Awash Bank
106K subscribers
2.59K photos
201 videos
129 files
662 links
The First Private Bank in Ethiopia
Website- https://awashbank.com/
E-mail- contactcenter@awashbank.com
Direct line- 8980
Download Telegram
Baankiin keenya dubartootaa fi dargaggoota daldala xixiqqaa fi giddu galeessaa irratti bobba’an jajjabeessuuf liqii dhala madaalawaa fi wabii giddu galeessa ta’een haala mijeessuu isaa gammachuudhaan beeksisa.
Iyyachuuf haal-dureewwan armaan gaditti tarreeffaman guutamuu qabu
👉Iyyattoonni lammummaa Itoophiyaa qabaachuu qabu.
👉Dargaggootaa fi dubartoota daldala irratti bobba'an ta'uu qabu,
👉Intarpiraayizoonni eeyyama daldalaa, ragaa TIN, lakkoofsa eenyummaa kan qaban ta'uu qabu,
👉Baroota hojii daldalaa keessa turan yoo xiqqaate waggaa tokko (Warra jalqabooff turtii ji’a 6) qabaachuu qabu
👉Iyyachuuf , dameelee Baankii Awaash isinitti dhihoo jiran daawwadhaa ykn kallattiin www.ethiomesmer.com seenuun iyyachuu ni dandeessu.
Kana malees, iyyattoonni magaalota naannoo adda addaa keessatti galmaa'uu ni dandeessu!
Haalawwanii fi dambiiwwan ni raawwatu.
Baankii Awaash!
#AwashBank #Awash #loan #smallbusiness #Ethiopia #ኢትዮጵያ #mesmermicroloan
አዋሽ ኢ-ስኩል ሲስተም
===================
👉የአዋሽ ኢ ስኩል ማኔጅመንትን በመጠቀም መረጃ አያያዝዎን ዲጂታል በማድረግ አሰራርዎን ያዘምኑ::
👉ለትምህርት ቤቶች፣ ለመምህራን፣ ለተማሪዎች እንዲሁም ለወላጆች የጊዜው ውድ ስጦታ!
ለበለጠ መረጃ ድረ-ገፃችንን (https://awashbank.com/e-school-system/) ይጎብኙ!

Bulchiinsa sirna barnootaa dijitaalaa Awash E-School fayyadamaa, qabiinsa odeeffannoo keessanii dijitaalessuun hoj-maata keessan ammayyoomsaa!
👉Kennaa yeroo qaalii manneen barnootaaf, barsiisotaaf, barattootaa fi Maatii barattootaaf!
Odeeffannoo dabalataaf Marsariitii keenya (https://awashbank.com/e-school-system/) daawwadhaa!
#AwashBank #Awash #ESchool #AwashESchool #System #Ethiopia #ኢትዮጵያ
Baankiin keenya dubartootaa fi dargaggoota daldala xixiqqaa fi giddu galeessaa irratti bobba’an jajjabeessuuf liqii dhala madaalawaa fi wabii giddu galeessa ta’een haala mijeessuu isaa gammachuudhaan beeksisa.
Iyyachuuf haal-dureewwan armaan gadiitti tarreeffaman guutamuu qabu
👉Iyyattoonni lammummaa Itoophiyaa qabaachuu qabu.
👉Dargaggootaa fi dubartoota daldala qaban ta'uu qabu,
👉Intarpiraayizoonni hayyama daldalaa seera qabeessa, ragaa TIN, lakkoofsa eenyummaa qaban ta'uu qabu,
👉Baroota hojii daldalaa keessa turan yoo xiqqaate waggaa tokko (jalqabaaf  turtii ji’a 6) qabaachuu qabu
👉Iyyachuuf , dameelee Baankii Awaash isinitti dhihoo jiran daawwadhaa ykn kallattiin www.ethiomesmer.com seenuun iyyachuu ni dandeessu.
Kana malees, iyyattoonni magaalota naannoo adda addaa keessatti galmaa'uu ni dandeessu!
Haalawwanii fi dambiiwwan ni raawwatu.
Baankii Awaash!
#AwashBank #Awash #loan #smallbusiness #Ethiopia #ኢትዮጵያ #mesmermicroloan
Baankiin keenya dubartootaa fi dargaggoota daldala xixiqqaa fi giddu galeessaa irratti bobba’an jajjabeessuuf liqii dhala madaalawaa fi wabii giddu galeessa ta’een haala mijeessuu isaa gammachuudhaan beeksisa.
Iyyachuuf haal-dureewwan armaan gadiitti tarreeffaman guutamuu qabu
👉Iyyattoonni lammummaa Itoophiyaa qabaachuu qabu.
👉Dargaggootaa fi dubartoota daldala qaban ta'uu qabu,
👉Intarpiraayizoonni hayyama daldalaa seera qabeessa, ragaa TIN, lakkoofsa eenyummaa qaban ta'uu qabu,
👉Baroota hojii daldalaa keessa turan yoo xiqqaate waggaa tokko (jalqabaaf  turtii ji’a 6) qabaachuu qabu
👉Iyyachuuf , dameelee Baankii Awaash isinitti dhihoo jiran daawwadhaa ykn kallattiin www.ethiomesmer.com seenuun iyyachuu ni dandeessu.
Kana malees, iyyattoonni magaalota naannoo adda addaa keessatti galmaa'uu ni dandeessu!
Haalawwanii fi dambiiwwan ni raawwatu.
Baankii Awaash!
#AwashBank #Awash #loan #smallbusiness #Ethiopia #ኢትዮጵያ #mesmermicroloan
ባንካችን በጥቃቅን፣ አነስተኛና መካከለኛ ንግድ ላይ ለተሰማሩት ሴቶችና ወጣቶችን ለማበረታታት አነስተኛ ወለድ የሚታሰብበት እንዲሁም በመጠነኛ ዋስትና ብድር ማመቻቸቱን ሲገልፅ በታላቅ ደስታ ነው፡፡ ለብድሩ ለማመልከት በአቅራቢያችሁ የሚገኙ የአዋሽ ባንክ ቅርንጫፍ መጎብኘት ወይም በቀጥታ በ www.ethiomesmer.com ድረገጽ በመግባት ማመልከት ይቻላል።
አዋሽ ባንክ!

