#Borana_University
#Veterinary_Medicine
Yuunivarsiitiin Booranaa guyyaan barattoonni fayyaa beeyladaa kan waggaa 5ffaa gara mooraatti deebi'an Adoolessa 30 fi Hagayya 01/ 2018 ta'uu beeksise.
β‘οΈ Join & shareπ π π π π π π
https://t.me/alphafreshaman

Baradhaa, hubadhaa, milkaa'aa!
#Announcement
#Jinka_University
#Veterinary_Medicine
Galmeen barattoota Fayyaa Beeyladaa ( Veterinary Medicine) kan waggaa 1ffaa, 2ffaa, 3ffaa fi 5ffaa Yunivarsiitii Jinkaatti barachaa turanii fi bara barnootaa 2018 koorsii isaanii hin xumurree, Hagayya 04 fi 05/2018 ni gaggeeffama.
Guyyoota jedhaman kanneenitti qaamaan argamuun akka galmooftan yuunivarsiitichi beeksiseera. barnoonni Hagayya 06/2018 ni eegala.

Beeksisa Ulaagaa Simannaa MBBA.PDF
1.3 MB
#Beeksisa | #BBO
Ulaagaalee Simannaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa

Baradhaa, hubadhaa, milkaa'aa!β‘οΈ Join & shareπ π π π π π π
https://t.me/alphafreshaman
https://t.me/alphafreshaman
Baradhaa, hubadhaa, milkaa'aa!
#Jimma_University
Dr. Darajjee Ingidaa (PhD) Pirezidaantii Yuunivarsiitii Jimmaa ta'uun muudaman.
Pirezidaantiin haaraa muudaman Dr. Darajjee Ingidaa (PhD) waggoota torban darbaniif Pirezidaantii yuunivarsiitii jimmaa taβuun tajaajilaa kan turan Dr. Jamaal Abaafiixaa (PhD) irraa walharkaa fuudhiinsaa aangoo taasisaniiru.
Doktar Darajjee Ingidaa (PhD) waggoota torban darbaniif Pirezidaantii Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinnee taβuun tajaajilaa turuun isaanii ni beekama.

Alpha freshman
Beeksisa Ulaagaa Simannaa MBBA.PDF
#BBO | #SIRREEFFAMA
Galmee Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaa fi Addaa Sad. 2ffaa Dorgommiin Galuu Barbaadan Hundaaf
Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barattoota Bara Barnootaa 2018 Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fudhachuun qabxii olaanaa galmeessisuun gara kutaa 9ffaatti darbanii fi Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa, Manneen Barnootaa Bultii Addaa WMO fi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa dorgommiin Seenanii barachuuf fedhii qaban hundaaf Adoolessa 29/2018 beeksisa baasuun ni yaadatama.
Haaluma kanaan:
Ergaawwan sirrachuu qaban lama yoo ta'an;
1) Iddoo_Galmee:- Iddoon Galmee ibsaman sunniin hin barbaachisan.
Kanaafuu, Galmeen Oonlaayiniin (Online)n Waan Gaggeeffamuuf barataan kamiyyuu bakkuma barbaade jiraatee (taa'ee) Liinkii asii gadii kana fayyadamuun Lakkoofsa galmee (Registration Number) kan kutaa 8ffaa ittiin qoramtan galchuun, itti aansuun maqaa Akaakayyuu (Grandfather's Name) Galchuu, itti aansee filannoon isiniif dhufu immoo, bakka itti qoramuu barbaaddan/Giddu Gala Qormaataa/ (Exam Center) yoo ta'u, bakka qoramuuf isinitti dhihaatu filachuun iyyachuu (Apply) gochuu ni dandeessu.
Guyyaan Galmee har'a (01/12/2018) Sa'aatii ammaa kanarraa kaasee hanga Hagayya 08/2018 qofa bakka jirtanitti Giddu Gala Itti Qoramtan (Online)n filachuun galmaa'uu ni dandeessu
Liinkichis:
https://exam.oeb.gov.et/
2) Guyyaa Qormaataa: Gara Fuulduraatti Murteessinee isin beeksifna.

