Alpha freshman
12 subscribers
22 photos
1 video
1 file
24 links
Download Telegram
Waa'ee bu'aa rimidaayiiliis kaasuun waan hin oolleef waan haaraa ni dhageenya jennee yaanna 😊 waa maraafuu waaqayyo waan gaarii isin haa dhageessisu.
1
🎓🔥 ALPHA FRESHMAN 🔥🎓
Yuunivarsiitii Keessatti Milkaa’uuf Tarkaanfii Jalqabaa Asirraa Kaasi isiniin jedha.
📢 Barattootaa Waggaa 1ffaa gara  Yuunivarsiitiitti bara 2019, hundaaf!...gaafiwwan kanneenif deebin kunooti
📚 Mojuulota dubbistee garuu hin hubannee?
📝 Qormaataaf maal irraa jalqabuu akka qabdu wallaalaa?
😵‍💫 Notes fi materials hedduu keessa burjaaja’aa jirtaa?
🌟 BAGA GARA ALPHA FRESHMAN DHUFTAN!
Alpha Freshman jechuun bakka barattoonni waggaa 1ffaa barnoota isaanii salphaatti hubachuu, qormaataaf qophaa’uu fi bu’aa gaarii galmeessuu danda’anidha. 🎯
💎 Tajaajiloota Alpha Freshman irraa kennaman maali?
🎥 Video TutorialBarnoota keessan karaa viidiyoon haala salphaa fi ifa ta’een, boqonnaa boqonnaan isin barsiifna.
📝 Short Notes
Yaadannoo gabaabaa, qabxiilee ijoo qofa hammate, irra-deebii keessaniif mijataa ta’e isiniif qabannee jirra .
🌍 Afaan Oromootin
Mojuulota fi barnoota garaagaraa Afaan Oromootti hiiknee, akkasumas jechoota salphaa fi hubatamaa ta’een ibsina.
📚 Modules & PowerPoint
Mojuulota, PowerPoint, references fi materials barnootaa barbaachisoo ta’an bakka tokkotti argattu.
📝 Gaaffilee Qormaataa
Gaaffilee qormaataa fi shaakalaa Alpha Freshman tiin qophaa’an fayyadamuun of qoruuf carraa argattu.
Deebii + Ibsa
Deebii qofa miti! Deebiin sun maaliif sirrii akka ta’e ibsa ifaa waliin dhiyaata.
🎯 Supportive Materials
Barnoota keessan cimsuuf fi qormaataaf qophaa’uu keessan fooyyeessuuf materials dabalataa garaagaraa ni argattu.

🚀 MAALIIF ALPHA FRESHMAN FILATTU?
Barnoota salphaa fi hubatamaa taasisna.
Materials garaagaraa bakka tokkotti argattu.
Afaan Oromootti ibsa guutuu koorsiwwan hunda argattu.
Qormaataaf qophii gaarii akka taasiftaniif isin faana dhaabbanna.
Gaaffii fi deebii ibsa waliin nii argattu.
Video Tutorial haala salphaa ta'een bulleesinee isin barsiifna. Akkasumas yeroon keessan akka hin qisaasofne isin taasifna.
Notes, Modules fi PowerPoint ajaa'iboo fi hubatamoo nii argattu.
Deeggarsa barnootaa dabalataa sagantaalee barnootaa dabalatee argattu.
🔥 BARNOOTA KEESSAN HAR'A ALPHA FRESH MAN WALIINN CIMSAA!
Yuunivarsiitii keessatti milkaa’inni carraa qofa miti dhamaati keessanillee gaafata. kanaaf, alpha freshman dhamaatin keessan akka firii horatu isin bira dhaabbata. 🎓🏆
👉 ALPHA FRESHMAN JOIN GODHAA!
📢 http://t.me/alphafreshman
🎓 ALPHA FRESHMAN
Baradhu • Hubadhu • Qophaa’i • Milkaa’i! 🚀📚🔥
Join for more information

@alphafreshman
Barattoota bara barbootaa 2019 gara mooraa( yuuniveersiiti) sentan hundaaf, Alpha fresh man, imala taasistan keessatti gara department barbaaddan akka seenta kan isin taasisu qabxii GPA gaarii akka fiddaniif isin gargaaruf qophii isaa xumureenisin eegaa jira maarree isinis maatii alpha freshmaan ta'uun dhangaa keenya qopheessinetti fayyadamaa isiniin jennaa.
Odeeffanoo dabalataaf channel keenya join godhaa

@alphafreshman
Kabajamtoota barattootaa;

​Qabxiin darbiinsaa hanga beekamutti eeguun yaaddoo fi dhiphina uumuu danda'a; ta'us dhiphachuun faayidaa akka hin qabne yaadachuun gaariidha፦

Gahee keessan bahataniirtu፦ Qormaata qoramtan xumurtaniirtu. Amma dhiphachuun qabxii irratti waan dabalu ykn hir'isu tokkoyyuu hin jiru.

Dhiphinni dhugaa jiru hin jijjiiru፦ Yaaddoon hin barbaachifne nagaa sammuu fi fayyaa keessan jeeqquu irraan kan hafe furmaata tokkollee hin fidu.

Abdiidhaan simadhaa፦ Dadhabbiin keessan bakka akka hin hafne Uumaatti amanaa; wanti gaariin isiniif malu isin hin darbu. Bu'aa dhufu kamiifuu qophaa'aa.
​Amma sammuu keessan boqochiisaa, fuldura keessan abdii fi gammachuudhaan eegaa.

Carraa gaarii!

