Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 Akka Biyyaatti Kennamu Barattootni 35% ol Oromiyaa Irraa Ta'uun Beekame.
---------------
BBO- 10/10/ 2016 Biiroon Barnootaa Oromiyaa #qormaata_biyyoolessaa_kutaa_12ffaa_bara_2016_barattoota 246,575 kan qorsiisu yoo ta'u, #akka_biyyaatti_barattoota_qormaata_fudhatan_jedhamanii_eegaman 701,489 keessaa naannoon Oromiyaa 35% ol ta'uun beekameera.
Oromiyaa keessatti baay'inni barattoota qormaata fudhatanii hedduu waan ta'eef xiyyeeffannoo Biiroon Barnootaa Oromiyaa kennee hojjataa jiru cinatti karaa loojistikiifi humna namaa bobbaasu irratti Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa hordoffiifi deeggarsa olaanaa gochuu akka qabu waliigalameera.
Kanaafuu, hawaasni naannoo keenyaa, maatiin barattootaa, barsiisotni, hoggansi barnootaa, GTB, GMB, BBLG, Caasaan Mootummaa, Qaamni Nageenyaafi Yunivarsiitiwwan Naannoo keenyaa hundi qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 nagaafi milkiin akka xumuramu akkuma kanaan duraa deeggarsi keessan cimee akka itti fufu dhaamsa dabarsineerra.
#Gumiin_Tiraansiformeeshinii_Barnootaa_Oromiyaa (GTBO) sadarkaan jirtan, Komishiiniin Poolisii Oromiyaa, Maatiin Barattootaa, Barsiisotni, Hoggansi Barnootaa sadarkaan jiru, qaamni nageenyaafi caasaan mootummaa naannoo keenyaa sadarkaan jiru hundi #haaluma_kanaan_dura_qormaata_naannoo_kutaa_6ffaafi_8ffaa(barattoota milyoona 1.4 ol ta'an) milkeessineen #ammas_milkaa'ina_ammaffaa_akka_galmeessiftan gamanumaa abdii guddaa qabna.
Muuxannoo darberra waan hedduu waan hubanneef kan darbe caalaa qulqullinaafi iftoomaan barattoota keenya jajjabeessuu qabna.
- Qormaatn kan qophaa;
#Sirna_Barnootaa_Darbe(Moofaa) keessaa- Barnoota kutaa 9ffaa - 11ffaa jiru yoo ta'u,
#Sirna_Barnootaa_Haaraa keessaa immoo - Barnoota Kutaa 12ffaa ti.
- Guyyaa Qormaataa;
#Barnoota_Saayinsii_Hawaasaa - Adoolessa 03-05/2016
#Barnoota_Saayinsii_Uumamaa - Adoolessa 09-11/2016tti Waraqaafi 'Online'n kennama.
Barattoota keenyaaf:
#CARRAA_GAARII_HAWWINEERRA!
- BBO -
#barattootaoromo
#kutaa12ffaa

Telegram
Oromia Education Bureau
1. OBN Education TV
Position 8.0⁰ West
Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B
Frequency 11512
Polarization Vertical
Symbol rate 27500
2. MOE Television
Position: 8.0⁰ West
Satellite Eutelsat 8 West B
Frequency 12520
Polarization Vertical
Symbol rate:- 27500
Position 8.0⁰ West
Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B
Frequency 11512
Polarization Vertical
Symbol rate 27500
2. MOE Television
Position: 8.0⁰ West
Satellite Eutelsat 8 West B
Frequency 12520
Polarization Vertical
Symbol rate:- 27500
#BEEKSISA.
1- Barattoota #Qormaata_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa Bara 2016 Fudhatan Hundaaf
2- Barattoota Kutaa12ffaa #Dubartii_Ulfaafi_Harma_Hoosisan Hundaaf
-----------------
BBO-Waxabajjii 17/2016
Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 akka biyyaatti barattoota kuma 700 oliif kennamu keessaa barattootni kuma 240 ol (35%) ol kan Oromiyaa ta'uun beekamaadha.
Kanuma bu'uura gochuun barattootni keenyaa gara iddoo(Yunivarsiitii) qormaataa deemun dura seeraafi naamusa qormaataa beekuu qaban gamanumaa hubachuun barbaachisaadha.
Barataan qormaataaf gara Yunivarsiitii deemu hundi:-
- Moobaayilii harkaa,
- Meeshaalee qara qaban kamiiyyuu,
- Meeshaalee elektirooniksii (sagalee waraaban, suuraa kaasaniifi )kkf. qabatanii gara iddoo qormaataa seenuu yaalun guutumaa guututti qormaatarraa kan haqsiisuufi battalumatti to'annaa seeraa jala kan oolchu ta'uu,
- Qormaata walirraa ilaaluufi garagalchuunfi qormaata hatuun yakka ta'uu,
-Turtii guyyaa sadiitiif qofa kan ta'u uffata guyyaafi halkanii qabatanii seenuu, (baay'isuu hin qabdan),
- Rakkoo mooraa Yunivarsiitii keessatti isin qunnamuu danda'uuf sodaa tokko malee battalumatti qaama dhihootti argattaniif beeksisuun furmaata argachuu dandeessu,
- Manatsirii ijaa (eye glass) rakkoo ijaatiif isiniif ajajame kaawwattanii seenuu ni dandeessu. Kanas dursitanii qaama isin simatuuf beeksisuu qabdu.
-Iddoo qormaataa/Yunivarsiitii keessatti, wacuun, iyyuun, sagalee namoota biroo jeequun fayyadamuun dhoorkaa ta'uu beekuu,
- Ajajaafi qajeelfama giddu galli qormaataa baasu kabajuun dirqama ta'uu beekun barbaachisaadha.
- Barattootni '#online'n qoraman mana isaaniitii deddeebi'anii waan qormaniif yeroo qormaataa kabajuun xiyyeeffannoo kennuufii qabu,
- Qormaaticha yaadaafi qalbiin tasgabbaa'anii hojjachuuf gamanumaa of qopheessuu qabu.
#Baratttootni_dubartootaa:
#ulfaa,_guyyaan_dahiinsaa gaheefi
#dubarttootni_daa'ima_harma hoosisan hundi bara barnootaa 2017 itti qophooftanii akka #barataa_idilee/Regular/taatanii qormaata fudhachuu ni dandeessu.
Sababa ulfaafi harma hoosisuutiin qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 kan hin fudhanne, bara dhufu 2017 barataa idilee taataanii akka qoratamtan isin beeksifna.
#Hubachiisa:- #Qajeelfama_Naamusa_Qormaata_Dhaabbilee_Barnootaa_Olaanoo Bahe Bal'inaan Waan dhiheessinuuf nu hordofaa!
Carraa_Gaarii !

