Forwarded from Walaloof baacoowwan 😁
Isat na barsiifte
Waliif nahuu sana
Si irrattan arge
Jaalalaaf ulfina
Dhiira kan jedhame
Hin yaadduum na malee
Natti tola ture kalee tokko baasee
Osoon siif dabalee
Qaawwi jaalala kee
Ifatti beekamee
Lubbuun nan mararu
Siif yoon wareegame
Osoon sitti hin himiin
Miira koo hubattaa
Waa'ee keetii dhiiftee
Waa'ee koof dhiphatta
Isa beekuuf silaa
Jaalalli akkasi
Akkam nagaa keetii
Sin yaadaam har'asi
Gaaf na cinaa jirtu
Mukaayee hin beeku
Kunuunsa kee sana
Ormarraa hin eegu
Walaloon kun siif mala warra jettan qofaaf share godhaa!
@walaloo430

Malaan_bishaan_waadu
✍Umurii isaa 19tti Tajaajila Iccitii Ameerikaa keessa seenee iccitii biyyattii hedduu hatuun himatamee mana murtiitti dhiyaatee waggaa 15 itti murtaa'e.
Abbaan isaa jaarsa kophaa jiraatu turan. Gaaf tokko dinnicha dhaabuu barbaadanii humna dhaban.
Ergasii ilma isaanii hidhamee jiruuf xalayaa akkas jedhan barreessaniif.
"Ilma ko jaallatamaa, amma na waliin taatee akkan maasii qotee dinnicha dhaabu na gargaartee natti tola. Amma nama na gargaaru hin qabu." Yeroo muraasa booda abbaan kun xalayaan ilma isaa irraa dhufe.
Dubbisi👇👇👇👇👇👇👇
@baacoowwan

"Abbaa maaloo hin qotiin, waan barbaachisaa tokko dhoksee waanan jiruuf. Yeroon mana hidhaa ba'u maal akka ta'e sitti hima."
Ergaan ilma isaanii erga barreeffamee sa'aatii tokko waraanni mana manguddoo marsan.
Daqiiqaa muraasa keessatti iddoo biqiltuu sana qotanii osoo homaa hin argatin manaa ba'an.
Torban tokko booda xalayaan biraa ilma isaanii irraa isaan qaqqabe.
"Abbaa lafti dinnichaa kun poolisootaan akka gaariitti akka qotamu abdiin qaba. Amma dinnicha dhaabuu dandeessa. Yoo waan biraa barbaadde naaf himi. Hanga yeroon hidhaa koo xumurutti si waliin ta'uu hin danda'u, garuu karaa danda'een si deeggaruuf waanan danda'u hunda nan godha."

Ka'eetan bu'a lixa
Galaa nan barbaachisu
Gaafan horroo koo gahu
Cororsaa na nyaachisu
Siidaa Abiishee ilaalaa
Jalatti suura ka'ee
Farda kiyyaa yaabbadhee
Gara jaarteettin ka'e
Jaalala warra horroo
Warra dha hin dubbanne
Keessummaa gaafa argu
Waan qabu hin qusanne
Warra horroo eebiseen
Qajeele jaardagaatti
Qillensi ishee mijooftuu
Eebbifamtuu lafaatti
Caccabsaa nuu fidani
Dhadhaa irra yaasanii
Noori malee naan jedhan
Harka kiyya qabanii
Erga jettanii jedheen
Seene halangaa kaa'e
Cuukkoon isaanii adda
Baay'ee natti mi'aaye
Keessummaa ni jaallatu
Buli malee naan jedhan
Dheebotteetta jedhanii
Aannan Ho'aa naa fidan
Achii buleen qajeele
Amuruu iyyaafadhee
Nan gala gaafan jedhu
Dongooroo koon yaadadhe
Dongooroo biyya buna
Cuukkoo warra amuru
Anatu hin beekne malee
Biyyatu beeka duruu
Guduruus iyyafachaa
Biyya Kumsaa Dirribaa
Aspaaltiitu hin galle
Daandiin isaa caccabaa
...
Keessa kuteen deebi'ee
Wanta baayyee hubadhee
Wallagga duruu gootaam
Bagan dhaqee daawwadhe!!
