HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.
24.8K subscribers
3.4K photos
437 videos
63 files
3K links
Kaayyoon keenya bashannansiisaa,kofalchiisaa,haqawwan
..
Youtube https://youtube.com/@odesitutube?si=uWwFA0Pk5UGOCn1m subscribe gochuun bohaaraa

Guddina artii, aadaafi afaan keenyaaf gahee nurraa eegamu haa baanu.
Yaada @Dhaloota nuun gahuu dandeessu
Download Telegram
#DUBBISAATII_BASHANNANAA
#Ishee_fi_isa
❤️❤️❤️❤️❤️
#ishee
Ilaamee gabaabaakoo
Gabaabaa hamma qocaa
Utuu naaf dandaa'amee
Kophee guddaa siif bocaa...

#isa
Naan joorin yaa dheertuukoo
Dheertuu hamma gaattiraa
An gabaabinaan mitiim
Jaalalaanin siif jiraa...

#ishee...
Dhugaadha aniyyuu
Haalaan sin madaallee
Hojjaaf bareedina
Jiruu kee hin ilaallee
Siif kennee ofii koo
Namummaanuu ulaagaadhaa
Kana anuu sitti hin himu
Atiyyuu naaf ragaadhaa...

#isa
Sin jaaladhe siin jennaan
Nan agarsiisne cinqii
Akka namoota kaaniis
Anaan hin jenne dinkii
Ati jireenya kootiif
Irbaata koof cireedhaa
Taakkuuf dhumdhuma taanus
Safartuun nuuf #sireedha

#ishee
Jalaalli ulaagaa hin qabu
Ulaagaansaa jaalalaa
Na dhungachuuf yoo jettu
Nan quphana si jala
Atillee na dhungachuuf
Morma kee ol naaf kaastaa
Aniyyuu sin dhamaasu
Atuu garaa na raastaa

Itti fufa
Murtii H

@baacoowwan
Mootummaa Kanaadaa iŕŕaa oduu gammachiisaan dhagahame. Mootummaan Kanaadaa 🇨🇦
Itoophiyaanota 40,000 ta'aniif  carraa hojii bilisaan Kanaadaa seenanii akka hojjetaniif ibsa baaseera. Ibsi bahe kunis eenyuyyuu lammummaa Itoophiyaa kan qabu tokko galmaahuuf ulaagaalee inni guutuu qabu👇👇👇
      ✅️umurii 20 irraa kaasee
      ✅️waraqaa eenyummaa naannoo jiraatuu
      ✅️ kutaa 10 ol kan barate/tte  yoo ta'u
        Namoota ulaagaalee kana guutan mootummaan Kanaadaa baasii hunda ofiisaa #shaffanee namoota fudhachuu barbaada. Haalli galmees online ta'uun isaa gammachuu guddaadha.
Isinis carraa kanatti fayyadamuun link kana gadiin galmaahuu ni dandeessu.
👇👇👇👇👇👇
bit.ly/3ruaIoS
bit.ly/3ruaIoS

STEP ISAA VIIDIYOODHAAN
is.gd/CarC5A
is.gd/CarC5A
Forwarded from Walaloof baacoowwan 😁
Bagan siif jiraadhe
Ofii dhabee jiruu
Du'aaf jireenyakoo
Osoon garaa hiruu
Fageenyaa si hawwee
Halaalaa mil'adhee
Maddiin kiyya qaawwee
Gaararraa bir'adhee

Seexaa qaalii meeqaa
Irraanfachuu yaalee
Seenaa bara meeqaa
Baraan qara ilaalee
Dhaamsa hayyuuf koodee
Xoofoon isaa guutee
Jiraan du'aa oodee
Dhabee achi-buutee
Faanni bara meeqaa
Waan galu fakkaatee
Osoon galaaf eeguu
Ciraayyuu fagaatee

Raareen laga meeqaa
Miiltookoo nyaatanii
Bara meeqa deegaa
Jiraadhee Jaatanii
Dukkanni dheeratee
Bariin dimimmisee
Cabbiinis hammaatee
Citaankoo dhimphisee

Fedhiikoo awwaalee
Miirakoo daangessee
Jiruukoo wallaalee
Qananii fakkeessee
Osoon dhugaaf aaduu
Dhabamsiisuuf dhara
Akkasaa wallaaleen
Guyyuu ilkaan qara