Join and share
@alphafreshman
@alphafreshman
የትምህርት ጥራትን ለማረጋገጥ የሚደረገው ጥረት ተጠናክሮ ይቀጥላል፦ ፕሮፌሰር ብርሃኑ ነጋ
**

የትምህርት ሚኒስትሩ ፕሮፌሰር ብርሃኑ ነጋ በዛሬው ዕለት በሰጡት መግለጫ፣ የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ ፈተና ውጤትን ተከትሎ ስለሚሰጠው የሪሜዲያል ትምህርት ፕሮግራም ማብራሪያ ሰጥተዋል።

ሚኒስትሩ በማብራሪያቸው፣ በየዓመቱ ወደ ሪሜዲያል ፕሮግራም የሚገቡ ተማሪዎች ቁጥር እና የመግቢያ ውጤት ፈተናውን በቀጥታ አልፈው ወደ ዩኒቨርሲቲ በሚገቡ ተማሪዎች ቁጥር ላይ የተመሠረተ ነው ብለዋል።

ፈተናውን በቀጥታ የሚያልፉ ተማሪዎች ቁጥር እያደገ በሄደ ቁጥር፣ ለሪሜዲያል የሚሰጠው ዕድል እየጠበበ እንደሚሄድ፤ በአንፃሩ የትምህርት ጥራትን ለማረጋገጥ የሚደረገው ጥረት ተጠናክሮ እንደሚቀጥል ሚኒስትሩ አብራርተዋል።

አያይዘውም፣ የዘንድሮውን የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ ፈተና በቀጥታ ያለፉ ተማሪዎች ቁጥር ወደ 70 ሺህ 544 በማደጉ፣ ወደ ሪሜዲያል ፕሮግራም የሚገቡ ተማሪዎች ቁጥርም በከፍተኛ ሁኔታ እንደሚቀንስ አመላክተዋል።

በተመሳሳይ ምክንያት የሪሜዲያል ፕሮግራም መግቢያ ውጤት ደግሞ ከአምናው ከፍ ማለቱ እንደማይቀር ሚኒስትሩ ጠቁመዋል።

የትምህርት ሚኒስቴር የሪሜዲያል ፕሮግራም ዋና ዓላማ ተማሪዎችን ወደ ዩኒቨርሲቲ ማስገባት ሳይሆን ከገቡ በኋላ በስኬት አጠናቅቀው መውጣት እንዲችሉ ማብቃት ነው።
📢 Teessoowwan bu'aan 2017 itti agarsiifame

Dorgomtoonni marsariitii fi teessoo Telegiraamii fayyadaman ragaa yeroo isaanii hatattamaan buufachuu danda’aniiru.

Teessoowwan:
1. Marsariitii: https://bu’aa.eaes.et
2. Telegiraamii: https://t.me/EAESbot
3. Tajaajila Ergaa Gabaabaa (SMS): 6284

@alphafreshman ✔️
Join us for more information
@alphafreshman
@alphafreshman
2
#Update | #Arsi_University

Yuunivarsiitiin Arsii Logo isaa haarawa ifoomseera.


Yuunivarsiitichi logo isaa haarawa irratti Afaan Oromoo akka afaan jalqabaatti fayyadameera. Yeroo dhiyoon dura yuunivarsiitiin Madda Walaabuus logo isaa haarawa irratti afaan oromoo akka afaan jalqabaatti fayyadamuu eegaluunsaa kan yaadatamuudha.

Gochi kun yuunivarsiitota oromiyaa kanneen afaan oromoo akka afaan 2ffaatti ykn sadaffaatti fayyadamaniif fakkeenya gaariidha.

@alphafreshman
2
Alpha freshman
Photo
ODUU GAMMACHIISAA

🎓🔥 ALPHA FRESHMAN 🔥🎓

Barattoota bara barnootaa 2019 gara mooraa akka freshmanitti seentan hundaaf, Afaan keessaniin afaan oromootin tutorial guutuu argachuudhan
Yuunivarsiitii Keessatti Milkaa’uuf Tarkaanfii keessan kan isin gargaaru alpha freshmanidha.

💎 Tajaajiloota Alpha Freshman irraa kennaman maali?

🎥 Video Tutorial
📝 Short Notes afaan oromootin: Mojuulota fi barnoota garaagaraa Afaan Oromootti hiiknee, akkasumas jechoota salphaa fi hubatamaa ta’een ibsina.

📚Mojuulota, PowerPoint, references fi materials barnootaa barbaachisoo ta’an bakka tokkotti argattu.

🌄 Gaaffilee qormaataa fi shaakalaa Alpha Freshman tiin qophaa’an fayyadamuun of qoruuf carraa argattu.

Gaaffilee universtiwaan adda addaa irraa walitti qabaman deebi fi ibsa gahaa waliin.
Gaafillee dorgomsiisoo fi badhaasa qaban jia tokko tokkon booda ni jiraatu.

🎯 Supportive Materials
Barnoota keessan cimsuuf fi qormaataaf qophaa’uu keessan fooyyeessuuf materials dabalataa garaagaraa ni argattu.

🔥 BARNOOTA KEESSAN HAR'A ALPHA FRESH MAN WALIIN CIMSAA!

🎓🏆
👉 ODEEFFANNOO DABALATAAF ALPHA FRESHMAN JOIN GODHAA!
📢 http://t.me/alphafreshman

Galmaa'uuf:
@alphafreshman_bot

🎓 ALPHA FRESHMAN
Baradhu • Hubadhu • Qophaa’i • Milkaa’i! 🚀📚🔥
1
#Breaking_news
#ODUU_AMMEE

GADHIIFAMEERA

Barattootni hunduu saa'aatii amma irraa eegale qabxii isaanii ilallachuu danda'u

@alphafreshman ©️