@walaloo430
@walaloo430
Galaa nan barbaachisu
Gaafan horroo koo gahu
Cororsaa na nyaachisu
Siidaa Abiishee ilaalaa
Jalatti suura ka'ee
Farda kiyyaa yaabbadhee
Gara jaarteettin ka'e
Jaalala warra horroo
Warra dha hin dubbanne
Keessummaa gaafa argu
Waan qabu hin qusanne
Warra horroo eebiseen
Qajeele jaardagaatti
Qillensi ishee mijooftuu
Eebbifamtuu lafaatti
Caccabsaa nuu fidani
Dhadhaa irra yaasanii
Noori malee naan jedhan
Harka kiyya qabanii
Erga jettanii jedheen
Seene halangaa kaa'e
Cuukkoon isaanii adda
Baay'ee natti mi'aaye
Keessummaa ni jaallatu
Buli malee naan jedhan
Dheebotteetta jedhanii
Aannan Ho'aa naa fidan
Achii buleen qajeele
Amuruu iyyaafadhee
Nan gala gaafan jedhu
Dongooroo koon yaadadhe
Dongooroo biyya buna
Cuukkoo warra amuru
Anatu hin beekne malee
Biyyatu beeka duruu
Guduruus iyyafachaa
Biyya Kumsaa Dirribaa
Aspaaltiitu hin galle
Daandiin isaa caccabaa
...
Keessa kuteen deebi'ee
Wanta baayyee hubadhee
Wallagga duruu gootaam
Bagan dhaqee daawwadhe!!
@walaloo430
@walaloo430
Forwarded from Walaloof baacoowwan 😁
Wallaggattan dhaladhe
Harargeedha manni koo
Arsiin jiraachaa Jira
Matakkali gandi koo
Horteen Abbaa koo shawaa
Kan haadha koo immoo baalee
Firaan booranaa qaba
Yaaballoo fi mooyyaalee
Hortee kootu jimmadha
Sanyiin haadha koo iluu
Manni keenyi salaalee
Biyya taaddasaa birruu
Gujiittan afaan baree
Daaddee deemeen ol jedhee
Walloon koos na jaallata
Achis dhaquu Yoon fedhe
Wallaggii mana kootii
Biyya Abdiisaa Aagaa
Kan adiin hero jettee
Sirbitee baateefi ragaa
Arfan qalloodhaan dhufe!
Biyya Elemoo qilxuu!
Ijoolleen iluu kooti
Horteen Firrisaa jirtuu?
Horteen maammoo mazamir
Kikichuuwwan jaal Nadhii!
Warra jiraachuuf jedhe
Gurraachaa hin jenne adii
Warra garaaf gandaan hin bulle
Ilmaan leencicha haacaaluu
Warra gandaaf hin fuune
Goota irraa irbuu dhaalu!
Oromoon saba kooti!
Oromiyaan biyya kooti!
Ani kutaaf laga hin qabu! Oromoon hundi anaaf dhiiga kooti!