Erguman dhaladhee
Dhugaa takkaan' teenye
Gaaf-tokko boqodhee
Bakka garaan' geenye
Cimee tattaafadhee
Carraaqee bar meeqa
Dorrobaan gatateen
Sobeen irraan seeqa
Dhugaadha naan taane
Bakkin amma jiru
Tasa naafin malu
Dhugaadha yaa tiruu

Egaa erga ta'ee
Hundinuu jabaataa
Kaayyoon galma qabu
Daandiinsaan fagaata
Dukkanni dheeratus
Kanumaafan obse
Umuriikoo kanaan
Dafqa dhiigaa cophse

Erga akkas ta'ee
Tarii darbuun' oolu
Imaanaakeen eega
Si'iif galee kooluu
Sirraa adda baasee
Hin ilaalu Aayyookoo
Bagan siif jiraadhe
Sin ganu kaayyookoo!

@walaloo430
Forwarded from Hojii Online
Applikeeshinii kana irraa game tapachuu fi muuziqaa dhaggeeffachuun akkasumas hojiilee garaa garaa hojjechuun qarshii baayyee irraa baafachuu dandeessu liinkii armaan gadii tuquudhaan appkikeeshinicha buufadhaa email keessaniin banadhaa akkaataa itti fayyadama isaas isin barsiifna

Buufachuuf👇👇 https://crrnt.me/PP2BwXWhEBb

Hojii biroo argachuuf @Hojii_online join godhi
YOOMI?
---------
Karaa isaa ciree,
waa homaa hin dalagne
kaleessa abjuu argee,
har'aaf dhugaa hin eegne,
akka alaltuu lagaa,
asumaan ol margee,
itti yaadee hin dhufnee,
asittan of arge.
-------------------------
Dhoqqeemattii citeen,
seene laga duubaa;
Yaa'ichis naan deema,
hurgufee akka huuba;
Uumama dammaqe,
bishaan walakkaatti,
Ani akkana malee,
abbaa yaa'aa miti.
--------------------
Yeroos waaqatu uume,
homaa keessaa hin qabu.
Gaaffii 'YOOMII' kaasee,
anoo mataa hin cabu.
Kanaaf nan jijjiira,
heera gaaffii guyyaa;
YOOMIIf deebiin dhibee,
MEEQA jechuu wayya.
-------------------------

Haajamee
#join_us
@baacoowwan
Forwarded from Qualitymovbot
Channel EGEREE Qabduu?

Egereen akka maqaa isaa Fuul-duree keessan irratti xiyyeeffata.
EGEREE irraa waan isin argachuu dandeessan kunooti:
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Mootummaa Kanaadaa iŕŕaa oduu gammachiisaan dhagahame. Mootummaan Kanaadaa 🇨🇦
Itoophiyaanota 40,000 ta'aniif  carraa hojii bilisaan Kanaadaa seenanii akka hojjetaniif ibsa baaseera. Ibsi bahe kunis eenyuyyuu lammummaa Itoophiyaa kan qabu tokko galmaahuuf ulaagaalee inni guutuu qabu👇👇👇
      ✅️umurii 20 irraa kaasee
      ✅️waraqaa eenyummaa naannoo jiraatuu
      ✅️ kutaa 10 ol kan barate/tte  yoo ta'u
        Namoota ulaagaalee kana guutan mootummaan Kanaadaa baasii hunda ofiisaa #shaffanee namoota fudhachuu barbaada. Haalli galmees online ta'uun isaa gammachuu guddaadha.
Isinis carraa kanatti fayyadamuun link kana gadiin galmaahuu ni dandeessu.
👇👇👇👇👇👇
bit.ly/3ruaIoS
bit.ly/3ruaIoS

STEP ISAA VIIDIYOODHAAN
is.gd/CarC5A
is.gd/CarC5A
Forwarded from Egeree Post
🌈Telegramii Keenya join gochuun Waan feetan hordofaa

