Alpha freshman
12 subscribers
22 photos
1 video
1 file
24 links
Download Telegram
๐Ÿ‘ทโ€โ™‚๏ธ | Dameewwan Engineering'ii 5, kan carraawwan hojiitiin beekamoo ta'an:

1. Biomedical Engineering ๐Ÿ”ฌ

2. Electrical and Computer Engineering ๐Ÿ‘ทโ€โ™‚๏ธ

3. Civil Engineering ๐Ÿ‘จโ€๐Ÿ”ฌ

4. Chemical Engineering ๐Ÿ‘จโ€โš•๏ธ

5. Mechanical Engineering
๐Ÿ‘จโ€๐Ÿ”ง

โœ… | Barattoonni damee 'engineering' seenuu barbaaddan ykn ammoo 'Pre engineering' keessa jirtan waa'ee odeeffannoo kutaa engineering'ii kamii barbaaddu?

๐Ÿ’ฌ Comment' dhaan nu beeksisaa!
Kan isiniif ibsamu ta'a๐Ÿ™Œ!

โžก๏ธ Join & share๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡
https://t.me/alphafreshaman
https://t.me/alphafreshaman

Baradhaa, hubadhaa, milkaa'aa!
Civil Engineer
Alpha freshman
Civil Engineer
๐Ÿ‘ทโ€โ™‚๏ธ | CIVIL ENGINEERING

โœ… | Civil Engineering'iin damee injiineriingii kan ijaarsa bu'uuraalee akka daandii, buufata, mana jireenyaa fi hojiiwwan biroo irratti xiyyeeffatuudha.

'Civil Engineering' keessatti Ijaarsa tokkoon duratti; Qorannoon lafaa, qilleensaa fi haala naannichaa ni taasifama.

๐Ÿ“š | Barnoota

Yuunivarsiitiiwwan hedduu keessatti Barnoonni 'Civil Engineering' sadarkaa digrii jalqabaa hanga (master's) tti ni kennama. Barattoonni turtii isaanii keessatti ogummaa, muuxannoo qorannoo fi muuxannoo hojii ni argatu.

๐Ÿ“– | 'Civil Engineering' baratanii xumuruuf waggaa shan (5) kan fudhatu yoo ta'u; Herregaa fi Fiiziksii irratti ciccimoo yoo taatan, koorsonni 'Civil Engineering' keessatti kennaman hedduu isin hin rakkisan.

๐Ÿ‘จโ€๐ŸŽ“ | Namni 'Civil engineering'dhaan eebbifame tokko, 'Civil Engineer' jedhama.

๐Ÿ‘ทโ€โ™‚๏ธ | Carraa Hojii

โžฒ 'Civil Engineer'oonni; dhaabbilee mootummaa, Miti-mootummaa akkasumas dhaabbilee dhuunfaa fi namoota dhuunfaa irraa carraa hojii argachuu danda'u.

๐Ÿ— | Eebbifamtanii yeroo dhiyootti qacaramuu yoo feetan, barnoota tiyoorii fi qabatamaa wal bira qabuun qabxii bareeda jedhamu hojjachuuf yaalaa.

Itti fufa....

โžก๏ธ โžก๏ธ Join & share๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡
https://t.me/alphafreshaman
https://t.me/alphafreshaman

Baradhaa, hubadhaa, milkaa'aa!
๐Ÿ’ต | Mindaa

โžฒ | Mindaan 'civil engineer'ootaa gosa hojii, muuxannoo fi iddoo hojii irratti kan hundaa'u yoo ta'u, yeroo yerootti kan jijjiiramuudha.

๐Ÿ‘ทโ€โ™‚๏ธ | Engineer'oonni hedduun dhaabbilee gara garaa fi namoota dhuunfaatiif, mindaa isaanii ji'atti fudhachuudhaan hojjetu.

Biyya kanatti, mindaan 'civil engineer'ootaa baatiidhaan (ji'aan) kan armaan gadiiti:

๐Ÿ”น Engineer'oonni haaraa eebbifaman: Qarshii 15,000 - 20,000 ni argatu.

