Awash Bank
105K subscribers
2.55K photos
198 videos
129 files
637 links
The First Private Bank in Ethiopia
Website- https://awashbank.com/
E-mail- contactcenter@awashbank.com
Direct line- 8980
Download Telegram
ባንካችን ከመላው ዓለም የሚላክልዎትን ገንዘብ በፍጥነት እንዲደርስዎ ከበርካታ ዓለም አቀፍ ገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች ጋር አብሮ እየሰራ ይገኛል፡፡
ለበለጠ መረጃ https://awashbank.com/remittance/ ይጎብኙ!
Baankiin keenya maallaqa addunyaa mara irraa ergame saffisaan akka isin qaqqabuuf bakka bu’oota daddabarsa maallaqaa idil-addunyaa hedduu waliin hojjechuu irratti argama.
Odeeffannoo dabalataaf https://awashbank.com/remittance/ daawwadhaa.
Happy weekend!
=============
Awash Family, Have a refreshing weekend! Use our E-branch Anytime 24/7.
#WeekendMood #WeekendVibes #Ethiopia #ኢትዮጵያ #AwashBank
ባንካችን በአዲስ አበባ ኤግዚቢሽን ማዕከል እስከ ሚያዝያ 26 ቀን 2016 ድረስ በሚካሄድው የሰላም ፋሲካ ኤክስፖ ላይ እየተሳተፈ ይገኛል፡፡ በዚሁ አጋጣሚ ለበዓል ግብይት ወደ ኤግዚቢሽን ማዕከሉ ጎራ ሲሉ የባንክ አገልግሎት በመስጠት ላይ ስለምንገኝ እንዲጎበኙን እንጋብዛለን፡፡
Baankiin keenya 'Selam Fasika Expo' kan hanga Ebla 26, 2016tti Giddugala Agarsiisa Finfinneetti gaggeeffamu irratti hirmaachaa jira. Bittaa ayyaanaaf yeroo gara giddu gala agarsiisaatti gortan tajaajila baankii kennuurratti waan argamnuuf akka nu daawwattan isin affeerra.
ለበዓል ሸመታ ወደ ሱፐርማርኬት፣ የገበያ ማዕከላት እንዲሁም ወደ አገልግሎት መስጫ ቦታዎች ጎራ ሲሉ ለአጠቃቀም ምቹ እና ቀላል በሆኑ ፖስ ማሽኖቻችን የግብይት ክፍያዎን ይፈፅሙ!
Bittaa ayyaanaa keessaniif gara Suuppar maarkeetii, giddugala daldalaa fi wiirtuuwwan tajaajilaatti yeroo gortan maashiniiwwan POS keenya fayyadamaaf mijataa fi salphaa ta’aniin kaffaltii bittaa keessan raawwadhaa!
#AwashBank #EasyFastSecure #Posmachines #NurturingLikeTheRiver #Ethiopia #DigitalPayment
ተገማች ያልሆኑ የይለፍ ቃሎችን ይጠቀሙ!
ተገማች ያልሆኑ የይለፍ ቃል (Password) በመጠቀም የይለፍ ቃልዎን ያጠንክሩ፣ ሊድረስ ከሚችል የመጭበርበር ሙከራ እራስዎን ይከላከሉ!
ለበለጠ መረጃ https://awashbank.com/it-security/ ይጎብኙ!

Jecha darbii hin tilmaamamne fayyadamuun jecha darbii keessan cimsaa, yaaliiwwan gowwoomsitootaan mudachuu danda’an irraa of eegaa!
Odeeffannoo dabalataaf https://awashbank.com/it-security/ daawwadhaa!
Pay instantly & conveniently at merchants with AwashBirr-Pro.
Download AwashBirr-Pro today and experience the future of payments!
To download Awash Birr Pro:
📌 Android Users: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.sc.awashpay
📌 IOS Users: Click here https://apps.apple.com/bf/app/awashbirr-pro/id6449350510

#AwashBirrPro #EasyPayments #ConvenientShopping #DigitalPayments #CashlessTransactions #SafeAndSecure
የኢንቨስትመንት የቁጠባ ሒሳብ በመክፈት እቅድዎን ከግብ ያድርሱ፡፡
ለበለጠ መረጃ በአቅራቢያዎ የሚገኘውን አዋሽ ባንክ ቅርንጫፍ ይጎብኙ ወይም የደንበኞች አገልግሎት ማዕከል 8980 ይደውሉ!
Herreega qusannaa invastimantii banachuun karoora keessan dhugoomsaa.
Odeeffannoo dabalataaf damee Baankii Awaash isinitti dhihoo jiru daawwadhaa ykn Giddugala Tajaajila Maamiltootaa 8980 bilbilaa!
#AwashBank #NurturingLikeTheRiver #InvestmentSolutionaccount
ይፋዊ የዩትዩብ ቻናላችንን https://www.youtube.com/awashbankAb በመከተል ቤተሰብ ይሁኑ፣ በየግዜው የምንለቃቸውን አዳዲስ ከባንካችን ጋር የተያያዙ መረጃዎችን ያግኙ፡፡ ከእኛ ጋር ስለሚሰሩ እናመሰግናለን! አዋሽ ባንክ! 
Chaanaalii Yuutiyuubii keenya isa sirrii https://www.youtube.com/awashbankAb hordofuun maatii ta’aa, yeroo yeroodhaan odeeffannoo waqtaawaa baankii keenyaa maxxansinu argadhaa. Maamila keenya waan taataniif galatoomaa! Baankii Awaash!
አዋሽ ኢ-ስኩል ሲስተም
===================
የአዋሽ ኢ ስኩል ማኔጅመንትን በመጠቀም መረጃ አያያዝዎን ያዘምኑ::
ለበለጠ መረጃ https://awashbank.com/e-school-system/ ይጎብኙ!