Sooressas ta'i kadhattuu
Addunyaa kana irraa
Akka haadhaa hin argattu
Akka hiriyyaa keetii
Kan teessee sin hamanne
Harka duwwaas yoo taate
Gaafa waa tokkon qabne
Gaafa
Addunyaan kun waakkatte
Jiruun lafaa qaaloftuus
Sitti boonti maleessa
Harmeen sitti hin qaanoftu
Fiigdus riikardiif miti
Sumaaf jecha shan kufti
Waan qabdu siif gurgurtee
Sabbata ishee hurgufti
@walaloo430
@walaloo430
@walaloo430
Addunyaa kana irraa
Akka haadhaa hin argattu
Akka hiriyyaa keetii
Kan teessee sin hamanne
Harka duwwaas yoo taate
Gaafa waa tokkon qabne
Gaafa
Addunyaan kun waakkatte
Jiruun lafaa qaaloftuus
Sitti boonti maleessa
Harmeen sitti hin qaanoftu
Fiigdus riikardiif miti
Sumaaf jecha shan kufti
Waan qabdu siif gurgurtee
Sabbata ishee hurgufti
@walaloo430
@walaloo430
@walaloo430
Forwarded from Walaloof baacoowwan 😁
Sooressas ta'i kadhattuu
Addunyaa kana irraa
Akka haadhaa hin argattu
Akka hiriyyaa keetii
Kan teessee sin hamanne
Harka duwwaas yoo taate
Gaafa waa tokkon qabne
Gaafa
Addunyaan kun waakkatte
Jiruun lafaa qaaloftuus
Sitti boonti maleessa
Harmeen sitti hin qaanoftu
Fiigdus riikardiif miti
Sumaaf jecha shan kufti
Waan qabdu siif gurgurtee
Sabbata ishee hurgufti
@walaloo430
@walaloo430
@walaloo430
Addunyaa kana irraa
Akka haadhaa hin argattu
Akka hiriyyaa keetii
Kan teessee sin hamanne
Harka duwwaas yoo taate
Gaafa waa tokkon qabne
Gaafa
Addunyaan kun waakkatte
Jiruun lafaa qaaloftuus
Sitti boonti maleessa
Harmeen sitti hin qaanoftu
Fiigdus riikardiif miti
Sumaaf jecha shan kufti
Waan qabdu siif gurgurtee
Sabbata ishee hurgufti
@walaloo430
@walaloo430
@walaloo430
Forwarded from Walaloof baacoowwan 😁
Poolisiin #Finfinnee du'a Qananii irratti garee qorannoo hundeessee qorachaa jiraachuu ibse
Poolisiin magaalaa Finfinnee du'a Qananii Addunyaa ilaalchisee erga odeeffannoon isa qaqqabee kaasee garee qorannoo hundeeessee qorachaa jiraachuu beeksise.
Poolisii magaalichaa ibsa har'a baaseen, kutaa magaalaa Lammii Kuraa aanaa 3 bakka addaa manneen Saanshaayin jedhamu fuuldura gamoo Wuddaaseerra kan jiraattu Qananiin Bitootessa 01, 2017 ALI halkan keessaa naannawaa sa'aatii 10:00 manashee darbii 5ffaa irraa kufuu ibse.
Wallaansaaf gara Hospitaala Yaanet osoo geffamaa jirtuu lubbuun ishee darbuu kan eere, odeeffannoo akkuma isa qaqqabeen garee hundeessuum ragaalee teeknikaa fi taaktikaa walitti qabuu ibseera.
Poolisiin yeroo Qananiin gamoorraa kufte sanatti mana keessa kan ture abbaa warraashee Andu'aalam Gosaa to'annoo jala oolchee qorachaa akk jiru ibseera.

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
Andualem fi Kenani
Andualem
Eenyuutti na laattee Deemte adaraa kee
Maaltu taanaan har'a
Jabeessite garaa kee
💔
Imimmaan garmalee
Maaliif narra lolaafte
Gadda hamaa cimaan
Maaf garaa koo raafte
💔
Eenyuutti na laattee
Eenyuutti na dhiiftee
Maaliif qofaa kankee
Marmarattee ciiftee
💔
Dhaamsa qabdaa
Waan dhaammatte
Galaa koo kan borii
Maal kaawwatte
💔
Kenani = Homaa tokkon qabu
Ani dhaamsa dhaamee
Firaaf maatii kan koo
Ani yooman waamee
💔
Rakkoof rakkina koo
Hunduma dhokfadhe
Nan fagaadhe kunoo
Faara koo dhokfadhe
💔
Jiruun dachee kanaa
Nama dinqisiisam
Si'a tokko tokkos
Nama jibbisiisam
💔
Kanumaaf jedheetan
. Fagaachuu filadhem
Ganama obboroon
Garaa koo kutadhem
💔
Adaraa nan eegin
An deemeen fagaadhe
Tasas garaan laafu
An garaan jabaadhe
💔
Jiruun dachee kanaa
Dhagaarra jabaatti