๐Ÿ”น Engineer'oonni muuxannoo giddugaleessa qaban: Qarshii 24,000 - 50,000 ni argatu.

๐Ÿ”น Engineer'oonni muuxannoo olaanaa qaban: Qarshii 50,000 fi isaa ol ni argatu.

๐Ÿ— | Kun kan ta'e haala dinagdee, guddina ijaarsichaa, seera hojii fi gosa hojii irratti hundaa'eeti.

๐Ÿ‘ทโ€โ™‚๏ธ | Engineer'oonni tokko tokko ammoo koontiraata guutuu fudhachuudhaan, pirojektii sana erga xumuraniin booda maallaqa ittiin walii galan fudhatu.

๐Ÿข | Haala kanaan Dhuunfaadhaan hojjechuudhaaf muuxannoo hojii olaanaa isin gaafachuu danda'a.

โžก๏ธ Join & share๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡
https://t.me/alphafreshman
#BEEKSISA | #BBO

Guutuu Oromiyaatti Galmeen Ni Jalqabama.


Biiroon Barnootaa Oromiyaa Galmee Barattoota Bara 2019 Kamisa Hagayya 14/2018 Bul/ Magaalaa Shaggaritti Ni Eegalchiisa.

Kanaafuu, Barattootni Idileefi Haaraan Gara MB Deemuun Akka Galmooftan Beeksisaa Manneen Barnootaa kanaan dura jalqabdanis hanga Qaammee 5/2018 akka itti fuftan hubachiifna.

Hubachiisa: Barataan Galmaa'u Hunduu Waraqaa Eenyummaa Faayidaa(Fayida ID) Qabaachuun Irraa Eegama!

โžก๏ธ Join & share๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡
https://t.me/alphafreshaman
https://t.me/alphafreshaman

Baradhaa, hubadhaa, milkaa'aa!
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Remedial students waiting for their result ๐Ÿ˜ฅ

Obsumaan eegaa yeroo dhiyootti gad dhiifamaa๐Ÿ™Œ!

โžก๏ธ Join & share๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡
https://t.me/alphafreshaman
https://t.me/alphafreshaman

Baradhaa, hubadhaa, milkaa'aa!
#Jimma_University

Yuunivarsiitiin jimmaa barnoota sagantaalee eebba boodaa (Maastarsii fi Phd) 15 kennuu eegaluuf jira.


โ—† Sagantaaleen maastarsii fi Phd haaraa eegalamuuf jiran:-

โžž PhD in Health Informatics
โžž PhD in Cyber Security
โžž PhD in Information Systems and Digital Innovation
โžž PhD in Data Science
โžž PhD in Frugal Biomedical Innovation
โžž PhD in Urban Sanitary Engineering
โžž PhD in Artificial Intelligence
โžž PhD in Mechanical Engineering โ€“Automation and Robotics
โžž PhD in Aerospace Engineering
โžž PhD in Sports Management
โžž PhD in Exercise Science, Health, and Fitness
โžž Doctor of Business Management
โžž Subspecialty in Hepatobiliary and Pancreatic Surgery
โžž MA in International Relations and Diplomacy
โžž MSc in Physiotherapy

โžก๏ธ Join & share๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡
https://t.me/alphafreshaman
https://t.me/alphafreshaman

Baradhaa, hubadhaa, milkaa'aa!
#BBO
#Beeksisa_Guyyaa_Qormaataa

BBO - Hagayya 15/2018 Barattootni Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa (MBIBBA), Manneen Barnootaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaa (MBBA WMO) fi Manneen Barnootaa Addaa (MBA) Sadarkaa 2ffaa Qormaata Seensa Kutaa 9ffaa fudhachuuf galmooftan (Giddu Gala Qormaataa Filattan) Hundi Guyyaan Qormaataa Gara Hagayya 26/2018tti waan dheerateef, Hagayya 26 2018 Gara Giddu Gala Qormaataa (Exam Center) Filattaniitti Ganama Sa'aatii 1:00 irratti waraqaa eenyummaa keessan qabachuun akka argamtan isin beeksifna.

