#BEEKSISA | #BBO
Guutuu Oromiyaatti Galmeen Ni Jalqabama.
Biiroon Barnootaa Oromiyaa Galmee Barattoota Bara 2019 Kamisa Hagayya 14/2018 Bul/ Magaalaa Shaggaritti Ni Eegalchiisa.
Kanaafuu, Barattootni Idileefi Haaraan Gara MB Deemuun Akka Galmooftan Beeksisaa Manneen Barnootaa kanaan dura jalqabdanis hanga Qaammee 5/2018 akka itti fuftan hubachiifna.
Hubachiisa: Barataan Galmaa'u Hunduu Waraqaa Eenyummaa Faayidaa(Fayida ID) Qabaachuun Irraa Eegama!
โก๏ธ Join & share๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐
https://t.me/alphafreshaman

Baradhaa, hubadhaa, milkaa'aa!
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Remedial students waiting for their result ๐ฅ
Obsumaan eegaa yeroo dhiyootti gad dhiifamaa๐!
โก๏ธ Join & share๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐
https://t.me/alphafreshaman
https://t.me/alphafreshaman
Obsumaan eegaa yeroo dhiyootti gad dhiifamaa๐!
โก๏ธ Join & share๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐
https://t.me/alphafreshaman
https://t.me/alphafreshaman
Baradhaa, hubadhaa, milkaa'aa!
#Jimma_University
Yuunivarsiitiin jimmaa barnoota sagantaalee eebba boodaa (Maastarsii fi Phd) 15 kennuu eegaluuf jira.
โ Sagantaaleen maastarsii fi Phd haaraa eegalamuuf jiran:-
โ PhD in Health Informatics
โ PhD in Cyber Security
โ PhD in Information Systems and Digital Innovation
โ PhD in Data Science
โ PhD in Frugal Biomedical Innovation
โ PhD in Urban Sanitary Engineering
โ PhD in Artificial Intelligence
โ PhD in Mechanical Engineering โAutomation and Robotics
โ PhD in Aerospace Engineering
โ PhD in Sports Management
โ PhD in Exercise Science, Health, and Fitness
โ Doctor of Business Management
โ Subspecialty in Hepatobiliary and Pancreatic Surgery
โ MA in International Relations and Diplomacy
โ MSc in Physiotherapy

#BBO
#Beeksisa_Guyyaa_Qormaataa
BBO - Hagayya 15/2018 Barattootni Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa (MBIBBA), Manneen Barnootaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaa (MBBA WMO) fi Manneen Barnootaa Addaa (MBA) Sadarkaa 2ffaa Qormaata Seensa Kutaa 9ffaa fudhachuuf galmooftan (Giddu Gala Qormaataa Filattan) Hundi Guyyaan Qormaataa Gara Hagayya 26/2018tti waan dheerateef, Hagayya 26 2018 Gara Giddu Gala Qormaataa (Exam Center) Filattaniitti Ganama Sa'aatii 1:00 irratti waraqaa eenyummaa keessan qabachuun akka argamtan isin beeksifna.

#Summer_Camp
Leenjiin Saayibarii gannaa Bulchiinsa Nageenya Neetworkii Odeeffannoo marsaa 5ffaan Yunivarsiitii Jimmaatti eegalameera.
Yunivarsiitii Jimmaatti Leenjiin Gannaa Dandeetti Saayibarii marsaa 5ffaa dargaggoota 38f kennamaa kan jiru yoo taโu, akka biyyaatti dargaggoonni 1,290 hirmaachaa akka jiran gabaafameera.

#MoE : Ministeerri Barnootaa qabxii qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 daqiiqaa muraasaan bood gadhiisuufi.
Tikvah Ethiopia tamsaasa kana kallattiin ni dabarsa.