Baankiin keenya dubartootaa fi dargaggoota daldala xixiqqaa fi giddu galeessaa irratti bobba’an jajjabeessuuf liqii dhala madaalawaa fi wabii giddu galeessa ta’een haala mijeessuu isaa gammachuudhaan beeksisa. Iyyachuuf, dameelee Baankii Awaash isinitti dhihoo jiranitti goruun ykn kallattiin www.ethiomesmer.com seenuun iyyachuu ni dandeessu.
Baankii Awaash!
#AwashBank #Awash #loan #smallbusiness #Ethiopia #ኢትዮጵያ #mesmermicroloan
ባንካችን በጥቃቅን፣ አነስተኛና መካከለኛ ንግድ ላይ የተሰማሩ ሴቶችና ወጣቶችን ለማበረታታት አነስተኛ ወለድ የሚታሰብበት እንዲሁም በመጠነኛ ዋስትና ብድር ማመቻቸቱን ሲገልፅ በታላቅ ደስታ ነው፡፡ ለብድሩ ለማመልከት በአቅራቢያችሁ የሚገኙ የአዋሽ ባንክ ቅርንጫፍ መጎብኘት ወይም በቀጥታ በ www.ethiomesmer.com ድረገጽ በመግባት ማመልከት ይቻላል።
አዋሽ ባንክ!

Baankiin keenya dubartootaa fi dargaggoota daldala xixiqqaa fi giddu galeessaa irratti bobba’an jajjabeessuuf liqii dhala madaalawaa fi wabii giddu galeessa ta’een haala mijeessuu isaa gammachuudhaan beeksisa. Iyyachuuf, dameelee Baankii Awaash isinitti dhihoo jiranitti goruun ykn kallattiin www.ethiomesmer.com seenuun iyyachuu ni dandeessu.
Baankii Awaash!
#AwashBank #Awash #loan #smallbusiness #Ethiopia #ኢትዮጵያ #mesmermicroloan
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
አዋሽ ኢ-ስኩል ሲስተም
=========
ለትምህርት ቤቶች፣ ለመምህራን፣ ለተማሪዎች እንዲሁም ለወላጆች የጊዜው ውድ ስጦታ! በአዋሽ ኢ-ስኩል ሲስተም ስራዎን ያዘምኑ!
ለበለጠ መረጃ https://awashbank.com/e-school-system/ ይጎብኙ!

Kennaa yeroo qaalii manneen barnootaa, barsiisota, barattootaa fi Maatiif!
Sirna E-School Awaashiin hojii keessan ammayyoomsaa!
Odeeffannoo dabalataaf https://awashbank.com/e-school-system/ daawwadhaa.
#AwashBank #Awash #ESchool #Management #System #Ethiopia #ኢትዮጵያ
በዚህ በዘመነ ዓለም ጥሬ ገንዘብ ይዞ ለሸመታ መውጣት ጊዜው አይፈቅድም!
ለማንኛውም ዓይነት ሸመታዎ በአማራጭነት በቀረቡት የግብይት መፈጸሚያ ካርዶቻችን ይጠቀሙ!