โžก๏ธ Join & share๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡
https://t.me/alphafreshaman
https://t.me/alphafreshaman

Baradhaa, hubadhaa, milkaa'aa!
#Jimma_University
#Summer_Camp

Leenjiin Saayibarii gannaa Bulchiinsa Nageenya Neetworkii Odeeffannoo marsaa 5ffaan Yunivarsiitii Jimmaatti eegalameera.

Yunivarsiitii Jimmaatti Leenjiin Gannaa Dandeetti Saayibarii marsaa 5ffaa dargaggoota 38f kennamaa kan jiru yoo taโ€™u, akka biyyaatti dargaggoonni 1,290 hirmaachaa akka jiran gabaafameera.

โžก๏ธ Join & share๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡
https://t.me/alphafreshaman
https://t.me/alphafreshaman

Baradhaa, hubadhaa, milkaa'aa!
#MoE : Ministeerri Barnootaa qabxii qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 daqiiqaa muraasaan bood gadhiisuufi.

Tikvah Ethiopia tamsaasa kana kallattiin ni dabarsa.
#Update
#Kutaa_12ffaa

Bu'aan Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 har'a ni ifooma

Akkuma kana duraa isiniif maxxansine bu'aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa har'a waaree booda akka ifoomu Sheger FM Radio odeeffannoo Ministeera Barnootaa irraa argateen ibseera.

Odeeffannoo haaraa saffisaan argachuuf channel keenya Telegram join taasisaa!

Barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhattan hundaaf Carraa Gaarii hawwina

Join ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡
https://t.me/alphafreshaman
https://t.me/alphafreshaman
https://t.me/alphafreshaman
Waa'ee bu'aa rimidaayiiliis kaasuun waan hin oolleef waan haaraa ni dhageenya jennee yaanna ๐Ÿ˜Š waa maraafuu waaqayyo waan gaarii isin haa dhageessisu.
โค1
๐ŸŽ“๐Ÿ”ฅ ALPHA FRESHMAN ๐Ÿ”ฅ๐ŸŽ“
Yuunivarsiitii Keessatti Milkaaโ€™uuf Tarkaanfii Jalqabaa Asirraa Kaasi isiniin jedha.
๐Ÿ“ข Barattootaa Waggaa 1ffaa gara  Yuunivarsiitiitti bara 2019, hundaaf!...gaafiwwan kanneenif deebin kunooti
๐Ÿ“š Mojuulota dubbistee garuu hin hubannee?
๐Ÿ“ Qormaataaf maal irraa jalqabuu akka qabdu wallaalaa?
๐Ÿ˜ตโ€๐Ÿ’ซ Notes fi materials hedduu keessa burjaajaโ€™aa jirtaa?
๐ŸŒŸ BAGA GARA ALPHA FRESHMAN DHUFTAN!
Alpha Freshman jechuun bakka barattoonni waggaa 1ffaa barnoota isaanii salphaatti hubachuu, qormaataaf qophaaโ€™uu fi buโ€™aa gaarii galmeessuu dandaโ€™anidha. ๐ŸŽฏ
๐Ÿ’Ž Tajaajiloota Alpha Freshman irraa kennaman maali?
๐ŸŽฅ Video TutorialBarnoota keessan karaa viidiyoon haala salphaa fi ifa taโ€™een, boqonnaa boqonnaan isin barsiifna.
๐Ÿ“ Short Notes
Yaadannoo gabaabaa, qabxiilee ijoo qofa hammate, irra-deebii keessaniif mijataa taโ€™e isiniif qabannee jirra .
๐ŸŒ Afaan Oromootin
Mojuulota fi barnoota garaagaraa Afaan Oromootti hiiknee, akkasumas jechoota salphaa fi hubatamaa taโ€™een ibsina.
๐Ÿ“š Modules & PowerPoint
Mojuulota, PowerPoint, references fi materials barnootaa barbaachisoo taโ€™an bakka tokkotti argattu.
๐Ÿ“ Gaaffilee Qormaataa
Gaaffilee qormaataa fi shaakalaa Alpha Freshman tiin qophaaโ€™an fayyadamuun of qoruuf carraa argattu.
โœ… Deebii + Ibsa
Deebii qofa miti! Deebiin sun maaliif sirrii akka taโ€™e ibsa ifaa waliin dhiyaata.
๐ŸŽฏ Supportive Materials
Barnoota keessan cimsuuf fi qormaataaf qophaaโ€™uu keessan fooyyeessuuf materials dabalataa garaagaraa ni argattu.

