Bahar Technology
15.5K subscribers
552 photos
59 videos
6 files
1.14K links
Beekkumsaa fi barnoota Technology baruuf Channel keenya kana Add godhaa. www.youtube.com
https://t.me/Bahar_Technology
@Bahar_Technology0
@Bahar_Technology
Download Telegram
Akkan taanes; akka taanus taaneerra! akki ta'uu qabnu si'achi. Akka ta'uu qabdu ta'uuf akka taatu ta'i. Kana ta'uufis Qaroo Waamaraa qabaadhu. Galmi keenya boruu guddaa-dha. Masaraa jabaas ijaaraa jirra. As-goraa! QAROO WAAMARAA join gochuudhaan mil'uu tokkoon ta'iiwwan Fi odeeffannoowwan golee lafaa arfanii Iddoo tokkotti argattu. Waan nu filattaniif dursinee isin galateeffachaa, imalli gara fuulduraatti.
https://t.me/qaroowaamaraa_134k_subscribers
❀5
Live stream started
Live stream finished (6 minutes)
βœ…Account Tiktok Hordoftota 148.6K fi View isaa bayy'ee Viral bahu namni bitachuu barbaddaan karaa kessaa na dubbisaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

@Oro_Technolgy
0915729126
Forwarded from Nan TuqinaaπŸ’œπŸ’œπŸ’œ
Namni Chanel 3.1K bituu barbaadu keessaan na dubbisaa.
@Oro_Technolgy
Akkan taanes; akka taanus taaneerra! akki ta'uu qabnu si'achi. Akka ta'uu qabdu ta'uuf akka taatu ta'i. Kana ta'uufis Qaroo Waamaraa qabaadhu. Galmi keenya boruu guddaa-dha. Masaraa jabaas ijaaraa jirra. As-goraa! QAROO WAAMARAA join gochuudhaan mil'uu tokkoon ta'iiwwan Fi odeeffannoowwan golee lafaa arfanii Iddoo tokkotti argattu. Waan nu filattaniif dursinee isin galateeffachaa, imalli gara fuulduraatti.
https://t.me/qaroowaamaraa_134k_subscribers
For now am buying only 2024(1-5) web accepted

Telegram group bara 2024 ji'a 1-5 gidduu baname warri qabdan na dubbisaa gatii bareedaan bitaa jirra.
@Oro_Technolgy
❀3
Please vote naaf godhaa.
Forwarded from YoomPhotography (YOOM) via @like
Name : Bahar
Vote me πŸ‘
❀3
YoomPhotography
Name : Bahar Vote me πŸ‘
Yoom photography kana seenaa vote naaf godhaa.
#ExitExam

Bara 2018 A.L.H ji’a Amajjii keessa kan kennamu qormaatni bahumsaa (Exit Exam) yeroo jalqabaaf kan fudhatan barattoota eebbifamtootaaf galmeen kaleeysa muddee 06/2018 A.L.I irraa eegalee jalqabamuun isaa ni yaadatama. Galmeen kun hanga muddee 13/4/2018 A.L.I tti itti fuufa.

Barattoonni kunneen guyyaa ibsame kana keessatti sadarkaa dhaabbata barnootaa itti baratanitti galmee teeysan xumurtanii odeeffannoo teeysan gara Ministeera Barnootaa akka ergitan ibsamee jira.

Kaffaltiin bulchiinsa qormaataa qarshii 750 ta’ee, Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa (CBE) tti kaffaluun, risiiitii orijinaala kaffaltii sanaa maqaa guutuu keessan wajjiin gara kutaa barnootaa keessanitti erguun isin irraa eegama.

Iyyattoonni qormaata bahinsaa irra deebiin fudhattan, galmee keessan ofumaan ni raawwattu.

Qormaata bahinsaa irra deebiin fudhachuu kan barbaaddan geessituu kanaan galmaa’aa πŸ‘‡
https://exam.ethernet.edu.et
❀3
Old group
2018_2024
I buy
If you have send me messagesβœ…

Old telegram group yalachw inbox me fast high prices egezalw.

@Oro_Technolgy
Isa nuti dugdaaf garaa gargar dhoorkuuf nyaata kaaffee fayyadamnu jzb n tokko tokko mootummaatu isin qalaba mitii nuun jedha.πŸ˜πŸ€Έβ€β™‚οΈ
Yeroo ammaa tanatti namni Rakkina kee sirraa dhageeffatu, kan rakkina kee irratti yaada furmaata ja'ee yaadu irratti siif kannu tokko yoo jiruu tee keessaa qabaatte jabeessi.

Kan arra rakkina bira haasofte boru hin jiru, si dheessa....
πŸ€Ύβ€β™‚οΈAmmuma eegalee doolaara πŸ’΅5.2 gahee jira

Yeroo doolaara 10 gahu withdraw gochuun in dandahama

Namooti hin eegalin jirtan eegalaa

Referral code koon yoo galtan dolara 3.67 isinif kenna !

βœ”οΈReferral Code ➑️ B0FC38

App isaa download godhadhaa link gadii jiru kanan

πŸ“Ž https://app.buzzerfan.com/referral-invite/rs137c1b0f47a543549956c381573ed3e9

@Bahar_Technology
❀1πŸ₯°1
Forwarded from Jamaa Dargaggoo Addeellee (Nan TuqinaaπŸ’œπŸ’œπŸ’œ)
Gorsa Ramadaanaa!.

|β€’ irra hedduun warra soommanaa ramadaana keessa guyyaa malee halkan qur'aana hin qara'an. Inni irra caalaan halkan qara'uu ta'uu isaatii wajjiin yerooleen halkanii hedduun qur'aana keessatti qara'uun maletti baddee dhumti. Qur'aanni halkan yeroo maatiin rafan qara'amu qaamaa fii qalbii irratti,qalbii jabaattee fii ija goggooyde irratti dhiibbaa guddaa qaba. Qaraatii qur'aanaa halkaniitirraa lubbuutee agabuu hin bulchin.

|β€’ Hadiisa Bukhaariin sahiiha isaa keessatti Abdullaah Ibn Abbaas irraa gabaasu keessatti Abdullaah Ibn Abbaas akkana jedhaΒ« Rasuulli ο·Ί irra arjaaa fii kennaa namaa ture. Daran immoo kan inni arjaa fii kennataa ta'uu ramadanaa keessa gaafa jibriilii wajjiin wal qunnamuudha. Jibriil halkan ramadaanaa hunda isaa waliin wal gaheeti qur'aana wajjiin mudaarasaa godhu ture.Β».


β€’ Qalbii fii ruuhii guyyaa aduu fii oowwa cinqii duniyaa keessa ooltu halkan ramadaanaa kana keessa lagaa fii garba Mudaarasaa kitaaba Allaaha buusii dheebuu baasi.Β»


#Ramadan1447H

Ramadan 3,1447H
❀9
Forwarded from ABDU BUTTON
Badhaasa daqiiqaa 15 Qofa turu

QARSHII 500 nama 5f

Itiyootelekoom moo safaricom tu dura Ethiopia dhufee?