Photo
#Carraa_Hojii
#Daandii_Qilleensa_Itoophiyaa
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa keessummeessitoota balalii leenji'oo ta'an (trainee Cabin Crew) gahumsa qaban dorgomsiisee qacaruu barbaada.
β² Ramaddii Hojii: ET SPONSORED trainee cabin crew
β² Sadarkaa Barnootaa Barbaachisu: Ragaa Qormaata Seensa Yuunivarsiitii. qabxii yoo xiqqaate 200 qabaachuu qabdu.
β² Umurii: 21-30
β² Hojjaa: dubartiif 1.58m fi isaa ol (dheerinni harkaa 212cm) dhiiraaf 1.70m fi isaa ol
β² Ulfaatina: Hojjaa waliin kan walmadaalu.
β² Afaan: Dandeettii Afaan Ingilizii Sadarkaa III (Afaanota biroo beekuunis gaariidha.)
Guyyoota Galmee:
Hagayya 04-08/2018
Bakkeewwan Galmee:
β Finfinnee: Online dhaan (Guyyaa galmee irratti linkiin galmee active ni ta'a)
β Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa, Adaamaa
β Yuunivarsiitii Amboo, Amboo
β Yuunivarsiitii Asoosaa, Asoosaa
β Yuunivarsiitii Wolloo, Deessee
β Yuunivarsiitii Dirree Dhawaa, Dirree Dhawaa
β Yuunivarsiitii Gaambeellaa, Gaambeellaa
β Yuunivarsiitii Haramayaa, Mooraa Harar, Harar
β Buufata Xiyyaaraa Hawaasaa, Hawaasa
β Yuunivarsiitii Jigjigaa, Jigjigaa
β Yuunivarsiitii Jimmaa, Jimmaa
β Yuunivarsiitii Madda Walaabuu, Roobee
β Yuunivarsiitii Wallaggaa, Naqamtee
β Yuunivarsiitii Samaraa, Samaraa
β Yuunivarsiitii Wolqixxee, Wolqixxee
β Yuunivarsiitii Booranaa, Yaabelloo
β Kolleejjii Saayinsii Fayyaa Nageellee Booranaa, Nageelle
β οΈ Yeroo galmooftan sanadoota dhimmi ilaallatuu fi ragaa barnootaa (Kaardii xumura Kutaa 8ffaa, Ragaa Dhalootaa, Ragaa kutaa 12ffaa, waraqaa eenyummaa gandaa) orjinaala fi koppii qabattanii deemuun dirqama.
Ulaagaalee armaan olitti ibsaman guutuu keessan mirkaneessaa. Odeeffannoo sobaatiin galmaaβuuf yoo yaaltan adeemsa qacarrii irraa battalumatti kan dhoorkamtan ta'a.

Barattoota MBBA fi MBA Kutaa 9ffaa Seenuu Barbaadan Hundaaf
Akaakuu Barnootaafi Qabxii Madaallii Qormaata Seensa Kutaa 9ffaa MBBA fi MBA ilaallata.
1. Akaakuu Barnootaa Qormaata Seensaa Kutaa 9ffaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa 2ffaaf Kennaman:
1 - Afaan Oromoo
2 - Ingiliffa
3 - Herregaa fi
4 - Saayinsii Walii Galaa keessaa kan qophaa'an waan ta'eef itti qophaa'aa kan jedhu ergaa keenya yoo ta'u, duraan dursitanii 'online'n: Galmaa'uufi Buufata Qormaataa filachuu hin dagatinaa!
Liinkin Galmeetis:- https://exam.oeb.gov.et/
2. Qabxii Madaallii
1- Qabxiin Qormaata Seensaa barreeffamaan kennamu - 80%
2- Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 - 15%
3- Qabxiin Tiraansikriiptii kutaa 7-8 - 5% keessaa kan qabamu yoo ta'u, 100% keessaa barattootni walduraa duubaan caalmaan galmeessisan gara Manneen B arnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa, Mana Barnoota Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaa Sad. 2ffaafi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaatti kan ramadaman ta'uun beekameera.
Kanaafuu, Ammaa achi qormaata seensaa 'online'n kennamu irratti xiyyeeffannoon qophaa'uun murteessaa ta'uu hubachuun barbaachisaadha. #BBO