An deemeen fagaadhe
Hundumtuu nagaatti
💔
✍️ Ayana Tasfaye
Andualem
Eenyuutti na laattee Deemte adaraa kee
Maaltu taanaan har'a
Jabeessite garaa kee
💔
Imimmaan garmalee
Maaliif narra lolaafte
Gadda hamaa cimaan
Maaf garaa koo raafte
💔
Eenyuutti na laattee
Eenyuutti na dhiiftee
Maaliif qofaa kankee
Marmarattee ciiftee
💔
Dhaamsa qabdaa
Waan dhaammatte
Galaa koo kan borii
Maal kaawwatte
💔
Kenani = Homaa tokkon qabu
Ani dhaamsa dhaamee
Firaaf maatii kan koo
Ani yooman waamee
💔
Rakkoof rakkina koo
Hunduma dhokfadhe
Nan fagaadhe kunoo
Faara koo dhokfadhe
💔
Jiruun dachee kanaa
Nama dinqisiisam
Si'a tokko tokkos
Nama jibbisiisam
💔
Kanumaaf jedheetan
. Fagaachuu filadhem
Ganama obboroon
Garaa koo kutadhem
💔
Adaraa nan eegin
An deemeen fagaadhe
Tasas garaan laafu
An garaan jabaadhe
💔
Jiruun dachee kanaa
Dhagaarra jabaatti
An deemeen fagaadhe
Hundumtuu nagaatti
💔
✍️ Ayana Tasfaye
Forwarded from Walaloof baacoowwan 😁
Walaloon Jaalala:
Yaa Waaq waa maraafuu
Situ qabaa dawwaa
Biyyi kun biyya taatee
Ijaan arguun hawwaa
Isan sitti himadhè
Hawwii koo naaf guuti
Akka Uumamni kee
Nagaan jiraatuti
@walaloo430
Yaa Waaq waa maraafuu
Situ qabaa dawwaa
Biyyi kun biyya taatee
Ijaan arguun hawwaa
Isan sitti himadhè
Hawwii koo naaf guuti
Akka Uumamni kee
Nagaan jiraatuti
@walaloo430
#mammaaksa ta'uusaati
Muu haadhakoo jette durbi durbummaan hafte tokko erga umuriin ishee 40 guutee "ammati kana booda in heerumtaa" jedhanii gaafannaan.
@baacoowwan
Muu haadhakoo jette durbi durbummaan hafte tokko erga umuriin ishee 40 guutee "ammati kana booda in heerumtaa" jedhanii gaafannaan.
@baacoowwan
#mammaaksa
✍“Dhugaa dubbachuuf nama sodaanne, dhara dubbachuuf Waaqa sodaanne.” jedhe Lataan.
#mammaaksa
@baacoowwan
✍“Dhugaa dubbachuuf nama sodaanne, dhara dubbachuuf Waaqa sodaanne.” jedhe Lataan.
#mammaaksa
@baacoowwan
#dafi_murteeffadhu😁
Jaalallee kees haa taatu ykn haadha Warraa kee,... itti Si aarsa yoo ta'e, ati bitaa jennaan isheen mirga jetti yoo ta'e, Gaariin isheen gootu hamaa tahee sammuun si wareera yoo ta'e, gaariin ati gootus hamaa ta'ee ishee goola yoo ta'e, itti inaafta ykn sitti inaafti yoo ta'e, inaaffichimmoo isa jaalala dabalu utuun taane isa mana gubu yoo ta'e,
Gorsitee jijjiirama irraa dhabuu keetiin keessi si gubata yoo ta'e, Ykn isheen si gorsinaan yaadnishee dhama dhama kan sitti hin jenne yoo ta'e,
Obboleettiin'shee hangafaa, akka intalli si dhiistee namicha mataa moluu isa manaafi makiinaa qabu sanatti akka heerumtuuf kan gorsitu ta'ee,..sin lamaan gidduummoo oduufi holola deddeebisti yoo ta'e, (Jara (isheefi Obboleettiishee) walirraa kutuunis yoo si dhibe, haadhasaaniittis himtee yoo furmaanni dhibe)
Qe'ee jaraatti tuffatamuurrayyuu ni jibbamta yoo ta'e,
Adaadaanshee gatii buqqee cabeetiin si laalti yoo ta'e,
Obboleessishee 'namittii kana' siin jedha yoo ta'e,
Obboleettiinshee faddaalaa kan biraaf ishee korattu yoo taate,
Hiriyyoota dhiiraa baay'isti yoo ta'e,
Atimmoo dhugaatiifi araadaan lafaa kaata, isaan iji si banama yoo ta'e,
Durbummaa dhabuunshee yeruma dhugdu sitti dhagahamee kan sammuu sitti kaasu yoo ta'e, Aariinsaa manuma kee kana irratti gubdee qanqaammachuu yoo si kajeelchisa ta'e,
Durba baay'een ati kan barbaadamtu ta'ee filannoon ishee caalan sitti baay'atee kan ishee si tuffachiisan yoo ta'e, tuffachuukees isheen sirratti barteetti yoo ta'e....