#Update
#Kutaa_12ffaa
Bu'aan Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 har'a ni ifooma
Akkuma kana duraa isiniif maxxansine bu'aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa har'a waaree booda akka ifoomu Sheger FM Radio odeeffannoo Ministeera Barnootaa irraa argateen ibseera.
Odeeffannoo haaraa saffisaan argachuuf channel keenya Telegram join taasisaa!
Barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhattan hundaaf Carraa Gaarii hawwina
Join ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐

Waa'ee bu'aa rimidaayiiliis kaasuun waan hin oolleef waan haaraa ni dhageenya jennee yaanna ๐ waa maraafuu waaqayyo waan gaarii isin haa dhageessisu.
โค1
๐๐ฅ ALPHA FRESHMAN ๐ฅ๐
Yuunivarsiitii Keessatti Milkaaโuuf Tarkaanfii Jalqabaa Asirraa Kaasi isiniin jedha.
๐ข Barattootaa Waggaa 1ffaa gara Yuunivarsiitiitti bara 2019, hundaaf!...gaafiwwan kanneenif deebin kunooti
๐ Mojuulota dubbistee garuu hin hubannee?
๐ Qormaataaf maal irraa jalqabuu akka qabdu wallaalaa?
๐ตโ๐ซ Notes fi materials hedduu keessa burjaajaโaa jirtaa?
๐ BAGA GARA ALPHA FRESHMAN DHUFTAN!
Alpha Freshman jechuun bakka barattoonni waggaa 1ffaa barnoota isaanii salphaatti hubachuu, qormaataaf qophaaโuu fi buโaa gaarii galmeessuu dandaโanidha. ๐ฏ
๐ Tajaajiloota Alpha Freshman irraa kennaman maali?
๐ฅ Video TutorialBarnoota keessan karaa viidiyoon haala salphaa fi ifa taโeen, boqonnaa boqonnaan isin barsiifna.
๐ Short Notes
Yaadannoo gabaabaa, qabxiilee ijoo qofa hammate, irra-deebii keessaniif mijataa taโe isiniif qabannee jirra .
๐ Afaan Oromootin
Mojuulota fi barnoota garaagaraa Afaan Oromootti hiiknee, akkasumas jechoota salphaa fi hubatamaa taโeen ibsina.
๐ Modules & PowerPoint
Mojuulota, PowerPoint, references fi materials barnootaa barbaachisoo taโan bakka tokkotti argattu.
๐ Gaaffilee Qormaataa
Gaaffilee qormaataa fi shaakalaa Alpha Freshman tiin qophaaโan fayyadamuun of qoruuf carraa argattu.
โ Deebii + Ibsa
Deebii qofa miti! Deebiin sun maaliif sirrii akka taโe ibsa ifaa waliin dhiyaata.
๐ฏ Supportive Materials
Barnoota keessan cimsuuf fi qormaataaf qophaaโuu keessan fooyyeessuuf materials dabalataa garaagaraa ni argattu.
๐ MAALIIF ALPHA FRESHMAN FILATTU?
โ Barnoota salphaa fi hubatamaa taasisna.
โ Materials garaagaraa bakka tokkotti argattu.
โ Afaan Oromootti ibsa guutuu koorsiwwan hunda argattu.
โ Qormaataaf qophii gaarii akka taasiftaniif isin faana dhaabbanna.
โ Gaaffii fi deebii ibsa waliin nii argattu.
โ Video Tutorial haala salphaa ta'een bulleesinee isin barsiifna. Akkasumas yeroon keessan akka hin qisaasofne isin taasifna.
โ Notes, Modules fi PowerPoint ajaa'iboo fi hubatamoo nii argattu.
โ Deeggarsa barnootaa dabalataa sagantaalee barnootaa dabalatee argattu.
๐ฅ BARNOOTA KEESSAN HAR'A ALPHA FRESH MAN WALIINN CIMSAA!
Yuunivarsiitii keessatti milkaaโinni carraa qofa miti dhamaati keessanillee gaafata. kanaaf, alpha freshman dhamaatin keessan akka firii horatu isin bira dhaabbata. ๐๐
๐ ALPHA FRESHMAN JOIN GODHAA!
๐ข http://t.me/alphafreshman
๐ ALPHA FRESHMAN
Baradhu โข Hubadhu โข Qophaaโi โข Milkaaโi! ๐๐๐ฅ