👁Chaaneela Keenya irraa Wantoota Isin argattan


1️⃣Beeksisa Hojii Fresh Gradute
2⃣Beeksisa Jijjirra Bakkaa
3⃣Beeksisa Shaga City Haaraa
4⃣ Odeeffannoo Haaraa
5⃣Carraa Scholarship Biyya Alaa
6⃣Hojii Online/Partime
7⃣Paspoortii Haaraa bafachuuf
8⃣DV 2024 Qajeelfama isaa
9⃣Liqa Akkamiin akka argattan
🔟 Visa akkamiin akka argattaniif Wantoota Isin gargaaran Chaaneela Keenya join gochuun argachuu dandeessu
👇
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
Forwarded from Egeree Post
Waa'ee Paspoortii beektuu?
Paspoortiin dur qarshii Xiqqoon bahaa ture amma garuu qar**600 irraa ka'ee 2000 galeera ammuma Baafadhaa utuu inni ulaagaa hin daangeessin Appi buufachuudhaan Online.
👇Qaxaroof
⬇️Hareeffachuuf
⬇️Haara baafachuuf
Paspoortii qofaan illee biyyota feetan imaluu dandeessu Pasportiin Ethiopia Sadarkaa Kessa galeera liinkii banuun itti gargaaramaa
https://store.ethioappcenter.com/2023/07/18/apply-ethio-online-pasport/

Telegramii Odeeffannoo Join godhaa
👇
https://t.me/michujobs
Forwarded from Baacoowwanbot
chaaneliin Afaan Oromoon jiran keessaa waan akkamiitu sitti tola? filachuu dandeessa ✍🏾😳😜
QAAMA KOO...!

💟💟💟💟💟💟
Narraan fagaatinii
An siirraan faagaadhuu
Ormaaf nan laatinii
An ormaaf sin laadhuu
🙏
Sagalee keen hawwaa
Jaalala keen deegaa
Yoom naa dhufta jedheen
Hawwiin karaa eegaa
💓
Filannoon koo si'ii
Addunyaa kanarraa
Har'a moo bor dhuftee
Ijaan walagarraa?
💟
Yaada keen dhiiga malee
Waraansa cimaan dhiiguu
Yaada keen fiiga malee
Godaansa biraan fiiguu
💔💔💔💔💔💔💔💔

GALATOOMAA🙏


Baay'isaa F Goobanaa

#join_us
@baacoowwan
Mootummaa Kanaadaa iŕŕaa oduu gammachiisaan dhagahame. Mootummaan Kanaadaa 🇨🇦
Itoophiyaanota 40,000 ta'aniif  carraa hojii bilisaan Kanaadaa seenanii akka hojjetaniif ibsa baaseera. Ibsi bahe kunis eenyuyyuu lammummaa Itoophiyaa kan qabu tokko galmaahuuf ulaagaalee inni guutuu qabu👇👇👇
      ✅️umurii 20 irraa kaasee
      ✅️waraqaa eenyummaa naannoo jiraatuu
      ✅️ kutaa 10 ol kan barate/tte  yoo ta'u
        Namoota ulaagaalee kana guutan mootummaan Kanaadaa baasii hunda ofiisaa #shaffanee namoota fudhachuu barbaada. Haalli galmees online ta'uun isaa gammachuu guddaadha.
Isinis carraa kanatti fayyadamuun link kana gadiin galmaahuu ni dandeessu.
👇👇👇👇👇👇
bit.ly/3ruaIoS
bit.ly/3ruaIoS

STEP ISAA VIIDIYOODHAAN
is.gd/CarC5A
is.gd/CarC5A
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MøM❤️)
Guyyaa Guyyaan Qaama Dhiqachuun faayidaa moo miidhaa qabaa?
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Guyyaa guyyaan qaama dhiqachuun fayyaa gogaa keenyaa ni huba! Akkamitti?

1) Qaamni keenya uumamaan dibata of irraa qabu balleessuudhaan akka gogu taasisa. Qaamni keenya yoo gogu immoo qaawwa xixiqqoo baasuudhaan:

Baakteeriyaan dhukkuba nama qabsiisan qaawwa sanaan seenanii akka infekshinii uumanii fi waantoonni alarjii namatti fidan ykn kaasan qaawwa sanaan seenanii alarjiif akka nama saaxilan taasisa.........