๐Ÿš€ MAALIIF ALPHA FRESHMAN FILATTU?
โœ… Barnoota salphaa fi hubatamaa taasisna.
โœ… Materials garaagaraa bakka tokkotti argattu.
โœ… Afaan Oromootti ibsa guutuu koorsiwwan hunda argattu.
โœ… Qormaataaf qophii gaarii akka taasiftaniif isin faana dhaabbanna.
โœ… Gaaffii fi deebii ibsa waliin nii argattu.
โœ… Video Tutorial haala salphaa ta'een bulleesinee isin barsiifna. Akkasumas yeroon keessan akka hin qisaasofne isin taasifna.
โœ… Notes, Modules fi PowerPoint ajaa'iboo fi hubatamoo nii argattu.
โœ… Deeggarsa barnootaa dabalataa sagantaalee barnootaa dabalatee argattu.
๐Ÿ”ฅ BARNOOTA KEESSAN HAR'A ALPHA FRESH MAN WALIINN CIMSAA!
Yuunivarsiitii keessatti milkaaโ€™inni carraa qofa miti dhamaati keessanillee gaafata. kanaaf, alpha freshman dhamaatin keessan akka firii horatu isin bira dhaabbata. ๐ŸŽ“๐Ÿ†
๐Ÿ‘‰ ALPHA FRESHMAN JOIN GODHAA!
๐Ÿ“ข http://t.me/alphafreshman
๐ŸŽ“ ALPHA FRESHMAN
Baradhu โ€ข Hubadhu โ€ข Qophaaโ€™i โ€ข Milkaaโ€™i! ๐Ÿš€๐Ÿ“š๐Ÿ”ฅ
Join for more information

@alphafreshman
Barattoota bara barbootaa 2019 gara mooraa( yuuniveersiiti) sentan hundaaf, Alpha fresh man, imala taasistan keessatti gara department barbaaddan akka seenta kan isin taasisu qabxii GPA gaarii akka fiddaniif isin gargaaruf qophii isaa xumureenisin eegaa jira maarree isinis maatii alpha freshmaan ta'uun dhangaa keenya qopheessinetti fayyadamaa isiniin jennaa.
Odeeffanoo dabalataaf channel keenya join godhaa

@alphafreshman
Kabajamtoota barattootaa;

โ€‹Qabxiin darbiinsaa hanga beekamutti eeguun yaaddoo fi dhiphina uumuu danda'a; ta'us dhiphachuun faayidaa akka hin qabne yaadachuun gaariidhaแฆ

โ€‹Gahee keessan bahataniirtuแฆ Qormaata qoramtan xumurtaniirtu. Amma dhiphachuun qabxii irratti waan dabalu ykn hir'isu tokkoyyuu hin jiru.

โ€‹Dhiphinni dhugaa jiru hin jijjiiruแฆ Yaaddoon hin barbaachifne nagaa sammuu fi fayyaa keessan jeeqquu irraan kan hafe furmaata tokkollee hin fidu.

โ€‹Abdiidhaan simadhaaแฆ Dadhabbiin keessan bakka akka hin hafne Uumaatti amanaa; wanti gaariin isiniif malu isin hin darbu. Bu'aa dhufu kamiifuu qophaa'aa.
โ€‹Amma sammuu keessan boqochiisaa, fuldura keessan abdii fi gammachuudhaan eegaa.

Carraa gaarii!

