achumatt gara qarshii jijjirachuu dandeessu https://t.me/hamSter_kombat_bot/start?startapp=kentId504049293 Kun amma yeroo gabaaba keessatti miseensa heddu horateera Akka bitcoin dhat…»
https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_5989072742 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Carraa kana fayyadama ... Namooni notcoin isin jala darbee amma tapswap tap gochuun abba qabeenya ta'aa carraa gaarii... Link armaan oli isiniif kaaye kan cuqqaasuun tap tap godhaa coin walitti qabadha.
Barattoota oromoo pinned Deleted message
Barattoota oromoo pinned Deleted message
"#Qormaata_Naannoofi_Biyyoolessaa_Kennamu Barattootaafi Hawaasa Keessatti #Hubannoo_Uumuurratti_Miidiyaan Gahee Olaanaa Qaba".
(Dr. Tolaa Bariisoo- Hogganaa BBO)
--------------------
BBO-Caamsaa 23/2016 Qormaata Naannoo kutaa 6fi 8ffaa akka Naannoo Oromiyaatti kennamuufi Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa akka biyyaatti kennamu ilaalchisee hogganaan BIiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Tolaa Bariisoo ibsa miidiyaaf (Media brief) kennaniiru.
Ibsa miidiyaa kan kennan Dr. Tolaan biiroo isaaniitti midiyaaleen biyya keessaa 10 ol bakka argamanitti yoo ta'u,
miidiyaaleen haala waliigala qormaataa, biiroon barnootaa caasaa barnootaafi barattoota hubachiisee qormaataaf qopheessaa jiru kan kallttiin hawaasa keenya biraan akka gahaniifi hubannoo uumuu irratti akka hojjatamu taasisuuf jedhan.
Qormaatni Naannoo kutaa 6ffaa Caamsaa 29-30/2016, kutaa 8ffaa Waxabajjii 4-5/2016 yoo ta'u, qormaata kana irratti manneen barnootaa 21, 074 barattoota miiliyoona 1.4 ol ta'an Wiirtuu qormaataa 1,424 keessatti kan qoraman ta'uu,
Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa ilaalchisee moo, barattootni 246,575 Adoolessa 3-5/2016 qormaata fudhachuuf kan qophaa'an,
qormaatni kennamus waraqaafi 'online' ta'uun,
- waraqaan qoratamuu irra 'online'niin qoramuun barattootaaf salphaa akka ta'e,
-barattootni 'online' qorman bakka itti qoraman deemanii shaakaluu akka qaban hoggansi barnootaafi barsiisotni deeggaruu akka barbaachisu,
- Nageenyi qormaatichaa eegamuu akka qabu,
- Barattootni tasgabbaa'anii akka qoratamuu qaban,
- Akaakkuu barnootaafi qabiyyee qormaatni keessaa bahu qajeelfamni barattoota bira gahuu isaa,
- maatiin barattootaa barattoota jajjabeessuu akka qaban,
- Konkolaachiftootni barattoota gara wiirtuu qormaataa geejjiban hundi of eeggachuun naamusa gaarii yaadaa qalbiin ijoollee geejjibuu akka qaban,
- Gumiin Tiransiformeeshinii Barnootaa xiyyeeffannoo olaanan akka hordofuu qaban,
- Miidiyaaleen hundi xiyyeeffannoon dhimma hubannoo uumuu irratti hojjachuu akka qaban,
- Qaamni nageenyaa hundi deeggarsi isaanii akka itti fufuu qabuufi
dhumarratti, hirmaannaa Komishiinin iPoolisii Oromiyaa taasiseef galateeffachuun hanga xumuraatti gargaarsi taasisaa jiran akka itti fufuu qabu dhaamsa dabarsuun ibsa miidiyaaf kennan xumuraniiru.

#Hub:- Ibsa Miidiyaaf kenname guutuusaa walduraa duuban dhiheessuu kan itti fufnu ta'a!
Nu hordofaa!
Ministeerichi Barnootaa Qormaata Kutaa12ffaa Bara Kana ‘Online’ Kennamu Ilaalchisee Ibsa Kenne

Ministeerri Barnootaa Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ‘online’ niin bara kana kennamu ilaalchisee ibsa kenneera.
Qormaata kutaa 12ffaa kana yeroo jalqabaaf karaa bilisa dijitaalaan qoruuf hojii dijitaalessuu hedduun raawwatamaa jiraachuu beeksiseera.
Bu’uura kanaan kilaasteroota bakkeewwan qormaataa adda bahan fuula duratti liinkiiwwan qophaa’an tuquun shaakaluun danda’aman ibseera.

Hanga ammaattis barataan qormaata kana fudhatu ‘username’ fi ‘password’ kan hin arganne yoo jiraate, biiroowwan barnootaaf waan ergameef qindeessitoota manneen barnootaasaaniirraa argachuu akka danda’an Ministeerri barnootaa beeksiseera.

Hojiin kunis kilaasteraan qoodamuu himeera.