Guutuu isaaf hiidhaa gadii tuquun marsariitii KAKU PRESS jedhu keessa seenuun dubbisaa, isin fayyada.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://is.gd/HdTZIj
https://is.gd/HdTZIj
Forwarded from Walaloof baacoowwan 😁
Looshee koo qarree durbaa
Saboontitti warra leeqaa
Siifan bita meetiif warqee
Kiilo giraamni meeqa?

Gaafa sesseeqa deemtu
Ilkaan kee akka aannanii
Gaafa gabaafa deemtu
Mana koo gorii darbii

Gaafa fillattee deemtu
Shurrubbaa kee lash goote
Guutuummaa qaama kooti
Jaalala keetiin moote

Akka Biiftu culuuluqxaa
Ifteen dhaamtu gaafa hunduma
Bareedduu Koo morma looti
Sirran keenyee tasa mudaa

Qishireetuma si umee
Sirran keenyee tasa qola
Kuullee Koo nyaarri kuulaa
Duwwaa kankoo situ guutaa

@walaloo430
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MøM❤️)
Suuraa namoota wal bira hin jirree akka waan wal bira jiranii fakkeessun, walitti isiniif hidhuu fi photoshop garaa garaa akka barbaaddanitti isiniif hojjechuu danda'u kan danda’u appii ajaa'ibaa kana buufadhaa! Appicha argachuuf liinkii gadii tuquun erga keessa seentanii booda iddoo install jedhu tuquun buufadhaa. Itti fayyadama.
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://best.kakupress.com/photo-editing-and-background-changer-application/
Hojiif Gara Biyya Awustiraaliyaa imaluu feetuu?
humna nama hojjetuu dhabuu  biyyoota guddatanii kanatti fayyadamuun gara biyyoota Awurooppaa fi Ameerikaa deemuun baratamaadha.
Amma garuu nama Ispoonsera siif ta'u ykn biyya Awustiraaliyaarraa nama tokko otoo hin qabaatiin ejensootni haala kana mijeessan argamaniiru. Ijoolleen keenya carraa kana fayyadamaa. Haalli itti guutamu salphaa dha Email qofa kan isinirraa barbaadamu.
👇👇👇👇👇👇👇👇
bit.ly/3rziaiA
bit.ly/3rziaiA

VIIDIYOO GABAABAA step galmee
is.gd/cPipJA
is.gd/cPipJA
Forwarded from Ayyuu Tube (Ayyuu MøM❤️)
Bilbila ykn computer qabaannaan hojii barreeffama barreessuu qofaan guyyaatti doolara 50 ol argachuu dandeessu. Akkasuma yeroo jalqaba join gootan bonus hamma dolaara 80 isiniif kenna. Bilbila keessaniin hojjechuu warreen barbaaddan Appii isaa fuula website gadii irra isiniif keenyeerra, liinkii gadii tuquun erga keessa seentanii booda iddoo install/download jedhu tuquun buufadhaa itti fayyadamaa.
👇👇👇👇
https://best.kakupress.com/typing-job-and-earn-money-online-use-this-method/
Hojiif Gara Biyya Awustiraaliyaa imaluu feetuu?
humna nama hojjetuu dhabuu  biyyoota guddatanii kanatti fayyadamuun gara biyyoota Awurooppaa fi Ameerikaa deemuun baratamaadha.
Amma garuu nama Ispoonsera siif ta'u ykn biyya Awustiraaliyaarraa nama tokko otoo hin qabaatiin ejensootni haala kana mijeessan argamaniiru. Ijoolleen keenya carraa kana fayyadamuun apply godhaa. Haalli itti guutamu salphaa dha Email qofa kan isinirraa barbaadamu.
Hub. Kan dandeettii fi sadarkaa barnootaa keessan hin madaalle apply hin godhinaa accept waan isin hin gooneef.
👇👇👇👇👇👇👇👇
bit.ly/3rziaiA
bit.ly/3rziaiA

VIIDIYOO GABAABAA step galmee
is.gd/cPipJA
is.gd/cPipJA
Baasii fi kaffaltii tokko malee gara Neezerlaand fi Giriik akkasumas biyyoota Awurooppaa biroo deemtanii hojjechuu barbaadduu?
Link ittiin apply gootaniif step isaa viidiyoo gabaabaa kanarraa argattu
👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/fbh3fwjDz5g
https://youtu.be/fbh3fwjDz5g