Join and share
@alphafreshman
@alphafreshman
แ‹จแ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แŒฅแˆซแ‰ตแŠ• แˆˆแˆ›แˆจแŒ‹แŒˆแŒฅ แ‹จแˆšแ‹ฐแˆจแŒˆแ‹ แŒฅแˆจแ‰ต แ‰ฐแŒ แŠ“แŠญแˆฎ แ‹ญแ‰€แŒฅแˆ‹แˆแฆ แ•แˆฎแŒแˆฐแˆญ แ‰ฅแˆญแˆƒแŠ‘ แАแŒ‹
**

แ‹จแ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆšแŠ’แˆตแ‰ตแˆฉ แ•แˆฎแŒแˆฐแˆญ แ‰ฅแˆญแˆƒแŠ‘ แАแŒ‹ แ‰ แ‹›แˆฌแ‹ แ‹•แˆˆแ‰ต แ‰ แˆฐแŒกแ‰ต แˆ˜แŒแˆˆแŒซแฃ แ‹จ12แŠ› แŠญแแˆ แˆ€แŒˆแˆญ แŠ แ‰€แ แˆแ‰ฐแŠ“ แ‹แŒคแ‰ตแŠ• แ‰ฐแŠจแ‰ตแˆŽ แˆตแˆˆแˆšแˆฐแŒ แ‹ แ‹จแˆชแˆœแ‹ฒแ‹ซแˆ แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แ•แˆฎแŒแˆซแˆ แˆ›แ‰ฅแˆซแˆชแ‹ซ แˆฐแŒฅแ‰ฐแ‹‹แˆแข

แˆšแŠ’แˆตแ‰ตแˆฉ แ‰ แˆ›แ‰ฅแˆซแˆชแ‹ซแ‰ธแ‹แฃ แ‰ แ‹จแ‹“แˆ˜แ‰ฑ แ‹ˆแ‹ฐ แˆชแˆœแ‹ฒแ‹ซแˆ แ•แˆฎแŒแˆซแˆ แ‹จแˆšแŒˆแ‰ก แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ แ‰แŒฅแˆญ แŠฅแŠ“ แ‹จแˆ˜แŒแ‰ขแ‹ซ แ‹แŒคแ‰ต แˆแ‰ฐแŠ“แ‹แŠ• แ‰ แ‰€แŒฅแ‰ณ แŠ แˆแˆแ‹ แ‹ˆแ‹ฐ แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆฒแ‰ฒ แ‰ แˆšแŒˆแ‰ก แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ แ‰แŒฅแˆญ แˆ‹แ‹ญ แ‹จแ‰ฐแˆ˜แˆ แˆจแ‰ฐ แАแ‹ แ‰ฅแˆˆแ‹‹แˆแข

แˆแ‰ฐแŠ“แ‹แŠ• แ‰ แ‰€แŒฅแ‰ณ แ‹จแˆšแ‹ซแˆแ‰ แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ แ‰แŒฅแˆญ แŠฅแ‹ซแ‹ฐแŒˆ แ‰ แˆ„แ‹ฐ แ‰แŒฅแˆญแฃ แˆˆแˆชแˆœแ‹ฒแ‹ซแˆ แ‹จแˆšแˆฐแŒ แ‹ แ‹•แ‹ตแˆ แŠฅแ‹จแŒ แ‰ แ‰  แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแˆ„แ‹ตแค แ‰ แŠ แŠ•แƒแˆฉ แ‹จแ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แŒฅแˆซแ‰ตแŠ• แˆˆแˆ›แˆจแŒ‹แŒˆแŒฅ แ‹จแˆšแ‹ฐแˆจแŒˆแ‹ แŒฅแˆจแ‰ต แ‰ฐแŒ แŠ“แŠญแˆฎ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแ‰€แŒฅแˆ แˆšแŠ’แˆตแ‰ตแˆฉ แŠ แ‰ฅแˆซแˆญแ‰ฐแ‹‹แˆแข