#Summer_Camp | #AASTU
Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinneetti 'Summer camp' dhaan barnoonni Dandeettii Saayibarii (Cyber Talent) marsaa 5ffaan eegalameera.
Sagantaan 'summer camp' Dandeettii Saayibarii kanaan dura yuunivarsiitiiwwan lama qofa keessatti kan kennamu yoo taβu, bara kana gara wiirtuuwwan torbaatti babalβateera.
Leenjiin kun Yuunivarsiitota akka; Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinnee, Baahir Daar, Haramaayaa, Jimmaa, Dabra Birhaan fi Wolaayittaa Sooddoo, akkasumas Giddugala Dandeettii Bulchiinsa Nageenya Neetworkii Odeeffannoo (INSA) keessatti kennamaa jira.
Sagantaa bara kanaatiif dargaggoonni kuma 14 ol galmaaβaniiru.

π·ββοΈ | Dameewwan Engineering'ii 5, kan carraawwan hojiitiin beekamoo ta'an:
1. Biomedical Engineering π¬
2. Electrical and Computer Engineering π·ββοΈ
3. Civil Engineering π¨βπ¬
4. Chemical Engineering π¨ββοΈ
5. Mechanical Engineering π¨βπ§
β | Barattoonni damee 'engineering' seenuu barbaaddan ykn ammoo 'Pre engineering' keessa jirtan waa'ee odeeffannoo kutaa engineering'ii kamii barbaaddu?
π¬ Comment' dhaan nu beeksisaa!
Kan isiniif ibsamu ta'aπ!
β‘οΈ Join & shareπ π π π π π π
https://t.me/alphafreshaman
https://t.me/alphafreshaman
1. Biomedical Engineering π¬
2. Electrical and Computer Engineering π·ββοΈ
3. Civil Engineering π¨βπ¬
4. Chemical Engineering π¨ββοΈ
5. Mechanical Engineering π¨βπ§
β | Barattoonni damee 'engineering' seenuu barbaaddan ykn ammoo 'Pre engineering' keessa jirtan waa'ee odeeffannoo kutaa engineering'ii kamii barbaaddu?
π¬ Comment' dhaan nu beeksisaa!
Kan isiniif ibsamu ta'aπ!
β‘οΈ Join & shareπ π π π π π π
https://t.me/alphafreshaman
https://t.me/alphafreshaman
Baradhaa, hubadhaa, milkaa'aa!
Alpha freshman
Civil Engineer
π·ββοΈ | CIVIL ENGINEERING
β | Civil Engineering'iin damee injiineriingii kan ijaarsa bu'uuraalee akka daandii, buufata, mana jireenyaa fi hojiiwwan biroo irratti xiyyeeffatuudha.
'Civil Engineering' keessatti Ijaarsa tokkoon duratti; Qorannoon lafaa, qilleensaa fi haala naannichaa ni taasifama.
π | Barnoota
Yuunivarsiitiiwwan hedduu keessatti Barnoonni 'Civil Engineering' sadarkaa digrii jalqabaa hanga (master's) tti ni kennama. Barattoonni turtii isaanii keessatti ogummaa, muuxannoo qorannoo fi muuxannoo hojii ni argatu.
π | 'Civil Engineering' baratanii xumuruuf waggaa shan (5) kan fudhatu yoo ta'u; Herregaa fi Fiiziksii irratti ciccimoo yoo taatan, koorsonni 'Civil Engineering' keessatti kennaman hedduu isin hin rakkisan.
π¨βπ | Namni 'Civil engineering'dhaan eebbifame tokko, 'Civil Engineer' jedhama.
π·ββοΈ | Carraa Hojii
β² 'Civil Engineer'oonni; dhaabbilee mootummaa, Miti-mootummaa akkasumas dhaabbilee dhuunfaa fi namoota dhuunfaa irraa carraa hojii argachuu danda'u.
π | Eebbifamtanii yeroo dhiyootti qacaramuu yoo feetan, barnoota tiyoorii fi qabatamaa wal bira qabuun qabxii bareeda jedhamu hojjachuuf yaalaa.
Itti fufa....
β‘οΈ β‘οΈ Join & shareπ π π π π π π