Haaluma kanaan:-

Kilaastera 1ffaa
Bulchiinsa magaalaa Finfinnee https://c2.exam.et

Kilaastera 2ffaa keessatti
Naannoo Gaambeellaa https://c3.exam.et
Naannoo Amaaraa https://c3.exam.et

Kilaastera 3ffaa
Naannoo Beenshaangul gumuz https://c4.exam.et
Naannoo Hararii https://c4.exam.et
Naannoo Affaar https://c4.exam.et
Naannoo Oromiyaa 1
•magaalaa Adaamaa: https://c4.exam.et
Magaalaa Agaaroo https://c4.exam.et
Magaalaa Amboo https://c4.exam.et
• Godina Arsii https://c4.exam.et
•Godina Arsii Lixaa https://c4.exam.et
• Magaalaa Asallaa https://c4.exam.et
Baalee https://c4.exam.et
• Magaalaa Baatuu https://c4.exam.et
• Magaalaa Bishooftuu https://c4.exam.et
•Boorana https://c4.exam.et
• Magaalaa Bulee horaahttps://c4.exam.et
• Buunnoo Beddllee https://c4.exam.et
• Magaalaa dodolaa https://c4.exam.et
• Baalee Bahaa https://c4.exam.et
• Boorana Bahaa https://c4.exam.et
•Gujii https://c4.exam.et
• Harargee Bahaa https://c4.exam.et
• Harargee Lixaa https://c4.exam.et
• Magaalaa Hoolataa https://c4.exam.et
• Horroo Guduruu Wallaggaa https://c4.exam.et
• Iluu Abbaa Boor https://c4.exam.et

Kilaastera 4ffaa
Magaalaa Dirree Dhawaa https://c5.exam.et
Naannoo Oromiyaa -2
• Jimmaa: https://c5.exam.et
• Magaalaa Jimmaa: https://c5.exam.et
• Qeellem Wallaggaa: https://c5.exam.et
• Magaalaa Maayaa: https://c5.exam.et
• Magaalaa Mattuu: https://c5.exam.et
• Magaalaa Mojoo: https://c5.exam.et
• Magaalaa Mooyaalee https://c5.exam.et
• Magaalaa Najjoo: https://c5.exam.et
• Magaalaa Naqamtee: https://c5.exam.et
• Magaalaa Roobee: https://c5.exam.et
• Sandaafaa Bakkee: https://c5.exam.et
• Magaalaa Shaakkisoo https://c5.exam.et
• Magaalaa Shaashamannee ከተማ: https://c5.exam.et
• Magaalaa Sgaggar https://c5.exam.et
• Magaalaa Shanoo: https://c5.exam.et
• Shawaa Bahaa: https://c5.exam.et
• Shawaa Kaabaa: https://c5.exam.et
• Shawaa Kibba Lixaa: https://c5.exam.et
• Shawaa Lixaa፡ https://c5.exam.et
• Wallagga Bahaa፡ https://c5.exam.et
• Wallagga Lixaa፡ https://c5.exam.et
• Gujii Lixaa፡ https://c5.exam.et
• Magaalaa Walisoo፡ https://c5.exam.et



@barattootaoromo
@barattootaoromo
Barattoota oromoo pinned Deleted message
Barattoota keenna boruu qormaata kutaa 6ffaa sadarkaa naannooti yeroo jalqaba fudhatan hundaaf carraa gaarii


#barattootaoromo
#oromoo
#qormaata #kutaa6ffaa
#oromiiyaa

@barattootaoromo
Oromiyaatti qormaanni kutaa 6ffaa boru kennamuu eegala
*

Naannoo Oromiyaatti qormaanni Kutaa 6ffaa bara 2016 wiirtuuwwan qormaataa 1424 keessatti guyyaa boruu kennamuu akka eegalu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.

Qormaanni kutaa 6ffaa sadarkaa naannootti qophaa’e qindoomina waajjiraalee barnootaafi qaamolee nageenyaan guyyaa boruu irraa eegalee gara manneen barnootaatti akka ergamu Sadarkaa Hogganaa ittaanaatti gorsaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Obbo Efreem Tasammaa ibsaniiru. BKO


#barattootaoromo
#oromoo
#qormaata #kutaa6ffaa
#oromiiyaa

@barattootaoromo
Burjaajii hin hin uumina

Please kun model dha malee qormaata kutaa 6ffaa miti

BIROO BARNOOTA BULCHIINSA MAGAALAA FINFINNEETTI QORMAATA MOODEELI HERREGAA KUTAA 6FFAA KUTAA BULMAGEEKKKAATTII BARATTOOTAA AFAAN OROMOON BARATANIIF MARSAA IFFAAF KAN QOPHAA'E



#barattootaoromo
#oromoo
#qormaata #kutaa6ffaa
#oromiiyaa
#BBO
#MOE

@barattootaoromo
Qormaata kutaa 6ffaa miti

Kun ministrii bara darbeet 2015


Wol hin burjajessina jenna


#barattootaoromo
#oromoo
#qormaata #kutaa6ffaa
#oromiiyaa
#BBO
#MOE

@barattootaoromo
Qormaata kutaa 6ffaa miti irra of eega please

#oromiiyaa #qormaata #kutaa6ffaa
#oromoo #barattootaoromo

@barattootaromo
Barattoota oromoo pinned Deleted message
Barattoota kutaa 8ffaaf

Qormaanni bahee hin jiruu tasgabawa boruuf of qopheessaa


#qormaata #kutaa8ffaa
#BBO
#oromiiyaa
#barattootaoromo
Qormaata xumuraa kutaa 12ffa semestera jalqaba post godha qormata kutaa 8ffa jedha

Namoonn barattoota kenna burjajeessa jirtan of eegannoo godha

#barattootaoromo
#oromoo
#kutaa8ffaa
Barattoota oromoo check

qormaanni bahee hin jiruu tasgabawa 🙅

Namoonni qormaann baheeru jedhu garee fi channel ofii guddisuuf sobee karaa sobaan

Ammas qormaata siif erga qarshii na ergi jechuuf kijibdoota akkas irra fagaadha


#barattootaoromo
#oromiiyaa
#kutaa8ffaa
Barattoota kutaa 8ffa dhaf

Carraa gaarii qormaata gaarii isiniif haa tauu

#kutaa8ffaa
#oromiiyaa
#oromoo
#BBO
#qormaata
#barattootaoromo