HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.
24.6K subscribers
3.41K photos
437 videos
63 files
3.01K links
Kaayyoon keenya bashannansiisaa,kofalchiisaa,haqawwan
..
Youtube https://youtube.com/@odesitutube?si=uWwFA0Pk5UGOCn1m subscribe gochuun bohaaraa

Guddina artii, aadaafi afaan keenyaaf gahee nurraa eegamu haa baanu.
Yaada @Dhaloota nuun gahuu dandeessu
Download Telegram
Maaltu Na Galche?
.
Ilmi Yoo Badu
Abbbaan Ijaan Arge
Callisuun Yoo Deeme
Jedhee Maal Na Galche.
Maaltu Isa Aarseree
Deebi'ee Galeetoo
Harmee Isaa Irraa
Ilma Osoo Dhalchee?
.
โœTG
#share_join
@baacoowwan
Saawwa daalattii biti
Isheenuu burree dhalti
Tolashiin eessatti hafte?
Abbabuun gabaa galti

Akka waan ishee qofti
Daldaltuu jabduu taatee
Sanuu nama tuffatti
Har'umaa gabaa baatee

Dilbata gabaa Somboo
Wiixata gabaa Lamii
Tokko filadhu mee aboo
Filannoon kee isa kamii?

@walaloo430
@walaloi430
Namni isin hin beekne bilbila keessan irratti bilbilee isin jeeqaa jiraa? Appii Nama isin maqaa isaa hin qabne, yeroo bilbila keessan irratti bilbilu maqaa nama sanaa fi bakka inni jiraatu offline dhaan kan isinitti himu kana bilbila keessan irraa dhabuu hin qabdan, Appii Haaraadha, liinkii gadiin seenaa iddoo install jedhu tuquun buufadhaa itti fayyadamaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://obsee.sifanoro.com/who-call-me-by-new-number-and-show-full-information-application/
Umuriin kee meeqa jedhanii nama gaafachuun hafee jira, suura Isaa qofa galchuun umurii namaa isa sirrii beekuun ni danda'ama. Umurii Kan nama barbaaddanii ilaaluuf liinkii gadiin seenuun iddoo install jedhu tuquun appiicha buufachuun ittiin ilaalaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡LIINKII๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://obsee.sifanoro.com/check-any-person-real-age-using-this-application/
Namoota carraa barnootaa bilisaan online barachuu barbaadaanii fi akkasuma gaafa barattanii xumurtan kaffaltii tokko malee gara biyyoota addunyaa garagaraatti isin imalchiisuun kan carraa hojii isiniif uumuun hojiitti kan isin bobbaasudha. Dhaabbanni kun Udemy dha, ammuma Appii isaa buufachuun department feetan irratti galmaa'uun bilisaan barachuu dandeessu. Apply gochuuf appii isaa liinkii gadiin seenaa install godhachuun itti fayyadamaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://kakupress.com/start-online-college-today/
subscribe godhaa wantoota bohaaroof barsiisoo ta'an hedduu argattu!

https://youtu.be/G7lDwjqdawo?si=diPYvW4yLMaAFrZE
Instagram - mana barumsaa dhuunfaa
Telegram - mana barumsaa mootummaa

Face book.........
Comment
!๐Ÿ‘‡ barreessaa


#share_join
@baacoowwan
Forwarded from MAKMAAKSA OROMOOโœ
Makmaaksa kana guutaa.
"Ijoollee taphadha: ............lubbuudha"
Anonymous Quiz
45%
Simbirroof
39%
Billaachaaf
4%
Bullaallaaf
12%
Maatiif
#Yaadadhaa kun dhugaadha

โ€ข|  Nama jabaa ta'i jechuun hin kuftu jechuu miti!  Kufanii kaโ€™uu barachuu jechuudha
โ€ข|  Call jedhi jechuun hin dubbatiin jechuu miti!  Namoota biroo dhaggeeffachuuf gurra kenni jechuudha malee.
โ€ข|  Qusadhuu nyaadhu jechuun Nyaata hin nyaatiin jechuu miti!  Mirga namaa irra hin darbiin jechuudha malee.
โ€ข|  Diina kee jaalladhu jechuun diinni kee gaariidha jechuu miti!  Jaalalli jibba waan injifatuufi malee
โ€ข|  Gammadaa dha jechuun waan hunda qabda jechuu miti!  Waan qabdutti gammadda jechuudha malee.

โœ Amansiisaa
            
Yoo jaalattan #Like๐Ÿ‘ Warri hin jaalanne #Share ๐Ÿ˜˜๐Ÿ˜


#share_join
@baacoowwan
Guyyaatti yoo xiqqaate Appii kana irraa bir*rii 750 hanga 1370 tti hojjechuu dandeenya. Appiin kun survey adda addaa deebisuudhaan maall*aqa kan argannudha, maarree kunoo hin taa'in ammuma jalqabii hojjedhu, appii isaa argachuuf liinkii gadii tuquun erga keessa seentanii booda iddoo install jedhu tuquun buufadhaa itti fayyadamaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://kakupress.com/earn-money-by-surveys-using-this-app/
Wi-Fi kamiyyuu bilisaan fayyadamuu yoo barbaaddan kana fayyadamaa. Appiin kun password Wi-Fi kamuu salphaatti kan connect isiniif godhuu fi kan active isiniif godhudha. Akka appii warra kaanii miti, Passwordii wifi kamiyyuu maqaa fi password isaa waliin show isiniif godhee, Ofii isaatiin connect isiniif godha. Appii kana argachuuf Liinkii gadii tuquun erga keessa seentanii booda iddoo install jedhu tuquun buufadhaa fayyadamaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://obsee.sifanoro.com/wifi-connector-application-without-root-wireless-security/
JAAL LATEERAA

Haxiixaa oromummaa
Cimaa kaayyoon kitilaa
Koodee mudhiin Zinnaaraa
Jaaloo Abdiin biqilaa!