π΅ | Mindaa
β² | Mindaan 'civil engineer'ootaa gosa hojii, muuxannoo fi iddoo hojii irratti kan hundaa'u yoo ta'u, yeroo yerootti kan jijjiiramuudha.
π·ββοΈ | Engineer'oonni hedduun dhaabbilee gara garaa fi namoota dhuunfaatiif, mindaa isaanii ji'atti fudhachuudhaan hojjetu.
Biyya kanatti, mindaan 'civil engineer'ootaa baatiidhaan (ji'aan) kan armaan gadiiti:
πΉ Engineer'oonni haaraa eebbifaman: Qarshii 15,000 - 20,000 ni argatu.
πΉ Engineer'oonni muuxannoo giddugaleessa qaban: Qarshii 24,000 - 50,000 ni argatu.
πΉ Engineer'oonni muuxannoo olaanaa qaban: Qarshii 50,000 fi isaa ol ni argatu.
π | Kun kan ta'e haala dinagdee, guddina ijaarsichaa, seera hojii fi gosa hojii irratti hundaa'eeti.
π·ββοΈ | Engineer'oonni tokko tokko ammoo koontiraata guutuu fudhachuudhaan, pirojektii sana erga xumuraniin booda maallaqa ittiin walii galan fudhatu.
π’ | Haala kanaan Dhuunfaadhaan hojjechuudhaaf muuxannoo hojii olaanaa isin gaafachuu danda'a.
β‘οΈ Join & shareπ π π π π π π
https://t.me/alphafreshman

#BEEKSISA | #BBO
Guutuu Oromiyaatti Galmeen Ni Jalqabama.
Biiroon Barnootaa Oromiyaa Galmee Barattoota Bara 2019 Kamisa Hagayya 14/2018 Bul/ Magaalaa Shaggaritti Ni Eegalchiisa.
Kanaafuu, Barattootni Idileefi Haaraan Gara MB Deemuun Akka Galmooftan Beeksisaa Manneen Barnootaa kanaan dura jalqabdanis hanga Qaammee 5/2018 akka itti fuftan hubachiifna.
Hubachiisa: Barataan Galmaa'u Hunduu Waraqaa Eenyummaa Faayidaa(Fayida ID) Qabaachuun Irraa Eegama!

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Remedial students waiting for their result π₯
Obsumaan eegaa yeroo dhiyootti gad dhiifamaaπ!
β‘οΈ Join & shareπ π π π π π π
https://t.me/alphafreshaman
https://t.me/alphafreshaman
Obsumaan eegaa yeroo dhiyootti gad dhiifamaaπ!
β‘οΈ Join & shareπ π π π π π π
https://t.me/alphafreshaman
https://t.me/alphafreshaman
Baradhaa, hubadhaa, milkaa'aa!
#Jimma_University
Yuunivarsiitiin jimmaa barnoota sagantaalee eebba boodaa (Maastarsii fi Phd) 15 kennuu eegaluuf jira.
β Sagantaaleen maastarsii fi Phd haaraa eegalamuuf jiran:-
β PhD in Health Informatics
β PhD in Cyber Security
β PhD in Information Systems and Digital Innovation
β PhD in Data Science
β PhD in Frugal Biomedical Innovation
β PhD in Urban Sanitary Engineering
β PhD in Artificial Intelligence
β PhD in Mechanical Engineering βAutomation and Robotics
β PhD in Aerospace Engineering
β PhD in Sports Management
β PhD in Exercise Science, Health, and Fitness
β Doctor of Business Management
β Subspecialty in Hepatobiliary and Pancreatic Surgery
β MA in International Relations and Diplomacy
β MSc in Physiotherapy

#BBO
#Beeksisa_Guyyaa_Qormaataa
BBO - Hagayya 15/2018 Barattootni Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa (MBIBBA), Manneen Barnootaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaa (MBBA WMO) fi Manneen Barnootaa Addaa (MBA) Sadarkaa 2ffaa Qormaata Seensa Kutaa 9ffaa fudhachuuf galmooftan (Giddu Gala Qormaataa Filattan) Hundi Guyyaan Qormaataa Gara Hagayya 26/2018tti waan dheerateef, Hagayya 26 2018 Gara Giddu Gala Qormaataa (Exam Center) Filattaniitti Ganama Sa'aatii 1:00 irratti waraqaa eenyummaa keessan qabachuun akka argamtan isin beeksifna.