Bulchiinsa Sirna barnootaa ‘Awash E-School’ fayyadamuun qabiinsa odeeffannoo keessan fooyyessa.
Odeeffannoo dabalataaf https://awashbank.com/e-school-system/ daawwadhaa!

#AwashBank #Awash #ESchool #Management #System #digital #Ethiopia #ኢትዮጵያ
ጁምዓ ሙባረክ!
================
👉የአዋሽ ባንክ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት አካውንት በመክፈት የባንካችን ቤተሰብ ይሁኑ!
👉 Herreega tajaajila baankii dhala irraa bilisaa  Baankii Awaash banachuun maatii ta'aa!
#AwashBank #Ikhlas #JumuaMubarak
#ከወለድነፃየባንክአገልግሎት #TajaajilaBaankiiDhalaIrraaBilisaa
#FullfledgedInterestFreeBankingService
ቁጠባዎ ነገ ፍሬ እንዲያፈራ ዛሬ አንድ ብለው ይጀምሩ!
====================
አዋሽ ባንክ ባቀረበው ቀላልና እና ለአጠቃቀም ምቹ በሆነው ሙዳይ የቁጠባ ሳጥን ለነገ ህልምዎ መሰረት ይጣሉ! አገልግሎቱ ደንበኞች ወደ ባንክ መመላለስ ሳያስፈልጋቸው ባሉበት ሆነው እንዲቆጥቡ ምቹ ሁኔታን ይፈጥራል፡፡ በመሆኑም ዛሬውን የቁጠባ ሂሳብ በሚቀርቦት የአዋሽ ባንክ ቅርንጫፍ በመክፈት ቁጠባዎን በየዕለቱ ከሚያገኙት አነስተኛ ገንዘብ ይጀምሩ፤ የቁጠባ ባህልዎን ያዳብሩ፡፡

Sanduuqa qusannaa Mudaay salphaa fi itti fayyadamuuf mijataa kan ta'e Baankiin Awaash isiniif dhiheesseen mul’ata keessan boruuf bu'uura kaawwadhaa! Tajaajilli kun maamiltoonni gara baankii osoo hin deemin akka qusatan kan dandeessisudha. Kanaafuu, damee Baankii Awaash isinitti dhihaatu deemuun herreega qusannaa banuun, maallaqa argattan irraa qusannoo keessan eegalaa; barmaatii qusannaa keessan guddisaa.
ዘርፈ ብዙ አገልግሎት የሚሰጠውን አዋሽ ብር ፕሮ መተግበሪያ በማውረድ ይመቀሙ!

=================
የአንድሮይድ ተጠቃሚዎች: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.sc.awashpay
የ IOS ተጠቃሚዎች: https://apps.apple.com/bf/app/awashbirr-pro/id6449350510

Tajaajila hunda galeessa kan kennu AwashBirr- Pro buufachuun itti fayyadamaa!
====================
Appilikeeshinicha buufachuuf:
Fayyadamtootni Andirooyidii: https://play.google.com/store/apps/details? Fayyadamtootni IOS: https://apps.apple.com/bf/app/awashbirr-pro/id6449350510
በጅማና ሀዋሳ ከተማ የተገነቡት የ e-Branch ዲጂታል ቅርንጫፎች አገልግሎት መስጠት ጀመሩ
=============================
አዋሽ ባንክ ሚያዚያ 19 ፣ 2016 ዓ.ም (አዲስ አበባ)፣ ባንኩ ተደራሽነቱን በማስፋት ደንበኞች በቦታና በጊዜ ሳይገደቡ የተለያዩ የባንክ አገልግሎቶች በቀላሉ መጠቀም እንዲችሉ በማሰብ በሀዋሳና ጅማ ከተማ ያስገነባውን
የዲጂታል ቅርንጫፎች በዛሬው እለት በይፋ አገልግሎት መስጠት ጀምረዋል፡፡

Magaalaa Jimmaafi Hawaasaatti dameewwan dijitaalaa ‘e-Branch’ tajaajila kennuu eegalan
==========================================
Baankii Awaash Ebla 19, 2016 (Finfinnee). Baankiin keenya dhaqqabamummaa isaa daran cimsuun maamiltoonni yeroo fi bakki osoo isaan hindaangessiin tajaajila baankii akka argataniif yaaduun magaalaa Jimmaafi Hawaasaatti damee dijitaalaa ijaaree eebbisiisuun guyyaa har’aa tajaajila eegalsiisee jira.