Barattoota bara barbootaa 2019 gara mooraa( yuuniveersiiti) sentan hundaaf, Alpha fresh man, imala taasistan keessatti gara department barbaaddan akka seenta kan isin taasisu qabxii GPA gaarii akka fiddaniif isin gargaaruf qophii isaa xumureenisin eegaa jira maarree isinis maatii alpha freshmaan ta'uun dhangaa keenya qopheessinetti fayyadamaa isiniin jennaa.
Odeeffanoo dabalataaf channel keenya join godhaa
@alphafreshman

Kabajamtoota barattootaa;
โQabxiin darbiinsaa hanga beekamutti eeguun yaaddoo fi dhiphina uumuu danda'a; ta'us dhiphachuun faayidaa akka hin qabne yaadachuun gaariidhaแฆ
โGahee keessan bahataniirtuแฆ Qormaata qoramtan xumurtaniirtu. Amma dhiphachuun qabxii irratti waan dabalu ykn hir'isu tokkoyyuu hin jiru.
โDhiphinni dhugaa jiru hin jijjiiruแฆ Yaaddoon hin barbaachifne nagaa sammuu fi fayyaa keessan jeeqquu irraan kan hafe furmaata tokkollee hin fidu.
โAbdiidhaan simadhaaแฆ Dadhabbiin keessan bakka akka hin hafne Uumaatti amanaa; wanti gaariin isiniif malu isin hin darbu. Bu'aa dhufu kamiifuu qophaa'aa.
โAmma sammuu keessan boqochiisaa, fuldura keessan abdii fi gammachuudhaan eegaa.
Carraa gaarii!
Join and share

แจแตแแ
แญแต แฅแซแตแ แแแจแแแฅ แจแแฐแจแแ แฅแจแต แฐแ แแญแฎ แญแแฅแแแฆ แแฎแแฐแญ แฅแญแแ แแ
**
แจแตแแ แญแต แแแตแตแฉ แแฎแแฐแญ แฅแญแแ แแ แ แแฌแ แแแต แ แฐแกแต แแแแซแฃ แจ12แ แญแแ แแแญ แ แแ แแฐแ แแคแตแ แฐแจแตแ แตแแแฐแ แ แจแชแแฒแซแ แตแแ แญแต แแฎแแซแ แแฅแซแชแซ แฐแฅแฐแแแข
แแแตแตแฉ แ แแฅแซแชแซแธแแฃ แ แจแแแฑ แแฐ แชแแฒแซแ แแฎแแซแ แจแแแก แฐแแชแแฝ แแฅแญ แฅแ แจแแแขแซ แแคแต แแฐแแแ แ แแฅแณ แ แแแ แแฐ แฉแแจแญแฒแฒ แ แแแก แฐแแชแแฝ แแฅแญ แแญ แจแฐแแ แจแฐ แแ แฅแแแแข
แแฐแแแ แ แแฅแณ แจแแซแแ แฐแแชแแฝ แแฅแญ แฅแซแฐแ แ แแฐ แแฅแญแฃ แแชแแฒแซแ แจแแฐแ แ แแตแ แฅแจแ แ แ แฅแแฐแแแตแค แ แ แแแฉ แจแตแแ แญแต แฅแซแตแ แแแจแแแฅ แจแแฐแจแแ แฅแจแต แฐแ แแญแฎ แฅแแฐแแแฅแ แแแตแตแฉ แ แฅแซแญแฐแแแข
แ แซแญแแแแฃ แจแแแตแฎแแ แจ12แ แญแแ แแแญ แ แแ แแฐแ แ แแฅแณ แซแแ แฐแแชแแฝ แแฅแญ แแฐ 70 แบแ 544 แ แแฐแแฃ แแฐ แชแแฒแซแ แแฎแแซแ แจแแแก แฐแแชแแฝ แแฅแญแ แ แจแแฐแ แแแณ แฅแแฐแแแแต แ แแแญแฐแแแข
แ แฐแแณแณแญ แแญแแซแต แจแชแแฒแซแ แแฎแแซแ แแแขแซ แแคแต แฐแแ แจแ แแแ แจแ แแแฑ แฅแแฐแแญแแญ แแแตแตแฉ แ แแแแแข
แจแตแแ แญแต แแแตแดแญ แจแชแแฒแซแ แแฎแแซแ แแ แแแ แฐแแชแแฝแ แแฐ แฉแแจแญแฒแฒ แแตแแฃแต แณแญแแ แจแแก แ แแ แ แตแฌแต แ แ แแ แแ แแแฃแต แฅแแฒแฝแ แแฅแแต แแแข