Ulaagaa nama akka isheen barbaadduu ati yoo hin guuttu ta'e, siif miira hin qabdu, sitti hin gammaddu, sibira teessee garaan diida ishee hawwa, hanga ati irratti bartutti tuffii sitti agarsiisti yoo ta'e, atimmoo dhabuu hin feetu, inumaayyuu xiiqiin quba si nyaachisaa jira yoo ta'e,
Haadhooko!, Utuu aduun sitti hin dhihiin dafiitii irraa adda ba'i!; Ykn ishee ajjeestee utuu biddeena gaabbii hin nyaatiin, Ykn utuusheen si ajjeestee irbaata rirmaa sin godhiin, lafa ifaan jiru, hidhaa kee irraa kutii ayyaana kee irraa dachaafadhu!

Utaalloo (Qufaa) irraa dafnee fayyuuf:
**
-Boqonnaa gahaa fudhachuu!
-Bishaan ashaboon bulbulanii afaan fi gorooroo lulluuqqatanii (gurgle)
godhanii tufuu!
-Dammaa fi qullubbii adii nyaachuu!
-Waan ho'aa funyaan gararraa ykn Adda keenyarra kaa'achuu!
-Decongestan kan jedhaman kan funyaan cufame nuu banan mana qorichaa irraa fudhachuu!
-Dhangala'aa sirriitti dhuguu!
-Yoo rafnu boraatii (pillow) dabalataa mataa keenya jala kaa'achuu!
-Waan ho'aa dhuguu!
***
Hub: Yoo funyaan keenya keessaa dhangala'aa baafnu, qaawwa funyaanii lamaan isaa altakkaatti yoo qabne gurri keenya waan miidhamuuf, dabaree dabareedhaan baafachuu qabna!
***
Fayyaan Faaya
✍ #DR_Gurmeessaa

#Dhiiroochee_qofaaf
Dhiirota qofaaf.... 😋😋 warri shamarranii akka dhokattanii hin dubbifne.... 😂
Warra xiinsammuutu jedhe... kun isiniif hagam dhugaadhaa?
Qaamota shamarranii keessaa sadarkaa sadarkaadhaan 1ffaa haga 10ffaatti kan nama harkisan!
10.FFAA. Koomee miillaa. Kun jaalaala yokaan dhiira harkisuu keessatti gahee guddaa waan hin taphanne fakkaata garuu miti sirriitti gahee qaba.
9.FFAA. Dugda. Dhiironni hedduun osoo ofirratti hin beekiin dugda gadi dhooqaa yokaan (curved) baay’ee jaallatu.
8.FFAA. Garaa (mudhii). Kana yeroo hedduu sirboonni aadaa keenyaa yoo durbaaf weellisan qalloo mudhii soonsaa… kan mudhiin qabaa hin guunne… fi kkn jedhu ni beekna.
7.FFAA. Rifeensa. Dhiironni riifensa dheeraa jaallatan akkuma jiran kuun ammoo gabaabaa mammaramaa jaallatu. Garuu inni guddaan rifeensaaf bakka guddaa qabu.
6.FFAA. Taafaa (hip) kun kara cinaan kan mullatu malee isa dudduubaan argamu san miti. Yoo bal’aa fi curved ta’e dhiironni ni filatu jedha researchiin adda addaa.
5.FFAA. Seequumsa ishii (smile). Kuun namoonni hedduu kan beekanii fi kan irratti walii galan kan hedduu nama harkisuudha.