แŠ แ‹ซแ‹ญแ‹˜แ‹แˆแฃ แ‹จแ‹˜แŠ•แ‹ตแˆฎแ‹แŠ• แ‹จ12แŠ› แŠญแแˆ แˆ€แŒˆแˆญ แŠ แ‰€แ แˆแ‰ฐแŠ“ แ‰ แ‰€แŒฅแ‰ณ แ‹ซแˆˆแ‰ แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ แ‰แŒฅแˆญ แ‹ˆแ‹ฐ 70 แˆบแˆ… 544 แ‰ แˆ›แ‹ฐแŒ‰แฃ แ‹ˆแ‹ฐ แˆชแˆœแ‹ฒแ‹ซแˆ แ•แˆฎแŒแˆซแˆ แ‹จแˆšแŒˆแ‰ก แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝ แ‰แŒฅแˆญแˆ แ‰ แŠจแแ‰ฐแŠ› แˆแŠ”แ‰ณ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแ‰€แŠ•แˆต แŠ แˆ˜แˆ‹แŠญแ‰ฐแ‹‹แˆแข

แ‰ แ‰ฐแˆ˜แˆณแˆณแ‹ญ แˆแŠญแŠ•แ‹ซแ‰ต แ‹จแˆชแˆœแ‹ฒแ‹ซแˆ แ•แˆฎแŒแˆซแˆ แˆ˜แŒแ‰ขแ‹ซ แ‹แŒคแ‰ต แ‹ฐแŒแˆž แŠจแŠ แˆแŠ“แ‹ แŠจแ แˆ›แˆˆแ‰ฑ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆ›แ‹ญแ‰€แˆญ แˆšแŠ’แˆตแ‰ตแˆฉ แŒ แ‰แˆ˜แ‹‹แˆแข

แ‹จแ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆšแŠ’แˆตแ‰ดแˆญ แ‹จแˆชแˆœแ‹ฒแ‹ซแˆ แ•แˆฎแŒแˆซแˆ แ‹‹แŠ“ แ‹“แˆ‹แˆ› แ‰ฐแˆ›แˆชแ‹Žแ‰ฝแŠ• แ‹ˆแ‹ฐ แ‹ฉแŠ’แ‰จแˆญแˆฒแ‰ฒ แˆ›แˆตแŒˆแ‰ฃแ‰ต แˆณแ‹ญแˆ†แŠ• แŠจแŒˆแ‰ก แ‰ แŠ‹แˆ‹ แ‰ แˆตแŠฌแ‰ต แŠ แŒ แŠ“แ‰…แ‰€แ‹ แˆ˜แ‹แŒฃแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‰ฝแˆ‰ แˆ›แ‰ฅแ‰ƒแ‰ต แАแ‹แข
๐Ÿ“ข Teessoowwan bu'aan 2017 itti agarsiifame

Dorgomtoonni marsariitii fi teessoo Telegiraamii fayyadaman ragaa yeroo isaanii hatattamaan buufachuu dandaโ€™aniiru.

Teessoowwan:
1. Marsariitii: https://buโ€™aa.eaes.et
2. Telegiraamii: https://t.me/EAESbot
3. Tajaajila Ergaa Gabaabaa (SMS): 6284

@alphafreshman โœ”๏ธ
Join us for more information
@alphafreshman
@alphafreshman
โค2
#Update | #Arsi_University

Yuunivarsiitiin Arsii Logo isaa haarawa ifoomseera.


Yuunivarsiitichi logo isaa haarawa irratti Afaan Oromoo akka afaan jalqabaatti fayyadameera. Yeroo dhiyoon dura yuunivarsiitiin Madda Walaabuus logo isaa haarawa irratti afaan oromoo akka afaan jalqabaatti fayyadamuu eegaluunsaa kan yaadatamuudha.

Gochi kun yuunivarsiitota oromiyaa kanneen afaan oromoo akka afaan 2ffaatti ykn sadaffaatti fayyadamaniif fakkeenya gaariidha.

@alphafreshman
โค2
Karaaleen Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa ittiin ilaaltan:-

โžž http://result.neaea.gov.et
โžž http://eaes.gov.et
โžž http://eaes.et
โžž SMS 6284

Ariitiin ilaaluudhaaf kan isn fayyadu websit'oota. Telegram Bot fi SMS'n ariitiidhaan hin hojjatan.

Dursaatii website'dhaan yaalaa!

|| @alpafreshman
โค1