Barattoota oromoo
19.2K subscribers
1.12K photos
271 videos
3.68K files
872 links
Channel kun dhimma barattoota oromoo irratt odeeffannoo garagaraa dhiyeessa

Yaada fi qeeqaa karaa @Barattootaorobot jedhun nuuf kenna

⚡️⚡️Karaa YouTube dhan nu hordofuuf https://www.youtube.com/@OroAcademy⚡️⚡️

https://telega.io/c/Barattootaoromo
Download Telegram
#Oduu_simbirtuu

Akka oduun takka nu geettetti guyyaa boruu (Kibxata) irraa egalee tajaajillii bilbilaa,
👉imo
👉WhatsApp
👉messengar
Fi kanneen kana fakkaatan nidhaabbatuu.
Tajaajila bilbilaa qofatu kennamaa. Inni Kunis hordoffiin kan godhamu yoo tahu, nama dhimma siyaasaa haasaye tarkaanfiin kan irratti fudhatamuu ni taha. Jedhama,
Oduu tana baldhinaan qulqulleeffannee kan isinitti deebinu taha.

@Imalaqabsoooro madda odeeffannoo haqaa

@Odaa_media
@QubeGeneretion
#ODUU_AMMEE

Miseensota ABUT seeraan barbaadamaa turan keessaa Afa-yaa'ii Mana Maree Federeshinii duraanii addee Keeriyaa Ibraahim harka isaani mootummaaf kennatan.

@barattootaoromo
@barattootaoromo
#Oduu aagaa
firii qormaata kutaa 12ffaa waan torbee lama hin caallee keessatt gad dhiifama kanaaf ariitin argachuuf
#join jedha

#Oduu_Hatattamaa!
---------------
Ebla-21/2016
#Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa_Bara_2016 Waraqaafi 'Online'niiin kennamuun kan beekame yoo ta'u,

#Adoolessa 3-5/2016 Saayinsii Hawaasaafi
#Adoolessa 9-11/2016 Saayinsii Uumamaatiif kan kennamu ta'uun  ibsameera.

#Barattootni_Qormaata_Waraqaan Ykn Hard Copy'n fudhatan;
#1_Barattootni_Saayinsii_Hawaasaa Waxabajjii 30 - Adoolessa 01/2016,
#2_Barattootni_Saayinsii_Uumamaa immoo. 
Adoolessa 6-7/2016tti gara Yunivarsiitii itti qoratamanitti kan galan ta'uu,
dhaabbatni Tajaajila Madaallii Barnootaafi Qormaataa Biyyoolessaa beeksiseera.
Forwarded from rFIR PROMOTION
Aselamualeykum werahmatullahi wabarakatu

#Oduu #Aagaa

Leenjii marsaa #2ffaa

Akkuma beekamu dhaabbanni rFIR ji'a ramadanaa keessa leenjii gabaaba hawaasa musliamaa fayyadu kenna turun isa ni yaadatama.

👉 Ammas leenjii marsaa 2ffaa kitaaba biroo irratt kennuf galmee eegallee jirra

👉 Kanaaf namni islaama taatan hundi keessanu afferamtanii jirtu

Leenjiin kun:

🔶yeroon isa gabaabadha
🔶bilisaan kennama
🔶online dhan kennama
🔶xumura irratt waraqaa ragaa ni kennama

:- Beekumsaa barbaaduun nama kamu irratt dirqama

Link galmee

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