4.FFAA. Hidhii (lips) Kun yoo guutuu ta’ee fi hammaan giddu galeessa ta’e jallatamaa ta’a. Garuu qalama baay’ee ciccimaa fi fagotti mul’atu yoo itti diban mul’isuuf malee harkisuuf ga’ee hin qabu.
3.FFAA. Guntuta (breast). Harmi yoo dhaabatu guddatee yoo bareeduu… wellistootni keenya illee akkam akka nama harkisu ni beeku. Ishii guntutni gaafa jibichaa fakkaatu qabdu jedhu..
2.FFAA. Teessuma (Butt). Kun homaa gaaffii hin qabu. Dhiirri akka dubara dudduuba ishii sagal dhoksee ilaalu ni beekna.
1.FFAA. Ija (Eye). Inni kun eeboo yokaan xiyyadha. Ni waraana, ni ajjeesa, ni injifata. Maarree gooftaa dhiiraati jechuun ni danda’ama.

Jette jettee baranaa
Ani Raajiin dhagahee
Budaa nyaate jedhani
ullaan gommaatti bahe
Har'a bullee bariinaan
Wanta haaraa dhageenya
Mootummaanis rakkate
Biyyis dhabde nageenya
Dubartittiin Buraayyuu
Daa'imman xobbee qalte
Gaangeen obbo Birhaanuu
Baakkootti ilmoo dhalte
Jaartiin Aanaa Nansaboo
Kudha sadii heerumtee
Akka durattii miti
Barana dubbiin cimte
Barattoota keenyatti
Exit Examiin dhufee
Eebbifamuu hin danda'u
Namni qoramee kufe
Waan addaati jedhame
Akka guutuu biyyaattuu
Guyyaa adii argineem
Qeesii mortee awwaaltu
Waraabessi dhukkubnaan
Dhaqee ciisee yaalamee
Manguddoon jaarraa lamaa
Arsii lixaatti argame
Alaabitti ishee kana 🇨🇬
Funaaneetan guggube
Si'achi arguun fedhu
Har'a irraa jalqabee
Isa dhiiga nu dhaabu
Alaabaa isa lummuxxii
Qeerroowwan shaashamannee
Gadi yaaftee kukkutti
Elaa
Guyyaa hojjechaa ooltee
Dadhabnaan galii ciisi
Waaqa uumaa sodaadhu
Walitti tolchuu dhiisi
Surree jilbarraan cittee
Barii lilmoon hodhatuu
Sichi biyya keenyarratti
Dabtaraan hin hojjetu.
Hammam nu doorsistanis
Gooftaan jira nu faanaa
Yaa lummuxxii alaabaa
Maal fuuta Bataskaanaa???
✍@walaloo430
Ani Raajiin dhagahee
Budaa nyaate jedhani
ullaan gommaatti bahe
Har'a bullee bariinaan
Wanta haaraa dhageenya
Mootummaanis rakkate
Biyyis dhabde nageenya
Dubartittiin Buraayyuu
Daa'imman xobbee qalte
Gaangeen obbo Birhaanuu
Baakkootti ilmoo dhalte
Jaartiin Aanaa Nansaboo
Kudha sadii heerumtee
Akka durattii miti
Barana dubbiin cimte
Barattoota keenyatti
Exit Examiin dhufee
Eebbifamuu hin danda'u
Namni qoramee kufe
Waan addaati jedhame
Akka guutuu biyyaattuu
Guyyaa adii argineem
Qeesii mortee awwaaltu
Waraabessi dhukkubnaan
Dhaqee ciisee yaalamee
Manguddoon jaarraa lamaa
Arsii lixaatti argame
Alaabitti ishee kana 🇨🇬
Funaaneetan guggube
Si'achi arguun fedhu
Har'a irraa jalqabee
Isa dhiiga nu dhaabu
Alaabaa isa lummuxxii
Qeerroowwan shaashamannee
Gadi yaaftee kukkutti
Elaa
Guyyaa hojjechaa ooltee
Dadhabnaan galii ciisi
Waaqa uumaa sodaadhu
Walitti tolchuu dhiisi
Surree jilbarraan cittee
Barii lilmoon hodhatuu
Sichi biyya keenyarratti
Dabtaraan hin hojjetu.