Danda'aa beeluuf dheebuu
Cichaakoo murtee dhumaa
Haxiixaa Bilisummaa
Abbaa Karoorri Kumaa!

Jaala mudhiin Zinnaaraa
Cimaa Kaayyoo diriiraa
Qaxxisaa qabsoo sabaa
Hordofaa faana dhiiraa!

Miixata Kaayyoo Eebboo
Baattoo Irbuu Usmaayyoo
Dheebotaa Bilisummaa
Imaanaa Abbeef aayyoo!

Ilma Laggasaa wagii
Warra Onneen Sibiilaa
Gootakoo mataan daabee
Shurrubbee mataa filaa!

Kabajchiisaa Oromoo
Beela'aa birmadummaa
Tiksee saba galaanaa
Faccisaa abbaa - Irrummaa!

Intantee hadheeffattee
Sabaaf dhiiga Cobsite
Qorraaf Aduu boba'uu
Ciniinnattee Obsite!

Mar'immaan duwwaa qooqxee
Dhugaa Sabaa Beelofte
Garbummaa hidda kutuuf
Qorqalbiidhaan Eelofte!

Ofiif jiraachuu dhiistee
Sabakeef taate aarsaa
Eenyuyyuu sin dagatuu
Seenaankeeyyu si faarsa!

Kichuu meeqatu citee
Yeroo malee dhabamee
Silas gootni umurii
Yoom dheeratee argame!

Hidda Tasfuu camadaa
Sanyii Abiishee Garbaa
Kaayyoonkee hin sharafamu
Labataaf lufee darba!

Latii onneen burruusaa
Maqaankee anaaf jaala
Seenaankee boollaa olii
Du'aan kee jiraa Caala!
@walaloo430
@walaloo430
Suuraa, viidiyoo, audio ykn sagalee, faayiloota addaa addaa fi ergaawwan garaagaraa bilbila keessan irra yoo isin jala badan appii kana fayyadamuun deebifachuu dandeessu. appiin kun wantoota bilbila keessan irraa delete ta'an salphaatti isiniif ni deebisa, appicha argachuuf liinkii gadii tuquun erga keessa seentanii booda iddoo install jedhu tuquun buufadhaa itti fayyadamaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://obsee.sifanoro.com/recover-any-deleted-files-using-this-application/
Jechoota Hayyootaa
***


โ—Wal Dhabdee Yeroo Dheeraa Jechuun, Gareen Lamaanuu Dogongora Jechuudha.

โ—Fuula Haqa Dhabdummaa Duratti, Cal'isuun Cunqursaa Waliin Wal Xaxaadha.

โ—"Sabboonaan Waa'ee Dhaloota Dhufaa Jiruu Yaada, Namni Siyaasaa Immoo Waa'ee Filannoo Dhufuu Yaada."

โ—"Dur Hatanii Hidhaman, Har'a Garuu Yoo Dhugaa Dubbatan Nama Hidhu"

โ—Reebichi Ummata Wallaalaa, Qaama Gowwaatti Ibidda Qabsiisanii, Miidhaaf Karaa Saaquudha.

โ—Nama Tokko Ga'uumsa Isaatii Ol Yoo Keesse, Akka Inni Ga'uumsa Keetii Gad Si Hin Keenye Ofirraa Eegi.

โ—Namoonni Waa'ee Hir'ina Namootaa Haasa'an  Baay'een Isaanii, Namoota Hanqina Isaanii Isa Guddaaf Xiyyeeffannoo Hin Kennineedha.



Bakka nagaa oolaa๐Ÿค๐Ÿ˜

#share_join
@baacoowwan
Ethiopia keessatti nama meeqatu #Online irraa maall*aqa hojjechaa jira? Biyyoota alaatti ijoolleen keenya baay'een hojii isaanii biratti online irraa guyyaan dool-lara 50 hamma dool-lara 100 ykn qa*rshii ethiopia 2700 hanga 5400 hojjetanii oolu. Isinis hojii kana ammuma eegala, Jalqaba appii isaa liinkii gadii tuquun erga keessa seenuun iddoo install jedhu tuquun buufadhaa, ittiin eegalaa!
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://obsee.sifanoro.com/earn-freecash-crypto-and-prizes-application/
Kamtu sirnaan hin qubeeffamne?
Anonymous Quiz
14%
Dargaggoota
16%
Dargaggeessa
62%
Dargaaggota
8%
Dardara
Hojii online hojjetaman keessaa hojiin kun Ulaagaa Tokko malee nama Hundaaf ni Hojjata, Hojiin isaa baay'ee Salphaadha. Kana malees Haala Salphaan Galii Guddaa Irraa Argattu. Namoota Jalqaba Seenaniif Bonus hamma dollar 65 tti Kenna, namoonni hojii kana hojjechuu feetan liinkii gadiin seenuun application isaa iddoo install jedhu tuquun buufadhaa haala salphaadhaan itti fayyadamaa. Hojii gaarii isiniif haa ta'u.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://obsee.sifanoro.com/fiverr-freelance-online-application/
Subscribe godhimee bro/sis

https://www.youtube.com/@odesitutube