Addunyaa ammayyoome kana keessa qarshii callaa qabatanii daldalaaf bahuun yeroosaa miti!
Daldala keessan kamiifuu filannoowwan raawwii kaffaltii bittaaf Kaardii Awaash fayyadamaa!

#AwashBank #Awash #CardPaymemt #DigitalBanking #DigitalEthiopia #Ethiopia #ኢትዮጵያ
ቀልጣፋ አገልግሎት በ7 የቋንቋ አማራጮች 

Tajaajila si’ataa filannoo afaanii torba waliin

#AwashBank #Awash #AwashBirrPro #DigitalBanking #DigitalEthiopia #Ethiopia #ኢትዮጵያ
ብድር በመጠነኛ ወለድ!
=========
ባንካችን በጥቃቅን አነስተኛና መካከለኛ ንግድ ላይ የተሰማሩ ሴቶችን እንዲሁም ወጣቶችን ለማበረታታት አነስተኛ ወለድ የሚታሰብበት እንዲሁም በመጠነኛ ዋስትና ብድር አመቻችቷል፡፡ የብድሩ ተጠቃሚ ለመሆን አቅራቢያዎ ወደሚገኝ የባንካችን ቅርንጫፍ ይጎብኙ ወይም በቀጥታ www.ethiomesmer.com ላይ ያመልክቱ፡፡
አዋሽ ባንክ!

Baankiin keenya daldala xixiqqaa fi giddu galeessaa irratti dubartootaa fi dargaggoota bobba’an jajjabeessuuf liqii dhala madaalawaa fi wabii giddu galeessa ta’een haala mijeessuu isaa ibsa. Fayyadamaa liqichaa ta’uuf damee baankii keenyaa isinitti dhihaatu ykn kallattiin www.ethiomesmer.com irratti iyyachuu dandeessu.
Baankii Awaash!
#AwashBank #Awash #loan #smallbusiness #Ethiopia #ኢትዮጵያ #mesmermicroloan
አዋሽ ኢ-ስኩል ሲስተም
===================
የአዋሽ ኢ ስኩል ማኔጅመንትን በመጠቀም መረጃ አያያዝዎን ያዘምኑ::
ለበለጠ መረጃ https://awashbank.com/e-school-system/ ይጎብኙ!

Bulchiinsa Sirna barnootaa ‘Awash E-School’ fayyadamuun qabiinsa odeeffannoo keessan fooyyessa.
Odeeffannoo dabalataaf https://awashbank.com/e-school-system/ daawwadhaa!

#AwashBank #Awash #ESchool #Management #System #digital #Ethiopia #ኢትዮጵያ
አዋሽ ኢ-ስኩል ሲስተም
===================
የአዋሽ ኢ-ስኩል ማኔጅመንትን በመጠቀም መረጃ አያያዝዎን ዲጂታል በማድረግ አሰራርዎን ያዘምኑ::
👉ለትምህርት ቤቶች፣ ለመምህራን፣ ለተማሪዎች እንዲሁም ለወላጆች የጊዜው ውድ ስጦታ!
ለበለጠ መረጃ ድረ-ገፃችንን https://awashbank.com/e-school-system ይጎብኙ!

Bulchiinsa sirna barnootaa dijitaalaa ‘Awash E-School’ fayyadamaa, qabiinsa odeeffannoo keessanii dijitaalessuun hoj-maata keessan ammayyoomsaa!
👉Kennaa yeroo qaalii manneen barnootaaf, barsiisotaaf, barattootaa fi Maatii barattootaaf!
Odeeffannoo dabalataaf Marsariitii keenya https://awashbank.com/e-school-system daawwadhaa!
#AwashBank #Awash #ESchool #AwashESchool #System #Ethiopia #ኢትዮጵያ #DigitalEthiopia
ብድር በመጠነኛ ወለድ!
=========
ባንካችን በጥቃቅን አነስተኛና መካከለኛ ንግድ ላይ የተሰማሩ ሴቶችን እንዲሁም ወጣቶችን ለማበረታታት አነስተኛ ወለድ የሚታሰብበት እንዲሁም በመጠነኛ ዋስትና ብድር አመቻችቷል፡፡ የብድሩ ተጠቃሚ ለመሆን አቅራቢያዎ ወደሚገኝ የአዋሽ ባንክ ቅርንጫፍ ይጎብኙ ወይም በቀጥታ www.ethiomesmer.com ላይ ያመልክቱ፡፡