Qormaanni bahiinsa dhaabbilee barnootaa olaanoo bara 2016 xumurame – Ministeericha
Qormaanni bahiinsaa dhaabbilee barnootaa olaanoo bara 2016 kennamaa ture xumuramuu Ministeerri Barnootaa beeksiseera. Sagantaawwan eebbaan duraa 244’n irratti qormaanni bahiinsaa Waxabajjii 14 – 19, 2016’tti kennamaa turuu Ministeera Barnootaatti Itti gaafatamaan Deeskii qulqullina barnootaafi fooyya’insa gahumsa Obbo Sayid Mahaammad ibsaniiru
#exitExam
#oromiiyaa
#oromoo
#barattootaoromo
@barattootaoromo

Qormann exit exam farmasii kaleessa sababa teknikaatiif akka irra deebiu murteffamee jira
Ministerri Barnoota Itoophiyaa, rakkoon teknikaa waan na muudatteef qormaanni Farmaasii waxabajjii 22 irra deebiin kennama jedha. Qormaata bahiinsa guyyaa jahaaf kennamaa ture rakkoon muudachuu dhabus kan guyyaa xumuraa ammoo rakkoon tekinikaa muudachuu hima_Ministerichi.
Airdrop baayee bareeda tap tap gochu hin barbaachiisu task qabu qofa xumurudhan kan namaf kaffalu
https://t.me/preton_drop_bot?start=4c8f4238-92b8-448f-bc2b-817ce129b358
https://t.me/preton_drop_bot?start=4c8f4238-92b8-448f-bc2b-817ce129b358
Telegram
$PRETON DROP
Preton community: @preton
Preton community: @preton_cis
Chat: @chat_preton
Cooperation: @eleidans
Preton community: @preton_cis
Chat: @chat_preton
Cooperation: @eleidans
Barattoota oromoo pinned «Airdrop baayee bareeda tap tap gochu hin barbaachiisu task qabu qofa xumurudhan kan namaf kaffalu https://t.me/preton_drop_bot?start=4c8f4238-92b8-448f-bc2b-817ce129b358»
💢 Baga nagahan dhuftan 💢
Link ittin nama affeertan ➢ https://t.me/Galmee2016bot?start=r04108091155
baay'inna nama affertani ➢ 0
Bot kunin odeeffannoo barattoota ganna barachuu barbaadan funaanuuf dalagame
✍ barnoonni kennamu
✔ physics ✔biology
✔chemistry ✔ mathemathics
✍ ➢➢
Hubaachiisa barattoota qormaata biyyoolleessa fudhatan haala addan qopheessina
◼ Wantoota galmeef barbaachiisaan
kafaltiin qarshii 100 qofa
↔ Nama tokko akka galmahu yoo gootan qarshii 50 comission argatan
⚪ nama kudhan karaa kessanin yoo galmahee qarshii 500 argatu
💢 barnoonni karaalee armaan gaditiin kennama
▶ video dhan haala nama hundaa galun kara youtube ORO ACADEMY
➢ sagaleedhan telegram irratt
➢ note gabaabaa nama hawachiisuun
⚫ qormaata garagaraa kan sadarkaa eegate
💐 badhaasn garagaras kan kardii ni kennama nama qormaara gaarii deebiseef
Guyyaa barnoonni itti eegalu
➢ 10/11/2016
Carran kun akka isin hin darbinee
Itti fayyadama
#barnoota_gannaa
#barattootaoromo
#oromoo
#kutaa9
#kutaa10
#kutaa11
#kutaa12

Kutaa 9-12faa

Galmee Barnoota Gannaa
Bot oddeeffannoo barattoota ganna funanuuf banamee
Barattoota oromoo pinned «💢 Baga nagahan dhuftan 💢 Link ittin nama affeertan ➢ https://t.me/Galmee2016bot?start=r04108091155 baay'inna nama affertani ➢ 0 Bot kunin odeeffannoo barattoota ganna barachuu barbaadan funaanuuf dalagame…»
⭐️ Telegram stars
Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera.
TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera.
Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira.
Yeroo nama 1 affeertan urjii 15⭐️⭐️ argattu
Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqaba 💥
https://t.me/major/start?startapp=504049293

Major
Welcome to @Major bot. Boost your rating by stars and completing tasks. Convert rating to $MAJOR token soon.