Hammam nu doorsistanis
Gooftaan jira nu faanaa
Yaa lummuxxii alaabaa
Maal fuuta Bataskaanaa???
✍@walaloo430
Yeroon hamaas gaariis qabdii
Maal abbaasheef kutta abdii?!
Tokkoon bade - tokkoon tola
Kan bor fayyuutu har’a hokkola…
Rakkinni immoo tulluu miti
Ni godaanti - ni darbiti!
Kaayyoon takkaan galma hin ga'u
Obsi…obsanii nama ta’u!
✍Lataa Q
@baacoowwan
Maal abbaasheef kutta abdii?!
Tokkoon bade - tokkoon tola
Kan bor fayyuutu har’a hokkola…
Rakkinni immoo tulluu miti
Ni godaanti - ni darbiti!
Kaayyoon takkaan galma hin ga'u
Obsi…obsanii nama ta’u!
✍Lataa Q
@baacoowwan
KANA BEEKTUU LAATA ?
⚫Namni tokko guyyaatti yaadota adda addaa kuma jaatamaa ol yaada. Wanti nama gaddisiisu garuu yaadota kanneen keessaa baay'een isaanii kan isa fayyadan osoo hin taane kaallattiidhaanis tahe al kallattiin kan isa miidhaniidha.
⚫Dandeettii yaaduu sammuu isaa 10%_12% qofa itti fayyadame dhalli namaa (Shiiv keeraa).
⚫Haaloo qabachuun kan inni miidhu namicha sitti balleesse sana osoo hin taane si isa haaloo qabateedha.
⚫Raawwatee namni dogoggora hin uumne isa du'e qofa akka tahe beektaa? Garuu dogoggora irra deddeebi'uun immoo balleessaadha.
⚫Namni gahumsa g/galeessa qaba jedhamu tokko yoo xiqqate dandeettiiwwan adda addaa 500_700 qaba. (Riik Waaren)
⚫Namoota addunyaa irra jiran hunda keessaa kan bakka si buhuu dandahu hin jiru.
⚫Toomaas A.Ediisen ampuulii hojjechuuf yeroo yaalaa ture, yoo xiqqate si'a 10,000 ol dogoggora hojjeteera. Yeroo yaalu kanas utuu mana keessaa hin bahin guyyoota 8_9 mana cufatee tura.
⚫Biyyi Neezerland ykn Hoolaand biyyoota ifa aduu haalaan hin arganne keessaa ishee tokkoodha. Garuu oomisha midhaan nyaataan beekamtuudha. Akkamitti? Teknooloojii ammayyaa kan Giriin Haawus jedhamutti fayyadamuun haala hin mijanne haala mijataatti jijjiiruun oomisha ishee milkeessiti.
⚫Jeesii Liivermoor sooressa beekamaa ture garuu of ajjeesee du'e.
⚫Liwoon Fireejer sooressa beekamaa ture innis of ajjeesee du'e.
⚫Namoonni ji'atti daqiiqaa 30f isport hojjetan namoota homaa sochii hin goone caalaa 43% umurii dheeraa jiraachuu danda'u.
⚫Onneen keenya yeroo 103,680 akka dhikkifattu ykn waggaa tokko keessatti yeroo 37,843,200 akka dhikkifattu.
⚫Onneen keenya dhiiga gaaloonii 4,300 akka raabsitu kan godhu yoo tahu kunis bara jireenya keenyaa keessatti baarmela biliyoona 13 guutuu danda'a.
⚫Dhiigni keenya kaappilaarota km 960,000 dheeratan keessa yeroo 1,450 akka naannawu godha.(kanan dubbiserraa)

#kan_itti_fufe
➲ Dubartiin bara jireenya ishii keessatti yeroon ishiin daawwitii keessatti of ilaaludhaan gubdu yoo walitti ida'ame jiddu galeessan guyyaa shanitti tilmaammama.
.
➲ Dubartiin tokko tokko fakkeessituudha, kanaaf bitaa akka sitti hin galle of eeggadhu. Dubartoonni yeroo baay'ee dhiira dhaabbii bareeda qabuun ni harkifamu ammamiyyuu barreedduu ta'uu baatanis.