๐ข Teessoowwan bu'aan 2017 itti agarsiifame
Dorgomtoonni marsariitii fi teessoo Telegiraamii fayyadaman ragaa yeroo isaanii hatattamaan buufachuu dandaโaniiru.
Teessoowwan:
1. Marsariitii: https://buโaa.eaes.et
2. Telegiraamii: https://t.me/EAESbot
3. Tajaajila Ergaa Gabaabaa (SMS): 6284
@alphafreshman โ๏ธ

#Update | #Arsi_University
Yuunivarsiitiin Arsii Logo isaa haarawa ifoomseera.
Yuunivarsiitichi logo isaa haarawa irratti Afaan Oromoo akka afaan jalqabaatti fayyadameera. Yeroo dhiyoon dura yuunivarsiitiin Madda Walaabuus logo isaa haarawa irratti afaan oromoo akka afaan jalqabaatti fayyadamuu eegaluunsaa kan yaadatamuudha.
Gochi kun yuunivarsiitota oromiyaa kanneen afaan oromoo akka afaan 2ffaatti ykn sadaffaatti fayyadamaniif fakkeenya gaariidha.

โค2
Karaaleen Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa ittiin ilaaltan:-
โ http://result.neaea.gov.et
โ http://eaes.gov.et
โ http://eaes.et
โ SMS 6284
Ariitiin ilaaluudhaaf kan isn fayyadu websit'oota. Telegram Bot fi SMS'n ariitiidhaan hin hojjatan.
Dursaatii website'dhaan yaalaa!
|| @alpafreshman

result.neaea.gov.et
EAES Result Checker | Educational Assessment and Examination Services
Official portal to check Ethiopian Educational Assessment and Examination Services (EAES) results online. Enter your Admission Number and First Name to view your exam results.
โค1
Alpha freshman
Photo
ODUU GAMMACHIISAA
๐๐ฅ ALPHA FRESHMAN ๐ฅ๐
Barattoota bara barnootaa 2019 gara mooraa akka freshmanitti seentan hundaaf, Afaan keessaniin afaan oromootin tutorial guutuu argachuudhan
Yuunivarsiitii Keessatti Milkaaโuuf Tarkaanfii keessan kan isin gargaaru alpha freshmanidha.
๐ Tajaajiloota Alpha Freshman irraa kennaman maali?
๐ฅ Video Tutorial
๐ Short Notes afaan oromootin: Mojuulota fi barnoota garaagaraa Afaan Oromootti hiiknee, akkasumas jechoota salphaa fi hubatamaa taโeen ibsina.
๐Mojuulota, PowerPoint, references fi materials barnootaa barbaachisoo taโan bakka tokkotti argattu.
๐ Gaaffilee qormaataa fi shaakalaa Alpha Freshman tiin qophaaโan fayyadamuun of qoruuf carraa argattu.
โ Gaaffilee universtiwaan adda addaa irraa walitti qabaman deebi fi ibsa gahaa waliin.
โ Gaafillee dorgomsiisoo fi badhaasa qaban jia tokko tokkon booda ni jiraatu.
๐ฏ Supportive Materials
Barnoota keessan cimsuuf fi qormaataaf qophaaโuu keessan fooyyeessuuf materials dabalataa garaagaraa ni argattu.
๐ฅ BARNOOTA KEESSAN HAR'A ALPHA FRESH MAN WALIIN CIMSAA!
๐๐
๐ ODEEFFANNOO DABALATAAF ALPHA FRESHMAN JOIN GODHAA!
๐ข http://t.me/alphafreshman
Galmaa'uuf:

@alphafreshman_bot
๐ ALPHA FRESHMAN
Baradhu โข Hubadhu โข Qophaaโi โข Milkaaโi! ๐๐๐ฅ
โค1
#Breaking_news
#ODUU_AMMEE
GADHIIFAMEERA
Barattootni hunduu saa'aatii amma irraa eegale qabxii isaanii ilallachuu danda'u
@alphafreshman ยฉ๏ธ